cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Al jeeziraa afaan Oromo🔴🔴⚫️⚫️⚪️⚪️🌐🌐🌐🌐

🌎🌎🌎🌎🌎Oduu dhugaa ta.e qofa ¤♤♤♤ fact news Chaanaliin kuun 🌐✓dudhaa 🌐✓saafuu 🌐√addaa 🌐√afolichaa 🌐Sabbaa keessa jiruu bifaa bashanansiisoo fi boharsiissa ta.en issinif dhiheesina 🌐🌐🌐 Issin hirriyoota keesaan add gochu hin dagatiina

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
1 951
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mostrar todo...
AI Internet and Computer Center

@TAwelAk @gemetheman Printing Scanning Laminating Copy Scholarship apply Online vacancy apply High speed internet service Computer maintenance

Mostrar todo...
❤ 𝐇𝐞𝐚𝐫𝐭𝐬 𝐅𝐞𝐞𝐥𝐢𝐧𝐠𝐬 ❤

𝐑𝐄𝐌𝐈𝐍𝐃𝐄𝐑𝐒: 𝟏) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄𝐃 𝐩𝐨𝐬𝐭𝐬 𝐚𝐫𝐞 𝐧𝐨𝐭 𝐚𝐥𝐥𝐨𝐰𝐞𝐝, 𝐨𝐧𝐥𝐲 𝐝𝐢𝐫𝐞𝐜𝐭 𝐩𝐨𝐬𝐭𝐬 𝐭𝐨 𝐠𝐫𝐨𝐮𝐩 𝐚𝐫𝐞 𝐀𝐥𝐥𝐨𝐰𝐞𝐝. 𝟐) 𝐍𝐨 𝐑𝐞𝐥𝐢𝐠𝐢𝐨𝐮𝐬 𝐏𝐨𝐬𝐭𝐬 𝐀𝐥𝐥𝐨𝐰𝐞𝐝 𝟑) 𝐏𝐨𝐬𝐭 𝐨𝐧𝐥𝐲 𝐢𝐧 𝐄𝐧𝐠𝐥𝐢𝐬𝐡.

Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 Ni Laatama On Feb 11, 2021  81 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 kan laatamu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa ibsa miidiyaaleef laateen qormaanni kutaa 12ffaa bara 2012 Gurraandhala 29, 2013 hanga Bitooteessa 2 bara 2013tti kan laatamu ta’uu ifoomseera. Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Barattootaa fi Maatii barattootaa turuu qormaaatichaaf dhiifama gaafataniiru. Qormaanni kutaa 12ffaa bara barnootaa 2012 teeknooloojitiin deeggaramee akka laatamuuf tattaafii hedduun taasifamaa turuu ibsaniiru. Yaa ta’uutii Tableetiin bitamuuf yaadame kumni dhibbi 5 osoo biyya hin seenin turuu isaa himuun, Tableetiin qaqqabuu taatus Waraqaan kennuuf dirqamuu himaniiru. Gama biraatiin Dijiitaal ID barattoota kuma 350f qophaa’ee naannoleef raabsameera jedhan Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaan. Guraandhala 22 hanga 24 bara 2013tti Waraqaan eenyummaa Dijiitaalaa barattootaaf ni laatama. Guraandhala 26,2013 oorenteeshiniitu kan kennamu ta’uu ibsaniiru. Gurraandhala 29, 2013 hanga Bitootessa 2 bara 2013tti ammoo Qormaanni seensa barnoota dhaabbilee olaanoo ni kennama jedhaniiru. Yaaddessaa Geetaachootu gabaase
Mostrar todo...
#Grade12 Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29- Bitootessa 2 kennama jedhameera. Qormaannis kan kennamu waraqataan yoo ta'u barattoonnis akka qophaa'an jedhameera. To ask questions and comment 👉 @EUSTUDENTSBOT Share ═══🎓❖🎓════ 🎓⇲ @EUSTUDENTS ⇲ 🎓 🎓⇲ @EUSTUDENTS ⇲ 🎓
Mostrar todo...
Barattoota oromoo: Kalaandarii Radio-Radio Schedul 2013 Mathematics Teacher’s Guide Book for Grade 10 @barattootaoromo Biology Teacher’s guide book for Grade 10 @barattootaoromo Chemistry Teacher’s Guide Book for Grade 10 @barattootaoromo Physics Teacher’s guide book for Grade 10 @barattootaoromo English Teacher’s guide book for grade 10 @barattootaoromo Mathematics Teacher’s guide book for grade 9 @barattootaoromo
Mostrar todo...
Namoota maqaa guddaa Afrikaan bara 2020 keessa dhabde Ji'a jahan har'aa kan ajjeefame Art. Haacaaluu Hundeessaa, namoota bebbeekamoo ardii Afrikaa bara 2020 keessa duuti isaanii dhiibbaa guddaa uume keessaa tokko. Dheekkamsaa fi hokkora ajjeefamuu isaa hordofee dhalateen namootni 160 ta'an du'aniiru. Jawaar Mohaammad dabalatee hoogganoonni dhaabbilee mormituu hedduunis shororkeessummaafi kaaniin himatamanii hidhamaniiru Mallattoo qabsoo waggoota dhufaatii MM Abiy Ahimad dura turanii kan ta'eefi mirga Oromoof weelluu, geerarsa fi hidhamuunis qabsaa'aa kan ture Art. Haacaaluu Hundeessaa ajjeefamuun isaa qalbii jaallattootaan yaadatama. @Biiroo_Barnoota_oromiyaa
Mostrar todo...
Uuuuuuuuuu Nan saamamee naf birmadhaa oonnee kootin dhabee Ishee naaf gaafadhaa Ishee sani ee ishee gamaa boontu Tan mudhiin sonsaa Isheetti sabboontuu Fafakkeessaa dhiiftee Tan oftaatee jiraattu Ishee san naf gaafadhaa Isheedhanin saamamee Akkamiin jiraadha ani Onnee koottu hatamee Keessa koottu waadamee Kiyyoo jaalala isheen Tasan sakaalamee .... Erga iyyakoof birmattani Maaf na laaltu ijaajjanii Ishee naaf qabdanii Mana murtiitti nu yaastani? @think postive
Mostrar todo...