Sammuu kee jijjiiri
Daily inspirational quotes to change your life. Milkaa'ina ilma namaatif 85% ilaalcha sammuu isaati Mataa ke jijjiiri jiruu ke ni jijjiirta! @oroquotes join godhi Na qunnamuuf @ilmanesruu @Nesrujr
Mostrar más8 592
Suscriptores
+124 horas
+257 días
+8930 días
- Suscriptores
- Cobertura postal
- ER - ratio de compromiso
Carga de datos en curso...
Tasa de crecimiento de suscriptores
Carga de datos en curso...
https://t.me/TG_MEYSAM
Join join godhaa
Meysam_Nesru
As wr wb isiniin jechaa baga gara channel kheenya dhuftan. Jechoota babbareedoofi seenaalee addaa addaa Bashannansiiso fi barsiiso kha tae argachuuf join qofa godhudhan nu hordofaa
https://t.me/+TilBlC52mIc1NWQ0Gaafiifi yaada yo qabaattan @waritu14
👍 9
Photo unavailableShow in Telegram
😄😄Channel guddicha Qoosaa, Baacoo fi qophillee booharsoof barsiisoo ta'e dabarsaa jiru kana join gootee jirtaa??😀😀😃
👍 3❤ 2
🥏🥏 DIRREE BOOHARTII 🛜🛜
😁😁 Qoosaa Oromoo🏓🏓
🛜🛜 Baacoo oromoo🛜🛜
✅✅ seenaa oromoo 🆗🆗
🥏🥏Join gochuuf🟥🟥
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0135079814
Link gubbaa kana Irratti tuqaa start godhi mallaqa namaaf kaffalaa jiraa
Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.
@oroquotes
@oroquotes
👍 40
Repost from Sammuu kee jijjiiri
Namticha tokkootu taksii keessatti mucaa isa biraan taa'ee chocolate nyaatu jiruun "mucaa maal godhu jirta ilkee ke sirraa balleessaa dhiisi" ja'en
Mucaanis "akaakayyuun kiyya waggaa 110 jiraate" ja'een
Namtichi dubbiin tun isa dhibdee "maaltu walitti fide ree, moo chocolate nyaatudhaan hangas jiraatee?" Ja'ee gaafate.
Mucaan "Lakkii inni dhimma isa naqu malee waan isa hin laallanne seenuu dhabuuni" ja'ee deebiseefii namticha afaan qabachiise.
An @ilmanesruu ti
Yaadni keessan nu jabeessa waan ta'eef yaada keessan nun gaha.
@oroquotes
@oroquotes
👍 17❤ 5
karaatti hin dhaabin, amma itti dararamii boru injifataa ta'ii jiraadhu.
@oroquotes
👍 45❤ 4
waan akka sirratti hojjatamu hin feene, nama irratti hin hojjetin.
@oroquotes
@ilmanesruu
👍 27❤ 7