cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaci贸n. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

OROMOO MOTIVATE 馃挭

https://t.me/joinchat/5gqyKntCZeg3MWI0 https://t.me/joinchat/5gqyKntCZeg3MWI0 Join Us & Stay Connected! @OROMOO_MOTIVATE 馃敐馃敐馃敐馃敐馃敐馃敐馃敐馃敐馃敐

Mostrar m谩s
Finlandia298El idioma no est谩 especificadoMotivaci贸n y presupuesto2 442
Publicaciones publicitarias
18 088
Suscriptores
+3124 horas
+1447 d铆as
+63730 d铆as
Distribuciones de tiempo de publicaci贸n

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
An谩lisis de publicaci贸n
MensajesVistas
Acciones
Ver din谩micas
01
Akka hin hatamne of eegadhu Barsiisan barattoota isaatin gara fulduraa maal akka ta'uu barbaaddan boruu barreessaa koottaa jedheen. Barattoonni hundinuu barreessanii dhufan, kan barataa tokkoo akkas jedha ture, Waggaa kurnan har'aa Qotee bulaa cimaa, lafa qotiisaa hektaara 300, mana jireenyaa kaaree meetira 2000 fi ijaarsa manaa sadi qabaachun qaba jechuun barreessee barsiisatti kenne, barsiisanis guyyaa lama booda ilaalee baratoota hundaafuu deebiseef.kan Barataa kanaa garuu 'F' (nan grade) jalaa gochuun akkas jedheen kuni nama akka si'ii kanaaf kaayyoo/abjuu dhugaa irraa fagaatedha, qarshii hin qabdu, ilma hiyyeessati, kuni nama akka si'ii kanaaf wanta tasumaa hin danda'amneedha. Kanaafuu kan biraa akka haaratti wanta milkeessuu dandeessu barreessi koottu jedheen. Mucaanis mana galee sirriitti itti yaade, abbaa isaas gaafate, abbaanis ilma koo kun wanta ofiif murteessituudha, garuu immoo kaayyoo kee kamiiyyuu akka milkeessitu sin amana onnee kee qofa dheggeeffadhu jedheen, Mucaanis kaayyoo isaa osoo hin jijjiirin isuma duraa irra deebi'ee barreessee barsiisaf keenne. Barsiisan ammas "F"聽 kenneef. barataan kun woggaa muraasa booda kaayyoo isaa sana milkeessun qote bulaa cimaa ta'uun beekkamtii argate. Guyyaa tokko TV irratti Gazzixeessaa waliin gaafif deebii taasise. Yeroo kana barsiisan F kenneef sunis ilaalaa jiraa. Barataan kun gaazixeessadhaan akkas jedheen聽 yeroon barataa turetti barsiisan koo kaayyoo/abjuu kiyya osoo na jalaa hatuuf jiruun amma xiqqoof harkatti qabadhe, inni F isaa ani immoo kaayyoo koo fudhe jedheen. Ilaa nama koo meeqan keenyatu hin dandeessu nun jedhanii kaayyoo keenya hatame. Nama kaayyoo keessaniin isinitti dhufe hin dhagahinaa. Wanti isin karoorsitan hunduu kan bira gahamuudha, bira gahameeras. Ani michuu keessan 聽聽聽 @oro_motivate Halkan ajaa'ibaa qabaadha
5966Loading...
Akka hin hatamne of eegadhu Barsiisan barattoota isaatin gara fulduraa maal akka ta'uu barbaaddan boruu barreessaa koottaa jedheen. Barattoonni hundinuu barreessanii dhufan, kan barataa tokkoo akkas jedha ture, Waggaa kurnan har'aa Qotee bulaa cimaa, lafa qotiisaa hektaara 300, mana jireenyaa kaaree meetira 2000 fi ijaarsa manaa sadi qabaachun qaba jechuun barreessee barsiisatti kenne, barsiisanis guyyaa lama booda ilaalee baratoota hundaafuu deebiseef.kan Barataa kanaa garuu 'F' (nan grade) jalaa gochuun akkas jedheen kuni nama akka si'ii kanaaf kaayyoo/abjuu dhugaa irraa fagaatedha, qarshii hin qabdu, ilma hiyyeessati, kuni nama akka si'ii kanaaf wanta tasumaa hin danda'amneedha. Kanaafuu kan biraa akka haaratti wanta milkeessuu dandeessu barreessi koottu jedheen. Mucaanis mana galee sirriitti itti yaade, abbaa isaas gaafate, abbaanis ilma koo kun wanta ofiif murteessituudha, garuu immoo kaayyoo kee kamiiyyuu akka milkeessitu sin amana onnee kee qofa dheggeeffadhu jedheen, Mucaanis kaayyoo isaa osoo hin jijjiirin isuma duraa irra deebi'ee barreessee barsiisaf keenne. Barsiisan ammas "F"  kenneef. barataan kun woggaa muraasa booda kaayyoo isaa sana milkeessun qote bulaa cimaa ta'uun beekkamtii argate. Guyyaa tokko TV irratti Gazzixeessaa waliin gaafif deebii taasise. Yeroo kana barsiisan F kenneef sunis ilaalaa jiraa. Barataan kun gaazixeessadhaan akkas jedheen  yeroon barataa turetti barsiisan koo kaayyoo/abjuu kiyya osoo na jalaa hatuuf jiruun amma xiqqoof harkatti qabadhe, inni F isaa ani immoo kaayyoo koo fudhe jedheen. Ilaa nama koo meeqan keenyatu hin dandeessu nun jedhanii kaayyoo keenya hatame. Nama kaayyoo keessaniin isinitti dhufe hin dhagahinaa. Wanti isin karoorsitan hunduu kan bira gahamuudha, bira gahameeras. Ani michuu keessan     @oro_motivate Halkan ajaa'ibaa qabaadha
Mostrar todo...
馃憤 30
Archivo de publicaciones