cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

meerkurii Rabsitu Diini Official

Channel kana irraa waan Adda Addaa arkatuu Nashiida Gorsaa fi dhamsa Adda Addaa arkataa Hijaba Niqaba ❤️🌹 Telegiram 👇 @Meerkurii_Official

Mostrar más
Finlandia1 968El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad78 480
Publicaciones publicitarias
374
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Barnotaa kenyaa Khan tafsiraa marsaa 2ffaa Egalee jirra alh TFASIRAA SURAA FATIYAA AYATA 1 _7 KUTAA 1FFA
Mostrar todo...
audio1032107083.m4a73.65 MB
Nuurun-Ala-Nuur_20230510_1.mp326.35 MB
Mostrar todo...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e: “Fitinaa hanga dubartii dhiirootarratti jabaatu ani waa if duubatti hin dhiifne” Bukhaarii: 5096 Muslim: 2740 Fitinaa gurguddoodha! Ifirraa eeguu qabda. Nama hin fuune wajjiin haasawa yoo magaalaa keeysatti haasoyte itti hin qaaanfanne qofa haasawi. Jaartii tee wajjiin maaliif kana haasoytee namni si gaafatu hin jiru. Bareedina profile isaanii, sagalee isaanii, post isaan maxxansanii laaltee jaartii manaa qabdu hin tuffatin. Isiin jaartii ati manaa qabdurra hamtuu tahuutu mala. Ammas Rasuulli sallaallaahu aleeyhi wasallam akki je’e: إنَّ الدُّنْيَا حُلْوَةٌ خَضِرَةٌ، وإنَّ اللَّهَ مُسْتَخْلِفُكُمْ فِيهَا، فَيَنْظُرُ كيفَ تَعْمَلُونَ، فَاتَّقُوا الدُّنْيَا وَاتَّقُوا النِّسَاءَ؛ فإنَّ أَوَّلَ فِتْنَةِ بَنِي إِسْرَائِيلَ كَانَتْ في النِّسَاءِ “Duniyaan tuni mi’oytuu magariisa, Allaah isii keeysatti bakka isin buusa waan isin hojjatan laala. Duniyaa tana sodaadhaa ifirraa eegaa, dubartoota sodaadhaa ifirraa eegaa. Fitinaan, rakkoon, balaan ummata banii israaiil ta jalqabaa dubartootarraa kaate” Sahiiha muslim: 2742 Balaadhaaf labbaa hin galinaa yaa dubartoota muslimaa, balaadhaaf labbaa hin galinaa yaa dargaggoota muslimaa!
Mostrar todo...
Wallee joolleen dirree dawaa soomanaaf baasan takka namni keeysaan natti ergeetin arge. Suufiyyoonni suni waggaa hunda wallee isaanii daran foyyeesaati deeman. Wallee suufiyyootaa ta baranaa wanni adda godhu: 1. Faaruu Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam keeysa kijibaan daangaa dabruu 2. Seenaa hin sabatin dhugaa fakkeeysanii wallisuu 3. Maqaa Rabbii yaamaa daansii afuufuu Maqaan wallee sanii nashiidaadha! Naashiidaan hunduma ta muzziqaatis, ta muzziqaa hin qabnes hundi isii Ramadaana keetiin daldaluuf baafamte! Ta muzziqaa garuu haraamaan akka ramadaana kee dabarsiituuf siif yaadamte. Ta muzziqaa hin qabnes tapha faayidaa hin qabneen quraanarraa si shaakaluuf dhufte. Hundi wallee sanii warra wallisu qofa fayyaddi. 1. Beekkamaa isaan gootii 2. Maallaqa argatan 3. Jaartii diyaapooraa argachuuf karaa isaaniif gabaabsa Wanni sadeenuu waan namni diin isaa gurguruufiin malu. Maallaqa, beekkamtii, dhalaa babbareedduu! Ati ammoo faayidaan wallee naashidaa ja’anirraa argattu: 1. Soomana kee waan faayidaa hin qabneen dabarsuu 2. Qissaa kijibaa haffazuu 3. Osoo hin beeyne muzziqaan hoggaa boom jette daansii irraa shuquluu 4. Sawaaba soomana gurrachuu qabdu xiqqeeysuu
Mostrar todo...
As ws wr jalowan kiyya qaali fi gari baga rabbiin guyya jalatama kanani isin gahee mee du'ayi🤲😥💔 godhaf ummata keenya kaa #Walloo akka rabbin rahmata busuf 😭🤲🤲💔💔asuman nabiyi keenyarati salawata buusaa 🌹SAW🌺 JZK sheri walif godha 🙏🙏🙏
Mostrar todo...
00:29
Video unavailableShow in Telegram
10.86 MB
02:33
Video unavailableShow in Telegram
129.81 MB
Photo unavailableShow in Telegram
As ws wr jalowan kiyya qaali fi gari baga rabbiin guyya jalatama kanani isin gahee mee du'ayi🤲😥💔 godhaf ummata keenya kaa #Walloo akka rabbin rahmata busuf 😭🤲🤲💔💔asuman nabiyi keenyarati salawata buusaa 🌹SAW🌺 JZK sheri walif godha 🙏🙏🙏
Mostrar todo...
00:50
Video unavailableShow in Telegram
41.33 MB