cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Moohichaaf ka'i ( Be a winner) 💪

#Oromummaan Faaya kanaafa #Aadaa Seena Dudhaa keenya #Ittiin haa ibsanuu jecha #Aartiidhaan Oromummaakoo nan ibsadha. warri jettaan Anna dhufuu,

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
158
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Yeroo kanatti biyya jigaa jirtu keessatti baankiin Oromoof balaa malee bu'aa miti. Yoo dandeessan maallaqa keessan baankii kamuu keessaa baasaa qabeenyaa birootti jijjiirradhaa ol kaayaa. Sharafni maallaqa biyya sanii guyyoota as deeman keessatti kan durii daran daaraa tahuuf deema. Warri alaas maallaqa keessan karaa baankii mootummaatiin erguu irraa lagadhaa karaa biroo fayyadamaa. Biyya fakkeenya kufaatii Eertiraa hordofaa jirtu keessatti karaa baankii maallaqa erguu fi horii baankii kaayyachuun dhadhaa ibidda keessa dibanii (awwaalanii) kaayuudhaan tokkuma. #Abiy_Ahmed_is_a_war_criminal #AbiyMustGo
Mostrar todo...
Zinaabuun Soddaa isaa tokko (Eskinder Nega) balbala duubaatiin Filannootti galcheera.🤣
Mostrar todo...
Dubartii. 🤰 Dhiironni baay'een dubaroota fuudhaaf yeroo gaafatan akka waan oolmaa guddaa oolaniifii fakkeeffamee yaadama; ilaalamas. Garuu wantota armaan gadii kana yaaddanii beektuu 1. Mana ishee gattee si bira dhufti. Siif jettee maatii ishee dhiistee fagaatti. 2. Siif ulfoofti/garaatti baatti. 3. Ilmoo siif deessi. 4. Yeroo ulfooftu namummaan ishee ni jijjiirama. 5. Yeroo da'umsaaf miixattu dhukkubbii hamaatu itti dhagahama. 6. Darbee darbees carraan du'aa ishee mudata 7.Mucaa siif deesse amma inni of danda'utti dararama heddu wajjin agarti. 8. Mucaan isheen deesse amma gaafa du'uutti maqaa keetiin waamama. Kan isheetiin hin waamamu. Kanaafuu eenyutu eenyuuf oolmaa ooleree? Yaa gurbattii haadha manaa keetiifi haadha ijoollee keetiif kabaja malu kenniif; dubartii ta'uun waan salphaa mitiitii!!! Galatoomaa yoo isinitti tole ❤️ naaf tuqaa!. By Hawi_Oro. ~~ @orolovechats
Mostrar todo...
Daddabaa karaa gamaa Dabaa karaa gamanaa Ani waa hin dabnee Karumaatu kanaa . . . Jedhe namtichi dubbiin itti jallannaan. AJAB! Yoom kana qofaa channalii Gorsaa babareeda irraa argatuu Qabannee waan dhufneef Join godha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
🍀OMN
🌏ABO TV 🍓🍓🍓🍓
🍀BBC AFAAN OROMO
🌲HARARGEE MEDIA 🌹
🍀Sport media
🌖SAGALEE QERROO FI QARREE OROMOO
🌹JARRAA ABBAA GADAA
❤Jechoota Hayyoota
🍀OBN
🍀Onnachiiftu jiruu
❤SUNNAA RASUULA(SAW)
🌹QABSOO MEDIA
🍀Dheebuu jaalala
❤QERROO FI QARREE MEDIA❤
🌹Madda jiruu🏆
🍓AHLUU SUNNAA WAL JAMA'AA
❤Madda jaalala❤
🍀FASTAQIM ISLAMIC
🏆ONN🏆
🏆GROUPI IJOOLEE OROMOO 🏆
💔GROUPI FURTUU JANNATAA 💘
🍀OROMOO MEDIA🍀
🍀Asmaa islamic❤
💯⛔Channali Beeksifachuuf🙌
DHIIRRI TOKKO.... 👉 Giphii ( Kiisii) Qomaa keessatti meeshaalee kanneen akka Qalama (Kobbee) fi waraqaa daphoo baatee deemuu jalqabeera taanaan 👉 Shamizii jalatti Qomee ( T-Shirt) uffachuu jalqabeera taanaan, 👉 Qarshii callaa (Sharafa) Borsaa kiisii (Wallet) keessa , akkasumas Qarshii Duudaa giphii kootii isa gara keessoo keessa kaawwachuu eegaleera taanaan, 👉 Uffata baqaqsiifamee hodhamu uffachuu baay'isa taanaan, 👉 Saamunaa osoo hin fudhatin Qaama dhiqachuuf uffata ofirraa baafachuu eegallaan, 👉 hiriyoota isaa waliin osuma taa'uuu yaadaan baduu fi abdii kutuu eegaleera taanaan, 👉 Kaaffee fi golgee bunaa deemee buna finjaala tokko dhugee sa'aatii 4 ol taa'uu eegaleera taanaan, 👉 Ganama sa'a 1:00 booda hirribaa ka'uu eegaleera taanaan, 👉 Shamarran yeroo bira darban gadi jedhanii nagaa gaafatanii darbuu eegalaniiru taanaan, 👉 Saaloonii taa'ee Akaayii qorxomsuu eegaleera taanaan, 👉 Dargaggeessa dhaabbiin isaa bareedu yeroo argu aariidhaan dhiigni isaa danfuu jalqabeera taanaan, 👉 Ammas ammas Irra deddeebi'ee Qabattoo isaa sirreeffachuu eegaleera taanaan, 👉 Kaalsii dhedheeraa fi Kophee gogaa irraa hojjatame qofa uffachuu baay'isa taanaan, 👉 Gaazexaa yeroon isaa keessaa ba'e dubbisuu eegaleera taanaan, 👉 Taaksii ykn konkolaataa keessa yeroo taa'u "Foddaa naaf cufaa" jechuu eegaleera taanaan, 👉 Miseensa Afooshaa mana hojii (Waajjira isaa) ta'ee galmaa'eera taanaan, 👉 Jecha "Hin jeeqinaamee" jedhu fayyadamuu baay'isa taanaan, 👉 Mana isaa qalama ifu ykn Calaqqisu dibuu eegaleera taanaan, 👉 Mana karambullaatti deddeebi'uu baay'isa taanaan 👉 Gaafa mana boo'ichaa deemu jaakkeettii uffachuu eegaleera taanaan, 👉 Gaafa Huccuu bitatu "#Cotton dhaa?" Jechuu eegaleera taanaan 👉 Oduu sa'aatii 2:00 dura irbaata nyaachuu eegallaan, 👉 Rifeensa funyaan isaa keessa jiru muruuf yaalii gochuu eegallaan, 👉 "Miidhaginni shamarranii rifeensa isaaniiti" jechuu eegallaan, 👉 "Faranjoonni maal jedhu seete?" Jedhee oduu eegaluu jalqabnaan, 👉 Gabatee yeroo ( Calendar ) mana keessatti fannisuu eegallaan 👉 Kooffiyyaa leenjii fi Walga'ii irratti kennameef guyyaa boqonnaa isaa uffachuu eegallaan, 👉 Bara jireenya isaa abaaruu eegallaan 👉 Maqaa isaa yeroo gaafatamu hanga akaakayyuutti waamuu eegale taanaan .........fi..... 👉 Barruu kana erga dubbisee booda, "Badi asii... Wallaaltuu... Ololtuu... Sobduu " jedha taanaan, Akka inni dulloome baruu qabda. Hin barre taanaan dhimma keeti. Kan hafe itti dabalaa! Kan shamarranii itti fufa! Copy Hin Godhinaa Jedhee Ture Namichi,Isinii Wantin Hin Taane Hin Jiruum😊😊
Mostrar todo...
ILAAMEE ATIS DHIIRAA... Fedhiikee guutuuf jettee Kan badii durbaaf gamtuu Beekkadhu guyyaa tokkoo Firiisaa akka haamtuu #Silaa_bar Shamara jechuun koodeedha Shamara jechuun aayyoo Shamarree harkaa soorrattee Eegalteem daandii kaayyoo Shamarri kun niitiidhaa Shamarri obboleettii Fedhakee qofaan yaadiin Ilaali akka keettii Bar uumaan si gaafataa Yoo hojjette waan cubbuu Waanta bor bulee darbuuf Maaliif dhamaasta lubbuu Fedhiikeef yeroo laattus Itti yaadi waan jiruu Dhugaaf dhugaan adeemii Hunda guuttadhu tiruu... Malee akkuman argee Jettee hin miidhin shamarree Waan aadaan keenya hin beekne Ilaaltus akka hin barree Ulfinaaf kabajakee Eeggadhu hanga fuutuu Hawwiin foonii ni obsamaa Obsitus tasa hin duutuu.... #Seenaa_onnee_namaa_tuqu_dhaga'een_barreesse! #belly. @Dambalii_jaalalaa
Mostrar todo...
🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈🌈 🥽Guyyaa dhufee darbutti callistee itti deemtee callistee bira hin darbin 🥽yeroo darbite maalaniinan dabarse maalan irraa buuse? 🥽Yeroon fuuldura koof naaf dhufaa jiru Maalidha? 🥽karoorikkoo maalidha? Jedhii yaadaa jireenya dhuftutti adeemi yeroos kan darbe irraa barachaa isa dhufu baraa adeemta. ✍ @moohichaafka'i💪 @Dambaliiwaamaraa Join & share @beekkumsaawalligalaaf
Mostrar todo...
Itti Fufiinsa Seenaa olii isiniif haa xumuruu, warri kutaa 1,2,3, hin dubbisne ol darbaa dubbisaa. Kutaa 4 fi 5ffaan kunooti (Kutaa xumuraa) ...Anis tole jedheenii bilbila ko kenneefii biraa deeme guyyaa tokko naaf bilbiltee koottu naan jette tole jedhee yeroon finfinnee deemee irraa adaamaa gahu ammas naa bilbilte eessa geette naan jette amma dhufee adaamaa seenee jira kanaafu hoteela taa'ee isin eegaa jira jedheeni itti hime abbaa warraa ishee waliin hoteela ani itti himetti dhufanii natti ol seenan yeroo kana abbaan warraa ishee akkuma na argeen rifatee dhaabbate isheen koottu maaliif dhaabbatta jetteenii harka isaa qabdee harkisti innis gara koo as dhufuu didee achuma dhaabbate yeroon olk'ee ilaalu abbaan warraa ishee kun hojjataa kiyya kan ani hoteela koo keessa isa qacaree tahuu hubadhe Amma olka'ee bakkuma isaan dhaabatanitti biradhaqe isheen afaaniin jarjartee nagaa na gaafatte inni kun engeener abbaa warraa kooti naan jette tole ammas yeroo kana abbaan warraa ishee callisee mataan gadi jedhee lafa ilaaluu malee ol jedhee na ilaaluu hin dandeeyne dhuma irratti ani maqaa isaa waamee engineer maali maal taate jedheen innis dubbachuu dadhabee afaan isaa wal hidhee aa'aa 'aa lakki akkanumaani naan jedhe Okay homaa miti koottu taa'i wajjiin shaayii dhugnee deemtanii jedheenii isaa fii haadha manaa isaatis bakka tokko teennee shaayii dhugnee waa nyaanne yeroo deemuuf jennu jaartiin isaa koottu mana keenna osoo hin ilaalin akkam jette galta mana keenna ilaalta naan jette yeroo kana abbaan warraa ishee ija isaatiin ilaalee ijuma isaatiin waa jedheeni luka isatiin luka ishee irra dhaabate akka nama cal'isi jedhuunii fakkaata Anis akka abbaan warraa ishee rifate waan argeef homa rakko hin qabu yeroo biraa dhufee mana keessan laala ammaaf ni deema na geggeessaa jedheen tole jedhan an gadgeeysu qofarratti osoo hafee mal waa qaba namni nama tuffatu ilmi namaa kun waan jijjiiramu itti hin fakkaatu ni beeytaami akkumaa aada isii arraas ........ itti fufaa.. Seenaan @milkaainajireenyaa
Mostrar todo...
Kutaa 5ffa(kutaa xumuraa) Seenaa ajaa'ibaa! Arraas akkuma aada ishii kan duraan barte san gochuuf yaalte maalisa namni sammuu isaa maallaqaan madaqsee ta'u? Karaa waliin deemnee isheen mallaqa borsaa ishee keessaa ol baaftee hoodhu makiinaa ittiin yaabbadhu naan jettee harka ishee natti diriirsite abbaan warraa ishee rifatee maal godhaa jirta jedhee itti iyye isheenis keessummaa nu bira dhufe akkamitti callisnee harka qullaa geggeessina jedheeti jetteen Yeroo kana ani yaadaan waggoota baay'ee uf duuba deebi'ee guyyaa isheen mana barumsaa keessatti mallaqa borsaa ishee keessa baaftee hoodhu surree kee ittiin hodhadhu jette ijoolle hiriyya kootii keessatti na saalfachiifte san yaadadhe Akkasumatti harka ishee mallaqa waliin walitti qabee maqaa ishee waamee ati haga har'aa sammuudhaan osoo hin tahin mallaqaan yaadda? Samuun kee mallaquma mitii? Jedhee ishee gaafadhe isheenis rifattee waan ani wanta duraanii san itti kaasu itti fakkaate baay'ee dhiphatte daddaftee abbaa warraa isheetiin mucaan yeroo mara ani sitti himu kan duraaniin mana barumsaa keessatti na jaalate kan ani hiyyeessa jedhee sitti hime sun isa kanaa bar jette abbaa warraa isheetti himte Abbaan warraa ishee imimmaan fuula isaa irra gadi yaa'ee innis abbaan qabeenyaa kan ani hoteela isaa keessa qacaramee dalagu sun kanaa bar jedheenii yeroo kana isheenis abbaa warraa ishee qabattee boottee nan salphadhe jettee abbaa warraa ishee dhiifama gaafatte Kana booda anis deemee finfinneetti deebi'uu waan qabuuf homaa miti amma na geggeessaa jedheenii bakka parking makiinaan koo dhaabatu biraan na gahanii isaan lamaanuu makiinaa koo keessa seensisee seenaa jireenya kiyyaa itti himee jaalala malee maallaqa garmalee jaallachuun akka faaydaa hin qabne hubattee dhumarratti abbaa warraa isheetiin boqonnaa guyyaa 5 siif kennee jira torbaan dhufu keessa hojii jalqabuu qabda jedheeni aniis gara mana kooti imala koo itti fufee jedhama. kabajamtoota maati chanala keenya seenaan lee garaagara kan isin biraan geenyu taha isiniis sher godhuu qabdan. @milkaainajireenyaa
Mostrar todo...
Seenaa ajaa'ibaa Kutaa 3ffaa Kutaa 1ffaa fi 2ffaa warri hindubbisne👆👆 ...Baay'en gadde imimmaan narra gadi yaa'e hiyyummaa kootti gaddee yaa gooftaa koo hiyyummaa kana keessa na baaftee namatti na qixxeessitaa garuu jedhee gooftaa kootti himadhe Jaalala jechuun fedhii onnee keessa burqu osoo hin tahin kan qabeenya irratti hundaahu natti #fakkaate jireenya koo jibbe kana booda jaalala jedhee dubbachuu hin qabu jabaadhee baradhee bakka guddaa gahuu qaba jedhee murteeffadhe #Barumsa_akkuma xumureen qabxii ol'aana galmeesse university finfinnee na gahe barachuu jalqabe university keessattis akka ani ilma hiyyeessa tahe na beekan haa tahu garuu hiriyyootas namoota #gaggaarii qaba baay'ee na gargaaraa turan carraa kanaan isaanis galatoonfatuu barbaada Egaa rabbiin waan dadhabe hin qabu waan taheef ammas barumsa kootti cimee bu'aa bahii guddaa keessa dabree qabxii ol'aana galmeesse eebbifame akkuma eebbifameen universitima san keessatti barsiisaa tahee qacarame #Waggaa 2 eega barsiise booda ijoollee oromoo finfinnee keessa jiran hoteelaa fi hojii gugurdaa qaban wajjiin waan wal baree jiruuf isaan wajjiin wal gargaarre hojii biraatis jalqabne hojjachuu eegalle 👉Waggoota baay'ee booda abjuun koo naaf dhugoome abbaa qabeenya ol'aanaa tahe hoteela dhuunfaa kootii ijaaradhe haala gaariidhaan hojii koo itti fufee hoteelli koo baay'ee guddaa waan taheef hojii electric fi hojii tubboo bishaaniitiif engineeroota 2 ijoolle oromoo qacaree hoteela koo keessa hojjatan 👍Guyyaa tokko osoo ani mallaqa baankii kaayee bahaa jiru hintalli ani duraaniin jaaladhe sun balbala baanki irratti osoo ol seenaa jirtu walitti dhufne nagaa wal gaafanne baga jiraatte waliin jenne isheenis haadha ilmaa taatee jirti makiinaa dhuunfaa ishee kan kuma dhibba 3n bitamu qabdi konkolaataan koo garuu million 2n bitame isheen garuu konkolaata ko hin agarre yeroma nagaa wal gaafannu waan baay'ee haasoynee isheenis kunoo jireenya koo laali kan ani itti heerumes engineera adaama keessa mana jireenya bareeda qabna jireenya bareeda jiraata jirra kanaafuu abbaa warraa kootiin wal si barsiisa naan jette bilbila ko narra fudhatte. Aniis bilbila koo kanneefi biraa deeme...... ittii fufa... @milkaainajireenyaa
Mostrar todo...