cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

HAAFII Channel

Channel khana jalatti da3waa garaagaraa ni argattan join godhaa.

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
297
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Addunyaa kana gubbaa namoota adda addaatu jira. Namoota adda addaa kana bifa tokkoon keessummeessuun ulfaataadha. Na amani bifa takkaan keessummeessuu hin dandeessu. Kanaafuu Namoota adda addaa kan addunyarra jiran kana hunda karaa adda addaatiin keessummeessi!
Mostrar todo...
Akkana tahuun kee nama gammachiisa! !! Nama #namummaa saatin kabajii .kabajaa isaan maltu kanniif adiis haa ta'u ykn gurraacha bifaan hin qoodin. gubbaa namaa ykn bifa,qabeenya, fikk osoo hin taane nama tahee uumamuun saatu kabajaa guddaa qaba. "even" ilma namaa kan nama tuffattu dhiisi atuma kan xiqqoo bifa ykn qabeenya sii kanninaan niin #boona ja'u dhiisi Rabbii guddaa si argamsiise birattu ilma nama tahuu saatif Rabbiin khabajee. Qur'aanaan dubbatte dhaqii laali namni quraana beeku suuraa (إسراء) "Israai" fuula 689 Aayata 69 - 80 baani laali. Ati hoo ree? #Adduma teetun! Mee hin ajaaibin dubbi tana waanin arkeef waanin dhagahe malee siif hin kaayu an beekhi. ani obboleeysa kee kan siif yaadu malee hammenya kee hin barbaadu kanaaf nama namummaa isaatin yoo kabajne, jallannee atu nama tahuu dandeeysa kana hin ta'u taanaan atu nama tahuu kee of shakki nama jechuun harka 2 fi miila 2 qabatteef miti kan nama taatu nama akka keeti innis nama akka kooti waan ta'ef kabajaa #namummaa kannuufin qaba gaafa jatteedha sif galee mitii? #Gaaridha . @Biqiltuuu @Biqiltuuu
Mostrar todo...
🗣Namni obsa qabu bishaan gingilchaatti waraabbachuu danda’a wanti guddaan hanga bishaan ititee cabbii ta'utti eeggachuu qofa. T.me/Haafizabraahim
Mostrar todo...
HAAFII Channel

Channel khana jalatti da3waa garaagaraa ni argattan join godhaa.

🙄Namaa fi gocha namaa qofa hedduu kan ilaalaaltu yoo ta'te,of dagachaa jirta jechuudha. 👉Namni kan argu waan ati ~Uffattu ~Dibattu ~fakkaattu ⭐️Dubbattu Kanneen kan namoonni arganii sadarkaa itti siif kennanidha.❌❌❌Sadarkaa namoonni siif kennan irraanfadhu. ✅Kan uffattu,kan dibattu,kan fakkaattuu fi kan dubbattu akka keetii fi keetii qofatti haa ta'u. 🔑Akka waan ofiitti wanti nama boonsu hin jiru.kana beekuf waan qabnu haa beeknu...Akkamitti ???? 🔑Namaa fi gocha namaa qofa ilaaluu dhiisi ...kanuma kee ijaarradhu.kan namaa osoo ilaaltu kee eenyu haa jiraatu???? Halkan of ta'uu gaarii nu hundaaf 😍😍😍😍😊😊😊😊 T.me/Haafizabraahim
Mostrar todo...
HAAFII Channel

Channel khana jalatti da3waa garaagaraa ni argattan join godhaa.

Kitaabni Qulqulluun Haa dubbatu. Kitaabicha barbaadaa dubbisaa. Ergaa guddaa of keessaa qaba! Warreen argattanii dubbistan suuraa Wajjiin kaatan yoo qabaattan nuuf Ergaa Isiniif maxxansinaa! Promotion! @DrZakirNaikAfaanOromoo
Mostrar todo...
Wanti hundi ni afata. Addunyaaniis ni dabarfata. Aakhiraaniis fagoo fakkaattullee guyyaa isii eeggattee ni dhufata. #Waa hundarra waan caalu "Laa ilaaha ilallaah" jacha ja'uutu walitti nu hidha. #Siyaasaa kaleeysa achi turte, ta arra bakka jijjiirrattee as jirtu, ta boru eeysa akka deemuuf teeysu hin beeyne tanaaf obboleeysi obboleeysa jibbuun Rabbi biratti nama gaafachiisa, nama adabsiisa Siyaasaaf iimaanafaa wal qabsiisanii waa'ee namaarraa odeeysuun hin ulfaatuu? #Warri siyaasaa ka ati isaaniif jattee obboleeysa amantii takka walitti qabdan harka darbituufii jibbitee fuula irraa garagalfattu kun boru fadhan harka wal qabataniiti tokko taane siin ja'an. Kanaaf siyaasaa addunyaatiif jattee jibbaan onnee if hin dhiphisiniitii siyaasaan akka feetetti toltuus hammaattuus ni tarti. Obbolummaan islmaamummaa garuu samaraan(bu'aan)sii aakhiratti si afatti beekhi😍 "Waan feete jala deem waan feetu deeggari; haga salfii salaataa keeysa waliin jirrutti ati obboleeysa kiyya" jachuutu si baasaatii jibba dhiisi❤️
Mostrar todo...
👉Ganamaan ka'uuf sa'aa(ALARM) guuttee mataa kee bira gootee rafta. 🔑Dhageessee,...ka'uuu??? Moo xiqqo rafuu? Kan jettu waan lubbuun jirtuufi ..... 🔑 Namni du'e alarm 🚨 dhagahee akka keetitti ka'uu waan hin dandeenyef.... Yeroo hunda Galateffachuu hin dagatin👍👍👍 Halkan gaarii 😍😍😍😍 T.me/Haafizabraahim
Mostrar todo...
HAAFII Channel

Channel khana jalatti da3waa garaagaraa ni argattan join godhaa.

Wanni bitatanii uffatan.. qaaloyte ammoo rizqiin harka rabbiiti jirti... Tokko warra salafaatin akkas ja'e..."meeshaan bitannu nutti qaaloyte .." * Istikfaara godhuudhaan rakisheeysaa ja"en.* Sababaa dilii teenyarra araarama barbaaduutin Rabbiin nu razzaqa waan ta'ef. Gurbaan tokko gabaree tokkoon akkaas ja'e ..." Daabboon takka diinara taate akkami jannaan gabartichi waan aja'aibaa ja'een." Walahi osoo firiin xaafii takka diinaraan bitamte wanni na yaachisu hin jiru..ani akka rabbiin na ajajettin isa gabbara Rabbiinis akka beellama naaf seenetti na razaqa ja"eti deebiseef..!! #namoonni gara salamaa binu diinaar dhufaniiti isaan ja"an.. " yaa abaa haazim meeshaan nutti qaaloyte hin agartuu..??" Duuba maaltu isin yaachisa.?? Rabbiin yeroo rakisha nu sooru..yeroo qaalitiis isaatu nu soora ja"en..!! الحمد لله دائماً وابدا.. قل لن يصيبنا الا ما كتب الله لنا.. وما من دابةٍ في الارض الا على الله رزقها ويعلم مستقرها ومستودعها.. @Biqiltuuu @Biqiltuuu
Mostrar todo...
Oduu Addaa. ***** Rabbiin zaalimatti finyoo dheerassa malee, inuma qaba. Gaafa zaalima qabe immoo qabaan isaa laalessaa cimaadha. Ministeera Muummee Maynamaar Muslimoota Burmaa irratti Daguuggaa sanyii raawwataa turte Har'a guyyaan geenyaan Waraanuma ofii ittiin Muslimoota dararaa turteen Aangoorraa Fonqolfamuun Mana hidhaa seenteetti! Mootiin hin shaaramne Siqofa Yaa ALLAAH! ------------------ t.me/@Saalawata_busaa
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.