cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Hero Personal Development

Welcome Home! Hero institute of personal development °°° |Be yourself, but always your better self| +251935332665 \ +251914696509 YouTube:https://www.youtube.com/@heromediaofPD Facebook:https://www.facebook.com/heromediaofPD

Mostrar más
Finlandia1 505El idioma no está especificadoMotivación y presupuesto23 626
Publicaciones publicitarias
928
Suscriptores
Sin datos24 horas
-147 días
-4230 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ati yoo itti amante nama biraa irraa mirkaneeffachuuf hin eegin; eyyeen namni hundi waan ati hubatte hin hubatu; waan sitti dhagahames isaanitti hin dhagahamu; kanaafuu ofuma Kee qofa amansiisi; ofuma keetii mirkaneeffadhu; sana booda daandii keetti fufi!
Mostrar todo...
Ruumiin Summii jechuun maali jedhamee gaafatame Deebiin inni kennes: Wanti hamma nu barbaachisuu ol ta'e kamiyyuu summiidha. Aangoo, soorummaa, hiyyummaa, aarii, sinsinnaa'uu, dhibaa'ummaa, jibba, ofittummaa, jaalala,  fedhii guddaa yookan kanneen biroo ta'uu danda'u. Oolmaa milkaa'inaan isiniif hawwa @brookmeka
Mostrar todo...
👍 1
Halkan hin bariine hin jiru; guyyaan hin dabarres hin jiru; guyyaa fooyya'aan dhufee, inni xiqqaate dabalee, inni hir'ates guutee argina. Kan hunda caalu garuu lubbuudhaan jiraachuudha; kanaan ala Waaqayyootti amannee wanti nuuf hin danda'amne hin jiru! Guyyaa bareedaa isiniif hawwina @brookmeka

JIREENYA KEE KEESSATTI GOSA NAMOOTAA JIRAN 1. NAMOOTA Baala 2. NAMOOTA Damee 3. NAMOOTA Hundee NAMOOTA BAALA: Kun namoota yeroo tokkoof qofa jireenya kee keessa dhufanidha. Isaan dadhaboo waan ta'aniif isaan irratti hirkatuu hin dandeessu. Waan fedhan fudhachuuf qofa dhufu, qilleensi yoo dhufe garuu ni deemu. Namoota kana irraa of eeggachuun barbaachisaadha; sababni isaas yeroo haalli tole si jaallatu, garuu yeroo qilleensi dhufu si dhiisu 🥺 NAMOOTA DAMEE: Isaan ciccimoodha, garuu isaan irrattis of eeggannoo gochuu qabna. Jireenyi yeroo cime kan sirraa fagaatanii fi ulfaatina baay'ee dandamachuu hin dandeenyedha. Waqtii muraasa si waliin turuu danda'u, garuu yeroo haalli ulfaatu ni deemu 😢 NAMOOTA HUNDEE: Namoonni kun of agarsiisuuf waan hin hojjenneef baay’ee barbaachisoodha. Haala ulfaataa keessattiyyuu ta'u gldeeggarsa siif godhu; bishaan si obaasu; si kunuunsu; sirraa fayyadamuuf hin dhufan; akkasumaan si jaallatu. Namootni ati qunnamtu ykn hiriyaa kee ta'an hundi si waliin hin turan; Namoota gosa hundee qofatu yeroo hunda si waliin ta'a.

THE 3 TYPES OF PEOPLE IN YOUR LIFE.. 1. The Leaf people 2. The Branch people 3. The Root people LEAF PEOPLE: These are people who come into your life just for a season. You can't depend on them because they are weak. They only come to take what they want, but if the wind comes they will leave. You need to be careful of these people because they love you when things are okay, but when the wind comes they will leave you 🥺 BRANCH PEOPLE: They are strong, but you need to be careful with them too. They break away when life becomes tough and they can't handle too much weight. They may stay with you in some seasons, but they will go when it becomes harder 😢 ROOT PEOPLE: These people are very important because they don't do things to be seen. They are supportive even if you go through a difficult time they will water you and they are not moved by your position they just love you like that ... It's not all people you meet or are your friends, that will stay with you. Only the root type of people will stay no matter the season 👏☺️
Mostrar todo...