cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Waliifan Tube

Samiin tun Urjii Kumaatama of keessaa qabdi. Jiruun Tunis qormaata kumaatama of keessaa qabdi!🥰 https://youtube.com/@waliiftube466?si=JoBZZaVh7w4dKC1b Join godhaa share godhaa %%

Mostrar más
Finlandia3 353El idioma no está especificadoEducación98 770
Publicaciones publicitarias
480
Suscriptores
+124 horas
+67 días
+930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ethio FasT injector #Join #Links https://t.me/TajirumarAliyi
Mostrar todo...
telegram package .ehi0.04 KB
WhatsApp package .ehi0.04 KB
Photo unavailableShow in Telegram
Waxabajjii 20/2024- qormaatni bahiinsa Yuunivarsiitii kan Barattoota eebbifamtoota qofaaf kennamu boru Waxabajii 14 - 21 itti fufe kennama. akka ministeerri barnoota Itoophiyaa ibsetti kaayyoon qormaata kana barattoonni gahumsa cimaan Akka bahan madaaluuf kan kennamu tahu ministeerichi yeroo hedduu ibse turuun kan yaadatamuudha. Qormaatni Kuni waggaa dabaree irraa jalqabee kennama jira, kanaaf Qormaatni Kun akka biyyattiti Yeroo 2ffaaf kennamuuf qophirra jira. kanuma sababeffachuun an Obboleessi keessan eebbifamtoota bara kanaa hundaafuu carraa Dansaa/Gaariin hawwa. https://t.me/TajirumarAliyi
Mostrar todo...
Seequuu ====== ~Adawwii/diina khee yoo argite;seeqi. Akka jabeenya khee arkuuf. ~Yoo Nama jaalattu arkite;seeqi. Akka jaalala khee baruuf. ~Yoo Nama si gate arkite;seeqi. Akka sheenawuuf ykn gaabbuuf. ~Yoo nama hin beeyne arkite;seeqi. Akka si jaalatuuf. ➡️Seequun👇 ~ Seequun afaan lammiin khamuu hubatuu dha . ~ Seequun hanga ifaa ibsuuf rakkatan nama hin rakkiftu, garuu ifaa caala ifti ! ~ Seeqi , ilkaan awraa عورة mitii ! ~ Seeqi. Ibiddi jiruu si qofa hin gubnee ! ~ Dibata (makeup ) caalaa seequutu fuula bareecha. ~ Seequun ifaa dukkana jireenyaati ! ~ Jiruun akka daawwitiiti, yoo ati itti seeqatte sitti seeqatti ! ~ Addunyaan kuni Camera dha , yeroo mara Seeqadhu akka suuraan khee bareeduuf! ~ Wanti RABBI ilkaan adii godhee uumeef, haa seeqannuufi ! ~ Jechoota khumaatama arrabni dadhabe ,Seequun ibsiti ! ~ "Duubaan dhufee carqii/uffata isaanii morma irra jirtu waliin butee '' Yaa Muhammad! Qabeenya walitti qabdee irra teeysu san naaf khanni " Nabiyyichi seeqqataa as gara galee '' Khennaafii '' ja'een Fidaakha Abii Wa Ummii yaa Rasuulallaah (S❤️A❤️W) ~ Seequu dhaan sibiilli laafa ! ~💎Nabiin Rabbii (S❤️A❤️W) Gaafa duniyarraa deeman: girdoo mana Aa'ishaa ol qabanii sahaabota isaaniitti "Seeqatanii " gadi deebisan, achumaan duniyaa irraa deeman😭, Machii du'aa kheeysatti seeqate (💎صلى الله عليه وسلم💎 ) Qulqullaawe Rabbiin amantii islaamaa kheeysatti seeqachuu ibaadaa godhe ! Alhmdulillaah Obboleeyyan khiyya yeroo mara Seeqqadhaa, RABBI Rahmataa Qabdanii!! Abdurezak M. Ahmed 19-06-2024 Asumarraa
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Shamarren Bareedduun Bifa nama hawwaatuu qabdu tokko Maahatmaa Gaandii argite, "Gaandii sin jaaladha" jetteen. Maahatama Gaandiinis, Ani umriin deemeera, bareedina nama hawwaatuu hin qabu. Obboleessi koo dudduuba kee jiru kun bareediinaan na caala, umriinis narra dargaggeessa, qabeenyaa na caalaa qaba, isatti osoo heerumtee siif wayya' jedhaan. Isheenis ofirra garagaltee dudduuba ishee laalte, namni ishee duuba hin jiru. 'Gaandii, namni ati jechaa jirtu natti hin mul'annee merree jetteen. Maahatama Gaandiinis itti seeqee, "Osoo dhuguma na jaalatta ta'ee dudduuba Kee hin ilaaltu turte" jedheen jedhama! ⚠️ Jaalalti miidhaa miti! Facebook keenya Tajir Umar Follow godhaa hiriyoomfadhaa 🙏 https://t.me/TajirumarAliyi
Mostrar todo...
Prime Minister Dr. @AbiyAhmedAli experiencing the beauty of Wanchi-Dandi Eco-Tourism. #Ethiopia #sustainabletourism #Visitoromia #ecotourism
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Ministeerri Barnoota Ityoophiyaa Shirri Hawaasa Muslimaa Irratti Raawwatu Dallansuu Kaase Ministeerri Barnoota Ityoophiyaa halkan edaa fuula feesbuukii isaarratti, qormaatni irra deebii (remedial exam) kan sababaa iidaatiin guyyaan isaa jijjiiramee ture, wixata hardhaa akka kennamu tasa beeksisuu isaa hordofee, hawaasa muslimaa biratti dallansuu guddaa kaasee jira. Amma durallee guyyaa iidaatiin qormaanni kun ni kennama jechuu isaatiin ummata muslimaa mufachiisee kan ture yoo tahu, hawaasa irraa dhiibbaan eega itti godhamee booda ministeerri barnootaa guyyaa qormaataa iida booda gaafa Kiibxataa kennama jechuun isaa ni yaadatama. Haatahu malee iidni arafaa guyyaa Alhadaa/Dilbataa akka oolu torbaan tokko durarraa jalqabee osoo beekamuu, ammas tasa halkan walakkaan ‘’guyyaan qormaataa boru’’ jechuun isaa barattoota muslimaa ayyaana iidaa irra turan irratti dhiibbaa xiinsammuu cimaa uumuu,
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Jechoota qalbii boqochiisan ========= * Abdii hin kutin abadan, Rabbiin si waliin jiraa. * Hin yaaddawin abadan,Rakkoo boodaan ballootu jiraa. * Dhabaaf Hin hiraarin abadan, Rizqiin Harka Rabbii jirtii. * Qalbii Isa Abdatte Rabbiin gonkuma hin salphisu. * Gaarii farrisi; hayyama Rabbiitiin wanni gaariin ni dhufaa. * Akkuma Rabbiin sirraa furuuf jireenyi sitti dhiphatte; if si barsiisuuf Sitti dhiphisa, irraa waa baradhu. * Tarii waan dhabde waan caaluutu si eegaa jira tahaa. RABBI nuhaa milkeeysu Eid Mubarak
Mostrar todo...
👍 2
☆OROMOO IRRAA DHALANNE☆ Oromoorraa dhalannee Hin qabnu makaa biraa Uumaa nu qulqulleeysee hojjachuu hin beeynu shiraa Eenyummaa keenya baraa sochii kaleeysaatiraa Oromummaan dhalootaa haquu hin dandeeysan nurraa Warshaan jeequmsa baraa ooftuun olola dharaa harka haa kaaftu nurraa Yaadachuu qabna martii hundeen dhalootaa eesyaa Maaf barbaachise jennu seenaan nu yaadachiisaa yerooo inni daa'imaa harka qabnee daaddisaa Qabeenyaa humnaa lubbuun wareega barbaachisaa Warri kafale eeysaa seenaa qoradhaa keeysa xirroo nu yaadachiisa Jalqaba uumaa duraa waaqarraa badhaafamnee Oromoo tahuu keenya dabballeen nutti hin himnee sabboonummaas ni qabnaa guyyaa keeysaa hin arkanee karraaf raadarraa kaafnee lubbuus waa itti hin qusanee Hayyuu niin yaadachisaa ka hin beeynee keeysaan ibsaa kan qabsoof gadaameeysaa Rakkoo yerootif jennee kaayyoo teenya jijjiirree alagaa wajjin duullee ummata saamaa hin turree Dhiiga umataa dhimnee biyyees irratti hin guureee Heera algaan tumteen ummatatti yakka hin murree Goottan dhiirarra dhiiraa Elemoo fi Hundee jiraa laalaa galmee seenaarraa #AADAM HAARUN ITTI DHIHAADHAA
Mostrar todo...
Yoomuu taanaan namaaf jecha waan tokko hin godhin. Wanti namaaf jettee gootu gaafa namni sun dugdaan sitti garagale mataa si nyaata. Hamma dandeetteen waan itti amantu qofa hojjachuuf yaali. Wanti itti amantu sun garuu waan haqa dabsu, kan nama biraa miidhu, yookin dabaaf shira hin tahin. Hammamuu, eenyumtuu sihaa jibbu, wanti ati itti amantee hojjatte sun yeroo hundaa boqonnaa sammuu siif kenna✍🏽 Kanuma Keenyas Oluma #HawiAnole
Mostrar todo...
1
Photo unavailableShow in Telegram
Eid Mubarek !! Hordoftoota Amantaa Muslimaa hundaaf Baga Jala Bultii Ayyaana Eid Al Adhaa Waggaa 1445tiin isin gahe! Ayyaani kan jaalala, Gammachuu,Fayyaa fi Milkii isiniif haa tahu!nuuf ha tahu!! Warra baranaa kan bara hedduu!! Eid Mubarek! https://t.me/TajirumarAliyi
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.