es
Feedback
Goro secondary school adama

Goro secondary school adama

Ir al canal en Telegram

Mana barumsaa gooroo sad.2ffaa adaamaa

Mostrar más
4 812
Suscriptores
+924 horas
+647 días
+38230 días
Archivo de publicaciones
Barattoota kutaa 12ffaa Marsaa 3ffaa qoramtan hundi keessan gaafa guyyaa 01/11/2018 ganama sa'a 12:00 irratti mooraa mana barumsaa keessatti akka argamtan manni barumsaa cimsinee isiin beeksiisna. ለ12ኛ ክፍል 3ኛ ዙር ተፈታኞች በሙሉ ነገ 01/11/2018 ጠዋት 12፡00 ላይ ት/ቤት ግቢ እንድትገኙ ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል፡፡

photo content
+2

Barattoota kutaa 12ffaa saayinsii uummamaa(natural science) hundaaf(idilee, galgalaa fi dhunfaa ykn private) boru gaafa 22/10/2018 ganama sa'a 2:30tti BBO abbaa gadaatti argamuun hubannoo ykn 'orentation' akka fudhatan isiin beeksiifna. ለጎሮ 12 ክፍል የተፈጥሮ ሳይንስ / 'Natural science' / የቀን፥ የማታ እና የግል(private)ተማሪዋች በሙሉ ነገ በ22/10/2018 ጠዋት 2፡30 አባገዳ በሚገኘው ኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ በመገኘት ኦረንቴሽን እንድትወስዱ እናስታውቃለን፡፡

#Beeksisa. Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome. ------------- BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qo
+1
#Beeksisa. Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome. ------------- BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalu yoo ta'u, barattootni 'online'n /#CBT/ barattootni Saayinsii Uumamaa/Natural Science/ kan jalqabaa yoo ta'an marsaa 3n kan qorman ta'uun beekameera. Marsaa 3ffaa, 4ffaa, 5ffaafi 6ffaa barattootni Saayinsii Hawaasaa/Social Science/ kan qoraman ta'a. Sagantaan qormaatichaa gabateen dhihaateera. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Exam Schedule

Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf qormaanni online exam waan jiruuf iddoo qormaataa abbaa gadaatti boru gaafa guyyaa 18/10/2018 barattootni NS ganama sa'aatii 3:00 fi SS waaree booda sa'aatii 8:00 irratti argamuun akka qoramtan manni barumsaa cimsee isiin beeksiisa. ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ነገ ማለት በቀን 18/10/2018 ጠዋት 3:00 ሰዓት Natural science እና ከሰዓት በኋላ 9:00 ሰዓት Social science በአባ ገዳ መፈተኛ አዳራሽ በመገኘት online exam እንድትፈተኑ ት/ቤቱ እጠብቅ ያሳስባል።

Barattoota CM baratan kan qormaanni isin Jala darbe har'a(16/10/2018) qofa sa'atii 6:00 irratti akkam mana barumsaa dhuftani xumurattan isiin beekaifna. ለCM ተማሪዎች በሙሉ ፈተና ያመለጣችሁ ዛሬ (16/10/2018)ብቻ 6.00 ሰዓት ላይ በመገኘት እንድትፈተኑ እናስታውቃለን፡፡

+1
CM incomplete

photo content

Barattoota kutaa 12ffaa private qormuuf galmooftan sararrii waan gadhifameef shaakalaa በግል/private/ የሞላችሁ ተፈታኞች ሲስተሙ መስራት ስለጀመረ መጠቀም ትችላላችሁ Tomorrow morning 2:00 local time 10/10/2018 come and practice at Aba-Geda

For all grade 12 students online mock exam 2nd round training will be June 10, Wednesday at Aba-Geda oromia education training center morning on 2:00 local time.

The link for mock exam is mock1.ethernet.edu.et

For all grade 12 students online mock exam training will be June 03, Wednesday at Aba-Geda oromia education training center morning on 2:00 local time.

+8
Biology.pdf6.12 KB

New schedule from 26/08/2018

Private registration link register.eaes.et

Beeksisa Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Gaafa guyyaa 03/07/2018 sa'aattii 6:10 dhimma foormiitin wal-qabatee bilbila qabattani akkam dhuftan manni barumsaa cimsee isin beeksisa. M/B

ለ12ኛ G & H ፎርም በ28/6/2018 እንድትሞሉ