cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mujahid Habo Official

Keessoon nuqunnamtanii yaada nuuf kennuu yoo feetan liinkiin https://t.me/Bareedduu_kiyya tuqaa Lakk.Bilbilaa; +251953666750 nuuf bilbilaa. Direct Call.+251917752456 nuuf bilbilaa. Email 💌 [email protected] nuqunnamaa.

Mostrar más
FinlandiaEl idioma no está especificadoReligión y espiritualidad
Publicaciones publicitarias
1 483
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailable
𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐌𝐈𝐍𝐈𝐒𝐓𝐄𝐄𝐑𝐈 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐄𝐍..see more.....
Mostrar todo...
See more...
Open...
Photo unavailable
#Iid_Mubaarak #عيد_مبارك ➛Hordoftoota media Tafakkur hundaaf, Baga Rabbiin nagahaan ayyaana Iid Al-fixrii kan akka lakkoofsa hijraatti bara 1443ffaatiin isin gahe. تقبل الله طاعتكم Rabbiin ifaajee teessan fuulaan isin hin dhahin. كل عام وأنتم بخير Warra baranaa kan bara hegeree isiniin jenneen jirra. ✍@AlsadAbda Follow Us👉 https://t.me/abbajifaar group ●Baguma Geessan● °°°°°°••••••••••°°°°° Kaleessi darbeera Deebi'ee hin dhufu Namni Abdii qabu Kaayyoo maleen kufu °°°°°°••••••••••°°°°° Murtoon yoo jiraate Murtii inni wal makaa Muslimin Biyya diiga Yoom jedhamee beeka. °°°°°°••••••••••°°°°° Jireenya har'aa miti Kan boriitu caalaa Baga lubbuun jiraattan Numatu waliif dhaala!! °°°°°°••••••••••°°°°° Kaayyoodhaan adeemi Akka nama beekaa Baguma geessani Waggo baran kana!! °°°°°°°•••••••°°°°°°° Baga geessan!! @Abbajifaar @Abbajifaar
Mostrar todo...
Photo unavailable
Photo unavailable
Jaalala isa dhugaa Kan cuphu laphee irratti Dhandhamuu hawwii Dubbiin koo kan dhugaatii!!! #Join gochuun suuraawwan mimmiidhagaa fi dubbii bohaarsitu qooddachuu dandeessu. @jifartvh @jifartvh
Mostrar todo...
Rakkinni haa rakkatu!! Rakkoon qullaa buusee Hunduu itti haa seequ Kan rakkoon jeeqame Dabaree isaa haa jeequ Dhukkubsatee aadee Sammuun haa dhuphatu Waan godhu wallalee Rakkkon haa maraatuu Akkanaan burjaaja'ee Nama hunda haa baqatu Golli isaas duwwaa ta'ee Rakkinni haa rakkatu Lagni gad-yaa'uu Huursee Isa haa nyaatu Ammallee Nan jedha Rakkinni haa rakkatu!! @abbajifaar @abbajifaar group @abbajifaar
Mostrar todo...
Oddu haaraa guyyaa hara rayya ittisaa biyyaa fi m.m Abiy Ahmad wol seemore...
Mostrar todo...
Open 😲
𝐈𝐁𝐒𝐀 𝐌𝐈𝐍𝐈𝐒𝐓𝐄𝐄𝐑𝐈 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐀𝐒𝐄𝐍..see more.....
Mostrar todo...
seemore.....
Mostrar todo...
Sagantaa yaalii!

Sagantaa gaaffi fii deebii bashannansiisaa

Sansalattan jireenyaa Wal-xaxaa akka hiddaa Mataa gubbaatti baattee Jireenya akka ibiddaa Dawoo diina dhala kee Ijibbaatummaan diigdaa Booree keenya nuu baafta Nu gammachiisuuf fiigdaa Abdii sin kutachiifne Rakkinni biyya lafaa Adeemsa daandii jiruu Akkamiin irraa hafaa? Jettee halkaniif guyyaa Deemta dadhabbii malee Mudaa-muddiin si ka'ee Taatus dhibamaa kalee Ciniinnattee mormitee Darbuuf jetta gidiraa Madaa kee kulkulfataa Dabbasaa dabaa ciraa Seenaan gaafa roobaa Seenaan yeroo Aduu Turullee gonkumaa Dagatamee-n baduu Hin moofatu yoomuu Jaalalli kee haaraa Seenaa jabaa qabda Guddaa akka gaaraa Badii guyyaa baduu Qabdee nu oolchitee Dukkanaa nu baaftee Ifa nuuf tolchitee Argattu ofiif dhiiftee Nuun dhsla kee soortaa Sakaallaa kee hiikkattee Of ijaaruuf joortaa! Sanyiin kee baay'atanii Buusuu dhabanus bu'aa Hammati golaan-baneetti Hamileetu nu du'aa! ✍️...Mujahid Habo https://telegram.me/Eessa_jirra
Mostrar todo...
Eessa Jirra?

Chaanelii beekkumsaafi dandeettii akkasumas Odeeffannoo qulqulluu maxxansu waan ta'eef maamilli keenya nutti gammade!

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.