cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Weedduu Afaan Oromoo

Kuusaa Faarfannaa Afaan Oromoo. Yaada, faarfannaa akkasuma komii qabdan karaa @weedduubot nuuf ergaa. Suggested Channels @weedduunation @shinegraphicseth @dhugaapromotion @ijoolleeifaa316 @weedduunyessoof @galaanafaarfannaa @faruu

Mostrar más
Finlandia993El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad14 409
Publicaciones publicitarias
6 492
Suscriptores
+524 horas
+477 días
+16430 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Media files
6869Loading...
02
https://youtu.be/7rOt6mdgHYA?si=W_7LdAoXr0LIXVAP @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
6930Loading...
03
Media files
1 0461Loading...
04
Weedduu Afaan Oromoo Kuusaa Faarfannaa Afaan Oromoo. Sagantaa kanaan akka eebbifamtan abdii qabna. Maarree isinis hiriyoota keessaniif qooduun chaanaalii kana tumsuu nii dandeessu. Yaadi keessan nu jajjabeessa waan ta'eef karaa @weedduubot nuuf ergaa. Kanneen nu waliin hojjechuu feetan akkasumas faarfannaallee nuuf erguu barbaaddan karaama armaan olitti eerame nu qunnamuu nii dandeessu. 🙏Eebbifamaa! #Affeerraa_faarfannaa_durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
1 8311Loading...
05
WANGEELA YOHANNIS 14:2-3 MacQul [2] Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*. [3] Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif, deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha*. https://bible.com/bible/3202/jhn.14.2-3.MacQul @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 5511Loading...
06
Teferi Angose - Biiftuu Garasitti (from Vol. 4) 1993 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 3791Loading...
07
🎵Affeerraa Faarfannaa Durii #Upcoming Biiftuu Garasitti by Teferi Angose @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 2500Loading...
08
Affeerraa Faarfannaa Durii, Every Tuesday, Night at 09:00 PM on Weedduu Afaan Oromoo Sagantaan kun galgala kanas yeroo isaa eegee itti fufa. Maarree isinis hiriyoota keessaniif qooduun chaanaalii kana tumsuu nii dandeessu. Yaada, faarfannaa akkasuma komii qabdanillee karaa @weedduubot nuuf ergaa. 🙏Eebbifamaa! #Affeerraa_Faarfannaa_Durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 3300Loading...
09
Jack Gudeta - Tiksee Koo 2024 @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
1 97315Loading...
10
https://youtu.be/IaINAA2leMI?si=kQL40tg01w-r01QH @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
2 0502Loading...
11
FOCUS Dilla University - Kristos Nuuf Dhufa 2024 @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
1 4924Loading...
12
https://youtu.be/0p7iyeQLbrM?si=hft-wQUdlOJWP-75 @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
1 4820Loading...
13
#konfiraansii_hafuuraa_guddaa “Mucichi immoo guddachaa, jabaachaa, ogummaadhaanis guutaa adeeme; ayyaanni Waaqayyoos isa irra ture.” Luq. 2:40 Ayyaana Dargaggoota waldaa MYNaqamtee sababeefachuun kan qophaa'e 📆17-18/9/2016 ⏰#Jimaata Sa'aati 10:00 irraa kaasee #S/Duraa fi #Dilbata GUYYAA_GUUTUU Hundumti keessanuu afeeramtaniittu @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
1 7894Loading...
14
@weedduu 🔜@weedduunation 🌐
2 0100Loading...
15
#PaulosTegegnConcert @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
2 3512Loading...
16
Yedalo For Jesus Choir, Sara Gelana - Galataaf Sababa Hin Dhabu (Live Worship) 2024 @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
2 28522Loading...
17
https://youtu.be/qVoSvQwmPf4 @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
2 2602Loading...
18
Weedduu Afaan Oromoo Kuusaa Faarfannaa Afaan Oromoo. Sagantaa kanaan akka eebbifamtan abdii qabna. Maarree isinis hiriyoota keessaniif qooduun chaanaalii kana tumsuu nii dandeessu. Yaadi keessan nu jajjabeessa waan ta'eef karaa @weedduubot nuuf ergaa. Kanneen nu waliin hojjechuu feetan akkasumas faarfannaallee nuuf erguu barbaaddan karaama armaan olitti eerame nu qunnamuu nii dandeessu. 🙏Eebbifamaa! #Affeerraa_faarfannaa_durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜@weedduunation🌐
2 3911Loading...
19
MACAAFA FAARFANNAA 42:1-2 MacQul  [1] Borofni akkuma bishaan yaa'u argachuu yaadu, lubbuun koos akkasuma si yaaddi, yaa Waaqayyo! [2] Lubbuun koo Waaqayyoon immoo, Waaqayyoon isa jiraataa akka bishaanii in dheebotti; yooman dhufa, Waaqayyo koo durattis yooman argama*! @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
2 0961Loading...
20
Media files
2 0309Loading...
21
🎵Affeerraa Faarfannaa Durii 🙋‍♂️Akkam jirtu! 📼Affeerraan Faarfannaa keenya hardhaa faarfannaa Feeben Ittaanaa keessaa Borofni Burqaa Bishaanii Akka Yaadu kan jedhu dha. #Upcoming Borofni Burqaa Bishaanii Akka Yaadu by Feven Itana #Affeerraa_faarfannaa_durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
2 0040Loading...
22
Affeerraa Faarfannaa Durii, Every Tuesday, Night at 09:00 PM on Weedduu Afaan Oromoo Sagantaan kun galgala yeroo isaa eegee itti fufa. Maarree isinis hiriyoota keessaniif qooduun chaanaalii kana tumsuu nii dandeessu. Yaada, faarfannaa akkasuma komii qabdanillee karaa @weedduubot nuuf ergaa. 🙏Eebbifamaa! #Affeerraa_Faarfannaa_Durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 7661Loading...
23
Gelane Abdisa - Nagaa Guddaa 2024 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 7265Loading...
24
https://youtu.be/f6P3fIojlew?si=jCnbOKw7UCPiEQpt @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 8881Loading...
25
📎Yaada💭 yookaan gaaffii🤔 qabdan akkasumas faarfannaa🎵 yoo erguu barbaaddan dabalataan immoo kan admin👨‍💼👩‍💼 taatanii chaanaalii kanarratti nu wajjin hojjechuu barbaaddan karaa📩 @weedduubot nu qunnamuu nii dandeessu! Eebbifamaa!😇 @weedduu 🌄🔜 @weedduunation 🌐
1 5250Loading...
26
https://youtu.be/oLFRgG-UrRk?si=3OLJFoEXK_ltLXuF @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 4980Loading...
27
Samuel Tadesse & Wabi Abera - Mootiin Koo 2024 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 3364Loading...
28
https://www.youtube.com/watch?v=uaM8_sHqXyo @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 4070Loading...
29
https://youtu.be/k42z6Ra4h9A?si=OLi-EUZjVkK_0opJ @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 3600Loading...
30
Argitu Misgana - Maal Dhabe? (Live Worship) 2024 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 2898Loading...
31
https://youtu.be/ndAnPuEhWfw @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 3530Loading...
32
Songs of Songs - Furmaataaf Samiirraa Dhufte (Live at Yeroo Weedduu) 2024 @MOAATV @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 16310Loading...
33
https://youtu.be/cnCBxmxNmVM @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 1701Loading...
34
Solomon Alemu - Maal koo sitti tollaan? (Worship at WAOF) 2024 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 0444Loading...
35
https://youtu.be/Sz7r6XSzIcw?si=X4uH7iHFIPWocblZ @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 1621Loading...
36
Hunduma Atomsa - Gootni Yesuus 2024 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 1062Loading...
37
https://youtu.be/Sz7r6XSzIcw?si=X4uH7iHFIPWocblZ @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1870Loading...
38
https://youtu.be/o0l5T31WD0E?si=6PxxcHoTqb9a8cEs @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 4393Loading...
39
Abiy Yadeta - Yesuus 2024 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 5605Loading...
40
https://youtu.be/QdQJYK80Dbc?si=bnENPxeteQNrso_L @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
1 4891Loading...
Yitbarek Tamiru - Ilaali (ft. Amanuel Etana) 2024 @weedduu.mp35.04 MB
9🥰 4
Mostrar todo...
“ILAALI” YITBAREK TAMIRU ft-AMANUEL ETANA new oromo gospel music video 2024

6
Photo unavailableShow in Telegram
8👍 1
Weedduu Afaan Oromoo Kuusaa Faarfannaa Afaan Oromoo. Sagantaa kanaan akka eebbifamtan abdii qabna. Maarree isinis hiriyoota keessaniif qooduun chaanaalii kana tumsuu nii dandeessu. Yaadi keessan nu jajjabeessa waan ta'eef karaa @weedduubot nuuf ergaa. Kanneen nu waliin hojjechuu feetan akkasumas faarfannaallee nuuf erguu barbaaddan karaama armaan olitti eerame nu qunnamuu nii dandeessu. 🙏Eebbifamaa! #Affeerraa_faarfannaa_durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
Mostrar todo...
Weedduu Afaan Oromoo

Kuusaa Faarfannaa Afaan Oromoo. Yaada, faarfannaa akkasuma komii qabdan karaa @weedduubot nuuf ergaa. Suggested Channels @weedduunation @shinegraphicseth @dhugaapromotion @ijoolleeifaa316 @weedduunyessoof @galaanafaarfannaa @faruu

3
WANGEELA YOHANNIS 14:2-3 MacQul [2] Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*. [3] Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif, deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha*. https://bible.com/bible/3202/jhn.14.2-3.MacQul @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
Mostrar todo...
4
Teferi Angose - Biiftuu Garasitti (from Vol. 4) 1993 @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
Mostrar todo...
9
Photo unavailableShow in Telegram
🎵Affeerraa Faarfannaa Durii #Upcoming Biiftuu Garasitti by Teferi Angose @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
Mostrar todo...
4
00:04
Video unavailableShow in Telegram
Affeerraa Faarfannaa Durii, Every Tuesday, Night at 09:00 PM on Weedduu Afaan Oromoo Sagantaan kun galgala kanas yeroo isaa eegee itti fufa. Maarree isinis hiriyoota keessaniif qooduun chaanaalii kana tumsuu nii dandeessu. Yaada, faarfannaa akkasuma komii qabdanillee karaa @weedduubot nuuf ergaa. 🙏Eebbifamaa! #Affeerraa_Faarfannaa_Durii #Every_Tuesday @weedduu 🔜 @weedduunation 🌐
Mostrar todo...
video_2024-02-20_11-50-11.mp41.23 MB
3👍 2
Jack Gudeta - Tiksee Koo 2024 @weedduu 🔜@weedduunation 🌐
Mostrar todo...
Jack Gudeta - Tiksee Koo 2024 @weedduu.mp34.97 MB
12👍 3
Mostrar todo...
"TIKSEE KOO" Jack Gudeta - New Afaan Oromo Gospel Song 2024 (Official Video)

"TIKSEE KOO" Waaqayyo tiksee koo Eegaa lubbuu koo da’oo jireenyaa koo Iddoo boqonnaa koo Waaqayyo abdii koo Ani isattan kooluu gale(3) Nagaadhaanin ba’ee gale #1 Itti gaafatamaa koo inni anaaf ta’e Urursee Yesuus koo addanaan na ga’e Aboo mucummaa inni naaf kenneera Abbaa Koo jedhee akkan waamu godheera Abbaa Abbaa jedheen isa waama Innis ariifatee dafee naaf argama Hafuura koo caalaa anatti dhihaata Takkaa yoom dagatee anarraa fagaata #2 Hamaan nan argatu isatu na eega Naaf ta’eera Yesuus koo boqonnaa koof nagaa Miiltoo amanamaa Yesuustu naaf ta’e Ergan isa argadhee jireenyatti ba’e Jireenyi hiika hin qabu hin qabu isaan ala Yesuusiin qabaachuun waan hundumaa caala Kan isatti amane gammadee jiraata Waaqayyotu nagaa guutuu namaaf laata

11👍 1