Garee Artii fi Filima Oromoo
Ir al canal en Telegram
1 115
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
-430 días
Archivo de publicaciones
MAJOR DAILY COMBO⭐🌟
warri hanga ammaa hin jalqabin link asiin gadii kana tuquun jalqabuu dandeessu 👇👇👇👇👏👏
https://t.me/major/start?startapp=6583289478
Today's profitable tools are:
1. Artificial Intelligence.
2. OnlyFans Models.
3. Car Rentals in Dubai.
Riddle of the Day" is:
Decentralization.
Rebus of the day" is: Volatility.
warri hanga ammaa hin jalqabin link asiin gadii kana tuquun jalqabuu dandeessu 👇👇👇👇👏👏
https://t.me/empirebot/game?startapp=hero6583289478Blum New Video Code
〰 What Are AMMs?
➮ Answer : CRYPTOSMART
https://t.me/blum/app?startapp=ref_vgXWn8nKR1
Hubachiisa🖐
Blum walii galatti hordoftoota miliyoona 70 ol user horachuu dandahee jira🙏🙏
Wanni beekuu qabdan kana caalaa maallaqa argachuuf guyyoota hanga hafan kana sirritti hojjadhaa
warri hanga ammaa hin jalqabin link asiin gadii kana tuquun jalqabuu dandeessu 👇👇👇👇👏👏
https://t.me/blum/app?startapp=ref_vgXWn8nKR1
X Empire Reddle + Rebus👇
Riddle of the day: Hash
Rebus of the day: Volatility
https://t.me/empirebot/game?startapp=hero393145569
🤑#BLUM ALL VIDEO CODE !!!
🤑Secure Your Crypto
Code ➡BEST PROJECT EVER
🤑How to Analyze crypto?
Code ➡VALUE
🤑Ton Voices Live
Code ➡I LOVE BLUM
🤑Forks Explained?
Code:➡GO GET
🤑Navigating crypto
Code ➡HEYBLUM
🤑Say No to Rug Pull
Code ➡SUPERBLUM
🤑What are Telegram Mini
Code
https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_393145569&startApp=ref_393145569
Join the Moonbix Journey! Get 1000 Coins as a new player and stay tuned for exciting airdrops and special rewards from Binance!
Asoosama Gabaabaa)
SINBOO
Kutaa 1ffaa
DUBBISA_GAARII
Guraandhala,25,2017 galgala sa'aatin hirribaa gahee ture,bilbilli simboo ammas hin hojjatu...siree koo qorrituu sanirra duugda kootin ciisee bilbila ishee si'a dhibbaffaa yaalufin jira…namni jaalate obsa godhata,anis ishee akka lubbuu kootti waanan jaaladhuuf si'a kana hunda yaalaa jira,daqiiqaadhan osoon ishee argee natti tola.Simboon koo anaaf kennaa jennata addunyaati,eenyunuu ishee hin qixxeessu abdii jiruu kootiti…yeroo hunda milkaa'ina addunyaa kanaa heedduu waliin goonfanna yoon jedhuun…''Eeyyee urjii koo'' jechaa quba shanan ishee quba kootti galchitee na dhungatti.
-
Ani siifan jira ati naaf jiraadhun ammoo jecha yeroo hunda sagalee ishee bareeda saniin natti dubbattuudha.Simboon koo har'a baay'ee narraa fagoo jirti,warra bira jiraatti,ani immoo boqonnaadhaf magaalaa finfinnee irraa fagaadhee baadiyyaa maatii koo biran jira,garuu galgala yeroo hundaa osoo naa hin bilbilin hin bultu ture.Isheen naa bilbiluu dinnaan hirribni na hin qabu,Har'a garuu sagalee isheen kiilolee urjii koo jirtaa ittiin naan jettu sanan dhabe…baay'en yaadda'e akkamitti har'a na obsite jedheen yaade…record isheen karaa #imo duraan naaf ergite irra deebi'een dhaggeeffadhe…tahus garuu dheebuu yaaddoo ishee na baasuu hin dandeenye ittuu na yaaddesse…qaamni koo hundi na urgufame…rafuu mitii ija koo walitti deeffachuu hin dandeenye…lapheen koo takkaa akka har'aatti na rukkuttee hin beektu…garaa koo keessa waan akka fardaatti gulufus bira gahuu hin dandeenye.
-
Halkanitti siqaa jira…ani garuu guyyaaf halkan walii wallaaluttin jira…araadan yeroo hunda galgala galgala argadhu santu natti hir'ate…araada Simboon…''urjii koo sin jaaladha nagaan naa rafi'' jettu sana...ammas takkan irra deebi'ee bilbila ishee yaale…garuu ammas hin dalagu…akka naasuu tahee yaaddoo siree koo irraa utaalen balbala kutaa koo…ga..ga..godhee cufee gala alaatti gadi bahe…warri koo hundi rafaniiru ,dukkanaafuu samii malee hoomtuu hin muul'atu…maal qaba simboon koo osoo dukkanuma keessan baatee asan jira hin yaadda'in jettee jedheen yaade…ala takka dhaabbadheen kutaa mana xiqqoo sana ol ilaale…manatti galuuf miti yoomi laata Simboo koo waliin kan mana tokkotti gallu jedheen yaade malee…mana irraa garagaleen gara bishaan lagaa dallaa mana keenyaa jala yaatutti dukkanuma keessa imale…lagarran taa'ee garuu sagaleen wayiituu hin jiru,,,sagalee bishaan yaa'aa jiruu malee…hoomtus hin muul'atu ani garuu akka waanan simboo argadhuutti gara laga kanaa dhufe…al tokko tokko namni jaalate ni goowwoma,,,galaanni yaaddoo na fudhattee badde..iddoon jiruyyuu wallaaluttin jira…lafti dukkaanaa'us fakkaattin Simboo ija kootti ifee muul'ata,sagaleen hundi dhabamus sagaleen Simboo kootii ammas gurrarraa na iyya…iddoon taa'uu of duuba yoon garagalu ifaa harkaa ija irratti na ifen arge,,,eenyu akka tahe hin beeku,,,naasudhaanan ol kahe…halkan kanaan maaltu na hordofa jedheen rifadhe………itti fufa
https://t.me/diraamaaa
https://t.me/timecoinbot?start=2440_9637933
Join me in mining Timecoin for free! It's simple: just tap Claim. Let's start earning together!
Invite your friends and get bonuses for each invited friend! 🎁
Your referral link: https://t.me/avagoldcoin_bot?start=d1f5b4ae8f532ad21df0
https://t.me/coinegg_miner_bot/miniapp?startapp=kBNoWEHfEAB7KctrYNT
CoinEgg, where you can earn money for free! Raise chickens, earn USDT. Come claim your chicken farm now, while supplies last!
t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero393145569
🔥Play with me, grow your startup.
💰Earn real money in the $15000 lottery.
💸 +5k coins as your first gift
💵 +25k coins if you have Telegram Premium
https://t.me/major/start?startapp=6583289478
👑Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75⭐️ invite bonus for you
200⭐️ if you are Premium Major
Isin hin darbin guyyaa muraasa qofaatu hafe https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_393145569 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Guyyaa muraasa qofaatu hafe hirmaadhaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_393145569
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_393145569 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
