cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ACCOUNTING and HRM TVET AWASH VALLEY COLLEGE

TVET ACCOUNTING and HRM ALL HANDOUTS Dedicated to solve our communities' problems 🚰Yaada.https://t.me/Yaadakee Oddeffanoo dabalaataf 0254669030 0931000337 0964366437 0964366436 Learning Today Leading Tomorrow !! https://t.me/Awash_VC_HararCAMPUS

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
416
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Watch "haala ijaarsaa Fawundaashiini Sheek Aadaam Tuulaa #sheikh Adam Tula Foundation designed In Harar" on YouTube https://youtu.be/T4uCxuM6vCA
Mostrar todo...
haala ijaarsaa Fawundaashiini Sheek Aadaam Tuulaa #sheikh Adam Tula Foundation designed In Harar

Mostrar todo...
ACCOUNTING and HRM TVET AWASH VALLEY COLLEGE

Mostrar todo...
ACCOUNTING and HRM TVET AWASH VALLEY COLLEGE

TVET ACCOUNTING and HRM ALL HANDOUTS Dedicated to solve our communities' problems 🚰Yaada.

https://t.me/Yaadakee

Oddeffanoo dabalaataf 0254669030 0931000337 0964366437 0964366436 Learning Today Leading Tomorrow !!

https://t.me/Awash_VC_HararCAMPUS

اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu 21/4/2015 DHIMMII DHIMMA DEEGGARSA OBBOLEESSA KEENYA KAN SUURAA ISAA AS IRRATTI ARGIITAN KAN ILAALATA Nageenyi rabbii guddaa bakkuma jirtanitti isinirra haa jiraatu isiniin jechaa akka asii gadiititti dhaamsa koo itti fufuu barbaada.  Obboleeyyan kalimaan laa ilaaha illallaah walitti nu qabde hundaafii miseensota jama’aa barattoota muslimaa koolleejjii Awaash vaalii hundaaf akkuma beekkamu jama’aan keenna kanaan duras hojii tola ooltummaa adda addaa keessatti hirmaataa akka ture irra caalan keessan ni beeytan jennee yaanna jama’aan kuni sababni inni guddaan ijaarameefis hawaasa keennaa hanga barattoota keennatitti waan isaan rakkatan kamiinuu cinaa dhaabbatuuf jama’aa hojjatuudha. Bu'uuruma kanaan guyyaa Boruu Jimmaata  duula deeggarsa funaanuu Mata-duree "ANIS BARATAADHA RAKKADHEES ARGEERA" jedhuun barataa kenyaa kan mana yaalaa jiruu  deeggaruuf  duula kana jalqabuuf qophii hunda xumuree jira. Rabbiin fuula nama isin hin dhabiin Qarshiin  obboleessa keetiin hin gargaare  wly waan tokko siif hin godhuu Amantii dhugaa Amantii Islaamaa ti Garuu nama rakkina qabu kan amantii fedhee yoo qabatees gargaarsa inni barbaaduun cinaa ni dhaabbanaa Sababa kanaan yoo Amantii milkii kana qabaate hin bekkamu Gaarii ta'uun offumaafi Namaa gaarii barbaaduu irraa Namaa gaarii ta'uu wayya Maarree namni rabbiin sii laaffisee kheeyrii tana isin waliin qooddadha anis isin faana dhaabbadha jettan waan dandeettaniin akka rabbi isinii laaffisetti akka nu waliin dhaabbattan MAQAA RABBIITIN ISIN GAAFANNA. Tokko taanee tokkoof abbaa haa taanuu isiniin jechaa. Yaada dabalataaf.  0991452554 @AVCMSJ @AVCMSJ @AVCMSJ                           
Mostrar todo...
Watch "oduu Harari mass media HTV eebba barattotaa kolleejjii Awaash Vaalii marsaa jalqabaa barattoota 851" on YouTube https://youtu.be/jnwJcNxMDFQ
Mostrar todo...
oduu Harari mass media HTV eebba barattotaa kolleejjii Awaash Vaalii marsaa jalqabaa barattoota 851

Mostrar todo...
sagantaa badhaasa barattoota kolleejjii Awaash vaalii

Mostrar todo...
eebbaa barattoota kolleejjii Awaash Vaalii muddee,8,2015

Mostrar todo...
AVC Congratulations ceremony Awash valley college graduate class 2022 Dec,17,2022 eebba barattoota

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.