cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Ta'odokos tube k-2

Anaa Dhufu! Chaanalii yutuubii keenya 👇 #Subscribe📢 #Like👍 #Share📲 taasisuun hirmaata maaddi afuuraa ta'aa! Vidiyoon guyyaa Dafinoo;Roobii fi Jimaata isiniif gadhiifama hordofaa! Gaarummaan Ofumaafi!

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
205
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Watch "Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-8||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon" on YouTube https://youtu.be/A0KlOd8CGZs
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-8||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

Watch "Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-7 ||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon" on YouTube https://youtu.be/-YANWFty5zQ
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-7 ||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

Watch "Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-6||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon" on YouTube https://youtu.be/wof1PtPiabE
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-6||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

Watch "Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-5||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon" on YouTube https://youtu.be/zZFwx_AhiL8
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-5||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

🌷YaaJaallatmtootaa🌷 Baroota dheeraaf balbala mana kiristaana irra dhaabbadheen wantoota raawwatan na hin qubsuu sababa kanaaf akkasan jedhaManni kiristaana na hin quubsitu,barumsi ishees dadhabaadha,tajaajiltoonni ishees ni facau, sirni kadhannaa ishee nuffisiisaadha,sirni qulqulleessaa(qiddaaseen) ishee dheeraadha,saataatii ishees hubachuun ni ulfaata dabalees hin barbaachisu jechuuf osoon jiruu gooftaan na waame akkasis naan jedheMaalif balbala irra dhaabbattaa?gara keessaa seeni mana kiristaanaa ala dhaabbattee akkamiin miaawummaa ishee dhamdhamuu dandeessaa hirina kee akka siif guutamuuf itti dhiyaadhu.anis ajaja kan fudheen gara bakka aarsaatti nan dhiyaadhe “kunoo samiin banamee nan arge akkasiis kiristoos lubaafi aarsaa tauun nan arge akkaasis nan jedheijikee ana malee dadhabina obboloota kee fi tajaajiltoota hin ilaaliin.isaan booda lubni yeroo lallabu afuura qulquluu jechoota xixiqqoo inni dubbatu keessaa nan arge hiikaa jiraata jechichaas irraa nan argadhe.Gooftaan dadhabina tajaajiltoota isaa yeroo gargaaru nan arge kadhannaanis gargaarsaa tajaajilaaf bareedaa fi barbaachisaa akka tae nan bare sirni qulqulleessas kan dheerateef samiin banamee aariyaam gubbaa gahee waan deebiuuf tauu nan hubadhe,saataatiin faaruu of keessaa qabu gadfageenya isaanii fi afuurummaa isaanii nan bare.!! Ofii koofis akkas nan jedhe :Maalifan balbala Mana kiristaanaa irra dhaabbadhaa.?haras taanan balbala mana kiristaanaa irra warri dhaabbannu baayeedha gara keessaa ol haa seennu mee!!! Join us on👇👇👇 @Naataniim @Naataniim @Naataniim
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-5||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

Mostrar todo...
Jireenya Kiristaanummaa fi Dhiibbaa Bara keenyaa||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

Barumsa Jireenya Kiristaanummaa fi Dhiibbaa Addunyummaa kana dhaggeeffadhaa. #Vidiyoo Faaruu Obbolootaa Lammaanii kan of keessatti qabate kana dhaggeeffadhaa...

Watch "Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-4 ||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon" on YouTube https://youtu.be/wv_gjRUIYuw
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-4 ||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

✥••••••••••••●◉ ✞◉●••••••••••••✥ Lallaba Guyyaa Sadii◍◌◌ ✥••┈┈┈••●◉ ✞ ✥••┈┈┈••●◉ ✞ Yoonaasii fi Gooftaa Keenya Warreen fariisotaa fi caaftotaa mallattoo gaafataniif mallattoo kenne.Namni mallattoo barbaadu nama bishaan ashaboo dhugeen fakkeeffama.Amma ni amana ammuma immoo ni gana.Itti fufees kan biraatu itti bareedee mul'ata.Mallattoo fedhuun kiristaanummaa keessatti nama tasgabbii dhorkata.Kan nama tasgabbeessu raajii osoo hin taane cinaacha isaa waraaname;dhiiga isaa lola'e fi foon isaa ciccitedha. Isin na ajjeestu ani garuu nan kaasa kabaja koo caalaattis nan agarsiisa jedha.Cirracha diinni darbatu walitti qabuun dunkaana taasisee aduu ittin golga.Akkuma seena saa'ol irraa hubannu Saa'ol damasqoo yoggaa deemu ajjeesuuf deemee du'aa ta'e.Ergaawwan kudha afur barreesse.Kiristoosiin du'aan fakkaate. Hanga samii sadaffaatti olfudhatame.Kanaaf har'a fudhachuun keenya dirqama har'a yoo simannee fi simachuu baanne bu'aa keenya borii irratti dhiibbaa ni geesisa. Fariisonnii fi caaftonni gooftaan akka du'ee du'aa ka'u amananiiru duuka bu'oonni garuu yeroo baqatannitti garuu fariisonni akka du'aa ka'u amanuun maallaqaan awwaalcha isa eegsisaa turan.Caaftonni garee amantootaa boojuu baabiloon booda dhufan turan.Macaafota qulqulla'oos eeguun akkasuma sirnaan ka'aani caalmattis gaalee fi keeyyataan lakka'aaniiru. Yoo waanta tokko hir'ate deebisaani ni caafu.Kana qofaa miti jecha yehawwe jedhu bira yoggaa gahaan teessoo isaanii irraa ka'uun sagadanii harka isaanii dhiqatanii luka isaanii tokkoon dhaabbatanii ni caafu.Caaftonni fariisota ;Fariisonni hundis caaftota jechuu miti garaagara kan ta'aanidha.Kakuu moofaa guutummaa kan fudhatan akkasuma kan hin fudhanne ni jiru.Yoo baay'isan jaallattota biyyaa fi tartiiba seeraa huccuu isaa irratti kan caafate akka kabaja miindaa namaatti ni ilaalu.Samii ilaalaa lafa irra ejjechuun maqaa waaqayyoo waamaas kabaja mataa ofiif barbaaduun gaddisiisaadha.Har'as lallabdoonni lallabni koo akkamii?Mana kiristaanaa tajaajiltootni ishee nama irraa kabaja barbaadanii fi gatii isaanii nama irraa argachuuf hawwan haammatte keessa jirra.Gartuuwwan sunis gara gooftaa dhufanii mallattoo badiinsaan argan osoo hin amaniin mallattoo kan biraa nu agarsiisi jedhaniin. itti fufa... Naaf Kadhadhaa! @Naataniim
Mostrar todo...
Watch "Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-3||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon" on YouTube https://youtu.be/A4q3A_THFuo
Mostrar todo...
Dubbii Afuura Qulqulluu Kutaa-3||Barumsa Amantaa Ortodoksii Afaan Oromoon

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.