cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Asham Tube

Asham Tube keessatti :- 😂Qoosaa Afaan oromoo ✍️Asoosamaa Gabaabaa 🎞Vidiyoo Gabaabaa kolfaa(Vine) 💎Qophiilee Bashananaa 🧠Qophii Saayikolojii 📷Dorgommii https://t.me/joinchat/AAAAAEvbpceQurnVwGqnsw

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
10 670
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
ሁሉም ወጣት ሊያየው የሚገባ ትልቅ ቁም ነገር!!

Viidiyoo ajaa'ibaa tana dowwadhaa Kana tuqaa ilaalaa👇👇👇👇 https://youtu.be/IG8gpSg2CI0
Mostrar todo...
አስደማሚው ክስተት😳
ኡስማን ተመፃደቀ💪
ባምሲ ምን አለ😳
እጅግ አስገራሚ ክስተት😱
ከታች ያለውን ንኩት👇
👉JOIN JOIN👈
እጅግ አስደማሚ ክስተቶች🙈 የ ኤርቱል ልጅ ኡስማን ተመፃደቀ💪 ጀግንነትን አነበነበ💪 ዛሬ ምሽት በ ኢትዮ 3:30 ላይ ይጠብቁን😍 ትርጉም 🎙ዒምራን ጣሂር🎙 አዳዲስ የ ትርጉም ቪዲዮዎችን ለማግኘት በ ፍጥነት ተቀላቀሉ👇👇 JOIN👉 @imrubintahir JOIN👉 @imrubintahir
Mostrar todo...
« የ ጭንቅ የጭንቁን አህያ ከማዘል ወደ መታዘል» =================== «✍ዒምራን ጣሂር» የከፋ እንዳይመጣ፣ ሰው ከተገደደ ተሸካሚን ያዝላል፣ ዐዛ ከሰደደ ነገሩ እንዲኹ ነው።።።። አንዱ በረገጠው ሌላኛው ከሚናድ እልፉን ሰው ሰውቶ፤ ቦታው እንኳ ባይኾን ሸክምን ያስገድዳል መሰንበትን ሽቶ፤ ነገሩ እንዲኽ ነው።።።።።። የተጣለውን ቦምብ፣ አህያው ከረገጠ አላዝልም ያለን እጅ ዋጋን ያስከፍላል ነፍሱን እያስሸጠ JOIN👉 @imrubintahir
Mostrar todo...
MISIRAACHUU !!! Sirni eebba kitaaba obboleessa Keenya Abdussamad saaliloo seenaa eegamaa rabbii (s.a.w ) irratti xiyyeeffate "GOOTA GOOTOTAA " jedhu sadaasa 06 / 03 / 2013 ,bakka hayyoonni ciccimoo fi keessummoonni gurguddoon argamanitti,galma odaatti,sa'aatii 2:30 irraa kaasee sirna ho'aa ta'een ni gaggeeffama ! Kanaafuu sagantaa kana irratti hirmaachuun bashannanaa barachuun cinaatti , amantaa keenyaaf akka gumaachinu kabaja guddaan affeeramtanii jirtu. Teessoon : galma odaa ( fuldura hoteela laaloo ) Sa'aatiin : 2:30 Barreessaan kitaabichaa: Abdussamad saaliloo
Mostrar todo...
Ba'aa Gurmuu ✍Imran Tahir Gararreen gaara guddaa Gurmuutti kan fe'amee Lafeef lafa adda maku Jalli tuullaa booralee Quphanuufuu faladha Miila dhaabbi kan daaku Inni gubbaa baatamuuf Miillii ittiin dhaabbatanu Yooniif walgituu baate Ba'aa miti balaadha Yoo millii lafeen cabaa Cabaaf tiratee kaate JOIN👉 @imrubintahir
Mostrar todo...
Rabbi nagaa nu godhi Nagayaas nuuf godhi🙏 JOIN👉 @Yosangandajifar
Mostrar todo...
Maal jarana eessa badde Jachuunillee hin hafee😳 Mee like👍 dhaan mana haa ho'ifnu😍
Mostrar todo...
«Misiroo fi micro» ================ ♠quuqamatu dagatamee Luqumaatu hirphame ♣Ijaaramatu gatamee Ijaarsa gamoo dhunfaatu Qalbiirra mirmirfame ♣Tulluu koruutu hafee Tolloo dhaabuutu tole Tolli baqatee lufee ♣Faajjii bara corroqaa Ifaajjiidhaan dhiibanii Wal gombisuutu dhufee ♣Isa dhiirri bookkisee Qarreen aannan obaaftee Waliin cinaa cimfatan ♣ Isa macci dallannaan Tuulamni farda koree Diina ofirraa qolatan ♣abbaan fedhe qufa'eef Abbaan fedhe axxiffateef Dugdatti hin garagalu ♣Boolla addaggeen qoottetti Ilma oromoo qaroon Itti jaamee hin galu #Share_godhaa Yoosan ganda jifaar JOIN👉 @Yosangandajifar
Mostrar todo...