cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
271
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
-330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Gali Ababor Official: የዙልሒጃ ወር ነገ ጁምዓ  አንድ ብሎ ይጀምራል! የኢድ አል አድሃ አረፋ በዓል ሰኔ 9 ዕለተ እሁድ እንደሚከበር ታውቋል! አስሩን ቀናት በመልካም ስራ እናሳልፋቸው! Jumu'aa borii Zulhijjaan tokko ta'uun mirkanaa'ee jira. Jum'aa waan ta'eef salawaata buusaa Ibaadaa adda addaa haa baay'ifnu. اللهم صل وسلم على نبينا محمد. t.me/Zikraataju
Mostrar todo...
Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa

Gali Ababor Official: የዙልሒጃ ወር ነገ ጁምዓ  አንድ ብሎ ይጀምራል! የኢድ አል አድሃ አረፋ በዓል ሰኔ 9 ዕለተ እሁድ እንደሚከበር ታውቋል! አስሩን ቀናት በመልካም ስራ እናሳልፋቸው! Jumu'aa borii Zulhijjaan tokko ta'uun mirkanaa'ee jira. Jum'aa waan ta'eef salawaata buusaa Ibaadaa adda addaa haa baay'ifnu. اللهم صل وسلم على نبينا محمد.
Mostrar todo...
AJANDAALEE MUSLIMOOTA ITIYOOPHIYAA ADEEMSA MARII BIYOOLESSAA IRRATTI DHIYAATAN 📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌📌 Biyyi keenya Itiyoophiyaan waggoota kumaatamaan lakkaawamaniif adeemsa ijaarsa mootummaafi bulchiinsa ummataa akkasumas walitti dhufeenya ummata sabdaneessaa walxaxaa dheeraa keessa dabartee jirti. Adeemsa kana keessatti ummattonni biyyattii cunqursa bulchiinsa, siyaasaa, sabummaa fi amantiis keessa darbaniiru. Walitti hammaachuu kunneen waggoota kurnaan dhiheenya darbaniin asittiammo waan hammaataniif biyyi keenya taateewwaan meeshaa waraanaa nama fudhachiisaniis dabartee jirti. Rakkooleen maddi isaanii amantaa ta’e yeroo biyya keenyatti mudatan ni argama. Keessattuu muslimoonni iddoo itti waaqeffatan ijaarachuu dhoorkamuunfi iddoo awwalchaa dhabuun yeroo kana irra hammaatu ammo hanga ammaattuu(yeroo amma keessa jiruu kana) naannooleen Masjinni itti ijaaramuun itti dhoorkamu akka jiran ni mul’ata. Uffannaafi mallattoolee amanticha ibsan fayyadamuun ifatti dhoorgamui jiraachuun ni hubatama. Akkasumas akkataan uffannaa Islaamummaafi wantoonni amantii Islaamaa ibsan akka ifatti hin raawwatamne nitaasifama.Dubartoonni Muslimaa lammiilee Itoophiyaa hijaaba uffatanii akka hin baranne.Akkasumas beekumsaa fi ogummaaa isaanitiin bifa amantiin isaanii isaan ajajuun hijaabauffatanii dhaabbattoota mootummaa fi kan dhuunfaa gurguddoo keessa akka hin hojjanneef uggurri qacarrii baldhinnaan ni muldhata. Mariin guutuu biyyattii fi waliigalteen biyyoolessaa Itoophiyaa keessatti kanaan dura ajandaa qaamolee gaaffii isaan kaasan cinquu fi seeraan gaafatamttoota taasisan ta’ee turee jira.Jijjiirama biyyoolessaa waggoota shan dura dhufe hordofee mootummaan jijjiiramichaa ejjannoo marii biyyoolessaa waliin jireenya waata’aa ummattoota biyya keenyaatiif wabii ta’uu danda’u gaggeessuudhaan waliigaltee biyyoolessaa irra ga’uudha jedhu akka qabaate ni yaadatama waanta’eef kannneennii fi dhimmoota biyyoolessoo biraas waltajjii irratti waliin mari’achuudhaan akka hiikuuf dandeessissuuf komishiinii marii Biyyoolessaa bu’uura Labsii Lakk. 1265/2015 tiin itti waamaamni isaa Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataatiif ta’ee dhaabbata walaba of danda’e ta’ee hundeeffameera. 1️⃣ Jalqabbiin Seenessa Jalqaba Seenaa, Jalqaba Biyyaa, Jalqaba Tokkummaa Biyyaa, Babal’ina Amantii fi Ummatootaa (Kkf) Irra Deebi’anii Ilaaluu. 📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕📕 Jalqabbiin Seenaa hundeeffama biyyaa;gaaffii ummatoonni biyyattii yoomiifi eessatti akkaataa kamiin akka isaan hundeessummaa fi abbaa biyyuummaa gonfatan nideebisa. Moggasni ‘Abbaabiyyaa’ fi ‘Galtuu’ jedhuus yaada bu’uura kana irraa madda. Biyya keenna keenna keessatti immoo jijjiirama seeneffamaa bu’uuraafi hundeqabeessaa wantooto barbaadan keessaa ijoon isa kana. Seenaa hundeeffama Biyyaa. Hawaasni Musliimaa Itiyoophiyaa seenaafi seeneffama mataa isaa qaba. gaafii jiraachuufi jiraachuu dhabuu qaba. seenaafi seeneffamni gara garaa ija xiinxalaatiin ilaalamee sakatta’amee eddoon isaaf malu kennamuufii qabaata. Kanaafuu haala walqixxuummaa eeggateefi al-loogummaafi haqummaa qabuun seenaan isaa kun qaama seenaa biyyatti akka ta’ee galmeeffamuuf nifedha. Seenaafi seeneffama hundeeffama biyyaatiin walqabate wanti jiruufi seenaan dhufiinsa Ummatootaafi
Mostrar todo...
Ibn Kathīr mentions that in the year 478 AH (1085 CE) a disease and plague accompanied by severe fever broke out in Iraq, Syria and Hijaz. It caused both domestic and wild animals to die, leaving the people with no meat or milk. It was accompanied by black winds and thunderbolts that brought down entire trees. The people thought that Judgement Day had arrived! In order to combat this epidemic, the Abbasid Caliph Al-Muqtadī bi Amrillāh (d. 487 AH/1094 CE) commanded that everyone strive to command the good and forbid the evil. Every musical instrument was crushed and destroyed, bottles of alcohol were smashed and spilled, and the wicked were exiled from the land. Soon thereafter the disease disappeared. [Al-Bidāyah wal-Nihāyah 13/216] t.me/zikraataju
Mostrar todo...
Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa

Mostrar todo...

https://t.me/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId944125764 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Mostrar todo...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

📃*| Hojiif qophaa'uun Mallattoo Rabbiin ﷻ Kheeyrii Garbicha qunnamsiisuu fii Mallattoo Murannaa Dhugaa qabaachuu isaati. Ibaadaan kamuu qophii fii niyyaa dhugaa barbaaddi. Waqtiilee kheeyrii gurguddoo kheeysaa tokko; Guyyaalee kurna barakheeyfamtuu guyyoota 10 Zulhijjaati. Hojiileen isii kheeysa hojjetamtu caalmaya qabdi. Guyyaa arafaa fii guyyaa qalmaa (Guyyaa Hajjii Guddoo) tu isii kheeysa jira. Rabbiin ﷻ Sadarkaa Guyyoonni 10 kun qaban olfuudheeti dubbate. Inumaa Rabbiin ﷻ Halkanoowwan Kurna isiitiin kakate. " (والفجر وليال عشر)". Amma Gaaffiin tiyya; Maal isiif Saganteeysite. Sagantaan ati 10 kana keessatti qabatte Maal Faadha??. 🍀
                      *|[ ammumaan itti Qophaa'uu nu feesisa. ]|* t.me/zikraataju
Mostrar todo...
HADIISA📚

📃*| Hojiif qophaa'uun Mallattoo Rabbiin ﷻ Kheeyrii Garbicha qunnamsiisuu fii Mallattoo Murannaa Dhugaa qabaachuu isaati. Ibaadaan kamuu qophii fii niyyaa dhugaa barbaaddi. Waqtiilee kheeyrii gurguddoo kheeysaa tokko; Guyyaalee kurna barakheeyfamtuu guyyoota 10 Zulhijjaati. Hojiileen isii kheeysa hojjetamtu caalmaya qabdi. Guyyaa arafaa fii guyyaa qalmaa (Guyyaa Hajjii Guddoo) tu isii kheeysa jira. Rabbiin ﷻ Sadarkaa Guyyoonni 10 kun qaban olfuudheeti dubbate. Inumaa Rabbiin ﷻ Halkanoowwan Kurna isiitiin kakate. " (والفجر وليال عشر)". Amma Gaaffiin tiyya; Maal isiif Saganteeysite. Sagantaan ati 10 kana keessatti qabatte Maal Faadha??. 🍀 *|[ ammumaan itti Qophaa'uu nu feesisa. ]|*

https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_944125764 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_944125764 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Mostrar todo...
#Faayidaa afurtama Nabiyyii irratti -sallallaahu Aleyhi Wasallam- salawaata buusuun qabu: (1) Ajaja Rabbii raawwachuu. (2) Nabiyyii irratti -sallallaahu Aleyhi Wasallam- salawaata buusuu keessatti akkaatan wal haa dhabuu malee Rabbii ol tahe qunnamuutu jira. (3) Akkasumas salawaata isaan irratti buusuu keessatti Malaa'ikoota qunnamuutu jira. (4) Nama yeroo tokko isaan irratti salawaata buuse Rabbiin ammoo yeroo kudhan isa irratti buusa. (5) Gabrichi salawaata buusu digrii kudhan ittiin ol kaafama. (6) Sababaa sanitin gaarii kudhantu isaaf galmaa’a. (7) Hojiin badaan kudhan isarraa ni haqama. (8) Du'aa'in namaaf qeebamuuf sababa guddaa taha. (9) Guyyaa qiyaamaa shafaa'aa isaanii -sallallaahuAleyhiWasalla- argachuuf sababa namaaf taha. (10) Diliiwwaniif araarama argachuuf sababaa taha. (11) Waan hawwan argatanii waan sodaatan jalaa bahuuf sababaa namichaaf taha. (12) Guyyaa qiyaamaa gabrichi Nabiyyitti -sallallaahu Aleyhi Wasallam- dhihaachuuf sababaa taha. (13) Salawaata buusuun warra rakkina keessa jiraniif bakka sadaqaa bu'a. (14) Haajan namaa bahuuf sababaa taha. (15) Rabbii fi Malaa'ikoonni Isaa salaata nama irratti buusuuf sababaa taha. (16) Gabrichi waan hin malle hunda irraa qulqullaa’uuf sababaa taha. (17) Gabrichi osoo hin du'in jannataan gammachiifamuuf sababaa taha. (18) Ahwaala Guyyaa Qiyaamaa irraa nagaa tahuuf sababaa taha. (19) Waan dagatan yaadachuuf sababaa taha. (20) Nabiyyiin -sallallaahu Aleyhi Wasallam- salaamtaa nama irratti deebisuuf sababaa taha. (21) Teessoon waan Guyyaa Qiyaamaa gaabbii namatti tahu irraa bilisa tahuuf sababaa taha. (22) Hiyyummaa namarraa deemsisuuf sababaa taha. (23) Gadadoo garbicharraa dhabamsiisuuf sababaa taha. (24) Abaarsa nama salawaata isaan irratti buusuu dhiise irratti bu'u jalaa bahuuf sababaa taha. (24) Karaan jannataa namaaf laafuf sababaa taha. (26) Ajaa teessoo isa keessatti Rabbii fi Ergamaan Isaa hin yaadatamnee irraa nagaa tahuu. (27) Khuxbaa fi wantoota biroo keessatti dubbiin guutuu tahee argamuuf sababaa taha. (28) Ifaan gabrichaa Siraaxa irratti guutuu tahuuf sababaa taha. (29) Haqarraa fagaachuu irraa gabrichi walaba tahuuf sababaa taha. (30) Warra samii fi lafaa gidduutti Rabbiin ol tahe isaaf faaruu gaarii hanbisuuf sababaa taha. (31) Namichi lubbuu, hojii fi umrii isaa keessatti barakaa argachuuf sababaa taha. (32) Namichi rahmata Rabbii ol tahee argachuuf sababaa taha. (33) Jaalalli namichi Rasuulaf -sallallaahu Aleyhi Wasallam- qabu kan itti fufu tahuuf sababaa taha. (34) Namicha isaan irratti salawaata buusuuf jaalalli Ergamaa Rabbii-sallallaahu Aleyhi Wasallam- akka turuuf sababaa taha. (35) Qajeelloo gabrichaa fi jireenya qalbii isaatif sababaa taha. (36) Maqaan namichaa Nabiyyii irra fidamuuf sababaa taha. (37) Miilli gabrichaa Siraaxa irratti ragga'uuf sababaa taha. (38) Haqa Nabiyyii -sallallaahu Aleyhi Wasallam- tokko tokko guutuuf sababaa taha. (39) Salawaata isaan irratti buusuun Rabbiin zakkaruu fi Isa galateeffachuu of keessaa qaba. (40) Salawaata isaan irratti buusuun kadhannaadha; sababni isaas inni Rabbiin akka jaalallee Isaa faarfatu kadhachuu waan taheef jecha, ykn gabrichi haajaan isaa akka isaaf bahu kadhachuu waan taheef jecha. ♡جلاء الأفهام في فضل الصلاة والسلام على خير الأنام لابن القيم t.me/zikraataju
Mostrar todo...
Taju Reshid

Odeefannoo,Da'awaa Fi Seenaa