cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

4ሺ ሰዓትን በክፍያ ⌚️🕦

የ YOUTUBE ሰዓት መሙላት ተቸግረዋል እንግዲያውስ አያሳስቦ በታመኝነት ሰርተን እናስረክባለን እንቅስቃሴዎቻችን ለመከታተል የመልከቱን ስለታመኝነታችን ምስክሮቻ 👇👇👇👇👇👇👇 . @EthioYt4k . . @EthioYt4k . ስልክ :- +251918889763 ስልክ :- +251918889763

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
1 091
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
የ YOUTUBE ሰዓት ለመሙላት ተቸግረዋል እንግዲያውስ አያሳስቦ በታመኝነት ሰርተን እናስረክባለን 🕖 1ሰአት=1ብር 🕐 1000ሰዓት=1000ብር 2000ሰዓት=2000ብር 4000ሰዓት=4000ብር YouTube Whatchtime 1k Hours = 10 USD 2k Hours = 20 USD 4k Hours = 40 USD እንቅስቃሴዎቻችን ለመከታተል የመልከቱን ስለታመኝነታችን ምስክሮቻ ። ☎️ 0918889763 ☎️ 0918889763 For More Info 💁 Telegram 👇👇👇👇 @Ethioyt4k @Ethioyt4k
Mostrar todo...
/delall
Mostrar todo...
/delall
Mostrar todo...
I don't have the correct admin permissions
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Ityoophiyaan loltoonni Sudaan garee milishaa biyya keessaatiin ajjeefaman jette

Loltoonni Sudaan 7 fi lammiin nagaa tokko ajjeefamuun reeffi isaanii ummataaf akka agarsiifame waraanni Sudaan Isniina kaleessaa beeksiseera.Qaamoleen waraanaa Sudaan ajjeefaman kunneen humnoota Itiyoophiyaa waliin daangaa falmisiisaa ta’e irratti June 22 walitti bu’iinsa cimaa uumameen booda achi buuteen isaanii dhabamuu ibsi waraanaa kun dabalataan ibseera.Garuu ministeerri haajaa alaa Itiyoophiyaa “taatee gaddisiisaa” kun kan raawwatame naannoo ... Read more

Baale Aanaan Madda Walaabuu Yeroo ammaa Waamicha lamummaa barbaaddi Beelaa fii hoongee cimaa keessa jiran Highly Drought In Bele zone Meda Welabu woreda know it needs humanitarian support!!
Mostrar todo...
​​Jaalala Ergama Rabbii ﷺ © Abu Ibtisam Sahaabaan tokko gara Ergamaa Rabbii ﷺ dhufee, “Yaa Ergamaa Rabbii Saa’aan sun (Qiyaamaan) yoom dhaabbatti?” jedhee gaafate. Nabiinis ﷺ “Maal qopheeffattee jirta?” jedhanii gaafiidhaan deebisaa kennaniif. Innis deebisee, “An wanti heddus qopheesse hin jiru. Salaata, soomanaa fi sadaqaanis hagas hunda guddaa miti. Garuu Rabbii fi Ergamaa isaa nin jaaladha” jedhee deebise. Ergamaan Rabbiitis ﷺ, “Ati warra jaalattu wajjiin taata” jedhaniin. Sahiih Bukhaarii, Kitaaba Adabaa, Hadiisa 6171 Hadiisa biraa keessatti ammoo Namni tokko mu’mina dhugaa jedhamuudhaaf Abbaa, haadha, ilmaan, qabeenyaa fi waan hunda caalaa Ergamaa Rabbii ﷺ jaalachu akka qabnu ibsamee jira. Kanaafuu nutis waan dachii kanarra jiru hunda caala, Nabii keenya jaalachuu qabna. Akka carraa ta’ee, yeroo ammaa kana jaalalli nuti Ergamaa Rabbiif qabnu jaalala biraatiin ukkaamfamaa jira fakkaata. Kun ammoo nu yaachisuu qaba. Dargaggoonni keenya hedduun isaanii karaa namoota islaamummaan ala jiranii filachuu jalqabanii jiran. Gam tokkoon gara Masjiidaa dhufuun dargaggoota keenyaa yoo nam gammachiisu, garuu akkaataan uffannaa, akkaataan rifeensa itti muratan, akkaataan dubbii isaaniitii fi kanneen biroo ammoo namoota biroo waliin wal fakkaachuun isaa daran nama yaaddeessa. Kanaafuu haga danda’ameen, Yoo Nabii keenya ni jaalanna jennee kan dubbannu taate, Moodeela isaan godhachuu qabna. Nabi Muhammadiin jaalachuu jechuun Rabbii isaan erge jaalachuu jechuudha. Rabbiin jaalachuun ammoo amantii isaa fi hordoftoota amantii isanii akka jaalannu nu taasisa. Mee waanuma hundaafuu jaalala Rabbiif, Ergamaa isaatiif, akkasumas islaamummaf qabnu waan tanaan haa madaallu • Yeroo Azaanni Masjiidaa godhamu, waan dalagaa jirru hunda dhaabnaa? Facebook, whatsapp… cufnaa? TV fi waan dhaggeeffataa jirru cufnaa? Akkuma azaanni godhameen gara masjiidaa deemnaa? • Haalli amma itti jirru (Uffannaan, deemsi, dubbiin, wanti jaalannuu fi jibbinu), Waan ergamaan Rabbii ﷺ nu ajajaniin wal fakkaataa? • Yeroo keenya hedduminaan Ibaadaaf kenninee jirra moo fedhinnaa dhuunfaa keennaaf kennine? • Muslimoota hunda ni jaalanna moo ni jibbina? Isaan gargaarra moo isaan mina? Rakkinni ummata Suuriyaa, Falasxiinii, Burmaa, Yaman fi kanneen biroo nutti dhagahamaa? • Yeroo islaamummaa irra miidhaan takka gahu ni rifannaa, ni dallannaa? • Hedduminaan kitaabban islaamummaa dubbisna moo, kitaaba islaamummaan alas (Asoosama jaalalaa) dubbisna? • Qalbiin teenya Masjiidatti rarraatii? Yeroo Azaanni godhamu gammachuun gara masjiidaa deemtii? • Sa’aatii qabnu, qabeenyaa fi fayyaa qabnu tana Rabbii fi Ergamaa isaatiif kennuuf qophoofnee jirraa? Kunnuun wantoota muraasa. Mee hundaafuu of haa gaafannu. Deebisaa kanniin hundaaf wanti arganne gad aanaa yoo taate, daddafnee ammuma karatti deebi’uu qabna. Yoo bareeda taate ammoo jabeessinee daran caaltuu hojjachuuf tattaaffachuu qabna. Waan hunda keessatti Rabbii keenya gargaarsa isaa gaafachuu hin dagatinaa. Rabbi waan hunda nuuf haa laaffisu @hamiltantv2
Mostrar todo...
As wr wb Jirra jirtuu💚👇🏽🌳. Gaafa gammachu qabdu Rabbii kee Yaadadhu gaafa Rakkoo keessa jirtu Rabbiin sii yaadata. 🔰 Daanga Rabbii keeti Eegdhu tiyfadhu Rabbin daanga kee siif tiisisa 🔰 Caalchifadhu waanuma hundaa jaalala rabbii keetif Nabbii ﷺ‎ﷺ‎ keettii irra caala namaa taata 🔰 Gaafa Fuula Rabbii keetti salaataf dhaabatu Akka nama rabbiin argaa jiruutti tasgabbiin dhabadhu. 🔰 Gaafa atti Rakkatte Rabbiin akka Attii isa Argaa jirtuuti Rakkoo san keessa sii baasa 🔰 Ergamaan Rabbiiﷺ Akkana Je'an Nama salaata isaa tolfatee yeroo isaa Eege salaate Rabbiin jiruu isaa cufa isaaf tolcha. Ijaaf gurraa Isaaf taya Harkaaf Luka isaaf taya hamtuu isa irraa tiysa rizqii Isaaf baldhisa je'an 🔰 ilmii namaa akka baala muka irraati baalli mukaa gaafa mukni jalaa jige ni jiga ilmii namaattis akkasii ilma namaa irratti hin Erkattin gaafa namni attii itti Erkattu sun sii jalaa kufe kufta 🔰 Rabbal Aalamiinitti ☝Erkadhu kan yoomu sii jalaa hin kufne yoo attii jalaa kufte malee 🔰 Takkahu gaafa qophaa jirtu gaafa namni sun sii bira hin jirre rakkatta Rabbii keeti Erkadhu kan yoomu sii biraa hin dhabmne 🔰 Rabbiin worraa waanuma hunda keessatti isa irratti Erkate irraa milkaayu isiin haa taasisu #Sher. .... Barakallaahu fiikum @ABSHOFFICIALS

©. Qabriin Bakka jireenya aakhiraa irraa Mana jalqabaati, Yoo achi keessatti Nagaya bahe wanti isa booda jiru irra laafaadha. Yoo achi keessatti Nagaya hin bahin Kan achi boodaatu irra jabaadha". ¤Rasuulullaah saw اشترك..... @hadithofficial
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.