cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Boonsaa Entertainment

Nutti Makamaatii mukuu'u ba'aa! 👉 Walaloo Onnee dhikkisan 👉Qoosaa tasa nama kofalchiisan 👉 Odeeffanno wayitaawwaa fi 👉Waantoota dubbifamaan , Dabalataan dhimmoota art n wal qabatan irratti ni xiyyeeffanna

Mostrar más
FinlandiaEl idioma no está especificadoMotivación y presupuesto
Publicaciones publicitarias
383
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

🌡️ Daguungoruun amala qaama hojiirra jiruuti  qeequn ammoo amala hordoftootaati 🌡️ akkuma seenaa kee Namni kamuu hin beeknee boru maal akka ta'u dandeessus Namni baay'een hin beeku . Tarii tilmaamu dandaa'aaf malee Kaleessas ,har'as ,boruukes kan beeku waaqayyoo qofa waan ta'eef dhimma keef isa qofa dhaggeeffadhu 🌡️ Yeroo ejjjennoo kee akka mamtuuf haalonni si dirqamsiisan si mudatan atimmoo Abdi hin kutiin ! imalli daandii milkaa'inaa haaloota nama hin amansiisne keessa darbama waan ta'eef qofa 🌡️ Waan guddaa yaali kufi , ammas irra deebi'ii yaali garuu iddoo dura kufteetti hin kufiin @Bashannanaakaa @Oromotivater
Mostrar todo...
"Maalii amallii kee ni jijjirame" siin jedhu taanan, bravo Jijjiiramaa jirta @Oromotivater @Oromotivater
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Beekaan beeka jedhame Beeka Beekaa balleessa ! Beekaan akkamittiin Maqaa beekaa hadheessaa ? @Bashannanaamee
Mostrar todo...
Miilan deemnee Wanni dhufneefi Qarshiin keenya Akka hin dhumneefi @Bashannanaakaa
Mostrar todo...
Akka garaan kee nyaatu Innis ni nyaataa beeki Nyaata sammuuf laattu Qulqullina isaa eegi Sammuuf gaarii ta’aa Mul’ata kee guddisi Wanta gaarii dheebodhu Burqaa yaadaa gabbisi Sammuun kee qalamadha Ittiin yaada katabattaa Waraqaanis sammuudha Sammuu keetiin barattaa Kanaafuu itti cichiitii Sammuu kee kunuunsi Mul’ata kee ilaalii Abjuu kee dhugoomsi @Oromotivater
Mostrar todo...
Wallaalan nutti kolfe 😁 Beekanis mood nutti qabate 🤣 @Bashannanaakaa
Mostrar todo...
Akka garaan kee nyaatu Innis ni nyaataa beeki Nyaata sammuuf laattu Qulqullina isaa eegi Sammuuf gaarii ta’aa Mul’ata kee guddisi Wanta gaarii dheebodhu Burqaa yaadaa gabbisi Sammuun kee qalamadha Ittiin yaada katabattaa Waraqaanis sammuudha Sammuu keetiin barattaa Kanaafuu itti cichiitii Sammuu kee kunuunsi Mul’ata kee ilaalii Abjuu kee dhugoomsi @Oromotivater
Mostrar todo...
Mostrar todo...
September 14, 2022

Kanas jarri habashoota nu dursanii fayyadama jiru Qabatamaatin Namoonni fayyadaamaa jiran ni jiru . Maarree isin link kan join godhaati galmaaha achumaan #Channel_Group_Coop_Bank join gochuun galmaa'u keessan mirkaneeffadhaa! Link kunoo👇 https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0704725396
Mostrar todo...
Mostrar todo...
walaloo

Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.