cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

SAGLII SHOW

YOUR LINK TO CHINA AND THE WORLD! We provide the latest news from all over Africa. Whether you need to keep up with emerging issues in politics, business and sports, as well as insights on African entertainment, lifestyle or technology news, we have got

Mostrar más
Etiopía1 656El idioma no está especificadoNoticias y medios10 565
Publicaciones publicitarias
12 805
Suscriptores
+2724 horas
+1627 días
+93730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
IRREECHA TULLUU irratti Keessummaa hayyoota argaabdhageetti fi Haala yeroo irratti

IRREECHA TULLUU irratti Keessummaa hayyoota argaabdhageetti fi Haala yeroo irratti Keessuumaan keenyaa Obbo Laggasaa Deetii fi Obbo Lammii shunaa

Shawaa Bahaa Maqiiti Namoonni Torba (7)bakka tokkotti rashanaman jiru waraana mootummaan , akka fuula isaanii Eenyummaan isanii hinbaramneef asiidii fuula isaaniitii naquun guggubanii jiru Hameenya biltsiginnaa
Mostrar todo...
😭 18👍 11 11
👍 21
Mostrar todo...

👍 26👏 1
Deetaan Ministeera Nagaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaadni murtoo kenname SAGLII SHOW (Caamsaa 9, 2024) Finfinnee! Manni Murtii Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Danda’aan Mana Amala sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaada murtoo kenne. Mana Murtii Olaanaa Federaalaatti dhaddachi ramaddii 1ffaa Liddataa dhimmoota yakka heera mootummaafi sirna heera mootummaa oolmaa har’aan mirga Wabii Obbo Taayyeen dhiyeessan qorachuun yaada murtoo kenne. Dhaddachichi falmii bitaa mirgaa qorachuun Obbo Taayyeen Mana Amala Sirreessaa galanii dhimma isaanii akka hordofan yaada murtoo kenne.
Mostrar todo...
👍 51 10
Mostrar todo...
Qophii addaa: Dubbi Abiyyi Ahemad fi miira uummataa!

Mostrar todo...
8/5/2024 Abiy gaaffiin oromoo deeb'e jedhe, W30 HOJJIITTI JIRA ,JAWAAR MOHHAMAD yaadoon qaba jedhe

👍 30
SAGLII SHOW ODEESSAA GUYYAA HAR'A DAQIIQAA 4 BOODA SEENAA CAQASAA https://youtu.be/yY1yEjVPOnI
Mostrar todo...

16👍 14
Mostrar todo...
Oduu: Caamsaa 8,2024-Laalaa ajjeechaa uummata qabutti bilisoomnee lallabamuun furmaataa?

#diaspora #oromomusic #minnesota #viral #music #musicvideo #like #donkey #community #song

13👍 6