cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Dhugaan jireenyaa

@Channel kana waa heedu irra barrattan wan ta’ef join share godha

Mostrar más
Finlandia3 234El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad99 308
Publicaciones publicitarias
220
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
-430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Sammuu kee bani
#Namoota dogongora hojjettanitti hin aarin. Itti aartee loluun kee dogoggora akka hin hojjenne isaan hin barsiisu, wanni isaan barsiisu yoo jiraate, waan balleessan dhoksuu qofa isaan barsiisa. Kanaaf caalaatti sammuu banaa godhii, caalaatti itti yaadi. #Share join godha👇 @Sammuubani
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
🌿Filannoo sirrii qabaadhu. Yeroo hunda filannoo sirrii qabaatte fixaan ba'iinsa yoo dhabdellee deemsa keessa wanta filatte san itti gahuun kee hafiinsa hin qabu. Filannoo sirrii qabaachun galma keetifi kayyoo kee biraan kan sigahu tahuu hin shakkin. Namoonni tokko tokko wanta namoonni biraa ykn saahibban isaani filatan saniitu nuufta'a ja'u. Mee gaaffi wahii siif kannu? ati namaaf jiratta moo mataa keetifi. Ee dhugaa keeti ofii keetif kan jiraattu yoo tahe barnootaas tahee wanta jireenya kee keessatti si qunnaman mara ofii keef filachuu danda'u qabda. Tasa wanti inni filate san siif farra ta'u mala kanaaf ofii keetiis filachuu yaali. Namoonni baayyen milkii saanitif sababa kan ta'e inni tokko filannoo isa sirrii waan filatanifidha ok Filannoo gaarii irratti Rabbinilen si gargara 👇 @Sammuubani 👈
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
Jaalachuu jechun Jallachuu Jechu mitti jalina seete Jaalala Hin dheessin @Sammuubani
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
Addunyaan tun boru akka diigamtu yoo siif himamellee, har'a sanyii gaarii tokko facaasuu hin dhiisin! @Sammuubani
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
Namni tokko gaafa si jibbu jalqabu dura dubbii keetiif bakka dhaba!            🤷🏼‍♂️🤷🏼‍♂️🤷🏼‍♂️💔 @Saammubani
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
Waa 7 tan iddoo itti dubattu ilaalachu qabdu 🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗🤗 1: Wa'ee ilmaan ketii hin dubbatiin nama ilmoo hin dhalle ykn maseena biratti 2: Wa'ee matii ketii hin dubbatiin nama hadha fi Abba hin qabne biratti. 3: Wa'ee mallaqa ketii hin dubbatiin hiyyeessa biratti 4: Wa'ee Gammachuu keeti hin dubatiin nama gadda keessa jiru biratti 5: Wa'ee Fayyummaa keeti hin dubbatiin dhukubsaataa biratti 6: Wa'ee humna ketii hin dubbatiin nama humna qabne biratti 7: wa'ee Walabummaa keeti hin dubbatiin nama mana sirreessa(mana hidhaa) jirutti              Share+forward join 🙏🙏 @Saammubani @Saammubani
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
Wanti barumsa malee Kisaaraa hin qabne Karoora.! @Saammubani
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
Chiikiin🤱 Tessan qeensa isii irratti Qeensa 💅dabaltee, rifeensa isii Irratti rifeensa dabalti taanan Na Amani dhiira birrallee sirratti Dabalti bro🤔😁 @Saammubani👈
Mostrar todo...
Repost from Sammuu kee bani
=> Waa'ee jireenya nama tokkoo     hamachuu fi kufaatii ykn    dadhabina isaa haasawuu    keetin duratti. 👉 Kana yaadadhu,🤔 jireenya kee     keessatti boqonnaan (chapter)     ati sagalee ol kaaftee dubbisuu     hin feene akka jiru Hubadhu. @Saammubani
Mostrar todo...