cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

SAGALEE JIREENYAA 📖 𝗪𝗢𝗥𝗗 𝗢𝗙 𝗟𝗜𝗙𝗘

Anaa dhufuu🙏 welcome As keessati:- Barnoota hafuuraa Walaloo hafuuraa Faaruu haaraa fi durii Gorsa gagababoo Shakkii tokko male ni argattu! Yaada▷ @Sagalee_bot Admin📩 @OnGrace1 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!

Mostrar más
Etiopía3 341El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad17 256
Publicaciones publicitarias
5 516
Suscriptores
+1724 horas
+1377 días
+29230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

📖BARNOOTA WALITTI FUFAA📖 ✟KRISTAANUMMAA / CHRISTIANITY✟ ▬▬▬▬KUTAA XUMURAA▬▬▬▬ 📌ABBAA IMAANUMMAA📌 ▷▹QABEENYAA NUTTI KENNAMEEF◃◁ ♦️ ⓶ #WAAN_ARGATU_KENNUU_QABA ( jireenya arjaa jiraachuu)♦️ 👉Kristiyaanni kenna kennuu seeran geeggeffame osoo hin taane jaalala garaa isaa keessa guute irraa ka'e ti. ➾Kunis hamma argatuu irratti yookiis waan guddaa sababa argateef kenna miti. Sababa jaalalaf utuu baay'ee yookiis irra hafaa hin qabatiin kennuun ni danda'ama. ➥Kennuuf hiyyeessa yookiis sooressa ta'uutu murteessa osoo hin taane jaalalatu murteessa. 📖2Qor 8:2-3 ➨Kutaa kana keessatti phaawulos yeroo waa‟ee amantoota maqedooniyaatiif dhuga ba‟u argina. Sababa irra hafeef utuu hin taane deega isa badduu baasa keessa utuu jiranii; arjoomu danda‟aniiru. 👉Mee har‟a dhugumaan maaltu sitti dhaga‟ame yeroo kana dubbiftu❓ ➥Kanaan dura gaafan argadhuun gargaara jettee yaadaa turte? Kennuudhaaf irra hafa qabachuun hariiroo qabu jette yaadda? Deebiinsa kan dhuunfaa keetiti. ➩Waaqayyo akka nuun ofirraa darbinee gargaarruf jaalala isaa garaa keenya keessatti dhangalaseera. ➻Kanaaf jaalala barbaadu iddoo deemnu tokkollee hin qabnu of keessa haa ilaalluu, waan nuuf hin mallee isa kristos akkasumatti nuuf hojjete haa ilaallu; yoos jaalala argina. Akka kenninuuf Waaqayyo nuuf kenna . 2Qor 9:7 ♦️⓷  #WAAN_KENNU_IDDOO_SIRRIITTI_KENNU 👉Kunis kan nutti agarsiisu horii nutti kenname irratti abbaa imaanaa erga taane horiin kun ulfina Waaqayyoof qofa oolu qaba malee hojii salphinaaf itti fayyadamuu hin qabnu.kennaan keenyaas ◈Waldaalee kristiyaana fi hojii babal‟isuu wangeelaf , Filp 4:14-16 ◈Obboolota rakkataniif , Gal 2:10 Gal 6:10    ➥Walumagalatti abbaan imaanaa tokko wantoota armaan dura kaafne,qofaa utuu hin taane waanuma isa ilaallatu kamiin Waaqayyoof kan jiraatuu fi jaalala Waaqayyoo irra kan ka‟e kan godhuu dha. ➻Haa ta‟u malee namni tokko hojii gaarii hojjetee,namoota gargaaree, yeroo isaas sirriitti fayyadamee abbaa imaanaa isa amanamaa ta'uu dhiisuu danda'a. Kunis wanti inni godhu ofii isaa mul'isuuf yoo ta'e dha. 📖1Qor 13 :3 “ wantan qabu hundumaa warra dhabaniif hiree, ittiin of jajuudhaafis dhagna koo iyyuu dabarsee kennee( ibiddaatti dabarsee kenne), jaalala yoon qabachuu dhaabaadhe, garuu, homaa waa'ee anaaf hin baasu.” 📖1 Qor 13: 4-7 ➥Jaalalli qajeelina dhugaatti gammaada malee, jal‟inatti hin gammadu. Jaalalli karaa ;tokkollee nama hin lafafu, hunduma isaa in amana, hunduma isaa abdata, hunduma isaas obsa.” ➩Kutaa waa‟ee jaalala baay‟ee irraa ittiin barruu dha. ➻Maasii jaalala jedhamuun beekama. ➥Maarre mee iddoo jaalala jedhu YESUS kan jedhuun bakka buusi irra deebi‟uun dubbisi! Ammallee wanti kun baay‟ee si gammaachiisa dhugaa waan ta‟eef. ➻Waaqqayyo immoo jaalala isaa gara keenya keessatti dhangalaseera( Rom 5:5). Hafuurri qulqulluunnis nu keessa jiraata; ija hojii hafuuraa keessa inni jalqaba immoo jaalala( Gal 5:22). ➩erga akkana ta‟e jaalalli safartuu kristiyaana tokko ta‟a. ➻Kana jechuunis kristiyaanni tokko nama isa bira jiruun of madaala osoo hin taane jaalalanii. Mee atis akkas godhi mee kutaa caaffata qulqullaa‟a armaan dura dubbifte kanaa iddoo jaalala jedhu maqaa kee buusi ilaali. 🤔Maal argitee ? Jabaadhu ayyaanni Waaqayyoo akka nuyi gara guutummaa Kiristoositti guddaannuf nu gargaara ti. ➥Inni hojii kanatti nu waame amanamaadha. 📖Filp 1:6 “ Waaqayyo inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe, hamma guyyaa kristos YESUS deebi‟ee dhufutti, fiixaan akka baasu nan amanadha.     😍  #XUMURAMEERA 😍     🙏     ⓉⒽⒺ   ⒺⓃⒹ     🙏 Hamma dhumaatti waan hordoftaniif waaqayyo baraaf jireenya keessan haa eebbisu, isa barannetti akka jiraannuuf ayyaanni isaa nuuf haa baayatu🙏 ➯Warri barnootichaaf haaraa taatan armaan gadiitti kutaa kutaan argattu dubbisaa itti eebbifamaa🙏 💬Yaadaaf gaaffii qabdan nuuf barreessaa 👉  ✍📩@Sagalee_bot📩 🙏pls Share waliif godhaa waliin wangeela dhugaa kana haa labsinu‼️ ❤️Bayyee isin jaallanna Eebbifamaa❤️    Our Blessing Channel          ▽ⒿⓄⒾⓃ  ⓊⓈ▽    ▷ @Sagalee_jireenyaa ◁    ▷ @Sagalee_jireenyaa ◁ 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!👑
Mostrar todo...
👍 1
➥Kutaa 1ffaa argachuuf as tuqaa
➥ Kutaa 2ffaa argachuuf as tuqaa
➥Kutaa 3ffaa argachuuf
➥Kutaa 4ffaa argachuuf...
➥ kutaa 5ffaa argachuuf ...
➥Kutaa 6ffaa argachuuf as tuqaa
➥Kutaa 7ffaa argachuuf
➥Kutaa 8ffaa argachuuf
➥Kutaa 9ffaa argachuuf as tuqaa
➥Kutaa 10ffaa argachuuf as tuqaa
➥Kutaa 11ffaa argachuuf as tuqaa
➥S h a r e Waliif➥
❤️🙏E E B B I F A M A A🙏❤️
𝗡𝗲𝘄 ᴀᴍᴀᴢɪɴɢ live worship         🎵AMEN🎵   👤 SOLOMON ALEMU👤  ♡ sʜᴀʀᴇ ᴡᴀʟɪɪꜰ & ᴊᴏɪɴ ᴏꜰɪɪꜰ ♡             ▽▽▽▽▽▽▽   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ▷ @Sagalee_bot 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!👑
Mostrar todo...
AMEN_SINGER_SOLOMON_ALEMU_New_Afaan_Oromo_Live_Worship_VfUROQy_lw.m4a8.52 MB
🔥 1
24:26
Video unavailableShow in Telegram
𝗡𝗲𝘄 ᴀᴍᴀᴢɪɴɢ live worship                🎵AMEN🎵   👤 SOLOMON ALEMU👤  ♡ sʜᴀʀᴇ ᴡᴀʟɪɪꜰ & ᴊᴏɪɴ ᴏꜰɪɪꜰ ♡             ▽▽▽▽▽▽▽   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ▷ @Sagalee_bot 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!👑
Mostrar todo...
AMEN_SINGER_SOLOMON_ALEMU_New_Afaan_Oromo_Live_Worship_VfUROQy_lw.mkv79.57 MB
🥰 1
𝗡𝗲𝘄 ᴀᴍᴀᴢɪɴɢ song         🎵JAALALA ATI🎵        👤 GENET TEFERI 👤  ♡ sʜᴀʀᴇ ᴡᴀʟɪɪꜰ & ᴊᴏɪɴ ᴏꜰɪɪꜰ ♡             ▽▽▽▽▽▽▽   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ▷ @Sagalee_bot 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!👑
Mostrar todo...
Jaalala_Ati_Genet_Teferi_Official_Vedio__nmQpvqWuqKI_140.mp35.89 MB
06:18
Video unavailableShow in Telegram
𝗡𝗲𝘄 ᴀᴍᴀᴢɪɴɢ song         🎵JAALALA ATI🎵      👤 GENET TEFERI 👤  ♡ sʜᴀʀᴇ ᴡᴀʟɪɪꜰ & ᴊᴏɪɴ ᴏꜰɪɪꜰ ♡             ▽▽▽▽▽▽▽   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ▷ @Sagalee_bot 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!👑
Mostrar todo...
Jaalala_Ati_Genet_Teferi_Official_Vedio__nmQpvqWuqKI_134.mp419.84 MB
Repost from Wisdom From Above
Mostrar todo...
Kitaabilee Barattootaa Curriculum Haaraa
Gorsaa fi Barnoota
Oro Dinqisiisoo
Channel Walaloo
Xinsammuu fi Saayikolojii
Online Business
Computer Solutions
Student First
🅰️ Join All Channels 🅰️
Repost from Wisdom From Above
Mostrar todo...
Kitaabilee Barattootaa Curriculum Haaraa
Gorsaa fi Barnoota
Oro Dinqisiisoo
Channel Walaloo
Xinsammuu fi Saayikolojii
Online Business
Computer Solutions
Student First
🅰️ Join All Channels 🅰️
𝗡𝗲𝘄 ᴀᴍᴀᴢɪɴɢ live worship         🎵SITTAN SIQAA 🎵        👤 LIDIYA DERESE 👤  ♡ sʜᴀʀᴇ ᴡᴀʟɪɪꜰ & ᴊᴏɪɴ ᴏꜰɪɪꜰ ♡             ▽▽▽▽▽▽▽   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷   ▷ @Sagalee_jireenyaa ▷ ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ▷ @Sagalee_bot 👑𝐘𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚!👑
Mostrar todo...
_SITTAN_SIQA_SINGER_LEDIA_DERESE_ADAMA_CONFRANCE_WORSHI_bmGt0wWM.m4a4.41 MB
👍 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.