cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Garaa Garummaa hin qabu

Share waliif godhaa hiriyyoota keessan afeeraa🙏🥰

Mostrar más
Finlandia2 185El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad78 029
Publicaciones publicitarias
352
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
-830 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

🟢 Invite Users To ET Click Bot & Earn 1 Birr ! 🔰 You Have Invited 0 Users 🗯️ Invitation Link : https://t.me/ET_Click_Bot?start=978136290 ⚠️ Fake Referral or Multi Accounts Users Will Be Directly Banned !
Mostrar todo...
↗️ Invite Freinds🔱
Jecha mataa nama nyaatu🤯😰dabarsuu irra jecha garaa nama nyaatu😔😔 dabarsuu wayya Malif yoo jatte Yaadatamun kee waan hin oollef hamtuun yaadatamuu irra keeyrin/gaariin yaadatamu wayya. 😍🥰🥰
Mostrar todo...
👍 1
Jirenya kee kan dabarsite If duuba debitee egala jijjiiruu(sirreessu) hin dandeessu, garuu bakka amma  jirtu kanarraa eegaltee dhuma isaa jijjiiruu(tolchuu)ni dandeessa. @Gaariioffical
Mostrar todo...
1
Akami
Mostrar todo...
👍 1
Kotuu hadubifnuu.... Nabi Muhammad (SAW).. 1. Waa hunda caalaa soba jibbuu ture. 2. Osoo hin du'in dura, Dubartii fi salaata dhaammate.. 3. Yaroo fincaanuuf deemu iddoo namni isatti hin dhihaanne dhaqa, hanga dachitti gad dhihaatu tti uffata isaa firraa hin banu ture. 4. Dubartii caalaadha qaanfata. Yaroo karaarra deemu fuula isaa dura malee bitaa fi mirga hin laalu.. 5. Yaroo mana isaa ol seenu cufa, suwaaka (rigaa) afaan isaaniirra hin dhabamu. 6. Yaroo rafuuf deemu, harka mirgaa, mallaa mirgaa jala kaayeeti rafa.. 7. Erga salaata ishaa'ii salaate booda taa'ee haasawuu, osoo salaata ishaa'ii hin salaatin rafuu, hin jaalatu. 8. Irra gaarii namaati ture. Namni waa isa kadhatee isa biraa dhabee hin galu. 9. Irra jeeyna namaati. Takkaa lolarraa dheeysee hin beeku. Lola keysatti namni isaanitti qixxaawu hin jiru. 10. Areedni isaa tuuttee (guddaa) dha. Namni dingatatti isaan agare, nirifata. 11. Daa'ima haalaan jaalata. Yaroo daa'ima agare ol fuudheeti dhudhungata. 12. Torbee takka keysatti guyyaa 2 (kamisaa fi isniina) soomanuu hin dhiisu. 13. Salaata halkanii/leeylii lakkisee hin beeku. Yaroo dhukkubsate taa'eeti salaata. 14. Dhukkubsataa gaafachuun aadaa isaati ture. 15. Ofiifiis tahee, yaroo namni dhukkubsate mu'awwizaata qara'uu ture. Seenaa ergamaa keysanii SHARE godhuu hin dagatinaa Jzk.. Salawaatu Rabbii wasalaamuhuu Aleeyhi yaa Rasuula Allaah❤️ @Lamiitoo
Mostrar todo...
👍 1
Waan hunda jijjiiruu kan danda'u jaalalaa fi du'a qofa. @Gaariioffical
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Gufuulee Milkaa'inaa... 1. Ofittummaa. 2. Sodaa kufaatii. 3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu. 4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu. 5. Jijjiirama haala jireenyaa. 6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu. 7. Hanqina karoora/qarshii. 8. Ittigaafatamummaa maatii. 9. Waan tokko irratti xiyyeeffachuu dhabuu. 10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu. 11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu. 12. Humna ofii ol yaaduu. 13. Kutannoo qabaachuu dhabuu. 14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu. 15. Sabrii dhabuu. 16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu. @Gaariioffical
Mostrar todo...
​​Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa  kan bara 2015 boru ifooma. ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ☆☆☆☆★☆☆☆☆☆☆☆☆ Fulbaana 27/2016(Ministeera Barnootaa)Bu'aan Qormaata  Kutaa 12ffaa guyyaa boruu ni ifooma.  Kanumaan walqabatee Ministeerri Barnootaa guyyaa boruu Adoolessa 28, 2016 waaree booda sa'aatii jahatti ibsa gaazexeessitootaaf ni kenna. Barattoonnis odeeffannoo sirrii fuula Ministeera Barnootaa irraa akka hordofan ni beeksifna. የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ  ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይሆናል። መስከረም 27/2016 ዓ/ም (የትምህርት ሚኒስቴር) የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ  ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይሆናል። በዚህም ዙሪያ ትምህርት ሚኒስቴር  ነገ መስከረም 28/2016 ዓ.ም ከ ቀኑ ስድስት ሰዓት ላይ ጋዜጣዊ መግለጫ የሚሰጥ ይሆናል። ተማሪዎችም ትክክለኛውን መረጃ ከትምህርት ሚኒስቴር ገፆች ላይ እንድትከታተሉ እናሳውቃለን።
Mostrar todo...
👍 2