cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Ummatii Production

𝐅𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐇𝐚𝐧𝐛𝐢𝐟𝐧𝐚! Eegaree Ummataa! @klda3k @Furqan_Faruq8705 YouTube: www.youtube.com/@Ummatiitube4546

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
3 331
Suscriptores
Sin datos24 horas
-37 días
-1830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
😢 3 2
HuJjaajani dhibba shanii ol akka du'an himama Hujjaajonni bara kana sirna hajjiif gara Makkaa deeman dhibba shanii ol lubbuun isaanii darbuun gabaafame. Namoonni du’an irra caalaan isaanii lammiilee Gibits Akka ta’an himama. Sirna Hajjii Zulhijjaa 1445f Hujjaja addunyaa mara irraa miiliyoona 1.8 ol gara Sa’udii kan deeman yoo ta’u, sagantichi xumuramuu isaa ni beekama. Ho'i ol'aanaan magaalota qulqulluu Sa'udii Arabiyaa keessatti galmaa'e hujjaajota sirna kana irratti hirmaataniif qormaata ta'uu eerameera. Dhaabbanni oduu Faransaay Agence France-Presse, dippilomaatota Arabaa wabeeffachuun akka gabaasetti, sababa ho’a hamaa saganticha irratti Argameen, hujjaajonni 550 du’aniiru. Akka odeeffannoo Televiziin Biyyaalessaa Sa’uudii Arabiyaa baaseetti, June 10/2016, ho’i ol’aanaan digrii seentigireedii 51.8 galmaa’eera. Akka gabaasa ejensiin oduu kun baaseetti, hujjaajonni hedduun biyya Masrii du'aniiru. Lakkoofsi Hujjaaj Masrii Irra du'an 323 dha. Odeeffannoon Ejensiin Faransaay Pirees dippilomaatota irraa dhageenye jedhe . Lammiilee Masriitiin alatti lammiileen Tuuniziyaa 35, lammiileen Indooneezhiyaa 44 fi lammiileen Iraan 11 kan du’an yoo ta’u, sirna awwaalcha lammiilee 41 kana raawwachuuf hayyamni akka gaafatame Ministeerri Dhimma Alaa Joordaan beeksiseera. Namoota du'an keessaa 6 sababa ho'aa ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii ifa godheera
Mostrar todo...
😢 1
Photo unavailableShow in Telegram
Ibnu Mas’uud Irra Odeffamee (R.A) Ergaman Rabbii (S.A.W) Akkana Jedhan ‘’ Gosti Lamaa Ibiddarrahi Hin Agarree Gana Dhuftii Jedhan Ergaman Rabbii (S.A.W) 1.Ummata Wahii Jira Wajjiin Kan Taatee Ulee Eegee Horii Fakkattuu Ka Ilma Nama Ittiin Tuman 2. Dubartii Waan Isii Hin Sattarree Uffatuudhaana.Isin Sun ‘’Kaasiyaatuun Aariyaatuun’’ Dabduu Ykn Dabsitu Kan Taatee Kan Mataan Isaanii Akkaa Dalluu Gaalaattii Ol Kaastuu Fi Jallistuudhaa Warrii Kunniin Jannata Seenuu Mitii Hafuura Jannata Hin Arganii….’’
Mostrar todo...
😢 2
Photo unavailableShow in Telegram
Ergaman Rabbii (S.A.W) Akkana Jedhan ;- Subhanalla Jechuun Dhiiraf, Harka Dhahuun Ammoo Dubartiifi .Kuni Yeroo Saalata Keessattii Imaamni Dogoggoree Yaadachiissuf Tahaa.
Mostrar todo...
🥰 4 2
Photo unavailableShow in Telegram
Kubbaa Miilaa Awurooppaa Jarmanittii Gaggeeffama Turee irratti Tapha Garee Biyyaalessaa Turkii fi Joorjiyaa Gidduutti Taasifamuun dura Bishaan Foddaa Istaadiyeemii "Signal Idona Park" Irraa Gadii Dhangaluun Ajiib Jechisiisee Jiraaa.
Mostrar todo...
😁 3
Photo unavailableShow in Telegram
Ergamaan Rabbii (S.A.w) Akkana Jedhan <> Albaanitu Gabaasae
Mostrar todo...
👍 5👏 1
Iid Mubaarak! Maatii fi Firoottan Keessan Wajjiin Baga IIda Al Adhaatin Isiin Gahe. Roobee Baalee Sharee Waliif Gochuun Wal Gammachiisa. Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram:  https://t.me/ummatiitube Facebook:  https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII TUBE Eegaree Ummataa!
Mostrar todo...
👍 3
Mostrar todo...

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Galgala Kana ==HAAJARAA SEENA ISII GUUTU NAJAAT SH/SIRAAJ || UMMATII TUBE irrattii 👉 https://www.youtube.com/@ummatiitube4546
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Iid Mubaarak! Maatii fi Firoottan Keessan Wajjiin Baga IIda Al Adhaatin Isiin Gahe. Sharee Waliif Gochuun Wal Gammachiisa. Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa. Telegram: https://t.me/ummatiitube Facebook: https://shorturl.at/lFU16 Youtube: https://shorturl.at/ftyKS Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2 UMMATII TUBE Eegaree Ummataa!
Mostrar todo...
👍 2