cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

AYYAANA BILISUMMAA ™

ወቅታዊ ጉዳዮች የሚዳሰሱበት ቻናሌ ነው ተቀላቀሉኝ.Haala Yeroo Kan Maxxansu. @JaalDhugaaBot2

Mostrar más
Publicaciones publicitarias
204
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

53:59
Video unavailableShow in Telegram
ሽመልስ አብዲሳ በወቅታዊ ጉዳይ ምን አለ ?
Mostrar todo...
OBN mp4.mp4129.87 MB
Repost from Save Oromia 💪
Photo unavailableShow in Telegram
"Gumii Akkoon tunin Ollaa keennaa, fuula beeka. Akka Dheeda Boorana Dirree ka Madda Teertaleetti, ardaaf madditii Namii beelaan keessatti dhumachaa jiru; Gubbaa Teertaleetti Eel-kunee Hammeessa Badhaatuu, Hammeessa Boruu Jiloo, Hammeessa Ollaa Jiloo, Hammeessa Buutee, Reera Sirmitee Guddoo, Reera Dhaddacha Re'eetii fi Hammeessa Jiloo Areeriiti. Akkoon tunin ollaa keenna". 😭 Warrii Teertalee, madda tana yaawaa uummata qulaamsaa!
Mostrar todo...
Oduu Ammee Dhiirri Wallo Karra Lama Itti Cufte Diina Barbadeessa Jirti Sanbatee
Mostrar todo...
ODEESSA - Wallo :- Humni Addaa naannoo Amr karaa Jiillee Dhummuugaatiin hawaasa Oromoo Walloo irratti lolola banee jira. Godinaa Walloo-Kamisee keessaa 'ABOShanee'tu nu lolaa jira himata jedhuun lolli kun ummata nagaarratti akka baname jiraattonni ibsaa jiru. Duulli kun tarkaanfii hundeeffamuu Sinodosii Oromiyaatiin wal qabatee Oromoo irratti kan xiyyeeffate tahuu mala. Ummatni Oromoo Walloo durattuu of ittisuu itti beeka tahullee Oromiyaa irraa gargaarsa bifa hundaa isa barbaachisa. Yeroo akkasii nama keenya nagaa irratti haaloo bahachuu malu waan taheef wal tiksaa, wal quba qabaadhaa!
Mostrar todo...
Repost from KMN
Photo unavailableShow in Telegram
#BreakingNews Kaaba Oromiyaa Godina walloo aanaa Jiillee Xummuggaa magaalaa sanbateettii Humni addaa Amaaraa fi Faannon waloodhan Ummata keenya Oromootirratti waraana guddaa bananiiru. Humni addaa amaaraa duraan naannwa magaalaa Sanbatee gaara gubbaa qubatee ture. Har’a humni dabalataa konkolaataan sadi dabalameefi haala qindaayen ummata keenyarratti lola bananiiru. #OB #Walloof_SagaleeHaa_Taanu Photo from my file‼️👇🏿
Mostrar todo...
Breaking የኦሮምያ ኦርቶዶክስ ሲኖዶስ መግለጫ በቅርብ ስዓታት ውስጥይሰጣል
Mostrar todo...
#Alert ኤርትራ የሰለጠኑ በአስር ሺዎች የሚገመቱ አሸባሪ ፋኖዎች ከባድ መሳሪያ ታጥቀው ወደ ምዕራብ ኦሮምያ ሆሮ ጉድሩ ዞኖች በአሁኑ ሰአት እየገቡ ነው ተብሏል። #OromooHaaBaraarru #SaveOromia #OB
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
ተጨባጭ መረጃ _______________ 'ፋኖ' ብሎ ራሱን የሚጠራዉና ዘዉ ብሎ በኦሮምያ የገባዉ የአብይ አህመድ ተላላኪ የአማራ ጽንፈኞች ቡድን በአብዛኛዉ እየተደመሰሰ ይገኛል ። ከነዚሁ ከሞቱት የተለቀሙ ብዙ ስልኮች ላይ በመደወል "እንዴት ሆናችሁ" ብለዉ ሲጠይቁ የተሰሙት አራት አሸባሪዎች የሚከተሉት ናቸዉ። 1. ዘመድኩን በቀለ 2. አባይ ዘዉዱ 3. ኢየሩሳሌም ተ/ፃዲቅ 4. መኣዛ መሃመድ እነዚህ አረመኔዎች የደወሉለትን 'ፋኖ' እንኳን ድምጽ አዉቀዉ ሌላ ሰዉ ሲያነሳ ዝም እንደማለት የተወሰነ ነገር እየለፈለፉ ሙድ ተይዞባቸዋል።
Mostrar todo...
00:14
Video unavailableShow in Telegram
እንደዚህ ዓይነትየሚሰቀጥጥ አዉሬያዊ ድርጊት በኦሮሞ ልጆች ላይ እየተፈጸመ ያለው በኢትዮጵያ መከላከያ አባላት ወይም የመከላከያ ዩኒፎርም በለበሱ አማርኛ ተናጋሪ ታጣቂዎች ነው::ይህም አስከፊ ተግባር የተፈፀመው December 11, 2022 በምዕራብ ጉጂ ዞን ቡሌሆራ ወረዳ ዲቢሳ ኦጎ በሚባል ሥፍራ ነው:: ሸኔ ነው በማለት አንድ ኦሮሞ ወጣት እንደ ከብት ለእርድ ቀርቦ እሱም አልበቃ ብሎ በገጀራው ከትክቶታል::
Mostrar todo...
2.12 MB
Gocha Sukkaneessa!
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.