cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

D.Erdoogaan Turkii🇹🇷

Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan Yaadaa fi gaafii yoo qabaattan karaa @didaoobot nu qunnamaa

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
295
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Oduu Gammachiisa Chaanaala kana qabaachun hunda keennaaf dirqama Hiriyyoota keessanis affeera Waan Ajaa'ibaa irraa argattu 👇👇👇
Mostrar todo...
💙Jaalala Sunnaa💚
💏Nama Jaalatte Karaa ittiin Amansiiftu💑
💍Mallattoo Jaalalaa
👥Gorsa Akka Qorsaa
😆Dinqisiisoo😂
📡Technology💻
📺Odeeffannoo📻
ሰበር ዜና Odeeffannoo JTD marsaa 20ffaa itti dhihaadhaa MB 17.1 qofa Daqiiqaa 18:18 Odeeffannoo Gammachiisoo hedduu uf keessa qaba Gaafi fi Deebii Shamarran 7'n Qur'aana Haffazani fi Haawwota Barnoota Salaataa baratanii Eebbifaman waliin taasifame uf keessa qaba Yaadaa fi Gaafi Yoo qabaattan karaa @didaoobot irraan Nuuf Barreessaa.
Mostrar todo...
Odeeffannoo JTD 20ffaa.m4a17.10 MB
odeeffannoo Addunyaa Guutuu Argachuu dandeettu. Yaadaa fi gaafi yoo qabaattan karaa @Doublemmk_Bot nu qunnamaa https://t.me/oromooGNN
Mostrar todo...
Oromoo Gadaa News Network

odeeffannoo Addunyaa Guutuu Argachuu dandeettu. Yaadaa fi gaafi yoo qabaattan karaa @Doublemmk_Bot nu qunnamaa

As Wr Wb Anuu Siif Jedheeti My Brother And Siste Kennaa Ajaa'ibaa Ani Siif Fide kana Hin Tuffatinii Narraa Fudhu Yoo Sodaatu Baatte Koottu Na Faana👇 👇 👇 ___♡_____[] |_ | \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ |_| /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ |_| Hin Sodaatin \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ \_\ |_| Bira Gahuu /-/ Kaane /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ /-/ \_\ \_\__________Suuta Jedhii JOIN Gubbatti Utaali 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
❤️JOIN❤️
🌷Dirree Bashannanaa🪴
💝Gorsa Akka Qorsaa💊
🔐Furtuu Yaaddoo🔑
📱Technology📡📲
✍Yaadaf📄
📻Odeeffannoo📡
👉 Oduu Gammachiisa🌷 Odeeffannoo 📻 JTD marsaa 19ffaa itti dhihaadhaa MB 10.6 qofa Daqiiqaa 11:18 ⏰ Odeeffannoo Gammachiisoo hedduu uf keessa qaba Yaadaa fi Gaafi Yoo qabaattan @didaoobot irraan Nuuf Barreessaa ✍📃
Mostrar todo...
4_5886682089998256701.m4a10.57 MB
Oduu Simbirtuu Guyyaa 27/12/2013 Magaalaa Roobee Arsii irratti Lafti Kaaree Meetiriin 1600 Masjiidaaf Arjoomamee Jira Lafa seena qabeettii kaaree 1000 Mana seena qabeessa waliin Ilmi Nugusa Duraanii Fiit Awraarii Muhaammad Alii H/Amaan Muhaammad Alii kan jedhaman Mana Abbaa isaanii waliin Masjiidaaf arjoomanii jiru Ilmi Fiit Awraarii Muhaammad Alii akka jedhanitti Lafti kaaree 1000 tana qofa osoo hin taane ittis ni dabalaa jedhan Lafti kun M/B irraa kallattii Kaaba Bahaatti kan argamu yoo tahu Kaaree 600 Ammoo Fuuldura M/B Sadarkaa 2ffaa lakk 2 tii Namni 2 Masjiidaaf arjoomee jira Aadam Baatii kaaree 400 akkasumas Gannaa Huseen Kaaree 200 Arjoomanii kan jiran yoo tahu Hundi isaanituu akka dabalanii kennan Abdii qabnaa jedhan Amiirrii JTD Damee Arsii Roobee Yaassin Bahmud Walumaa galatti Bet Mangistiin Fiit Awraarii Muhaammad Alii Karaa ilma isaanitiin Bakka Amiirri JTD Damee Arsii Roobee Yaassin Bahmud Saadi H/Manzaa fi Sh/Ismaa'il Muussa akkasumas Namoonni biroo argamanitti Masjiidaaf Dabarfamee kennamee jira Akkuma Beekamu Bara Sirna wayyaanee keessa Barattoonni Muslimaa M/B sadarkaa 2ffaa Lakk 1 Lafa yeroo ammaa Masjiinni Nasrii Irratti ijaaramaa jiru kana qabsoo guddaa fi wareegama guddaa itti kafaluudhaan lafa masjiidaa taasisuudhaan yeroo ammaa kana Haal dureewwan barbaachisan xummuramuudhaan Masjiinni ijaaramuu irratti argama Hawaasni Naannawa M/B sadarkaa 2ffaa lakk 2 fi Barattoonni M/B kanaa eddoo itti salaatan dhabaa kan turan yoo ta'u Lafti hagana gahu masjiidaaf kennamuun kuni Barattootaa fi Hawaasa Naannawa saniitif Gammachuu guddaa tahee jira Gama Biraatiin lafa Masjiidaaf Arjoomame kanarratti Masjiida ijaarudhaaf kophaa isaatti dhuunfaa tokko uf qabuunis dhagahamee jira Gabaasni kan Tajaajila Oduu JTD ti
Mostrar todo...
Kunis Gorsa Waa 3 Jabeeffadhu 1. Amantaa kee 2. Haadha fi Abbaa kee 3. Hadha warra ykn Abbaa warraa kee Waa 3 akka si hin qabne eeggadhu 1. Koronaa 2. Jaalala Sobaa 3. Elektirikii Waa 3 Ijaan hin Laalin 1. Aduu 2. Dubartii Ajnabaa 3. TV Qaanaa Waa 3 Hin dhageeffatin 1. Nama Kijibaa 2. OBN 3. Sirba Teedii Yoo Sitti Tole ❤️ Gaafi ykn Yaadaf ✍
Mostrar todo...
❤️
Kunis Gorsa Waa 3 Jabeeffadhu 1. Amantaa kee 2. Haadha fi Abbaa kee 3. Hadha warra ykn Abbaa warraa kee Waa 3 akka si hin qabne eeggadhu 1. Koronaa 2. Jaalala Sobaa 3. Elektirikii Waa 3 Ijaan hin Laalin 1. Aduu 2. Dubartii Ajnabaa 3. TV Qaanaa Waa 3 Hin dhageeffatin 1. Nama Kijibaa 2. OBN 3. Sirba Teedii Yoo Sitti Tole ❤️ Gaafi ykn Yaadaf ✍
Mostrar todo...
Odeeffannoo JTD marsaa 18ffaa itti dhihaadhaa MB 6.6 qofa Daqiiqaa 7:3 Odeeffannoo Gammachiisoo hedduu uf keessa qaba Yaadaa fi Gaafi Yoo qabaattan karaa @didaoobot irraan Nuuf Barreessaa.
Mostrar todo...
odeeffannoo JTD marsaa 18ffaa.m4a6.62 MB
Kunis Gorsa Waa 3 tola Hin Argamu ♡ Jaannata ♡ Jahaannam ykn ibidda ♡ Jaartii Gaarii Waa 3 Yeroo kamuu toohannoo kee jalaa bahuu hin qabu ○ Arraba Kee ○ Amala Kee ○ Fedhii Kee Waa 3 Dhiisuu Qabda ● Abdii Kutachuu ● Badii Hojjachuu ● Nama Tuffachuu Waa 3 ta'uuf Yaali ☆ Amanamaa ☆ Jaalatamaa ☆ Beekaa 👉 Yoo argatte Badhaasa qabda waan Ati qabdu keessa waa 1 Hatuun hin dandahamu inni maalidha??? Deebidhaaf @didaoobot irraan Naaf barreessi Linki 👉 @Aamunnasri 👈 kana Hiriyyoota kee/tee affeeri Carraa Gaarii Isiniif Hawwa
Mostrar todo...
👍 10
👎