cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ßârî official ❤️🙏

👇 channel kana akka hordoftan kabajan isin afera islamuma,oduu,waal barsiisuu, ✌️vine video, comedy fi kkf argatu❤️

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
189
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Watch "እንኳን ዓደረሳቹ ፋሲከን ከኛጋር ተዝናኑ" on YouTube https://youtu.be/LT42FNb41-M
Mostrar todo...
እንኳን ዓደረሳቹ ፋሲከን ከኛጋር ተዝናኑ

2.82 MB
Maher_Zain_-_I_Love_You_So_|_Official_Lyric_Video(720p).mp410.47 MB
🕋How I wish I could be one of those walking to Mina. To echo the Labbaik with the crowd. To take pebbles and pelt the hated one. And lay my head on the blessed ground of Muzdalifa. To let my tears fall on the plains of Arafat. And see the Kabah and perform the Tawaf. 🤲🏻Oh Allah with this ache to be amongst those who have been Called for Hajj this Year, let our names be amongst those who will be called next Year. Amiin @deenstars @deenstars [Telegram]
Mostrar todo...
Jummaaa gaari ka keyri ka milki ka rizqiii join 👇👇 @suheybaAdam @suheybaAdam
Mostrar todo...
2.56 MB
~ረመዳን የራህማት ወር ~ረመዳን የቁርአን ወር ~ረመዳን የዝክር ወር ~ረመዳን የሰደቃ ወር ☆❣☆ ~ Rămădăñ ji'a rahamata ~ Rămădăñ ji'a quran ~ Rămădăñ ji'a zikrii ~ Rămădăñ ji'a sadaqa ♤አለህን ቢክ ያረመዳን ☆ረመዳን መባረክ ☆Join☆ ✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯ https://t.me/joinchat/AAAAAEl3hGJVQ6E9aXlp3g
Mostrar todo...
⌛️ Ramadaanaf Guyyoota 2/3hafe ⏳ اللهم بلغنا رمضان🙏🙏 Share to your muslim friends❤️ ━━━━━━━━━━━━━━ Tᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ➤ @Baytal_Nur @Baytal_Nur ━━━━━━━━━━━━━━
Mostrar todo...
RAMADAANA GAARI KA BARAKA KA KEYRI KA MILKI ISNIF HA AGODHU MISLIMA MARAAFU AFOONAA LALLAHI AHIBBATI ❤❤ JOIN 👇👇 @suheybaAdam @suheybaAdam
Mostrar todo...
9.48 MB
#SEENAA_QAARUUN ..... 🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊 #Kutaa_1ffaa... 🧨🧨🧨🧨🧨🧨🧨🧨 بسم الله الرحمن الرحيم الحمد لله رب العالمين والصلاة والسلام عليه وآله وصحبه اجمعين 🌹Qissaa ykn seenaa nama qabeenya isaatiin boonee ykn jallatee daangaa darbe laalla Innis seenaa qaaruniiii.... 🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨 Qaaruun eenyu? 🧨qaarun banii israa'il irraayyi inni akka seenaan tokko tokko dubbatutti inni ilma adeera ykn wasiila nabi muusaati 🧨qaaruun kanaa Rabbiin qabeenya guddaa kenneef haalaan jiruu isaa balliseef 🧨inumaayyuu qabeenyi isaa heddummaatee 🧨hanga sanduqa(Kaaznaa) maallaqa isaa bakka kaa'u dhabu gahutti.. 🧨saanduqnni maallaqa isaa qabeenya isaatiin Ciinqamtee dhiphatte waan isii keessa jiru qabachuuu dadhabdee 🧨 qabeenyi isaa Goonkumaa hin lakkaa'u haguma isaatuu hin beeku.. 🧨inumaayyuu furtuu.... 🗝🔑🔐qulfii magaazina qabeenya isaa namoonni Gurguddaan... akka ulamaa'onni tafsiira suuratul qasas keessatti jedhanitti qulfii ykn furtuu magaazina isaa namoota jajjaboo 40 ykn gaangee afurttamattuu ni ulfaata. danda'anii hin baatan.. 🧨 hubadhu wanni kun furtuu ykn qulfii magaazina isaa qofaa.. 🧨qaaruun kun zamana isaa Sana keessatti jireenya gaarii wahii jiraataa ture 🧨Qaaruun huccuu boonaaf tolu kan ittiin kooran uffatu malee...uummatatti gadin bahu 🧨huccuu qaalii ajaaibaa kan qalbii namaa hawattu uffatee namootatti gad-baha.. 🧨 ammas qaaruun yeroo wal-ga'iin faatii jiru uffannaa babbareedaan.. of babbareechee boonaa (kooraa) gara uummataa deemaa. 🧨qaaruun fooqii gurgguddaa keessa malee hin taa'u... 🧨akkasumas waan gaggaarii lubbuun isaa jaallattu ofiin jaallata.. qaaruun gabroota hedduu of kaddamssiisa 🧨Qaaruun jireenya duuniyaa dhumttuu kanaan boona akka waan duuniyaa kana irraa hin duuneetti ilma namaa hunda ofii gaditti laala. 🧨haa ta'u malee qaaruun kun qabeenya isaa guddaa kanarratti rabbiin faarsee ykn yaadatee hin beeku inni nama faaruu ykn Galata rabbii hin beeynedha 🧨qaaruun kun:- Qabeenya isaa guddaa saniin dhaadata.waan Rabbiin isaaf kenne kanaaf uummata isaatti boona.. 🧨 inuma sadarkaa namaatti of hin laalu.. malaayikaa of godhuu fedha.... 🧨ammas qabeenya hedduu kan Rabbiin isaaf kenne .. garaa garaa.faayolee adda addaa kanniiniin... 🧨 gabroottan Rabbii harka qalleeyyii ta'an irratti of jejaa... 🧨boodaa ummannii haala isaa kana jibbanii.. 🕊Ergasii sheekkonni warreen rabbitti amanan qaaruun kana ofitti waamanii isa gorssan. 🧨yaa qaaruun dhiis haalli akkasii kun gaarii mitii dachii rabbii balloo kana keessatti waan fokkataa dalagddee dachii hin balleessiniiti ammas boona isaa kana faa irraa isaa dhorkan 🧨 waan rabbiin siif kenne kana irraas warreen waa hin qabnneef laadhu kennadhu jedhaniin. 🧨Rabbiin warreen boonanii fi kooran mara isaaniituu hin jaallatuu akkuma rabbiin qabeenya gaarii kana siif kennetti atis ilmma namaatiif gaarii ooli jedhanin 🧨garuu qaaruunin deebiin isaa waan yaachisaadha..deebii fokkisaa deebiseef deebii nama boonaa ta'ee akkas jedheetu deebiseef ani qabeenya kana kanin arggachuu dandda'e tola Rabbii osoo hin taane qabeenyuma kanatu anaaf malti anatu dalagatee argate akkaataa waa ittiin dalaganin beeka kanaaf qabeenyi koo akkasitti wal horttee guddattee jedheen... 🧨Seenaan qaaruun kun seenaa dheeraa waan ta'eef kutaa 2ffaan fedha rabbiitiin itti fufa isini ammoo dubbisuu hin hifatinaa inshaa allaah asirraa kaaseen barreessa.... ::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::: #kutaa 2ffaan itti fufaa... 🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨 MAHER ZAIN ☞ Official Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran @Maherzain123 https://t.me/Maherzain123
Mostrar todo...
MAHER ZAIN☞ Official

Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana🌴join🌴 godhaa jzk kheyran @Maherzain123

⌛️ Ramadaanaf Guyyoota 4/5 hafe ⏳ اللهم بلغنا رمضان🙏🙏 Share to your muslim friends❤️ ━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Tᴇʟᴇɢʀᴀᴍ ➤ @Baytal_Nur @Baytal_Nur ━━━━━━━━━━━━━━━━━━
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.