cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

SBO Sagalee bilisummaa oromoo

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
418
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mootummaan tun akka kufte hin shakkinaa. Adeemsi Abiy “yoo kufte akka nama dhaabbatutti fakkeeffadhu” kan jedhu. Yeroo baay’ee dhiphatu akka nama hamilee qabutti dubbata. Kana kitaaba ‘The Art of War’ dubbiseet isa hordofaa jira. Tooftaan kitaabicha irra jiru yeroo kuftes of jajjabeessi waan jedhu qaba. Kanaaf yeroo tokko walaloo, yeroo tokko dhaadannoo yeroo tokko suuraa, ... kana fayyadamaa jira. Garuu kufuu isaa shakkii malee isinii hima. Mee aangawoota mootummaa olaanaa kamuu irraa qulqulleeffadhaa haala jiru. Mootummaan mindaa kafaluu dadhabe maaltu hafe? “Nama tuqamuu hin dandeenye hiine” jedhee Jawaar hidhuu isaatiin jabaa tahuu of agarsiisuuf yaalaa jira. Kuni kan agarsiisu hangam akka inni Jawar sodaatu. Bakka Jawaar jirutti Oromoo gabroomsuu hin danda’u jedhee jala muree jira. Garuu amanaa! Jaalatee osoo hin taane dirqamatti Jawar gadi dhiisa. Qabsoo qofa itti finiinsaa! Itti muddi!
Mostrar todo...
⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️ 🔴🔴🔴🔴🔴🔴 🔴🔴🔴🔴🔴 ⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️ 📺 Mee worri afaan oromootiif quuqamtan chaanaalota kana JOIN SHERE godhaa 📡FUGUGINFO 🖥 @FUGUGINFO 📺 OMN Damee Jimma 📡 @OMNDAMEEJIMMA 📺Qeerroo Oromoo 📡 @Qoonqoofmitiqomoofi
Mostrar todo...
⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️ 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 ⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️ 📺 Mee worri afaan oromootiif quuqamtan chaanaalota kana JOIN SHERE godhaa 📡 📺 OMN Damee Jimma 📡@OMNDAMEEJIMMA 📺Qeerroo Oromoo 📡@Qoonqoofmitiqomoofi
Mostrar todo...
#OMN #Oduu _gammachiisaa Godina jimmaa magaalaa #SANDAABOOTTI yeroo dhihoo keessa addi bilisummaa oromo #ABOn waajira isaa banachuuf haalduree hunda xumuree jira guyyaa muraasa kana keessa akka banamu kereen qindeessituu adda bilisummaa oromoo kan magaalaa asandaaboo nuf gabaasaniiru waan irra gahe hordofnee isiniif gabaasana Ijoolleen godina jimmaa keessatti argamtan akka waajirri isinii banamu barbaaddan nu quunnamaa 👉 @ElemooJaarra Ijoolleen asanadaaboo asiin naquunnamaa Ergaan qaba 👉 @OMNDJ
Mostrar todo...
Canuuse: ●══◄ೋღ⚫️🔴⚪️ღೋ►══● Chaanaalota guguddoo fi beekkamoo 🦚🦚🦚🦚🦚 🗣OMN Damee Jimmaa📺 📡 @OmnDameeJimma Gadaa meelbaa1 📡 @gadaamelbaa1 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 Group oromoo beekkamoo ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ 🗣Anis Barataadha👩‍🎓👨‍🎓 📡 @gamtaabarattoota 🗣Qeerroo Oromoo 📡 @QoonqoofMitiQomoofi 🗣bashannanaaf(just for fun) 📡 @ELEMOOJAARRAA 🗣 Lulluuqqattoota Qofaaf🌱 📡 @boontu 🗣Dhaloota qubee🔠⚫️🔴⚪️ 📡 @gamtaabarattoota 🗣 Ijoollee Waaqayyoo 📡 @WWWSBO 📣our channel ✍promotion👇👇 Galmaa'uuf @Elemoojaarra 👆👆👆👆👆 🤖Admin: @omndj
Mostrar todo...
●══◄ೋღ⚫️🔴⚪️ღೋ►══● Chaanaalota guguddoo fi beekkamoo 🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚 🗣Oromo Pictures📸 📡 @oromobeauty 🗣Computer Tricks 💻 📡 @hackingtips_tricks 🗣Sirboota oromoo haaraa fi durii🎶 📡 @Oromp 🗣Sona Oromoo + Sona Oromiyaa📖 📡 @sabkoofan 🗣Asoosama fi seenaa oromoo📚 📡 @ijoolleeoromoo 🗣Teekinooloojii fi hack 💻 📡 @Techniciantutorial 🗣Muslim students🕋 📡 @OfficialOroMuslim 🗣Aartii Oromoo haa guddifnu📊 📡 @orostech 🗣Oro Shop🛍 📡 @oroshop 🗣Baacoo fi asoosama😆 📡 @orodope 🗣Gadaa keenya haa guddifnu🌳 📡 @Gadaako 🗣Jaalala qofa❤️🔞 📡 @jaalala 🗣Oro Musix🎸 📡 @OroMusix 🗣ORO♬ሚቹ vibes daily 📡 @oromichu1vd 🗣Adobe Pic Gallery 🎨 📡 @adobegedi 🗣Moti Official👑 📡 @king_o_boy 🗣Bilillee Channel🌸 📡 @bililechannal 🗣Gaaddisa Islaamaa 📡 @gaddisaislama 🗣Odeeffannoo sportiif⚽️ 📡 @Obnsports 🗣OMN Damee Jimmaa📺 📡 @OmnDameeJimma 🗣Gadaa Melbaa 📡 @GADAAMELBAA1 🗣Oro comedy🤣 📡 @orocomedy1 🗣Maatii Oromoo👨‍👩‍👧‍👦 📡 @maatiioromoo 🗣kolfaafaan Bohaaruuf😂😂😂 📡 @seeqaa 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 Group oromoo beekkamoo ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ 🗣Anis Barataadha👩‍🎓👨‍🎓 📡 @Oromo_students 🗣Qeerroo Oromoo 📡 @QoonqoofMitiQomoofi 🗣bashannanaaf(just for fun) 📡 @Bashannanaaf 🗣seenaa gootota oromoo 📡 @Seenagotootaoromonunlo 🗣 Lulluuqqattoota Qofaaf🌱 📡 @Barcaa24 🗣greatest funny 📡 @Tebebengoch 🗣Ethiopia 🇪🇹 📡 @ETHIOPIAHAGRE 🗣Dhaloota qubee🔠⚫️🔴⚪️ 📡 @qubeegeneration 🗣 Ijoollee Waaqayyoo 📡 @iyyesuusgooftaadha 📣our channel @oromopromotion ✍promotion👇👇 Galmaa'uuf @Oropromobot 👆👆👆👆👆 🤖Admin: @oroboss
Mostrar todo...
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Sobuun Admaleedha Enyumtuu Kabaja ati ofiif hin Lanne siif hin laatu. Afaan Oromoo guddisuun Itti gaafatamummaa oromoota maraati. Nutis kana hubachuun chaanaalota isin join gochuu qabdan siniif dhiyeessineerra. Join godhaa Itti gammaddu Yaada keenya fudhattanii waan nu faana taataniif galatooma. Isa argattan ammoo waarreen jaalattaniif qooda. @Kaachaalluu
Mostrar todo...
❤️❤️❤️
✍✍✍
⚡️⚡️⚡️
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
❤️ Walaloon Jaalala
Dambalii Jaalalaa❤️
⚡️Jirra Oromia
Oromo Music⚡️
🔥Langano Tube
Dura photography🔥
🌜Oromo Images
Gorsa Beektotaa🌛
🎻Wala meme
Eelaa Jireenyaa🎻
💫Oro Arts
Humna Jaalalaa
🎓Aardii Kitaabaa
Mude Info🎓
👨‍💻Info 4 All
Dhalootaf👨‍💻
⭐️Walaloon Afoola
Tache Jilo⭐️
🦋Borena News
Makko Billi🦋
💃Nimoona
OBN Sports🕺
👍Bilile Chanal
Siif Jedhee👍
🍷Walaloo Tawaahidoo
Gadaa Melbaa🍷
❤️Simboo
Qoosee❤️
💋OroMp
OMN Jimmaa💋
🧚‍♀Oromo Media
Gaazexeessaa🧚‍♀
🎩Saanqii Baraa
Nehushten🎩
⚡️Kaachuu Promotion⚡️
Connect with Promoter
Maatiiwwan chaanaala #OMNDAMEEJIMMA akkam jirtu jiruuf jireenyi oduufii odeeffannoon keenya isi gammachiisaa jiraa? Chaanaali keenyaa chaanaala odeeffannoo ho,aa hawaasa keenyaa biraan gahuuf hundaaheedha kanaaf hanqinaafii cimina keenya nutti himuu yoo barbaadan ulaan keenya banaadha sagantaa qabatanii asirratti oguma keessan dhiheeffachuu yoo barbaadan nu qunnamaa 👇👇👇👇👇👇👇 @OMNDJ
Mostrar todo...
Sule Awal: @QoonqoofMitiQomoofi guruppii ijoollee oromooti yoo nutti makamuu barbaaddan join shere godhaa
Mostrar todo...
Manni maxxansaa Yunivarsiitii Finfinnee kitaabilee barnootaafi waabiif ta'an Afaan Oromoon qophaa'an maxxansuu dide jechuun barsiisoonni Yunivarsiitii Finfinnee komatan. Seerri kitaabni Afaan Oromoon qophaaye akka maxxanfamu heeyyamu waan hin jirreef, hin maxxanfamu nuun jedhanii nu didan jedhu barsiisonni muummee Afaan Oromoo yuunivarsiitichaa. @OMNDEEJIMMA
Mostrar todo...