cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

UMMI TUBE

♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ "CHANNALA KENYAA QOPHIILEE .☆Dawaa daiwan kenyaraa .☆Ergaa gagaababo. .☆Walin habaraanuu "Channala kana join share gochuu hin dagatina..... JZK.......

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
158
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
sticker.webp0.01 KB
💚Ummi💚 |||||||||||||||| 👇 @ummi_tube
Mostrar todo...
4.36 MB
#Jannatni koomee haadhaa jala jirti. #Haati hikkaa jiruuti. #Gaaddisa rakkooti. #Ifaa dukkanaati. #Riqicha jannataati. #Madaala jaalala dhugaati. #Balbala milkiiti. #kennaa rabbii guddichaati. • Qaqqabaan isiin mata si qaqqabduutu cinqii fi hiraar addunyaa tanaa si dagachiise onnetti gammachuu safara. • Haati waan ati barbaaddu siif godhuu baattuus , waan qabdu hunda siif godhuuf osoo lubbuu sitti hin qusatin namni siif arjoomuf qophii tahu an haadha malee hin beeku. • Waa'ee haadhaa dubbachuuf arrabaatu hudhama , Onneetu dhaabbata , sammuutu dhiphata , Jachootaatu ba'aa dadhabee gitintira. • Hin dagamin, barakadhuun haadhaa tokkichi waan kumaatamaan tilmaamamuu miti. • Isaan bira teessee hin gaddin, gaddi kee isaan irra miidha. • isaanitti tola ooli, yeroo mara du'aa'iin yaadadhu. • Rabbiin haawwota keenya kan jiran Umrii haa dheereessu ; kan gara ganda aakiraa deemaniif rahmata haa godhuuf.
Mostrar todo...
HADHAKOON JAALLADHA NAMNI JEDHU QOFTI HA DUBBISU Haqa :::::: Haadhaa :::::♥️♥️ 1- ☞Sagaleekee Sagalee isiirra olkaaftee itti hin dubbatin 2-☞Wol_Mormii Nama aarsu isiidhaa woliin hin mormin 3☞-Utuu isiin dubbattee afaanii hin fixatin itti hin dubbatin 4-☞Maqaa isiitiin hin waamin 5-☞Utuu isiin Raftee hinquufin irribarraa hin kaasin 6-☞Haajaadhaaf yoota'e malee fuuldurasii buutee hin deemin 7-☞Akka gabrichi sayyida isaatiif ofgadi qabutti atis haadha keetiif of gadi qabii ajajamiif 8-☞Utuusiin siwaamtee afaanii hin fixatin jalaa owwaadhu 9-☞Manaa baatee ala/bakkee erraa hin turin 10-☞Isiitti aartee ija itti hin babaasin 11-☞Dubbii itti hin jajjabeessin afaan laafaadhaan wojjin haasa'i 12-☞Dubbiisii dantaa/haajaa erraa hin dhabin 13-☞Karoora isiitiifi yaada isii arkatti hin tuffatin 14-☞Yeroo isiin cinqamtu maaltaate? mee akkam haagoonuree akkas goonuu laata jedhiitii wojjin maryadhu 15-☞Yeroo isiin Waa Rakkatte gargaariin 16-☞Yeroo isiin dhukkubsatte mana yaalaa geessi 17-☞Yeroo isiin offata dhabde offata bitiifi 18-☞Haadhakoo Haajaankee hundi haajaa kooti jedhiin 19-☞Yaadasii erraa furadhu harkatti hin didin 20-☞Firoottan isii Maxxanfadhuuf 22☞-Jaalalleewwan isii jaalladhuuf 23-☞Abaarsa isiirraa Of eeggadhu 24-☞Isii aarsuurraa jabeessii of eegi 25☞-Waan galuufii dhabe suuta jedhiitii ifsiif 26-☞Istaayila isiin beektuufi afaan isiin beektuun wojjin haasa'i istaayila araadaa isa jedhan sana isiirratti hin dubbati 27-☞Eebba isii erra barbaadi 28-☞Eebba isii saammadhu 29-☞karoorakee isii hin dhoksin 30-☞Utuu isiin hin taa'in ati dura buutee hin taa'in Worra waan dubbateefi waan dhaga'etti ojjatu Rabbi nuhaa taasisu😥 Obbolaawwan keenyaafi obboleettowwan keenyaaf shear haagoonu☜☜☜☜ 💚 👇👇👇 @Ummi_Tube @Ummi_tube
Mostrar todo...
ጁመዓ ቀን መርሳት የሌለብን! ……………🍃🌸🍃…………… ነቢዩና ሙሐመድ ሰለዋቱላሂ ዐለይሂ ወሰለም ሰለዋት ማውረድ! 🍃ሱረቱል ካህፍ ማብዛት ደጋግመን መቅራት 🍃ከአስር በሃላ የሚደረግ ዱዓ ሙስተጃብ መሆኑ ዱዓ ማብዛት አላህን ምህረት መማፀን መልካም የኢባዳ ጁመአ ይሁንልን ……………🍃🌸🍃………… "ዛሬ ቀኑ ጁመዓ ነው በኢባዳ፣ በዚክር ፣ በሰለዋት እንጠነክር ኢባዳችን የተባረከ ይሁን ያስብነዉ የሚሳካበት ዱዓችን ተቀባይነት የሚያገኝበት ይሁንልን 🍃 ……………🍃🌸🍃…………… መልካም ጁመዓ ይሁንላችሁ ውዶቼ አሚን http://t.me/QURAN_YELB_BREHAN
Mostrar todo...
attach 📎

Jumma garii. 💚 @ummi_tube @ummi_tube
Mostrar todo...
Nama humnaan Si Mo'e Guyyaa Tokko Atis Humnaan Ni Moota.. Nama Maallaqaan Si Moo'e Atis Guyyaa Tokoo Dureessa Taatee Isas Ni Moota, Nama Beekkumsaan Si Caales Guyyaa Tokko Barattees Tahu Qo'attee Ni caalta. Nama Jaalalan Si Injifate Garuu Yoomiyyuu Taanan injifachuu hin Dandeessu. kanaafuu Nama Jaalalaan Si Injifate Jaaladhu Channee keenyatti Dabalamaa 👇. 👇. 👇. 👇. 👇 ★━━━━━━✩━━━━━━★ @ummi_tube @ummi_tube ★━━━━━━✩━━━━━━★
Mostrar todo...
❤️የሰው ልጅን ሁለት ጆሮዎች👂 ስትገጥማቸው የልብ ቅርፅ ይሰጣሉ ይሄ አስገራሚ ነው አይደል?🤔 heart ልብ ከሚለው የእንግሊዘኛ ቃል ላይ h. t ብታውጣ .. ear.. ጆሮ የሚል ሌላ ቃል ይወጣል 👂h..ear..t.❤️ እና ምን ልልህ ፈልጌ ነው ሰዎች እንዲወዱህ በልባቸው እንዲያስቀምጡህ ከፈለክ ጆሮ ስጣቸው ይህ በቂ ነው።
Mostrar todo...
Dr Abdurrahman Abdullahi gara ganda Aakiraatti godaane INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN Barsiisaa Yuunivarsitii Finfinnee, kan ta’e Dr Abdurrahmaan Abdullaahii gara ganda Aakiraatti godaanuun dhagayame. Dr Abdurrahman beekumsaa fi karaa adda addaatiin hawaasa Muslimaa kan tajaajilaa ture yoo tahu, koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa keessattis miseensummaan, Akkasumas baankiiwwaan Islaamaa dhiheenya hundeefaman jidduu hogganaa fi hundeessitoota Baankii Raammis jidduu tokko ture. Dr Abdurrahman Rabbiin Jannataan haa qananiisu Ahlii fi maatii isaanii maraafu Rabbiin Sabrii haa keennuu. Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.