cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

🔱 MANCHESTER UNITED ORO FUN 🔱

Channel kana keessatti oddeefannowwaan🔉🔉 ☑️Jijjirraa taphattoota man United ☑️Tapha kallaattidhan ☑️oddeefannowwaan haara bahaan kan garee keenya waal qabataan ✍yaada yoo qabataan @Waan_haara_bot nun gahuu dandesuu. Group kenya 👉 @oro_manche_fan 👈

Mostrar más
Finlandia562El idioma no está especificadoDeportes6 580
Publicaciones publicitarias
10 785
Suscriptores
+724 horas
+327 días
-4930 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
#Breaking🔥 GADHIIFAMEERA🔥 📡 LINK TAPHA LIVERPOOL FI ASTONVILLA KALLATTIIN (LIVE) DABARSUU GAADHIFAMEERA.. LIVE DAWWACHUUF JOIN , LINK ,LIVE 👇👇👇👇👇
1221Loading...
02
🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥 Chaanaalii  Kunii  jaallatamumma guddaa horacha jiruniin  sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇 @Gadaaisport @Gadaaisport
2110Loading...
03

1720Loading...
04
BARA KANA WANCAA PIRIIMEER LIIGII INGIILAAND ENYUUTU INJIFAATA?
660Loading...
05
#Breaking🔥 📡 LINK TAPHOOTA PIRIIMEER LIIGII KALLATTIIN(LIVE) DABARSUU GAADHIFAMEERA.. LIVE DAWWACHUUF JOIN , LINK ,LIVE 👇👇👇👇👇
780Loading...
06
BARA KANA WANCAA PIRIIMEER LIIGII INGIILAAND ENYUUTU INJIFAATA?
2270Loading...
07
Xiinxala_Tapha_Booda Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 37ffaa Maanchistar Yunaayitid Arsenaal 0-1n injifatamee 🏟 || Ooldiraafoordi Har'a kilabni keenya tapha baayyee qabbanaawaa ta'een Arsenaaliin mo'amee, daqiiqaa 15 jalqabaa kilabni keenya ol'aantummaa qaba. Kaaseemiroo dafee sarara ittisaa keessa bahuu dhabuu isaatiin goolii baayyee salphaan nuutti gallee. Erga gooliin galfamee boodas taphattoonni kilabii keenyaa taphicha jeequmsa tokko malee taphachuun irra deddeebiin yaalii gochuu danda'aniiru, haa ta'u malee hin dandeenye @Manchester_United_fan2
6280Loading...
08
✅Maan Yunaayitid yeroo jalqabaaf bara dorgommii Piriimeer Liigii tokkotti tapha 14 injifatameera. 👉Arsenaal waggaa 10n booda Maan Yunaayitid dhaqaa galaan injifateera. 👉Arsenaal bara dorgommii kana kilaboota top six jedhamuun beekaman waliin tapha taasise tokkollee hin injifatamne. @Manchester_United_fan2
5970Loading...
09
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa ⏱taphaa guutuu Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal ⚽️Troosaard 20'          
5990Loading...
10
Daqiiqaan 6 ida’ame
5990Loading...
11
Eriksen ,Forseen, fi Wetley seenan Hoyulaand, Amrabaat, fi Bisaakan bahan
5670Loading...
12
Eriksen ,Forseen, fi Hatsen seenan Mayno, Amrabaat, fi Bisaakan bahan
10Loading...
13
Taphichi daqiqa 75 gahe jira jijjiiramani qabxi hin jiruu
5760Loading...
14
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa ⏱60 Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal ⚽️Troosaard 20'          
6601Loading...
15
Boqonaa booda egalee jiraa
6340Loading...
16
Tilmaama badhaafamaa Manchester united vs Arsenaal Namoota ulaagaa guutaniif
10Loading...
17
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa ⏱boqonaa Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal ⚽️Troosaard 20'          
6800Loading...
18
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa ⏱38' Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal ⚽️Troosaard 20'          
6420Loading...
19
To'annaa kubbaa Yuunatid 85% Arsenaal 15%
5460Loading...
20
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa ⏱25' Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal ⚽️Troosaard 20' @Manchester_United_fan2
5300Loading...
21
0-1
5090Loading...
22
Gool arsenal
5230Loading...
23
Yaalii goolii Yunaayitid 4(0) Arsenaal 2(1)
5510Loading...
24
15' 0-0
5770Loading...
25
Rukkutaa rogaa man Unitedf
5820Loading...
26
To'annaa kubbaa Yuunatid 63% Arsenaal 37%
5900Loading...
27
🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 Tapha Pirimer Ligii Ingilaand torbee 37ffaa.      ⏰ 10' Maan Yunaayitid 0⃣-0⃣ Arsenal    🏟 olditiraaforditti @MANCHESTER_UNITED_FAN2
5580Loading...
28
Garnacho yaali gaari tasisee
5130Loading...
29
🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 Tapha Pirimer Ligii Ingilaand torbee 37ffaa.      ⏰ TAPHNI JALQABEE JIRAA Maan Yunaayitid 0⃣-0⃣ Arsenal    🏟 olditiraaforditti @MANCHESTER_UNITED_FAN2
5520Loading...
30
#Breaking🔥 GADHIIFAMEERA🔥 📡 LINK TAPHA MAAN YUNAAYTIID FI ARSEENAL KALLATTIIN (LIVE) DABARSUU GAADHIFAMEERA.. LIVE DAWWACHUUF JOIN , LINK ,LIVE 👇👇👇👇👇
10Loading...
31
Hiriiraa
5680Loading...
32
Tilmaama badhaafamaa Manchester united vs Arsenaal Namoota ulaagaa guutaniif
1340Loading...
33
📊 | Bu'aan taphoota 16 darban Maanchistar Yunaayitid Arsenaal waliin Ooldiraafoorditti taphate: ✅ 10 Injifatee 🫱🏻 🫲🏻 5 qixa bahee ❌ 1 injifatamee @Manchester_United_fan2
6250Loading...
34
Firaankifart kontiraata Dooni Vaandebeek dhaabbataa taasisuu waan hin barbaanneef Dooniin ganna kana gara Maanchistar Yunaayitid ni deebi'a. [Faabriiziyoo Roomaanoo]. @Manchester_United_fan2
5860Loading...
35
Dubartooni man United har'aa taphaa FA CUP xumuraa Tottenham Hotspur waliin isteediyeemii Wembley kan taphataan ta'aa. Carraa gaarii @Manchester_United_fan2
5470Loading...
36
- Hiriira Walitti Makamaa Maanchistar Yunaayitid fi Arsenaal bara kana ejjennoo liigicha keessatti qabaniifi sadarkaa isaanii irratti hundaa'uun akkas fakkaata. - Taphattoonni Maanchistar Yunaayitid irraa 3 hammatamuu kan danda'an yoo ta'u, Arsenaal irraa taphattoonni 8 dabalamaniiru.😏 [Who score]. @Manchester_United_fan2
5140Loading...
37
Taphoota Maanchistar Yunaayitid fi Arsenaal gidduutti taphataman keessaa isa kamtu caalatti yaadatta? 🗣 Raasmoos Hooyiluund: "Tapha Yunaayitid 8-2n injifate... Filannoo gaarii natti fakkaata. Tarii kan ani hunda caalaa yaadadhu isa ta'uu danda'a, taphaa bara darbe 3-1n xumuramee Antooniin goolii jalqabaa galchees nan yaadadha." jedhe. @Manchester_United_fan2
5230Loading...
38
#hariiroo kilaabi lamaani 👉 Kilaboonni lamaan dorgommii hundaan taphoota 239 taphataniiru. Maanchistar Yunaayitid yeroo 99 yoo injifate Arsenaal ammoo yeroo 87 injifachuun taphoota 53 qixaan xumuramaniiru. 👉 Kana beektu, Maanchistar Yunaayitid taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 16 Arsenaal waliin taasisan keessaa tokko qofa mo'amaniiru... 👉 Arsenaal Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti taphoota 9 Ooldiraafoorditti taphatan keessatti goolii tokko osoo hin galchine bahanii. 👉 Yeroo jalqabaaf walitti aansuun Yunaayitid injifachuu abdachuun dirree seenu. @Manchester_United_fan2
5320Loading...
39
Abbaan Qabeenya man United Sir Jim Ratcliffe amma taphaa #mufc vs Arsenalif dursee Old Trafford keessa jira. 📥@Manchester_United_fan2 irraa argattu
5160Loading...
40
Erik ten Hag: "Garee gaarii qabnu [Arsenal waliin] ni baasna, taphattoonni koo akka falmataan mirkanaa'aa dha, deeggartoonnis ammas akka nu deeggaran abdiin qaba." 📥@Manchester_United_fan2
5500Loading...
#Breaking🔥 GADHIIFAMEERA🔥 📡 LINK TAPHA LIVERPOOL FI ASTONVILLA KALLATTIIN (LIVE) DABARSUU GAADHIFAMEERA.. LIVE DAWWACHUUF JOIN , LINK ,LIVE 👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
Live
🔗Link 🔗
Join
Photo unavailableShow in Telegram
🔥🔥Channallii Kubbaa Millaa Deggartotaa kilbaa Hundaa of kessaattii qabatee🔥🔥 Chaanaalii  Kunii  jaallatamumma guddaa horacha jiruniin  sa'aatii 24 waa'ee Kubbaa millaa kan irraa argattan yoo tahuu Join gochuun itti dabalama 😍👇 @Gadaaisport @Gadaaisport
Mostrar todo...
Join
Gadaaisport

1
Join
Gadaaisport
Photo unavailableShow in Telegram
BARA KANA WANCAA PIRIIMEER LIIGII INGIILAAND ENYUUTU INJIFAATA?
Mostrar todo...
Man.city
Liverpool
Arsenal fc
#Breaking🔥 📡 LINK TAPHOOTA PIRIIMEER LIIGII KALLATTIIN(LIVE) DABARSUU GAADHIFAMEERA.. LIVE DAWWACHUUF JOIN , LINK ,LIVE 👇👇👇👇👇
Mostrar todo...
Live
🔗Link 🔗
Join
Photo unavailableShow in Telegram
BARA KANA WANCAA PIRIIMEER LIIGII INGIILAAND ENYUUTU INJIFAATA?
Mostrar todo...
Man.city
Liverpool
Arsenal fc
Xiinxala_Tapha_Booda Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 37ffaa Maanchistar Yunaayitid Arsenaal 0-1n injifatamee 🏟 || Ooldiraafoordi Har'a kilabni keenya tapha baayyee qabbanaawaa ta'een Arsenaaliin mo'amee, daqiiqaa 15 jalqabaa kilabni keenya ol'aantummaa qaba. Kaaseemiroo dafee sarara ittisaa keessa bahuu dhabuu isaatiin goolii baayyee salphaan nuutti gallee. Erga gooliin galfamee boodas taphattoonni kilabii keenyaa taphicha jeequmsa tokko malee taphachuun irra deddeebiin yaalii gochuu danda'aniiru, haa ta'u malee hin dandeenye @Manchester_United_fan2
Mostrar todo...
4👍 1

👍 1
Daqiiqaan 6 ida’ame
Mostrar todo...