cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Nahii Shekh Amin❤

AS WR WB Baga Nagayan Dhuftan Garra channel @NahiishekhAmin Join 👆👆👆 godhun nu hordafa waan adda irra arkatan Inshaa Allah🙏🙏

Mostrar más
Finlandia2 058El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad69 552
Publicaciones publicitarias
443
Suscriptores
Sin datos24 horas
-47 días
-1930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam biyya Isaa Makkaa kheeysaa osoo hin jaalatin baafame, roorroo gara jabeenyaan guuttamteetu biyya Isaatii Isa baase. Eega biyya Isaatii ari'anis bakka qubsumaa argatuun waan Isaan dallansiiseef lolli Isarratti baname hin dhaabbanne. Madiinaatti dhaqanii Isaan lolanii, Sahaaboota akkaan Isa biratti jaalataman, firoota Isaa warra akka adeera Isaa Hamzaa jalaa ajjeesan. Nabiyyii Rahmataa ajjeesuuf waan hin godhin hin qaban. Eega biyya Isaatii baafame booda amata 8 turee Makkaatti deebi'e. Injifannoon Fathi Makkaa lola tokkoon malee argamte. Warri Makkaa kan biyyaa isa baase, kan Isa ajjeesuuf yaalii hunda godhe, kan firoota Isaa, Sahaaboota isaa meeqaatam ajjeesan walitti qabamanii fuul duree Isaatti dhihaatan. Maal godhe seeta? Biyyaa baasan, irraa ajjeesan, hanga mohamanitti isa ajjeesuuf waan dandahan hunda godhaa turan! Rahmanni Alamaa sallallaahu aleeyhi wasallam jara isa duratti walitti qabame adawwii isaa warra turaniin "Maal waanin isinitti dalagu seetan? Murtii akkam narraa eeydan?" je'een. Jarri balaa meeqaatama Isarratti dalagaa turan: "Ati ilma gaarii, ilma obboleeysa gaariiti!" ja'aniin. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam, Rahmanni Alamaa: "Deemaa Isin bilisa, deemaa Isinitti hin jajjabeeysu! deemaa Isin bilisa qixaaxaa jala, Isinirraa hijaa hin kafalannu" je'een. Allaahu Akbar! Maali Rahmanni Akkanaa! Gara Laafina akkanaa eenyu qaba? Rahmata Alamaa Sallallaahu Aleeyhi wasallam kana seenaan Isaa! T.me/AbduljalilRedwan
Mostrar todo...
♡ Abduljalil Redwan ♡

👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube

https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l

📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

Repost from Dhaloota Haaraya
https://youtu.be/mvcXE9K5qZY?si=Yxf5CAviESxX8Y1v #Nashiidaa Dubartootaa dhalota haarayaa kan hawwiin Eegaa turtan gadhiifamte jirti! Seenaa daawwadha #Dhalota_haaraya #yeroo_mara_waan_haaraya
Mostrar todo...
#DUBARTIIN●□□HAADHA♡GOOTOTAA 2016 #New nashiid 2023

#dhaloota-haaraya #Dubartii_fi_jaarraa_21ffaa #New #nasheeds

━━━━▣━━◤◢━━▣━━━━━ 🎤 Chanalin khun chanali akkan barsiiso fi dinqisiiso taheedha. Wantoonni inni nuuf dhiheessu :- Nashida harawa, Walaloole adda addaa akkasuma Nashidale cover, tahe san qofa miti Gorsaa gaggababo barsiiso fi dinqisiisoSEAMORE.... ╔━━━━━━━━━━━━━╗ 🎤 ABDULJELIL REDWAN ╚━━━━━━━━━━━━━╝ Kunooti Join Godhaa Itti dabalamaa 👇👇👇👇 █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ █▓▒►JOIN ►▒▓█ ━━━━▣━━◤◢━━▣━━━━━ ─╔╗╔═╗╔══╗╔═╦╗ ─║║║║║╚║║╝║║║║ ╔╣║║║║╔║║╗║║║║ ╚═╝╚═╝╚══╝╚╩═╝ ━━━━▣━━◤◢━━▣━━━━━
Mostrar todo...
♡ Abduljalil Redwan ♡

👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube

https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l

📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

#KANA BEEKTUU LAATA? ~Namni yeroo duraatiif saamunaa dalage/uume"Nabiyyallaahi Suleeyman" ~Namni yeroo duraatiif ciftii/tuqaa huruufa hijaa'aa irra kaahe "Abul-Aswad Al-ddualii" ~Namni yeroo jalqabaaf أمابعدjedhe,"Nabiyyallaahi Daawud." ~Namni yeroo duraatiif qura'aana walitti qabe"Abuu bakri." ~Durri wanni rabbiin keenna uumee"Qalama." ~Namni barnoota chemistry yeroo jalqabaatiif argate"Jaabir binu Hayyaan". ~Foormulaa algebra namni yeroo jalqabaatiif fide Al-kawaarizimii/الخوارزمي. ~Dubartiin islaamummaa keessatti yeroo jalqabaaf shahiiddee,Sumayyaa haadha Ammaar binu Yaasir. ~Awwalli ilmaan Aadam"Qaabil" ~Namni yeroo duraatiif Afaan Arabaa dubbate"Ismaa'il." ~Namni yeroo duraatiif Islaamummaa keessatti Azaane"Bilaal Al-habashii." ~Namni yeroo duraatiif Ka'aabaa keessatti dhalate"Aliyyi binu Abii-xaalib." @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan
Mostrar todo...
Ammee...!! Injifannoo Haamaas! Weerartuun Israa'iil humna lafoo isheetiin Gaazaa seenuuf lola ijibbaataa isheen taasisaa jirtu Injifannoo Gooticha Hamaasiin goolabamuun waraanni lafoo Israa'iil kan Magaalaa Gaazaa seenuuf ture of duuba deebi'ee jira. Lola ijibbaachisaa Hamaasii fi Waraanni Israa'iil taasisaa turan haalaan ulfaataa kan ture yoo ta'u yeroo ammaa kana Hamaas weerartuu Israa'iil qolachuun of duuba kan deebise yoo ta'u Waraanni lafoo Israa'iilis gara duubaatti deebi'uuf dirqamee jira. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa,  Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/AbduljalilRedwan
Mostrar todo...
Ammee..!! Huutiin Yaman lolichatti makamee jira...!! Yaman keessa kan socho'u humni Ansaarullahi Huutii yeroo ammaa magaalaa Israa'iil kan Iliyaat jedhamtu Misaa'ila Baalistikiin haleelee jira. Humni Huutii kun kaleessas kallattii Galaana Diimaa irraan Israa'iil irratti Misaa'ila furguggisee kan ture yoo ta'u Ameerikaan Misaa'ilicha rukuttee qolachuuf ishee ibsitee turte! Haleellaan ammaa garuu galma isaa argachuun bulchiinsa Israa'iil kana barbadeessee jira. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/AbduljalilRedwan
Mostrar todo...
"Osoo Qudsiin garbummaa jala jirtuu garaa maaliitu na kolfa!" jechuun ijoolluummaa isaa irraa oonnataa kan guddate Salahaddiin Al-Ayyuubi 'n boodarra gamtaa Turkootaa ijaaruun loltuu dandeettii waraanaa qabdu qaamaa fi qalbiin leenjise, Hooggansa Salahaddiin Al-Ayyuub 'n gara Qudsii 'tti kan bobbaafaman loltoonni kunneen loltoota Fannoo Gamtaa Awurooppaa humna guddaa qabu barbadeessuun irra-deebiin magaalaa kabajamtuu kana bilisoomsanii seenaa dhaloonni leellisu hojjetan. Boodarra Turkoonni biyya Misir 'tti mootummaa Mamluk ijaaran magaalattii kabajamtuu Qudsii bulchiinsa isaanii jalatti dabaluun kunuunsanii tiksuun dhaloota 'tti dabarsan! itti fufuun Impaayirri Islaamaa guddichi kan guutuu addunyaa biratti sodaatamu Othoman Empire ykn Dawulatul Usmaaniyyaa 'n dabaree isaa amaanaa Umar kan taate Qudsii tiksuuf waadaa seene. Othoman Empire jireenya bulchiinsa isaa keessatti mirga Muslimoota guutuu addunyaa keessatti argamanii tiksuun kabajaa Islaamaaf waggoota 600 oliif waardiyyaa dhaabbate! Biyyoota Awurooppaa mogolee isaanii cabsuun jilbeenfachiisee, Biyya guddittii Ruusiyaa dugda rukutuun akka isheen ol jettee Muslimoota hin nyaarre taasisee, hanga xumura sirna Mootummaa isaatti Qudsii dabalatee Makkaa fi Madiinaa diinotaaf dabarsee utuu hin kennin kabajaa isaaniitiin isaan jiraachise. Amma garuu Magaalattiin kabajamtuun kun lola addunyaa 1ffaa irraa jalqabuun hanga har'aatti humna gamtaa Yahuudotaa fi Kiristaanotaa jalatti kuftee jirti! Eeyyeen Magaalaan qaalii kun garbummaa jalatti immimmaan ishee dhangalaasuu erga eegaltee jaarraa 1 lakkoofsisuuf qarqara irra geessee jirti. Kana booda hoo? Dukkanoota jajjabaa sana keessaa baatee bilisummaa ishee akkuma dhandhamaa turte Magaalaan Qudsii dukkana garbummaa amma keessa jirtu kana keessaa kan ishee baasu gootni akka Salahaddiin, Atisiz Beyi fi Alparsalaan hin dhufan jettanii tilmaamtuu? Abadan! Inni dukkana garbummaa keessa nama galchu Ifa Bilisummaan nama nii gammachiisa. Bilisummaan cunqurfamtootaa yeroon isaa dhihoodha!. Kan barreesse Jechoota Gaggaarii dha yoo jaallattan Like Share gochuun qoodaa. Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa. https://t.me/AbduljalilRedwan
Mostrar todo...
Abduljalil Redwan ❤❤

👥 Nutti dhuhaadha :- Barachu:-Booharuf:- wantota dinqisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube

https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l

📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

#Kutaa_12ffaa Miidiyaaleen galma ministeera barnootaatti argamuun ibsa Qormaata seensa Yuunivarsitii gabaasuuf qophii taassisaa jiru. @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan 💬NU QUNNAMUUF💬 @Abdulj14 @Abdulj14
Mostrar todo...
100% dhugadha. Isin hin dabrin waan ajaiba teeysani mana kheeysanitti dollar dalagachu, ammalle beekkumsa horachu, maal ja'etin isinif waan hundafu ammuma galmawa. Step 1 :- Email kheeysan ni galchitu Step 2:- gaaffile si gaafatan gisee deebiste dollar si khannama Step 3:- nama yoo itti afertes dollar siif deema 🙏🏾 Share godha... @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan AbduljalilRedwanDo quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://quit2.xyz/57273495663377532/?s=tg
Mostrar todo...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.