SOF UMAR MEDIA
Ir al canal en Telegram
Trustworthy source of airdrop, technology, cryptocurrency news and latest information.as well as tips for crypto trading around the world.. Barnoota Hojii Online,technology argchuf http://m.youtube.com/channel/UC0MUdx_qjAXyJzvdHOFnAHw?sub_confirmation=1
Mostrar más7 851
Suscriptores
+1324 horas
+547 días
+5430 días
Archivo de publicaciones
7 853
▶️ Akkata HAMSTER KOMBAT Token Itti Gurgguratan Wallettiwwan Akka Binance,Bybit,Kukoin,Gate.io,Okx Fi bitget Irratti.Guutuu Vidiyoo Arman Gadii Ilaaluun Gurgurachuu Dandessu
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
✅Video Link: https://youtu.be/6tSNIjcshx8
7 853
➡️ Warrottni Badhaasa Subscriber 50,000 gahu kenyaa sababbeffachuun qophayye mo'atan
1.Gammachu Kinfe Qarshii 3000
2.Simbo Kardii 200
3.Abdulhakim haka kardii 300
Account Kessaan Erguun Ammarraa Fudha.
@moheone irratti
7 853
Akkumaa Filannoo Kessanittin Kunnoo Badhaasa Kessaan Fudhanne Dhufnee Jira.Halkaan Kessaa sa'atti 6:00 Ykn 0:00pm Nu egaa.Sa'aatii Afur Qofatuu Hafe.Live Wal haa arginuu🙏
7 853
▶️Akkata WALLET HAMSTER Walqunnamsiftan Itti Jijjirtani Fi Wallet Filaatama Hamster Kombat Wal qunnamsisuu qabdan vidiyoo kanan ni kessatti ni argatuu.
Vidiyoo kana dawwachuuf link armaan gadii tuquun dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
▶️ https://youtu.be/mvTGSkJhmLk
7 853
As Wr Wb Akkam Jirtu? Badhaasni Qophayee Har'aa Galgala sa'aatii 6:00pm Ni baha.Abbaan Carraa Enyuu Live Irratti Wal Haa Agaruu. Warroonni screen shot channeli youtube Kenyaa fi Telegram Kenyaa Sirri screen shot Isaa telegrama irratti @moheone irratti ergaa.
Namootni Screen Shot youtube fi channeli telegramaa Ergitaan Sadarka kan ittin addaa bafnuu comment isiin barressitan like isaa ilalettii maqa ittin commenti ergitaan nuuf ergaa adda baasuuf Galatooma!!
7 853
▶️ Akkata Telegram Wallet Itti Banatanii Fi Hamster Kombat Wajjiin Itti Wal qunnamsiftan Vidiyoo Kana Kessatti Ni Argatuu.Guutuu Isaa Dawwachuuf Vidiyoo Armaan Gadii Link Kana Tuquun Dawwadha⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
▶️ Video Link: https://youtu.be/-uIAxTYsowQ
7 853
▶️ Hamster Kombat Gonkuma Isiniif Hin Kafaluu.Dirqaama Wantoota Beekuu Fi Sirressuu Qabdan 4.Wantoota Kannen Sirreffachuun Kafaltii Kessaan Guddiffachuu Ni Dandessuu.
Guutuu Vidiyoo Kana Link Armaan Gadii Tuquun Dawwachuu Dandessuu
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
▶️Link Vidiyoo➡️ https://youtu.be/-Bcqxx0JBYM
7 853
▶️ Baga Gammadan Warronni HAMSTER KOMBAT Hojachaa Turtaan. Karaa Ittin Hamster Kessaan Bafachuu Dandessaan Gutuu Vidiyoo Kana Kessattii Ni Argatuu.Hatattamaan Qarshii Kessan Kara Wallett Kessanitti Ergadha.⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
▶️Video Link: https://youtu.be/q9ctUPZ1fPw
7 853
▶️ Hordoftotni koo hundii kessannuu akkam jirtuu? Badhaasa Youtube Kenyaa Subscriber 50,000 Guutuu isaa sababbeffachuun isiinif qophessinne jira.Badhaasni qophayye qarshii 3000 yoo tahu,sadarkan lammaffa fi sadaffaniis ni baadhafamu akkumma sadarkaa isaanittiin. badhaasni kun namoota support naa gootan hundaa ni ilaalata.Kanaf badhaasa kan akkata ittin argachuu dandessaan vidiyoo armaan gaadii ilaaluun dawwachuun irraa fayyadama
▶️ https://youtu.be/9rmL39JRbyo
7 853
➡️ HAMSTER KOMBAT Account Namarratti Cufaa Jira Of Egannoo Godha.Guutuu Isaa Link Armaan Gadii Tuquun Dawwadha
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Video Link: https://youtu.be/D1kugPfUbSQ
7 853
Salphumattii Suuraa Badee🚸Vidiyoo Badee▶️Document Badee📚Muziqaa Badee🎵 Deebistani Argachuuf App Kana Buufachuun Itti Fayyadama⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️⬆️
7 853
➡️ HAMSTER KOMBAT Yeroo Gababaattii Karaa Kafaaltii Kessaan Ittiin Guddifatan Dafaa Dafaa Itti Fayyadama.Guutuu Isaa Link Kana Tuquun Dawwadha⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Video Link: https://youtu.be/0TamcB6VAtY
Hanga Ammaa Warri Hin Eegalin Yoo Jiraattan Liinkii Armaan Gadiin Hamster Kombat Eegaluu Dandeessu.
Link : 👉https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId5875259487
Today's hamster Kombat combo card.
Join telegram channel for daily combo card👇
Telegram: 👉https://t.me/Sofumarapp
Let's go family!! 😍😍😍🤑🤑🤑🤑
#hamsterkombat #crypto #sofumarapp
7 853
➡️ Yeroo Hafeeti HAMSTER KOMBAT Irratti Wantoota Sirreeffachuu Qabdani Fi Beekuu Qabdan, Link Armaan Gadii Dawwachudhan Itti Fayyadama ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Video Link: https://youtu.be/hJzs0hpi5_c
7 853
➡️ Yeroo Hafeeti HAMSTER KOMBAT Irratti Wantoota Sirreeffachuu Qabdani Fi Beekuu Qabdan, Link Armaan Gadii Dawwachudhan Itti Fayyadama ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Video Link: https://youtu.be/hJzs0hpi5_c
7 853
➡️ Bilbilaa Kessaan Vaayrasii Fi Appota Vayirasii Fidaan Irra Ittisuu Akkasuma Baatirii Bilbilaa Kessan Umri Akka Turuu Tasisuun Bilbilaa Kessaan Yeroo Dheraa Tursisuu Ni Dandessuu.Guutuu Vidiyoo Kana,Dawwachuun Irra Fayyadamu Dandessuu.
Vidiyoo Dawwachuuf Link Armaan Gadii Tuqaa⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
Video Link: https://youtu.be/AygNsAszcBI
