cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciΓ³n. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromoon1

tokkumman kenya hirre kenya πŸ’ͺ πŸ‘¬πŸ‘­πŸ‘¬πŸ‘­

Mostrar mΓ‘s
Finlandia2 401El idioma no estΓ‘ especificadoMotivaciΓ³n y presupuesto44 938
Publicaciones publicitarias
308
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 dΓ­as
-330 dΓ­as

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
Yosan getahun

Yosan getahun. 15 likes Β· 6 talking about this. Musician/Band

Yooyyaa harka fuune πŸ‘‹ ilmaan oromoo πŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ https://vm.tiktok.com/ZGe1txErS πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘† Hundi keessan Account kana Report godhaa πŸ‘‰ Hate speech dhan Accountichi kan mamar dha ❗️ Kanaafuu hundi keessan liinkii isiniif kayameen ol seenaa Report godhaa wal faanaa. Akeekkachiisa ❗️ πŸ‘‰Chanaalii kana keessatti wa biraa hojjechuufi wal arrabsuun dhoorkadha. πŸ‘‰Akkasuma beeksisa as kessatti fidanii beeksisuun hin danda’amu πŸ‘‰ Dhimmaa Amantaan waan wal qabatu hin barreffamu Yoo kan seera kana cabsitan taatan blockdhan baatu πŸ‘Œ. Share godhaa namoota nuuf baayyisaa asitti Oromoon tokko πŸ’ͺ Oromummaa πŸ”₯πŸ’ͺ
Mostrar todo...
πŸ‘ 3😁 1
00:43
Video unavailableShow in Telegram
Yooyyaa akkam jirtu Ijoollee Oromoo πŸ‘‹Warri akka itti report godhan hin beekne vedio kanaa ol Jiru  daawwadha πŸ‘Œ Harra Mamar kan ittin kasasnu Umurii ishee waggaa 13 gad tau danda’a kan jedhuudha jechuudha πŸ‘Œ Linki isin dhaqtanii wal faanaa ittin report gootan kunootiπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ πŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡πŸΏ https://www.tiktok.com/@memar.a?_t=8hNUD6j5TQv&_r=1 πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘† Ituu adda hin faca’in haalaa wal fakkatun report godhaa πŸ‘Œ. Chanali kana share gochuudhanis namoota nuuf bayyisaa πŸ™ Oromummaan Haa lalisu 🌴 Oromiyaan biyya 🌳πŸ’ͺπŸ’ͺ
Mostrar todo...
1.50 MB
πŸ‘ 5
01:41
Video unavailableShow in Telegram
Yooyyaa akkam jirtu πŸ‘‹ Hundumti keessan group kana keessatti dura nama bayyee fidaa b/c bayyiinni murtessaadha wan taef πŸ‘Œ Akeekkachiisa ❗️ Namooti comment jelatti Wal arrabsitaniifi wal caqacaqtan blockdhan ba’a jirtu πŸ‘Œ Akkasuma beeksisa biraa as keessatti maxxansuun dhorkaadhaΒ  ni bollokamtu πŸ‘Œ Namoonni harruma Report gochuu eegaltanii maaf hin gubanne jettanii abdii hin murinaa irra deddebin yoo godhan malee gubachuu dhiisu danda’a πŸ‘Œ. Jabaadha wal jabeessaa πŸ’ͺ Oromummaan Haa lalisu 🌴 Oromiyaan Biyya 🌴🌳πŸ’ͺ
Mostrar todo...
36.83 MB
πŸ‘ 3
Mostrar todo...
πŸ‘ 6❀ 4
Inni barii taa'u Asrii hin milkaa'uu Inni barii ka'u Kan birrii lakkaa'uu Harki waa olkaa'u Rakkatuus hin taa'uu Harki usee taa'u Argatuus hin kaa'uu Gurriis hin dhaga'uu Deemees bira hin ga'uu Namni usee taa'u Sheenaa haa milkaa'uu! Carraaqqiifi carraa Maaliin adda barraa Sammii moo lafarraa Waaqa moo namarraa Gamanaaf gamarraa Walitti dammaraa Boru waliin garraa Deebii gaaffii arraa! Isinitti tollaan Naaf ga'aa mee ollaan!
Mostrar todo...
πŸ‘ 3
Mostrar todo...
Akkamitti report gona warri jechaa jirttan kuno
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram

πŸ‘ 5❀ 2