cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Getu Official

WE ARE HERE ❍ to love! ❍ to serve! ❍ to inspire! ❍ to support! ❍ to live truth! https://www.youtube.com/@Grace_Media24 ✍️ @Getpostbot@Getu_Abera

Mostrar más
Finlandia625El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad9 405
Publicaciones publicitarias
9 795
Suscriptores
+124 horas
-47 días
+46330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

■ Namni wangeelaaf hojjechaa ture tokko akkas jedha: "Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture." jedha. ■ Dubbiin namicha kanaa 100% dhugaa dha. • Maalifan milkaa'uu dhabee? • Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee? • Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irrattii fi waaqayyo irratti hin kaasin! • Yoo ofii kee rakkattee, dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a. Fakkeenya tokkon siif fudhadha. ■ Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay'ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta'u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa'ina rakkoo isaa osoo hin argin du'u iyyuu, har'a ilmaan isaa bu'aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru. ■ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin! Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta. Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu. ■ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki! ■ Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha. ■ Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee, karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha. ■ Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e, jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha. ■ Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha. ■ Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa, waan darbe irraa barachaa, karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa, karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara. ■ Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti. • Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali! @Getu_Official @Getu_Official
Mostrar todo...
👍 10 4💯 3
Mostrar todo...
❤️Ergaa Jaalalaa❤️
❤️Walaloo Jaalalaa❤️
👩‍🦳Chiikota👩‍🦳
🗣Odeeffannoo🗣
😂Kolfaaf😂
Videolee dhoksaa
Uffee faarfannaa Kun akkam namatti tolaa‼️ Natinael Tamane @Getu_Official @Getu_Official
Mostrar todo...
5👍 1
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=881749134 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=881749134 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Mostrar todo...
👍 5
Hojjetaa Amanamaa Ta'i! (Mat. 25:21) ❍ Namni Waaqayyoo biratti amanamummaa hin qabne nama biratti amanamummaa hin qabu. Namni nama akka isaatii biratti amanamummaa hin qabne Waaqayyo isaa ol jiru birattis amanamummaa hin qabu. ❍ Namoota baay'ee iddoo isaaniitii kan gadi baasee, harcaase amanamummaa dhabuu dha. Waaqayyoof amanamuu dhabuudhaan namoonni cubbuutti kufan; du'a bara baraa ofitti fidan. ❍ Namni amanamummaa hin qabne hawwaasa keessattis, mootummaa birattis Akkasumas Waaqayyo birattis iddoo hin qabu. ❍ Nama amanamaa badhaasa addaa kan nama hin geenyetu isa ga'a. ❍ Nama amanamummaa hin qabne garuu waanumti nama irraa hafaa fakkaatu iyyuu isa hin ga'u! Amanamaa Ta'i!!! "... Gooftaan isaa immoo, 'Ba'eessa goote, hojjetaa gaarii dhaa fi amanamaa nana, ati waan xinnoo irratti amanamte, ani immoo waan guddaa irra sin dhaaba; gammachuu gooftaan kee itti jiraatutti gali!' jedheen.” — Mat. 25:21 "... Waan baay'ee xinnoo irratti' amanamaa kan ta'e, waan guddaa irrattis amanamaa in ta'a; waan baay'ee xinnoo irratti amanamaa kan hin ta'in waan guddaa irrattis immoo amanamaa hin ta'u.” — Luq. 16:10 @Getu_Official @Getu_Official
Mostrar todo...
🙏 7👍 4
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
Walaloo
Seenaa
Oduu
Afaan
Daldala
Ispoortii
Hundumaa
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=6422729645 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=6422729645 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Mostrar todo...
Mostrar todo...
❤️Ergaa Jaalalaa❤️
❤️Walaloo Jaalalaa❤️
👩‍🦳Chiikota👩‍🦳
🗣Odeeffannoo🗣
😂Kolfaaf😂
Videolee dhoksaa
Tapha Shaampiyoonis Liigii har'a galgala Riyaal Maadriidi fi Baayer Muunik gidduutti xumuratti darbuuf taasisfamu nama tilmaamee argateef Badhaasa qarshii 2,500 qopheessineerra. Ulaagaaleen 1. Join ishee jettu tuquun chaanaala keenyatti makamuu 2. Tilmaama isa jedhu irratti tilmaama keessan kaa'uudha. Hubachiisa:- Namootni hedduun tilmaama sirrii yoo argatan nama jalqaba deebisetu abbaa carraa ta'a. Carraa Gaarii
Mostrar todo...
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Join
Tilmaama
👆👆👆👆👆👆👆👆
Re'een tun funyoo isa kamiin hidhamte? Namni deebii sirrii deebise badhaasa qaba.
Mostrar todo...
1
2
3