es
Feedback
Tapha Baacoo Fi Qoosaa

Tapha Baacoo Fi Qoosaa

Ir al canal en Telegram

√Bashannanaaf √Aadaa keenya √seenaa keenya √kolfaa oluuf √ @Kolfaa join √No Tata just fata √T.me/kolfaa Qofaa galeen Kolfaa galee √Hiriyoota kee Afeerii √itti ejjedhu kolfaa Keessa fuudhi Channelii bashannanaa @Tapha_Baacoo_fi_Qoosaa

Mostrar más
Finlandia1 100La categoría no está especificada
8 364
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días
Archivo de publicaciones
✔✅🌌👍👍✔✅ Yetemechachun photo like argu 👉 #Carraa_gaarii  👈 👉 #መልካም_እድል  👈 👉 #good_luck    👈 @Dura_picture @Dura_picture @Dura_4

👌 ሰላም ሰላም ውድ የቻናላችን ተከታታዮች🙏 የፎቶ ውድድር ሊጀምር ስለሆነ ሁላቹም መሳተፍ ትችላላቹ አሸናፊው የ 15 ብር ካርድ ይላክለታል ማሳሰቢያ ውድድሩ በ 48 ሰዓት ውስጥ ያልቃል እና አሸናፊው ተሸላሚ ሲሆን ሁለተኛ የወጣው ደግሞ ለቀጣዩ ዙር ያልፋል እናመሰግናለን 🙏🙏🙏 @Dura_picture @Dura_picture Suuraa kessan erguuf 👇 To send a photo @Dura_4

👌 ሰላም ሰላም ውድ የቻናላችን ተከታታዮች🙏 የፎቶ ውድድር ሊጀምር ስለሆነ ሁላቹም መሳተፍ ትችላላቹ አሸናፊው የ 15 ብር ካርድ ይላክለታል ማሳሰቢያ ውድድሩ በ 48 ሰዓት ውስጥ ያልቃል እና አሸናፊው ተሸላሚ ሲሆን ሁለተኛ የወጣው ደግሞ ለቀጣዩ ዙር ያልፋል እናመሰግናለን 🙏🙏🙏 @Dura_picture @Dura_picture To send a photo @Dura_4

⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️⭐️ Chaaneelii keenya kana irraa maal barbaaddu? Filannoo keessan #tuquun/Click gochuun itti bohaara. CLICKHERE👇👇

Haceeko😭 Hacaaluu Ajjeesnee jirra Jawaarfaa hiineerra Jedhee ifaa ifatti dhaadate Shimallis Abbaa garaa😭 Share godhaa dhugaa kana ilmaan oromoo biraan gahaa! Seenaaf ol haa taa'u! @jaalala_dhuga @jaalala_dhuga

#Raya_Studio_Tube Ashamaa akkam jirtu uummata Oromoo maraa? Akkuma beekamu dargaggeessa Abrahaam Raayyaa (Raayyaa Istudiyoo)
#Raya_Studio_Tube Ashamaa akkam jirtu uummata Oromoo maraa? Akkuma beekamu dargaggeessa Abrahaam Raayyaa (Raayyaa Istudiyoo) karaa chanalli yuutiyubii 'Raya Studio Tube' jedhuun waggoottan muraasa darban keessatti aartii fi artistoota Oromoo jabeessuufi guddisuu irratti gahee guddaa bahachaa turuunsaa ni beekama. Haata'u malee namootni aartii fi artistoonni Oromoo akka hin guddanne barbaadan dhaabbatni YouTube chanalicha akka cufuu duula guddaa itti godhaniin viidiyoowwan muuziqaa kumaatamaan lakkaa'aman waliin guutummaa guutuutti cufameera. Raayyaa Istudiyoon chanalichi deebi'ee gara qilleensa akka deebi'u gama seeraan tattaaffii gochaa jiraachuus hangasitti chanala haaraa 'Raya Studio Tube' jedhu banateera. Kanaaf #subscribe gochuun aartii Oromoos guddisaa, haamilee aartistoota Oromoos jajjabeessaa. Hin jiran jedhanii warreen aartii Oromoo irratti duula gaggeessaa jiraniniis "Jirra" jechuun qaaneessaa! 👇👇👇 https://www.youtube.com/channel/UCz-uLZg1p-xJypgz9PArv2Q

#Abbaashaggee #Jorji #Rabira ✊Galmaa Dhugaa✊

⌾ ℛ ⌾ ℳ ℙ 🎸: ITTIQAA TAFARII GALMA DHUGAA @Oromp

Ittiiqaa Tafarii #Galma Dhugaa #likeNewmusicvidio https://m.youtube.com/watch?feature=youtu.be&v=LM53SonsAVo

ITTIQAA TAFARII GALMA DHUGAA @Oromp
ITTIQAA TAFARII GALMA DHUGAA @Oromp

BAGGA AYANNA IRRECHAA GESSAN /እንኳን ለኢሬቻ በሰላም አደሳቹ . @Bruke_Art @Oromp

Dachaasaa Boorehaa Harar Gola New Music Vidio #2020 Coming Soon....