cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Gumaa Guddaa

Gumaawwan Gootota keenyaaf hin jilbeeffannu!

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
270
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Oromo news
Galmee #Coop (Baankii hojii gamtaa oromia) adda citee ture waan eegaleeruuf kanneen hin galmoofne na quunnamuu dandeessuu👇👇 📩 @alemu24 @alemu24 📞 0930820121
Mostrar todo...
Bagaa Ayyaana Irreechaa bara 2013 nagaan gessan እንኳን ለ2013 የሆራ ፊንፊኔ እና የሆራ አርሠዲ ኢሬቻ በዐል በሠላም አደረሳችሁ፡፡ በዐሉ የፍቅር የሠላም የአንድነት የመቻቻል እንዲሆንላችሁ እንመኛለን፡፡ መልካም በዐል Happy Irreechaa Holiday For All Ethiopians And Oromo's @Oromonews @Oromonews
Mostrar todo...
Paartiin Saalsaay Wayyaane Tigraay filannoo tibbanaarratti rakkoo himate! Paartiilee mormituu Tigraay filannoo addatti naannichi torban darbe adeemsiseefi mootummaan federaalaa 'heeraan ala' jedheerratti hirmaate keessaa tokko rakkoo himate. Paartiin Saalsaay Wayyaane Tigraay Wiixata ganama ibsa baaseen dorgomtootaafi taajjabdootarratti ''dorsiisniifi dhiibbaan'' gahaa ture jechuun ibse. Paartiin dargaggootaan hogganamu kuni naannichi filannoo akka gaggeessuuf gaafataa ture. Filannoon gaggeeffames 'seena-qabeessa'' jechuun ibseera. Haa ta'u malee, filannoo duraafi booda ''hanqinootaafi gufuuwwan' mudatan jedhe ibseera. ⚜ Himannaa TPLF irratti dhihaate Dhaabichi ibsa baaseen miseensonni dhaaba Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT/TPLF) filannoo dura balbala namaarra adeemaa ''mallattoo kan gootan asirra'' jechuun himaa turan jedheera. Dabalataan, dorgomtotaafi taajjabdootarratti ''doorsisniifi dhiibbaan'' gahaa tures jechuun ibseera. ''Caasaa Aanaafi Gandaa fayyadamuun dorgomtootaafi maatii isaaniirratti doorsisni gaha ture. Uummataan akka diinaa akka ilaalamaniifi akka of sodaatan taasifamaa ture,'' jedheera. Itti dabaluunis, paartiin naannicha bulchu ''olola maqa balleessii miidiyaafi sanadaan deeggarame nurratti gaggesseera'' jechuun himateera. Yeroo sagaleen lakkaa'ames taajjabdoota buufata filannoorraa fageessuuf yaaliin taasifameera jechuun ibse. Himannaan akkanaa filannoo naannichi addatti adeemsiseefi mootummaan federaalaa 'heeraan ala' jedheerratti yoo dhihaatu kuni kan duraati. Filannoo paartiin TPLF olaantummaan irra aanerratti paartileen mormituu afur hirmaatanis sagalee olaantummaa kan argate dhaaba naannicha bulchaa jiru, TPLF dha. Himannaa Saalsay Wayyaaneen dhaaba naannicha buchuurratti dhiheesseef dhaaba TPLF irraa deebiin kenname hin jiru. Sababa koronaavaayirasiin Itoophiyaan filannoo biyyaalessaa shanaffaa yeroo biraatti dabarsiteetti. Hangasitti aangoon mootummaa akka dheeratu manni maree federeeshinii biyyattii murtesseera. Haa ta'u malee, naannichi sababa koronaavaayirasiin filannoon yeroo biraatti darbuu hin qabu jechuun addatti filannoo gaggeesse. Kunis, muddama guddaa uumeera. Maddi: BBC @OMN_tv1 @OMN_tv1
Mostrar todo...
Baga bara ⓶🅾❶⓷ isin gahe. Ergaa baga ittiin isin gahee dabarfachuuf: @Alemu24 @Alemu24 irratti nuuf ergaa. 🏵Happy New Year🏵
Mostrar todo...
animation.gif.mp40.39 KB
Gumaa Gootota keenyaaf yeroon deebisuut jirti 😊 Via #Abbaa_Torbee @gumaaf @gumaaf
Mostrar todo...
Archivo de publicaciones