cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Lallabaa ortodoksii

Barumsa wangeela ortodoksii Fi barnotaa Abboota argachuu yoo feetan chanali kana join godhaa hiriiyota kessanifis sher godhaa

Mostrar más
Finlandia1 474El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad23 377
Publicaciones publicitarias
4 003
Suscriptores
+124 horas
+407 días
+17630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

MAALIIF MANA KIRISTAANAA DHUNGANNA? "Waaqayyoo Museedhaan wantoota adda addaa urga'aa gaarii qaban irra dibata qulqulluu akka hojjetuu ajajee. Ittinis dunkana wal-qunnamti irra jalqabee meeshalee qulqullootaa keessaa isaanitti argamaan akka dibuuf akka qulqulleessuuf itti hime." Seera. Ba'uu 30:22-38 /. Isaanis kan xuqe qulqulluu akka ta'u Waaqayyoo jecha isaa isa soba hin qabne dubbate. Dubartiin waggaa kudha lama guutuu dhiigni ishee roobaa/ lola'aa ture uffata gooftaa keenya qaqqabde faayitee jirti. Manni-Kiristaanaa immoo dhiiga Gooftaa keenyaa lyyasuus Kiristoosiin kan bitaamtedha. /Hoj. Duk. 20:20 /. Kennaan Waaqayyo uffata isaa kenne, dhiiga isaa lolasee mana qulquluummaa biteera. Har'a yennaa mana qulqulluummaa qaqqabannu Gooftaa keenya lyyasuus Kiristoos qaama isaa akka qaqqabachaa jirru hubachuu qabna. Sababni isaas mataan Mana-kiristaanaa Kiristoosidha. Humna/afuura fayyina kan qulqulluu Pheexroos fi Phaawuloosiifis kennee namoota kan ittin fayyisaa turan, Mana-Kiristaanaa irras kennaan bulee yeroo harkaa keenyaan qaqqabannu dhukkuba keenya irra ni fayyina, cubbuun keenyaaf dhifatama ni arganna, qaamni keenya xura'ee irraa ni qulqulloofna, rakkoo fi qorumsa nutti baay'ateen gaddaa yeroo Mana-Kiristaanaa dhufnu, ba'aa keenya hundaa Waaqayyoo jiraataa irratti darbannee gammachuu guddaan ilil jechaa gara mana keenyatti ni gala. Kun immoo amantaan nuuf ta'a, nuf danda'ama jennee yoo rawwannedha. Gooftaan keenya kan amanee hundaaf ni danda'ama jedheera'oo. / Marq. 9:25 /.Kanaa yoo amantaa laphee guutuu ta'een rawwannee Waaqayyoon gammaachisneera. Qulqulluun Phaawuloosis akkana jedheera, "Amantaan yoo rawwataan Waaqayyoon gammaachistaanittu" jedheera. //. Gooftaan keenya lyyasuus Kiristoos waa'ee kana ilaalchisee akkana jedheera, "Maqaa kootiin kan rawwataan hunduu isiniif danda'ama" jedheera. //. Manni Kiristaanaa akka mana Waaqayyoo ta'e, yennaa qulqulloonni dubbataan hubachuu ni dandeenya. Qulqulluun Phaawuloos "Manni dhugummaa kan Waaqayyoo jiraatatti" jedheera. /1Xim 3:11/. Sabni Israa'el kakuu moofaa keessatti mana amantaa adeemaanii balbala, uffata mana amantaa qaqqabuun yennaa qaama isaanii dhukkubaa irra fayyaa turaan macaafni qulqulluun ragaa ni baha "Egaa nuttis har'aa mana amantaa adeemnee kan balabala mana qulqulluummaa, biyyoo mana qulqulluummaa qaqqabannee qaama keenya kana kan dibannu abbootii kana irra waan baranneef. /Ibr. 13:7/. Macaafa keessa deebii irratti raajichi Musee akkana jechuun dubbateera, "Abbaa kee gaafadhu sitti himaa, jaarsooliis gaafadhu siif seenessuu" jedheera. /SKD. 32:7 /. Bakka qulqulloonni jiraataan, millaa isaaniin ijaatan, Mana-Kiristaanaa harka isaanittin hojjeetan xuquu fi qaqqabachuun kiristaanaa tokkoof baay'ee kan suga yookiin kennaa qabudha. Namoonni bakkeewwaan qulqullootaa adeemaaniis abbaa caarraa kan ta'aanidha. Achi adeemuun isaanii sugaa foonii fi lubbuu ni argamsiisa. Qulqulluun Phaawuloos bakkeewwaan qulqulluuwwanii akka baay'ee namatti tolu yennaa dubbatu "Yaa Gooftaa as jiraachuun nuuf wayya" jedheera. /Maat. 17:15/. Qulqulloonni duuka bu'oonni yeroo sagalee Waaqayyoo lallabuuf gara bantii lafaa adeemanii deebi'an, Magaala lyyeerusalem irratti wal-gahu turan. Qulqulluun Phaawuloosis ergaa isaa gara saba Efeesoniif yennaa barreessu, "Ayyana dhufu magaala lyyeerusalem ta'uu qaba" jechuun namoota wajjin jiru geggeessee dooniidhaan gara lyyeerusalem adeemu egale. /Hoj. Duk. 18:21, 19:21 /.Bara durii irraa kasee biyyoota addunyaa mara irraa gara lyyerusalem adeemaanii Waaqayyoo waaqessaa turan. Kanaaf "Warren lyyeerusalem dhungataan" ni jedhamu. Waalumaa galatti yennaa Mana-Kiristaanaa adeemne harka keenyaan mana qulqullummaa qaqqabannu; yaa gooftaa kan dubartii dhiigni ishee waggaa kudha lamaaf lola'aa ture sana, yeroo isheen uffata kee qabde dhukkuba ishee fayyiste, anaas nama cubbuun koo narratti tulamee akka naa fayyistu kunoo mana qulqulluummaa kee dhiigaa keetiin bitee qulqulleessite, amantaa laphee guutuun qaqqabachaan jiraa na fayyisi jennee fedha isaa ni gafanna. t.me/jalaala
Mostrar todo...
Lallabaa ortodoksii

Barumsa wangeela ortodoksii Fi barnotaa Abboota argachuu yoo feetan chanali kana join godhaa hiriiyota kessanifis sher godhaa

6👍 1
Jiraataa Ta'uu Yesusii Fi Abdii Hafuura Qulqullul yoh 3-5 Yesus du'a isaa booddee immoo jiraataa akka ta'e, deddeebi'ee karaa hin mamsiifneen isaanitti of mul'ise; guyyaa afurtamaaf akka isa argan godhe, waa'ee mootummaa Waaqayyoos isaanitti in dubbate. ለምርጦቹ ከመከራው በኋላ ሕያው ሆኖ ተገልጦላቸዋል። አርባ ቀን እየታያቸው፣ ስለ እግዚአብሔር መንግሥትም እየተናገረ ቆየ። Isaanii wajjin utuu jiruus,“Abdii abbaan koo isiniif kenne, isa ani isinitti hime sana eeggadhaa malee, Yerusaalemii hin ba'inaa!”jedhee isaan abboome. ከእነርሱም ጋር ዐብሮ ሳለ ከኢየሩሳሌም እንዳይወጡ አዘዛቸው፤ ነገር ግን "ከእኔ የሰማችሁትን አብ የሰጠውን ተስፋ ጠብቁ፤ Itti dabalees,“Yohannis bishaaniin cuuphe,isin garuu guyyaa baay'ee utuu hin turin Hafuura Qulqulluudhaan in cuuphamtu” jedhe. በእርግጥ ዮሐንስ በውሃ አጥምቆ ነበር፤ እናንተ ግን በጥቂት ቀናት ውስጥ በመንፈስ ቅዱስ ትጠመቃላችሁ" አለ። t.me/jalaala
Mostrar todo...
Lallabaa ortodoksii

Barumsa wangeela ortodoksii Fi barnotaa Abboota argachuu yoo feetan chanali kana join godhaa hiriiyota kessanifis sher godhaa

👍 13 4
Dhalachuu Maariyaamii Yihudoonni waan itti hinaafaniif Haannan gara gaara(Tulluu) Libaanositti jalaa baqatte,a chumaanis Haannan gaara Libaanos irratti Dubaroo Maariyaamii deesse. Dhaloota ishee kanas Ogumma qabeessi Solomon ilmi Daawit akkas jedhee faarfateera “Yaa kaadhimaa koo Libaanonii ka’ii na bira koottu, Libaanonii ka’ii na bira gahi, roggee Tulluu Amaanaa irraa, roggee Tulluu Siinaarii fi Heermon irraa, iddoo boollii leencotaa jiru,Tulloota qeerransaa irraas gadi bu’i. Weedduu Weedduu Caalu 4:8 Yemmuu Haannan gaara Libaanositti deessus namoonni Haannaa beekan gara Tulluu Libaanositti gaafachuuf waan qaban hidhatanii(qabatanii) deessuu bosona keessaa kana gaafachuuf deemanii jiru. Kanaaf hanga hardhaatti kunoo sana yadachuudhaanf Caamsaa tokkotti alatti bunni ni danfa, mulluun ni affeelama, Daaboonis ni caba ,sirni gara garaa kana ilaallatus ni adeemsifama. Egaa dhalachuun ishee Addaammii fi sanyiin isaa fi fayyina fi abdii ture. Aabbaa Hiriyaaqos galateeffannaa Maariyaamii kan barreesse akkas jedhe, ‘Yaa Maariyaam Addaam yoo jeennata keessaa ari’ametti abdiin isaa sidha,’ jedhe, yoo abboommii Waaqayyo diiganitti ,inni ilmoo ilmoo keerraa dhaladhee sin fayyisa jedhee waadaa galeefi waan tureef, waadaa kana Addaam eenyurraa dhalatee akka isa fi sanyii isaa fayyisu ni dharra’a ni abdatas ture. Kana qofa ossoo hin taanee Aabbaa Hiriyaaqos fakkeenya hedduun fakkeesse dubaroo Qulqulleettii Maariyaamii galateeffata. Kana keessayis doonii Nooh, eebba Seem, jaalalli keessummaa simachuu Abirahaam, riqaa Yaaqob, Tsillaata Muusee, Masanqoo Daawitii fi fakkeennota heddu iccitii isaanii waliin kennee jira Biqiltuu Jaannata keessaatti alaaf keessan dalleenfamte, alaa fi keessan dhagaadhaan kan cufamtee burqaan boolla bishaanii si dha jedheen. Kunis cufamtee kan chaappeefamte jedhee Qulqulluu Efreem kan dubbateen wal tokko dha. Isheen haadha wareegamtootaati, duuka bu’ootaafis kabaja kan taate, ergamootaafis obboleetti dha, qulqulluummaa isaaniitiin fakkeefamti waan taheef
Mostrar todo...
26👍 14🙏 7
Linkii olii kanan da'ima aja'ibaa donkii tiyubii irraa dawadhaa sher waalif godhaa
Mostrar todo...
👍 12
ሐረገወይን እና አባ ገብረኪዳን ተገናኙ!! #etsubdinklijoch #dinklijoch #comedianeshetu ... https://youtube.com/watch?v=rlKB0bABiTM&si=xDy8q5820Fn2ehpc
Mostrar todo...

👍 3
Mostrar todo...

4👎 2
Kiristoos du'aa ka'ee angoo Fi humnaa isaatin sexannii hidhame ,addam bilisaa bahe nagenyiis ta'ee.(Maatewos 28 ) ------------ 1 Sanbanni erga darbee, jalqaba torbaniitti barii @9[gaafa Sanbataguddaa]@7, Maariyaam isheen Magdalaa fi Maariyaam isheen kaan awwaalicha ilaaluu dhaqan. 2 Kunoo, ergamaan gooftichaa waaqa irraa gad bu'ee, dhufee dhagicha balbala awwaalichaa irraa garagalche waan irra taa'eef, socho'i lafaa guddaan isaa ta'e. 3 Bifni isaa akka bakakkaa, uffanni isaas akka cabbii adii ture. 4 Warri eegdonni awwaalichaa isa sodaachuu irraa kan ka'e rom'anii, akka waan du'anii ta' an. 5 Ergamaan sun garuu warra dubartootaan, "Isin Yesusin isa fannifamee ture akka barbaaddan anuu beeka. Hin sodaatinaa! 6 Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa! 7 Ammas dafaa dhaqaa bartoota isaatti, 'Inni du'aa ka'eera, kunoos, inni isin dura Galiilaa in dhaqa, achitti isa in argitu' jedhaatii himaa! Kunoo, ani isinitti himeera" jedhe. 8 Yommus isaan sodaa fi gammachuu guddaadhaan awwaalicha keessaa ba'anii, bartoota isaatti himuudhaaf in fiigan. 9 Kunoo, Yesus isaanitti dhufee, nagaa isaan gaafate; isaan immoo itti dhi'aatanii miilla isaa qabatanii sagadaniif. 10 Yommus Yesus, "Hin sodaatinaa, dhaqaa Galiilaatti akka gad bu'aniif obboloota kootti himaa! Isaanis achitti na arguuf jiru" isaaniin jedhe. ... 11 Warri dubartootaa utuu karaa adeemaa jiranii, kunoo, warra awwaalicha egaa turan keessaa kaan gara mandaraa dhaqanii, waan ta'e hundumaa luboota warra angafootatti himan. 12 Luboonni warri angafoonnis maanguddootaa wajjin wal ga'anii, erga mari'atanii booddee, horii ga'u warra loltuu sanaaf kennanii, 13 "Waa'ee isaa immoo, 'Bartoonni isaa halkan dhufanii utuu nuyi rafnuu, reeffa isaa hatanii sokkan' jedhaatii namootatti himaa! 14 Dubbiin kun gurra bulchaa biyyaa bira yoo ba'e immoo, nuyi in qabbaneessina; isin rakkinatti akka hin galles in goona" jedhaniin. 15 Kanaaf warri eegdonni horicha fudhatanii, akka isaanitti himame in godhan. Egaa dubbiin kun hamma har'aatti iyyuu Yihudoota gidduutti akkasitti in odeeffama. t.me/jalaala
Mostrar todo...
Lallabaa ortodoksii

Barumsa wangeela ortodoksii Fi barnotaa Abboota argachuu yoo feetan chanali kana join godhaa hiriiyota kessanifis sher godhaa

11👍 5
amansiisa sobaa isa irratti in barbaadu turan.  Namoonni sobaan dhugaa ba'an baay'een yoo dhi'aatan iyyuu, amansiisa quufsu hin arganne. Gara booddeetti garuu namoonni lama dhufanii, Namichi kun, ‘Ani mana qulqullummaa Waaqayyoo jigsee guyyaa sadiitti ijaaruu nan danda'a’ jedheera” jedhan.  Kana irratti angafni lubootaa ka'ee,   “Waan jarri kun si irratti dhugaa ba'an kanaaf deebii tokko illee hin qabduu ree?” jedhe. Yesus garuu calluma jedhe.  Angafni lubootaa immoo, “Hadaraa Waaqayyoo isa jiraataa ati Masiihicha, ilma Waaqayyoo yoo taate nutti himi!”jedheen. Yesus immoo deebisee, “Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan hima” jedheen. Yommus angafni lubootaa aaree uffata isaa tarsaasee, “Inni Waaqayyoon arrabseera, amma immoo dhuga-baatuu maalii nu barbaachisa ree? Kuno Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu amma dhageessaniittu. Maal isinitti fakkaata?”  jedhe.Isaan immoo, “Ajjeefamuun isaaf ta'a” jedhanii deebisan.Yommus fuula isaatti tufanii isa abootan;warri kaanis kakkabalanii, Ati,Kristos! Eenyutu si rukute? Raajii keetiin nutti himi!” jedhaniin. Phexros Yesusin Ganuu Isaa Yommus Phexros ala oobdii keessa in taa'a ture;   xomboreen tokko gara isaa dhuftee,   “Atis Yesus namicha Galiilaa sanaa wajjin turte!”   jette. በዚህ ጊዜ ጴጥሮስ እደጅ ግቢው ውስጥ ተቀምጦ ነበር፤ አንዲት አገልጋይ ልጅ ወደ እርሱ መጥታ፣ "አንተም ደግሞ ከገሊላው ኢየሱስ ጋር ነበርህ" አለችው፡፡ 70 Inni garuu hunduma isaanii duratti ganee,   “Waan ati jettu kana ani hin beeku” jedhe. እርሱ ግን፣ "ምን እየተናገርሽ እንደ ሆነ አላውቅም" በማለት በሁሉም ፊት ካደ፡፡ 71 Gara karra dallichaatti gad baanaan,   xomboreen isheen tokko isa argitee,   warra achi dhaabataniin,   “Namichi kun Yesus nama Naazireet sanaa wajjin ture” jette. ከግቢው ወደሚያስወጣው በር እየሄደ እያለ፣ ሌላ አገልጋይ ልጅ አየችውና እዚያ ለነበሩት፣ "ይህኛውም ሰውየ ከናዝሬቱ ኢየሱስ ጋር ነበረ" አለች፡፡ 72 Inni garuu ammas ganee,   “Nama kana ani hin beeku” jedhe kakate. እርሱም፣ "ሰውየውን አላውቀወም" በማለት በመሐላ ጭምር በድጋሚ ካደ፡፡ 73 Yeroo xinnoo booddees warri achi dhaabatan ol dhufanii Phexrosiin,   “Ati dhuguma isaan keessaa tokko,   akki haasaa keetii iyyuu si lafafa” jedhan. ጥቂት ቆየት ብሎ እዚያ ቆመው የነበሩት መጥተው ጴጥሮስን፣ "በርግጥ አንተም ብትሆን ከእነርሱ አንዱ ነህ፤ አነጋገርህ ራሱ ያጋልጥሃል" አሉት፡፡ 74 Yommus inni immoo,   “Namicha kana ani hin beeku” jedhee of abaaruu,   kakachuuttis ka'e;   achumaanis indaanqoon in iyyite. ከዚያም፣ "ሰውየውን ጨርሶ አላውቀውም" በማለት ይራገምና ይምል ጀመር፤ ወዲያውኑ ዶሮ ጮኸ፡፡ 75 Phexros yommus jecha Yesus isa inni,   “Indaanqoon utuu hin iyyin ati si'a sadii na ganta” ittiin jedhee ture yaadate;   kanaaf inni gad ba'e mararamee boo'e. *72 16:16 *75 26:34 ጴጥሮስ "ዶሮ ሳይጮኽ ሦስቴ ትክደኛለህ" በማለት ኢየሱስ የተናገረውን አስታወሰ፡፡ ከዚያ ወደ ውጭ ወጥቶ ምርር ብሎ አለቀሰ፡፡
Mostrar todo...
👍 10 5
Embal dawe wahimam embal tsawu waa dikam hab kam yoom yabtsahannee yabtsakimu igiziahabiher befisaha webaselam Olmaa gooftaa guyyaa jimaata Gooftaa fi faayyissaan kenyaa iyaasuus kiristoos kaamisaa galgalaa sa'atii 3 ergaa yihuudan dabrsee isaa kenneeen booda halkaan guutuu isaa irraattii qosaa bulaani ganama sa'atii tokkoo murtiidhaaf pilaxoos duraa isaa dhaaban :Abbaa murtii irraattii murtessuuf shangoo yihuudota duraa isaa dhaaban, Kutaa wangeela matiwos 26:36 irraa egaalee Yesus yommus bartoota isaa wajjin gara iddoo dhaabaa Getesemaanee jedhamu tokkoo dhaqe; bartoota isaatiin immoo, “Hamma ani achi dhaqee kadhadhutti as taa'aa!”jedhe. Phexrosii fi ilmaan Zabdewos lamaan fudhatee dhaqee, gadduu fi yaadaan dhiphachuutti ka'e.Yommus,“Lubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite;  isin as turaa anaa wajjinis dammaqaa!”isaaniin jedhe.  Xinnoos irraa hiiqee adda isaatiin gombifamee,“Yaa abbaa ko! In danda'ama yoo ta'e xoofoon dhiphinaa kun ana irra haa darbu, garuu akka jaalala koo miti, akka jaalala kee haa ta'u malee” jedhee kadhate  Kana booddee gara bartoota sanaa dhufee, rafanii isaan arge;Phexrosiin immoo, “Egaa isin sa'aatii tokkittiif illee anaa wajjin dammaquu hin dandeenyee? Qoramatti akka hin galleef dammaqaa, kadhadhaa! Hafuurri illee dhimmaa dha, foon garuu dadhabaa dha” jedhe. Si'a lammaffaas achi hiiqee kadhatee,Yaa abbaa ko! Xoofoon dhiphinaa kun utuun hin dhugin ana irra darbuun hin danda'amu yoo ta'e, jaalalli kee haa raawwatamu” jedhe Deebi'ee dhufees utuu isaan rafanii arge;iji isaanii itti ulfaatee ture. Ammas isaan dhiisee achi hiiqee si'a sadaffaa kadhatuma isaa duraa kadhate. Ergasii gara bartootaa dhufee, “Amma iyyuu raftani boqochuutti jirtuu? Kunoo,yerichi jala ga'eera, ilmi namaa immoo harka cubbamootaatti kennamuu isaa ti.Ka'aa itti adeemnaa! Kunoo, inni dabarsee na kennu dur dhi'aate” isaaniin jedhe  Utuma Yesus kana dubbachaa jiruu,kunoo,Yihudaan,  warra kudha lamaan keessaa tokko,gara isaanii dhufe;  isaa wajjinis tuuti sonaan baay'een,luboota warra angafoota,maanguddoota jaraa biraa ergamanii,  billaadhaa fi bokkuu qabatanii dhufan. Inni dabarsee Yesusin kennuuf ture sun milikkitaaf,Inni ani dhungadhu isa,  qabadhaa!”jaraan jedhee ture. በዚህ ጊዜ አሳልፎ የሚሰጠው፣ "እኔ የምስመው እርሱ ነው፤ ያዙት" የሚል ምልክት ሰጣቸው፡፡ Yihudaan akkuma Yesus bira dhufeen,“Attam barsiisaa ko!” jedhee,isa dhudhungate. Yesus immoo,“Namicha ko,  maaliif as dhufte?”jedheen;  yommus jarri itti adeemanii,  hiixatanii,Yesusin qaban.  Kunoo,warra Yesusii wajjin turan keessaa tokko billaa isaa but godhee luqqifatee,  garbicha angafa lubootaa rukutee,gurra isaa irraa kute. Yeroo sanatti Yesus immoo,  “Billaa kee mann'ee isaatti deebisi;warri billaa luqqifatan hundinuu billaadhaan in badu. Ani abbaa kootti dhageessifachuu hin danda'u sitti fakkaataa ree?  Innoo ammuma ergamoota duula kudha lama irra caalan iyyuu anaaf in erga ture. Silaa immoo akkas ta'uun akka isa irra jiru kan dubbatan caaffanni qulqullaa'oon attamitti raawwatamu ree?” jedheen.Yeroodhuma sanatti Yesus tuuta sanaan immoo, “Akka warra saamtuu qabuudhaaf ba'aniitti, ana qabuudhaaf billaadhaa fi bokkuudhaan yaatanii?  Guyyaa dhufaa darbaa mana qulqullummaa keessa taa'ee barsiisaan ture, isin immoo ana hin qabne. Amma garuu caaffanni raajotaa akka raawwatamaniif kun hundinuu ta'e” jedhe;yommus bartoonni hundinuu isa dhiisanii in baqatan Yesus Yaa'ii Warra Yihudootaa Duratti Dhi'aachuu Isaa Ergasii warri Yesusin qaban sun,iddoo barsiisonni seeraa fi maanguddoonni itti walitti qabamanitti, gara Qayyaafaa angafa lubootaatti isa geessan. Phexros garuu hamma oobdii mana angafa lubootaatti, irraa fagaatee Yesus duukaa adeeme;achi keessa lixes dhimma isaa ilaaluudhaaf warra eegdotaa wajjin taa'e. Luboonni warri angafoonni, guutummaan yaa'ii warra Yihudootaas, akka ittiin Yesusin ajjeesaniif,
Mostrar todo...
👍 4
꧁༒꧂ በግብረ ሕማማት ውስጥ ሦስት ነገሮች አሉ ꧁༒꧂ የመጀመሪያው ጸሎት ሲሆን ‹ዐማኑኤል አምላኪየ ለከኃይል ክብር ወስብሐት ወእዘዝ እስከ ለዓለም› እየተባለ የሚጸለየውና ካህናትና ምእመናን በየመካከሉ የሚደግሙት ዳዊት የዚሁ መገለጫ ነው፡፡ ኹለተኛው ደግሞ ስግደት ነው፡፡ በመጀመሪያው ሰዓት፣ በሦስት፣ በስድስት፣ በዘጠኝና በ11 ሰዓት ከጸሎት ጋር የሚደረግ ስግደት አለ፡፡ በዕለተ ዓርብ ደግሞ የ12 ሰዓት ጸሎትና ስግደት አለው፡፡ ከግብረ ሕማማት ትልቁን ቦታ የሚይዘው ሦስተኛው ክፍል ንባቡ ነው፡፡ በሰሙነ ሕማማት በመጽሐፈ ግብረ ሕማማት መሠረት የሚነበቡ ብዙ ምንባባት አሉ፡፡ እነዚህንም በአራት መድበን መመልከት እንችላለን፡፡ 1. መጽሐፍ ቅዱስ፡- በተለይም በዋናነት ከብሉይ ኪዳን ከኦሪት፣ ከጥበብ መጻሕፍት (ምሳሌ ፣ መኃልየ መኃልይ፣ ጥበበ ሰሎሞን፣ ሲራክ፣ ኢዮብ፣ ከመጽሐፈ ኢያሱ፣ ከመጽሐፈ ሩትና ከሌሎችም የሚቀርቡ ከሰሞኑ ጋር የሚሄዱ ምንባባት አሉ፡፡ 2. ትርጓሜ፡- የልዩ ልዩ የመጽሐፍ ቅዱስ ክፍሎች ትርጓሜ ይነበባል፡፡ በተለይ ደግሞ የቅዱስ ዮሐንስ አፈወርቅ የዕብራውያን ትርጓሜ ትልቅ ቦታ አለው፡፡ ከእርሱም ጋር የኤጲፋንዮስ፣ የአትናቴዎስ፣ የቄርሎስና የያዕቆብ ዘሥሩግ ትርጓሜያት ይሰማሉ፡፡ 3. ምዕዳን፡- በግብረ ሕማማት የክርስቲያንን ልዩ እሴቶች የሚመለከቱ ምክሮች ይቀርባሉ፡፡ ስለ ፍቅር፣ ይቅርታ፣ ወገንን መርዳት የተመለከቱ ምንባባት አሉ፡፡ 4. መጻሕፍተ ሊቃውንት፡- በሊቃውንተ ቤተክርስቲያን ከተዘጋጁና እምብዛም ከማናገኛቸው ድርሳናት መካከል በግብረ ሕማማት ውስጥ የምንሰማቸው አሉ፡፡ መጽሐፈ ዶርሖ፣ ላሃ ማርያም ለዚህ ማሳያ ናቸው፡፡ ከተለመዱት ምንባባት ደግሞ ስንክሳር ፣ ተአምረ ኢየሱስና ተአምረ ማርያም ይጠቀሳሉ፡፡ በተለይ በአሁኑ ጊዜ መጽሐፉ በዐማርኛ የሚነበብ በመሆኑ ምእመናን ሁላችን በማስተዋል ብናዳምጥ በሌላ ጊዜ የማናገኛቸውን የቤተክርስቲያን ታሪኮች ፣ ምስጢራት ምንባባትን የምናዳምጥበት ዕድል ይሆናል፡፡ የኛን ግብረ ሕማማት ከግብጽ ቤተክርስቲያን ጋር ለማነጻጸር ይሄን መሥመር በመከተል የእነርሱን ግብረ ሕማማት በእንግሊዝኛ መመልከት ይችላል፡፡ http://ixoyc.net/data/Fathers/118.pdf √ በግብረ ሕማማት ውስጥ የሚገኙ ባዕድ ቃላት በግብረ ሕማማት ውስጥ ወደ ግእዝም ሆነ በኋላ ወደ አማርኛ ሳይተረጎሙ የተቀመጡ የዕብራይስጥ፣ የቅብጥ እና የግሪክ ቃላት ይገኛሉ፡፡ የእነዚህ ቃላት ትርጉም የሚከተለው ነው፡፡ ኪርያላይሶን፡- ቃሉ የግሪክ ሲሆን አጠራሩ «ኪርዬኤሌይሶን» ነው፡፡ «ኪርያ» ማለት «እግዝእትነ» ማለት ሲሆን «ኪርዬ» ማለት ደግሞ «እግዚኦ» ማለት ነው፡፡ ሲጠራም «ኪርዬኤሌይሶን» መባል አለበት፡፡ ትርጉሙም «አቤቱ ማረን» ማለት ነው፡፡ «ኪርያላይሶን» የምንለው በተለምዶ ነው፡፡ ይሄውም ኪርዬ ከሚለው «ዬ» ኤላይሶን ከሚለው ደግሞ «ኤ» በመሳሳባቸው በዐማርኛ «ያ»ን ፈጥረው ነው፡፡ ናይናን፡- የቅብጥ ቃል ሲሆን ትርጉሙ «መሐረነ፣ ማረን» ማለት ነው፡፡ እብኖዲ፡- የቅብጥ ቃል ሲሆን ትርጉሙ «አምላክ» ማለት ነው፡፡ «እብኖዲናይናን» ሲልም «አምላክ ሆይ ማረን» ማለቱ ነው፡፡ ታኦስ፡- የግሪክ ቃል ሲሆን ትርጉሙ «ጌታ ፣አምላክ» ማለትነው፡፡ «ታኦስናይናን» ማለትም  «ጌታ ሆይ ማረን» ማለት ነው፡፡ ማስያስ፡- የዕብራይስጥ ቃል ሲሆን ትርጉሙ «መሲሕ» ማለት ነው፡፡ «ማስያስናይናን» ሲልም «መሲሕ ሆይ ማረን» ማለት ነው፡፡ ትስቡጣ፡- «ዴስፓታ» ከሚለው የግሪክ ቃል የመጣ ሲሆን ትርጉሙም ደግ ገዥ ማለት ነው፡፡ አምንስቲቲ = አስበን፤  ሙኪርያ = አቤቱ ጌታ ሆይ፤  አንቲ ፋሲልያሱ = በመንግሥትህ፤ ሙአግያ = ቅዱስ፤  ሙዳሱጣ = ቸር ጌታ ማለት ነው፡፡ አምነስቲ ቲ ሙኪርያቱ አንቲ ፋሲልያሱ Em-nees the-tee mo-ki-riey enti vasilia so፡- የቅብጥ ቃል ሲሆን ትርጉሙም «ተዘከረነ እግዚኦ በውስተ መንግሥትከ - አቤቱ በመንግሥትህ አስበኝ» ማለት ነው፡፡ አምንስቲ ቲ መዓግያ አንቲ ፋሲልያሱ Em-nees the-tee mo-a-geh-e enti vasilia so፡- የቅብጥ ቃል ሲሆን «ተዘከረነ ኦ ቅዱስ በውስተ መንግሥትከ - ቅዱስ ሆይ በመንግሥትህ አስበን» ማለት ነው። አምንስቲ ቲ ሙዳሱጣ አንቲ ፋሲልያሱ Em-nees the-tee mo-zess-pota enti vasilia so፡- የቅብጥ ቃል ሲሆን ትርጉሙም «ተዘከረነ እግዚአ ኩሉ በውስተ መንግሥትከ- የሁሉ የበላይ የሆንክ ወይ በመንግሥትህ አስበን» ማለት ነው፡፡ √ ሥርዓተ ሕማማት በሐዋርያት ቀኖና እንዲህ ይላል «ይልቁንም በእነዚህ በስድስቱ ቀኖች መጾም የሚችል ቢኖር ሁለት ሁለት ቀን ይጹም፡፡ የማይችል ግን አንድ አንድ ቀን ይጹም፡፡ ሌሎችን ቀኖች እስከ ዘጠኝ ሰዓት ይጹሙ፤ እችላለሁ የሚል ግን ፀሐይ እስኪገባ ይጹም፡፡ በቤተክርስቲያን ውስጥ ተሰብስባችሁ መጻሕፍተ ኦሪትን እና መጻሕፍተ ነቢያትን፣ የዳዊትንም መዝሙር እያነበባችሁ በምስጋና በጸሎት ዶሮ እስከሚጮህ ድረስ የሌሊቱን ሰዓት ጠብቁ፡፡ አንድ ምእመን የታመመ ቢሆን ወይም ክርስቲያን በሌለበት አገር ሆኖ ሳያውቅ የሕማማት ሰሞን ቢያልፍበት ወይንም በደዌ ውስጥ ሆኖ ቢቀርበት ከበዓለ ሃምሳ በኋላ ሰውነቱን በማድከምም ደስታን ያድርግ፡፡ ባለመፍራት እንዳይጠፋ ውስጣዊ ሰውነቱን ይመርምር፡፡ ጾምን ከመፍታታቸው በፊት ገላቸውን ይታጠቡ፤ ሁሉም መብራት የሚያበሩ ይሁኑ፡፡ የቻለ ዓርብ እና ቅዳሜ ሁለት ቀን ይጹም፤ ኹለት ቀን መጾም የማይችል በሽተኛ ቢሆን ግን ቀዳም ሥዑርን ይጹም፡፡ የኀዘን ቀን ስለሆነች፡፡ እንጀራ እና ጨውም አይቅመስ፡፡» ይቆየን...
Mostrar todo...
👍 15🙏 3 1