es
Feedback
Oromo protestants

Oromo protestants

Ir al canal en Telegram

Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .

Mostrar más
El país no está especificadoLa categoría no está especificada
479
Suscriptores
+124 horas
+577 días
+21730 días
Archivo de publicaciones
Eliyas Gabulaa #2 mp3 (8).MP35.29 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (7).MP36.26 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (6).MP35.59 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (5).MP35.52 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (4).MP34.38 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (3).MP35.15 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (2).MP35.18 MB

Eliyas Gabulaa #2 mp3 (1).MP36.17 MB

HOPE PROMOTION ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🎓 Channel kanneen akkaan barbaachisaa waan ta'aniif open bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa. Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu. ■ OPEN ◀️________________✔️ ■ OPEN ◀️________________✔️ ■ OPEN ◀️________________✔️ ■ OPEN ◀️________________✔️ Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif join gochuun itti fayyadamaa. Kanneen armaan gadii kanas JOIN Gochuun itti fayyadama. 👇👇👇👇 ███▓▒░▶OPEN░░▒▓███ ███▓▒░▶OPEN░░▒▓███ ███▓▒░▶OPEN░░▒▓███ ███▓▒░▶OPEN░░▒▓███ ███▓▒░▶OPEN░░▒▓███ Dhuguma dubbachuuf barruun asirratti isiniif maxxansu dubbiftanii bu'aa irraa hin dhabdan! ➛ Iccitii Milkaa'inaa ➛ Xinxala Sammuu ➛ Jecha Beektotaa ➛ Bohaartii fi bashannana ➛ Maxxansa barsiisoo ta'anii fi hubannoo namaaf laatan ni argattu! Ittis gammaddu! STAY CONNECTED WITH US!!! ❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa! ❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!

Ati sirridhumsa chaanaliin kanaa keessa hin jirtu amumma join jedhii seenni @ethio5media

#Sanbata_guddaa_galgala_keessa#sa'atti_3 :00 irratti#Waldaa_Rakkoo_Hamtuu_Keessa_Jirtu_Kanaaf_Haa_Dirmannu_Bilbila_kallatti_fi_telegram_nuu_argatuu_+251924110081 Kiristiyaanota Baha, dhihaa, kaabaa fi kibba Addunyaatti argamtan hundumaaf Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baayyatu. WWWMY #Koobii, Waldaa Hafuuraa Gooftaa Yesusiin Waaqeffattu dha. Argamni ishee Kutaa naannoo Bernishaangul Gumuz, Godina Asoosaa Aanaa Buldigiduu Ganda Koobii Yookaan Buucii jedhamtuu dha. Wallagga lixaa wajjin wal maddii dha. Mandii Manasibuu waliin wal daangessiti. Sabakaanis Kan Abbayya Daabbus jala bulti. https://youtu.be/qZ2DIxDptsA