cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

OroIspoortii™️

🔯Isportii Jalalaafi🔯 ⚽ Oduu isportii yeroo isaa eggatee 💶 Jijjirraa taphatotaa 📒 Seenaa taphatotaa 🖥️ Tamsasaa kallattii 🔊 Oduu bashanasisaa 📳 Yaada qabdanif Fi Naman Cross gochuu bardananii👉 @Abdii1222

Mostrar más
Etiopía1 423El idioma no está especificadoDeportes5 126
Publicaciones publicitarias
14 727
Suscriptores
+324 horas
+337 días
+12430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

🗒Istaatiksii Maanchister yunaaitidii fi Arsenal waliin qaban: ✅Dorgommii hundaan ➤Tapha 240 waliin taphatan 💪 Maanchister yunaayitid Yeroo 99 injifate ❌ Arsenaal yeroo  88 injifate 🤝Yeroo 53 qixaan xumuran ⚽️ Maanchister Yunaayitid Goolii 374 galche ⚽️ Arsenaal Goolii 325 galche ✅ Piriimeer liigii Ingilaandiin immoo ➤Tapha 178 waliin taphatan 💪 Maanchister Yunaayitid Yeroo 73 injifate ❌ Arsenaal Yeroo 62 injifate 🤝 Yeroo 43 qixaan xumuran ⚽️ Maanchister Yunaayitid Goolii 266 galche ⚽️ Arsenaal Goolii 245 galche Har'ahoo maaltu ta'a laata?🤔
Mostrar todo...
👍 2
✅Taphattonni Maan Yunaayitid midhamaan tapha Paalas iratti hin hirmaanne kessaa Raashfoord, Burunoo Farnaandez fi Maaktominin shaakala taasisaniiru. Tapha har'aaf qophii ta'uun gabaafameera.                 
Mostrar todo...
Tilmaama badhaafamaa Manchester united vs Arsenaal Namoota ulaagaa guutaniif
Mostrar todo...
👎 1
Man.united
Wal-qixaa
Arsenal
Join
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa. 12:30 🔰 Maan Yunaayitid Arsenaal waliin                   
Mostrar todo...
👍 4
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa. ⏱Xummurame Notinghaam 2-3 Cheelsii ⚽️Booly 16'         ⚽️Mudriik 8' ⚽️Odoo'i 74'        ⚽️Sterliing 80'                               ⚽️Jaakseen 82'                   
Mostrar todo...
👍 1
Tilmaama badhaafamaa Manchester united vs Arsenaal Namoota ulaagaa guutaniif
Mostrar todo...
👍 2
Man.united
Wal-qixaa
Arsenal
Join
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa. ⏱Xumurame Bornmaawuz 1-2 Bireentfoord Everteen 1-0 Sheefild Niwkastil 1-1 Biraayteen Tootenhaam 2-1 Barnileey Westhaam 3-1 Luuteen Wolviis 1-3 Kiristaal Paalas                    
Mostrar todo...
👍 2
ODUUU GAMMACHIISAA🎉🎉🎉🎉🎉 🧑‍💻Namoota Betting Taphattan hundaaf👇 Betting irraa Taphni tokko tokko isin jalaa kufuun rakkatanii jirtuu??? ♾️nutis Fala isinii fidnee dhufnee Jira. Chaanaalii yeroo marra taphootawwan hundaa tola isinii kennu Kan yeroo dhiyooti banamuun Fudhatama argatte Yoo ta'uu Innis taphawwan 100% milkaa'an Kan isinii kennudha. Isinis itti dabalamuun nu waliin hojjedhaa 🙏🙏🙏 https://t.me/+zc-0AdeZpxMzMzM8
Mostrar todo...
👌SURE👌
💯 FIXED 💯
Barniley Piriimeer Liigiti nagaa dhaamateera
Mostrar todo...
✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa. ⏱88' Bornmaawuz 0-0 Bireentfoord Everteen 1-0 Sheefild Niwkastil 1-1 Biraayteen Tootenhaam 2-1 Barnileey Westhaam 3-1 Luuteen Wolviis 1-3 Kiristaal Paalas                   
Mostrar todo...
👍 1 1