cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

๐Ÿ‘‰ Nasiro tube

Ilaalcha Addunyaan tun maal naaf taate ykn maal naaf laatte jedhu irraa Ani Adfunyaa tanaaf maal laadhe jedhu haa qabaannu.

Mostrar mรกs
Publicaciones publicitarias
189
Suscriptores
Sin datos24 horas
-27 dรญas
-530 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

แŠ แˆฐแˆ‹แˆ™แŠ แˆˆแ‹ญแŠฉแˆ แ‹ˆแˆซแˆ…แˆ˜แ‰ฑแˆ‹แˆ… แ‹‹แ‰ฃแˆญแŠซแ‰ฑแˆ… #music #love #oromoculture #oromia #motivation#... https://youtube.com/shorts/eZOFWzugSQE?si=NrLfWlQHD3B3zj3m
Mostrar todo...

App tik tok kana Buufadhaa .App baayyee gaariidha.
Mostrar todo...
Repost fromย Tik-Talk
TikTok_31.7.3_v8a.apk177.40 MB
Fakkeenyummaa Jireenyaa ๐Ÿ“Œ Bofti yeroo lubbuu dhaan jiru, Goondaalee soorata!! yeroo bofti du'u, immoo Goondaaleetu soorata!! (Yeroon, yeroo isaa eeggatee, jijjiirama) Jechuudha. ๐Ÿ“Œ Jireenya kee keessatti, nama kamiinuu gadi buustee hin ilaalin! Cimaa ta'uu dandeessa. Garuu, yeroon si caalaa jabina akka qabu beeki! ๐Ÿ“Œ Mukti tokko, kibriitota, kuma dhibba tokkoo ol oomishuu danda'a! Kibriitiin ijji tokko garuu, Mukkeen kuma dhibba tokkoo ol balleessuu dandeessi. (Gochi hamaan hojiiwwan gaarii ni balleessa yookiin ni barbadeessa) jechuu dha.
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Vast Passive Income Pops Up โ–ฒ | Packetshare

Get Instant $5! Earn Money App - Packetshare | with Proof of Payout!

Seenaa lakkoofsa "5" Akka aadaa duudhaa fi eenyummaa Oromoo ganamaa fi amantaa musliimaatti lakkoofsi shan hiikkoo adda addaa qaba! Oromoon Lakkoofsa shan hiikkaa adda addaa itti kennuun itti fayyadama.Kana keessaatti,Karaa aadaa fi amantiinillee jechuudha. *Karaa Aadaa/Sirna Gadaa Oromoo (Through Tradition(Oromo Gadaa System) A.ODAAN SHAN 1.Odaa Roobaa 2.Odaa Bultum 3.Odaa Nabee 4.Odaa Mormor 5.Odaa Bulluq B.GADAAN SHAN 1.Gadaa Birmajii 2.Gadaa Bultuma 3.Gadaa Horataa 4.Gadaa Baharaa 5.Gadaa Roobalee C.BOKKUUN SHAN 1.Bokkuu Dikaa 2.Bokkuu Lallabaa(Gaalee) 3.Bokkuu Biifaa 4.Bokkuu Raabaa 5.Bokkuu Horaa D.HOOKKAAN SHAN 1.Hookkaa Dikaa 2.Hookkaa Lallabaa 3.Hookkaa Biifaa 4.Hookkaa Raabaa 5.Hookkaa Falaa E.QAALLUU SHANII 1.Qaalluu Falaa 2.Qaalluu Jimaa 3.Qaalluu Ayyaanaa 4.Qaalluu Faaximee 5.Qaalluu Wadaajaa F.GOSA QAALLUU SHAN 1.Adamoonyee 2.Allujaana 3.Sa'imannaa 4.Aboosara 5.Badimannaa G.EEBBI SHAN 1.Qomicha(Hangafa) 2.Baaticha(Maandhaa) 3.Miseensa 1ffaa 4.Miseensa 2ffaa 5.Miseensa 3ffaa Tartiibni shanan sirna Gadaa Oromoo olitti eerame kun akkaataa olitti eerame kanaan duudhaa fi safuu Oromoo ganamaa eegee raawwatama. *Karaa Amantaatiin (Religon) A.SALAANNI SHAN 1.Salaata Subii 2.Salaata Suurii 3.Salaata Asrii 4.Salaata Magriibii 5.Salaata Ishaayi Isaan Shananuu karaa ergamaan rabbii(SAW)isaan ajajuun gaggeeffama. *Karaa Namummaa (Humaanity) B.QUBBEEN (QQUBNI) HARKAA SHAN 1.Quba Guddaa (Abbuudduu) 2.Quba Hatticha 3.Quba Gidduu 4.Quba Qubee 5.Quba Moggee fa'a jedhamuun beekkamu.Kanaaf lakkoofsi shanii karaa aadaa/duudhaa,namummaa fi amantaa keessatti gahee olaanaa qaba.
Mostrar todo...
Mostrar todo...
SEENAAN MAAL DUBBATA? Jalqaba irraa eegalee Nuti sabni Oromoo Ijaarsa Itoophiyaatiif Gaheen kee kan leencatii Duubatti deebi'ii yaadadhu kaa Oromoo. Gaafa xaaliyaanii dhuftee Weerartu Itoophiyaa Gootonni Oromoodha Biyya koof natu jira Jedhee Lafaa Ol ka'ee Itoophiyaa baraaruuf Saba koo wojjiin ka'e Nan Dhaabbadha Wordiyaa. Xaaliyaanii ari'uun Biyya kanaa kan baase Jeneraalota kudha tokkoodha Seenaan Jarreen kaabaa Dabsuudhaan kan gabaase. https://www.facebook.com/100015388333012/posts/pfbid02P93J2txtKkpHfYs4smuoQ2LSgwCscPdFjdGYGPe1KxR4Jvut7WS8yHDK7xGTS8qtl/
Mostrar todo...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

Mostrar todo...