AL-IHSAAN
Ir al canal en Telegram
Channel kanarratti ✅Hadiisa sahiiha ✅ Nasiihatul-Yawum ✅jecha salafoota islaamaa ✅wolaloo mi'ooftuu argachuu dandeessuu yaada qabdan @Ibn_Daawud_bot nuun ga'uu dandeessu ✅👉#muslimni_obboleessa_muslimaati
Mostrar más2 015
Suscriptores
Sin datos24 horas
-47 días
-1430 días
Archivo de publicaciones
2 015
☝️☝️☝️☝️Fatwaa Ulamaa'ii dhaggeeffadhaa👌👌👌
INP #Haraama tahuu qubaqabduu???
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
📚📚📚📚📚📚📚
✍️Obboleewwaan Iimaanaa bakka jirtanitti nageenyi Rabbii sin irra haa jiraatu🙏
✍️waa'ee INFINITY PAWOR(INP)amma dura beektota gaafannee turre,yeroos dhorkaan qabu jennaan eegallee turre 🙏
✍️Amma immoo hedduun #Ulamaa'ii #haraama jedhanii jiru 😳😳maarree nutis horii #haraam garaatti nyaachuu irrraa rabbitti maganfanna🙏
✍️kanaaf kana booda #nama_affeeruu,#recharge/birrii irraa galchitanii dalaguu akka dhaabdan maqaa Rabbiitiin isin gaafadha👌👌👌👌
ULAMAA INPn #Haraama jedhan irraa muraasa
✅Sheek Muusaa Su'aalaa
✅Dr.Muhammad kamaal
✅Sheek Aliyyii muusaa
✅Sheek Usmaan Durrii fikkn
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Galatoomaa✅
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot1
▀▀▀▀▀▀▀▀▀
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
█▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄█
𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘
2 015
إن خير يوم طلعت عليه الشمس هو يوم الجمعة
irra caalaan guyyaa aduun irratti baatuu ykn bariitu guyyaa JUM´AATI
فيه ساعة يستجاب فيها الدعاء،
Ammallee guyyaa san keessa sa´aatii du´aa´iin keessa qeebalamtutu jira
والصدقة فيه خير من الصدقة في غيره من الأيام
Ammallee sadaqaan guyyaa san keessa kennatamtu kan guyyaa biroo irra caaltuudha
.. فأكثر من الدعاء والصدقات في هذا اليوم
Kanaaf guyyattii san keessa du´aa´ii fi sadaqaa kennachuu baay´isuun nurra haa jiraatu
Channel TELEGRAM keenyaa
https://telegram.me/Ehsan_tube
👆👆👆👆👆
#JOIN_GODHAA
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
https://t.me/tonee_app_bot?start=fe85ca4a
https://t.me/tonee_app_bot?start=fe85ca4a
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
0.4 TON yeroo geessan baafattu🙏
✅KAFFALTII TOKKO MALE TON hojjachuu namni barbaadu linkii kanan seentanii channel jiru join godhuun seenuu dandeessu🙏🙏🙏
2 015
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
✍️Namoonni Torban kana Infinity power irratti galmooftanii #recharge gootan#keessaan na dubbisaa ,
✍️Namni galmaahuu barbaaddanis
✍️Namni hubannoo isaa argachuu barbaaddanis🙏
ASiin na qunnamaa🙏🙏
👇👇👇👇
Galatoomaa✅
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Ibn_Daawud_bot
▀▀▀▀▀▀▀▀▀
@Ehsan_tube
█▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄█
𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Dubbiin kun si soba seetee biran dabrin seenii ammuma👇👇👇👇
😍😍😍😍😍😍😍😍
🙏ODUU Gammachiisaa🙏
✍️Bot hullepay jedhamu kun maallaqa isa sirrii kaffalaa jiraachuu quba qabduu🤔🤔
✍️Hulepay qarshii afeerra tokkoof kaffaluu gara qarshii 15 ol guddiseera dabaltaan guyyaa guyyaan #Bonus tuquun qarshii 10 claim gochuu dandeessuu😄😄😄🙏🙏🙏👇👇👇👇
Kinoo seenaa
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07510468510
👍👍👍👍👍👍👍👍
Hunduu seenaa
✅✅✅✅✅✅✅
2 015
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wo barakaatuhuu link asii gadii kana tuquudhaan qarshii haala gaariidhaan hojjachuu ni dandeessu
Hubachiisa dhaabbanni Infinite power jedhamu kun dhaabbata obboleewwan keenya muslimaatiin hundeeffamee fi haqa qabeessa kanaafuu link kanaan seenuun hojjadhaa fayyadamaan isiniin jedha rabbiin warra qabeenya halaal irra argamee gara halaalitti bahuun nu haa qanansiisu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://register.infinitypowersvip.com/?invitation=B7Y0D
Yaadaafi qeeqa qabdanuuf @Ibn_Daawud_bot nu qunnamaa
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
+1
✅✅✅✅✅✅✅✅✅
200k yeroo geessaan kallattiin withdrew godhachuu dandeessu
suuraa olii ilaalaa🙏
✅Coin urkocoin iratti hojettan kallattiin gara USDTn baafachuuf
1. Coin tap tap ykn task gara gara hojechuun argattan yeroo kuma 200 guutu iddoo
USDT jedhutti 1 itti galchuun Swap godha
2. Sanaan booda iddo Withdraw jedhutti hanga Swap godhattan itti galcha USDt karaa ittiin fudhattan address kessan itti galcha sanaan booda isiniif ergama
✍️Dabalataan nam tokko affeeruun kan duraan 2000 ture amma 10000 taheeeraa martuu seenaa
👇👇👇👇👇
https://t.me/urkocoin_bot?start=r_1067731066
https://t.me/urkocoin_bot?start=r_1067731066
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
+1
#Telegram_Star ⭐️ #TON
👉Kanneen ammallee osoo hinjalqabiin jirtan jalqabaa. Telegram Stars kun bakka garaagaraa irratti waan hedduuf sin gargaara itti fayyadamaa.
👉Wanti isinirraa eegamu waan lama qofadha. Hiriyoota keessan invite gochuufi guyyaatti si'a tokko seentanii #task jiru dalaguu qofadha.
👉Task wayita dalagdan #Boost gochuu fi #donate ammoo dirqama miti. Dalaguu dhiisuus ni dandeessu.
Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf JOIN SHARE godhaa
👇👇👇👇👇
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
https://t.me/major/start?startapp=1067731066
2 015
#pepe mining bot✍️
✍️Akkuma suuraa olii irraa ilaaltan bot kun bot ajaaibaati🥰 guyyaa guyyaan #dimand si badhaasa
✍️170 daimand
✍️600k pepe yeroo geessu withdraw godhatta 🙏🙏 kana guyyaa muraasatti argatta🙏
✍️kinis 600k~7.5dolar taha🥰🥰🥰
✍️Kaffaltii homaa hinqabu 👍 seentee #recive godhatta #pepe kee
✍️Nama tokko invite yoo goote dimand 2 dabalata diamnd 20 guyyaatti siif kenna🙏
✍️Ammuma seni kinoo
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/pepe_miner_game_bot?start=1067731066
https://t.me/pepe_miner_game_bot?start=1067731066
✍️Hedduu bareedadha seenaa 🙏🙏🙏🙏
2 015
Egamaan rabbii nagaa fi rahmanni isarratti haa jiraatu akkana jedhe:
Addunyaan gammachuudha, gammachuun hundarra gaariin dubartii qajeeltuudha.
Sheek Ibnu Uthaymeen Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhan:
Namni tokko dubartii amantii fi sammuu isheetiin qajeeltuu yoo argate, addunyaa kanarraa gammachuu hundarra gaarii ta’e kana jechuudha
Iccitii isaa, qarshii isaa fi ijoollee isaa waan eegdufi
Isheenis nama sammuu gaarii yoo taate mana isaa keessattis ta’e ijoollee isaa guddisuu keessatti bulchiinsa gaarii ni kenniti.
🌹🌹 @Ehsan_tube 🌹🌹
2 015
https://t.me/Hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId399054535
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
2 015
Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
🌹 @Ehsan_tube 🌹
2 015
https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId399054535
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
2 015
Baga Ayyaana iid al-ad-haa (arafaa) waggaa 1445tiin nagaan isin gahe.
Iida nagahaa kan milkii kan gammachuu siniif haa ta'u
እንኳን ለ1445ኛዉ የኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሰችሁ!
በዓሉ የ ሠላም ደስታና የሰኬት የሁንላቹ
عيدكم مبارك تقبل الله أعمالكم وجعل جميع ذنوبكم مغفورة في عيد الأضحى وكل عام وأنتم بخير.
@Ehsan_tube
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
https://wolfton_bot.t.me/?start=UeJAC84j
Get 10 $CWOLF and play
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Maasha Allah 🤗🤗🤗🤗
🙏🙏🙏🙏🙏🙏
☝️ Badhaasa An nama tokko affeeree argadhee kahe amma🤗🤗 🙏🙏dhugaan siin jedha namni na amantan ofin dabarsinaa carraa kana👇👇👇👇
https://registers.infinitypowersvip.com/?invitation=NPOGK
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Erga #register gootee fuula kana siif fida
#lakkoofsa amma banatteef #password amma ittiin banatte itti galchuun #log in seenta kanuma kinoo hunduu seenaa👇👇👇
https://registers.infinitypowersvip.com/?invitation=NPOGK
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
#register gochuuf step isaa kinoo👇👇
1⃣ Lakkoofsa bilbilaa kee galchi
2⃣Enter captch kan jedhu lakkoofsa achirra jiru san itti galchitu anaaf lakk.fide altokko tokko qubees ni fida wama #achira jiru galchaa
3⃣Password baayyinni isaa 6-12 tahe galchaa fkn #lakk,#qubee #mallattoo garagaraa tahus
#Hub👌Password hin daganne utuu tahee filatamaadha
4⃣ Reapt godhi isuma amma irra deebiin galchi #register godhi
Hedduu salphaadha
#Xumurame!
2 015
Repost from 𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
Hojii online kanin jedhe kunoo Asiin seenaa register godhaa
👇👇👇👇👇👇
https://registers.infinitypowersvip.com/?invitation=NPOGK
https://registers.infinitypowersvip.com/?invitation=NPOGK
@Hub👌 dhaabbanni kun dhaabbata biyya keessaa odoon taane Kan biyya alaati waggaa #lama dura hundaa'e.✍️
✍Ammas hubadhaa dhaabbanni kun shakkii tokko kanin qabneef 100%dhugaa kan tahedha🙏🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
