Salaam da'awa group
DHIHANA QALBII MUSLIMAATI YouTube Channel subscribe https://www.youtube.com/channel/UC-APBegIqTvapdEHxOfF2jA
Mostrar másEl país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
253
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
Repost from N/a
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Hamtuu hojjattee
faarfamuurra
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
gaarii hojjattee
arrabfamuutu
wayya............
💐💐💐💐💐💐💐
Dabalataaf linkii kana
tuquun chaanaalii
kana hordofaa
https://t.me/hubadhuilaali
💜HUBANNOO💜
Gorsa seenaa jachoota hayootaa fi addunyaa har'aa.
Repost from N/a
🌾🌾🌾🌾☘️☘️☘️☘️🍀
Rakkoo irra
daddeebiidhaan
jireenya kee keessatti
si qunnamu hin ajaa'ibin
🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈
maaliif yoo jatee siitu
rakkoo takkitti jalqaba
si qunnamte iraa
gorsa hin fudhatini.
🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
➡️Dabalataaf link kana
tuquun nu hordofaa
⬇️
https://t.me/hubadhuilaali
💜HUBANNOO💜
Gorsa seenaa jachoota hayootaa fi addunyaa har'aa.
Repost from N/a
💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐
Namni sufuun isaa itti mullatte
safuu nama biroo ija laaluun
hin qabu, namni boolla shiraa
qotees booddee ofumaaf itti
bu'a, nama qaanii nam saaxilu
fedhus jalqaba isatu saaxilama,
🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱
namni yeroo hunda yaaduma
isaa dinqisiifatuus booddee
karaarraa maqa...
🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈
Rabbin hund keenya nu haa
qajeelchu
link asii gaditti aragamu
kana tuquun nu hordofaa.
https://t.me/hubadhuilaali
Bismillahi alhamdulillah wassalaatu wassalaam
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
alaa rasuulillah SAW
AS WR WB obalyyan
keenya yeroo dheeraaf
toorarraa bannee kan
turre kunoo deebinee
jirra galata rabbii alhmd
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
Nabiyyi rahmataa irratti
Salawaata buusuun SAW
Guyaa keenya haa miidhagsinuu
Waliin jachaa jummaa
gaarii isiniif hawwina 🌺
🌷🌷🌷🌱🌱🌱🌱🌱🌱
👤“Haala gaarii gabrichi qabu kessaa dhiifama godhuudha.”✅Hasanul-basrii.
@Mahiralioffers
✅HASANUL-BASRII✅
adunyan bakuma lamati
gari fi hamtunis isuma kessati
rakko fi balonis isuma kessati
jirun adunya yoom gargar hafti
akka shanshalatati umaan nama jini
garruma keysati rabbiin hamtu nun hin fene
numa if naqeti namni sila yoom dhaqaba
malaqa hulayu naqa adunya kijibdu
sahiba malaqa booru namu kafana
tokkon qabri irra dhaqaa
✍ WALALO GABABA ✍
#Ani
Nan jiraadha gammadee
Rakkina tokkon qabuu
Waanin nyaadhufi dhuguu
Mana keessa hin dhabuu
Fira kiyyan waammadhaa
Gaafa rakkoof gidiraa
Rakkina homaan qabuu
Hunduu naaf guutee jiraa
# Ati
Rakkatteetu jiraattaa
Ciifte daandii walakkaa
Huccuu gaariifi kophee
Uffatteen beektu takkaa
Rakkoofi dhippinni kee
Garaa koo na raaseeraa
Kophee uffadhu kunoo
Ittiin deem karaa dheeraa!
@SDGROUP_CHANNEL
👍 4
MAALLAQNI
┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
→ Mana malee, maatii hin bitu!
→ Siree malee, irriiba hin bitu!
→ Kophee malee, miila hin bitu!
→ Amartii malee, jaalala hin bitu!
→ Fuullee ijaa malee, ija hin bitu!
→ Qoricha malee, fayyaa hin bitu!
→ Rasaasa malee, jireenya hin bitu!
→ Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu!
🙏🙏🌴 JOIN 🌴🙏🙏
@Babilevine
@Babilevine
Asalaamu alaykhum warahmatullahi wabarakaatuhu
🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸
Channel armaan gadii kana Join gochuun daawaa fi oduu akkasumas seenaa rasuula rabbii (s,a,w) irratti bareeffamanii gad-dhiifamanu irraa haga tokko barnoota irraa argachuu waan dandeessaniif affeerraa keenya #JOIN gochuun nuuf afeeramaa.
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@Mahiralioffers
@Mahiralioffers
@Mahiralioffers
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️
T.me/Mahiralioffers
Mahir ibnu Ali official
Chaanaalii kana irratti ◇Sagantaalee Da'awaa ◇Barnoota amantii ◇Seenaa ◇Boohaartii gara garaa kan nama bohaarsaniif ergaa dabarsan vidiyoo fi sagaleen argattuu Join godhaa @Babilevine Akkasuma Chaanaalii keenya @SDgroup_channel Garee chate @SDgroupdawa
11,Unchangeable Fashion (Faashina Hin Jijjiiramne)
If We Look This World If We Are Imagine There Is Only One Thing Unchangeable Fashion Hammamis Yoo Ture Kan Hin Jijjiiramnee Yoomillee Qajeelaa Kan Hin Micciiramnee Kaleessas Yoo Ta'e Har'aa Fi Borullee Saayinsii Guddatus Badus Haa Tolullee Yoomis Islaamummaan Bakkaa Hin Jijjiiramuu Buris Itti Fufaa Dalga Hin Micciiramuu
Adawwiin Jijjiiruf Shira Meeqa Footii Taabba Meeqa Baatee Wanta Meeqa Gootii Dharti Miila Hin Qabduu Maalin Taabba Baatii Waa Tokkollee Fidduu Ofumaaf Dhamaatii Kan Filee Nuuf Kenne Rabbii Aalamaatii
Maalif Fagoo Yaaddaa.....
Maalif Fagoo Yaaddaa Karaa Irra Ciiftee Faashina Hardoftaa Sunnaa Kee Gadhiiftee
Kaayyoo Kee Wallaaltee Asiif Achi Joortaa Humnaaf Qabeenya Kee Maaf Alagaa Soorta
Raajii Dubara Ammaa.......
Hanga Jilbaa Murtee Huccuu Jalaa Olee Waa Saalfin Hin Jiruu Gad Baafte Mogolee Dubbii Bara Kanaa Wallaalle Waan Isaa Huccuu Jalaa Bahee Sarbaan Calaqqisaa Dhiirtis Kana Ilaalaa Qalbii Gad Lakkisaa Dubbiin Kun Akkami Maal Jettu Yaa Firaa Silas Yoom Nu Dhibe Kan Jara Kaafiraa Tokko Tokko Jiruu Kan Maqaan Musliimaa Qalamaan Fokkiftee Hidhiin Ishee Diimaa Wayaashee Ol Buttee Kinoo Hanga Jilbaa Gaafa Duubaan Ilaaltu Qaamni Alaa Sirbaa
Kaafira Baafattee Hiriyaa Jaalalaa Mudhiitti Rarraatee Tasa Hin Baatu Jalaa Isa Ofii Dhiiftee Ormaaf Garaa Laattee Halaalli Osoo Jiruu Kan Haraama Nyaattee Dhiisi Yaa Obbolii Maalif Akkas Taataa Qabsoon Jallinaa Kun Eessa Gahuuf Laataa Fedhiidhan Moo'amtee Maalif Qalbii Cabdaa Faashina Himmoofne Islaamummaa Qabdaa
Hundaa Itti Dhiisii Hundumaa Tuffadhuu Mallattoo Musliimaa Jilbaaba Uffadhu Gaaf Faashina Dhiifte Hundumaa Tuffattee Gaafa Bareechitee Qaama Keetti Uffattee Abdii Sirraa Qabnaa Abdii Sirra Keenyaa Silaaltee Gammaddii Gaafas Qalbiin Teenyaa Garuu..................
Uffachuun Kee Qofti Kophaatti Ga'aaree Jilbaaba Uffatteen Iimaana Ta'aaree Uffattee Miidhagdee Musliima Fakkaachuun Halkan Jijjiirrattee Orma Faana Kaachun Kaaffee Keessa Teessee Dhiira Faana Nyaachuun Akkamitti Laaltaa Wanti Kun Sirriidhaa Kan Si Dogongorse Qalbi Moo Birriidhaa Gaaf Ati Bareeddee Uffattee Gad Baatuu Qalbiin Koo Abdiidhan Yoo Si Faana Ilaaltuu
Kabajamtuu Namaa Kan Hundumaa Caaltuu
Osoon Akkas Jechaa.............
Qalbii Koo Sossobee Abdiin Jiraachisuu Biddeena Jaalalaa Abjuudhan Nyaachisuu Gaaf Tokko Waa Argee Waan Nama Yaachisuu Osoon Karaa Deemuu Raajin Na Mudatee Keessa Kootti Aaree Garaan Na Gubatee Wanta Haaraa Argee Wanta Dur Hinturree Wal Bukkeetti Arginaan Jilbaaba Fi Surree Dhaabbadhee Yoon Laaluu Wallaalee Akkataa Innumtuu Kaafiraa Kunoo Muka Baataa
Qalbiin Kee Si Sobdee Maalif Si Dhamaaftee Kabajaa Kee Warqii Alagaa Badhaaftee Ishee Akkasii San Anoo Maaf Ilaalaa Isheedhuma Xiqqoo Eeggachuun Naaf Caalaa
Rabbiin Abbaan Qudraa Keessaa Fuudhe Quwwaa Gubbaan Nama Sobdii Egaa Keesson Duwwaa Maaf Dubara Qofaa Dhiirris Lafa Guutee Inni Qalbiin Isaa Tasa Jalaa Buutee
Sunnaan Nabii Keenyaa Bar Akkana Hin Turree Lafaarra Harkisaa Gadi Buusee Surree Sunnaa Isaa Dhiisee Kan Ormaa Jabeessaa Rifeensa Ol Dhaabee Kaafirran Fakkeessaa Yoo Halaalaa Ilaalte Maraattuu Fakkaataa Mormaaf Harkarrattis Bar Sibiila Baataa
Ana Ofiin Jedhaa Irra Caalan Namaa Zikriinsaa Muuziqaa Galgalaaf Ganamaa Gaafa Guyyaa Jum'aa.......
Bariidhan Ol Ka'ee Yoo Shaaworii Galee Mu'minni Hin Jiru Gaafas Isa Malee Dafee Fiigee Ba'aa Yoo Salaatee Geessee Torbanitti Dhufaa Erga Gaafas Dheessee Dhamaatuu Akkasaa Hiriyaa Baafatee Gibbii Keessa Jooraa Harka Irra Kaawwatee
Guyyaanis Wal Jalaa Waan Hin Buune Seetee Maalif Shawwadamta Waan Hin Duune Seetee
Allahn Sittamist Ye Alamaat Geetaa Gaafatamuuf Jirtaa Asiin Hafta Seetaa Qabeenyaf Jabeenyas Waan Dalagde Cufaa Guyyaa Ofirraa Dhiiftee Biraa Deemtu Dhufaa Akkas Ofiin Jechaa Meeqa Qalbii Cabee Karaa Rabbiirratti Inni Sabrii Dhabee
12, Ijoolle Oromiyaa
Assalaamualeykum Ijoollen Oromiyaa Osoo Adda Hin Qoodin Kan Bahaa Fi Dhiyaa
Deemsa Koo Eegaluuf Baha Biiftuu Irraa Horree Babaldhannee Bakka Maraa Jirraa Bahaaf Lixa Jedhee Hin Qoodu Gargarii Akkam Nagaa Jirtuu Ijoollen Hararii
Galamsoof Baddeessaa Kan Gaara
Elige un Plan Diferente
Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.