cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mahir ibnu Ali official

Chaanaalii kana irratti ◇Sagantaalee Da'awaa ◇Barnoota amantii ◇Seenaa ◇Boohaartii gara garaa kan nama bohaarsaniif ergaa dabarsan vidiyoo fi sagaleen argattuu Join godhaa @Babilevine Akkasuma Chaanaalii keenya @SDgroup_channel Garee chate @SDgroupdawa

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
203
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

👉 Hayyuun eenyu? Hayyuun nama if-baree rabbii isa uume baree waan uumameef beeke, qixa sirritiin itti hojjatuudha. 👉 Gootni eenyu? Gootni nama amantii isaatiif jecha wareegamu, kan tuqaa amantii isaa hin dandanyee, bakka amantiin tuqamtetti kan ajaa'iba agarsiisuudha. 👉 Jabaan eenyu? Nama jabeenya rabbii hubatee, dandeytii rabbiin isaaf khanneen nama hin miineedha. 👉 Obsaan eenyu? Obsaan kana mokkora rabbii irratti obseedha, nama dilii irraa if-qabuu keysatti obseedha, nama toltuu hojjachuu irratti obseedha. @Mahiralioffers
Mostrar todo...
J A C H O O T A " Mul'ata kee atummaan ijaari, kana ta'uu bannaan nama mul'ata isaa ijaarutu si hojjachiifata" Farra Gray. " wamti tokkichaan siifi mul'ata kee jidduu jiru yaaluuf hamilee qabachuufi ni ta'a jattee itti amanuudha" Joel brown. " Yoo carraan balbala rukutuu baatte, balbala ijaarradhu" Milto berlie. " Ani hin kufne, karaa 10, 000 kan hin hojjanneen arge" Tomas edson. @Mahiralioffers
Mostrar todo...
adunyan bakuma lamati gari fi hamtunis isuma kessati rakko fi balonis isuma kessati jirun adunya yoom gargar hafti akka shanshalatati umaan nama jini garruma keysati rabbiin hamtu nun hin fene numa if naqeti namni sila yoom dhaqaba malaqa hulayu naqa adunya kijibdu sahiba malaqa booru namu kafana tokkon qabri irra dhaqaa
Mostrar todo...
✍ WALALO GABABA ✍
MAALLAQNI ┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄ → Mana malee, maatii hin bitu! → Siree malee, irriiba hin bitu! → Kophee malee, miila hin bitu! → Amartii malee, jaalala hin bitu! → Fuullee ijaa malee, ija hin bitu! → Qoricha malee, fayyaa hin bitu! → Rasaasa malee, jireenya hin bitu! → Cubbuu malee, qulqullummaa hin bitu! 🙏🙏🌴 JOIN 🌴🙏🙏 @Babilevine @Babilevine
Mostrar todo...
Assalamu Alaykum Warahmatullahi Wabarakatuhu Akkam jirtan Obboleyyan Inshaa Allaah Dhaamsa, walaloo, seenaa fi kkf argachuuf Channel kiyya kana join godhaa. @Mahiralioffers @Mahiralioffers T.me/Mahiralioffers
Mostrar todo...
Mahir ibnu Ali official

Chaanaalii kana irratti ◇Sagantaalee Da'awaa ◇Barnoota amantii ◇Seenaa ◇Boohaartii gara garaa kan nama bohaarsaniif ergaa dabarsan vidiyoo fi sagaleen argattuu Join godhaa @Babilevine Akkasuma Chaanaalii keenya @SDgroup_channel Garee chate @SDgroupdawa

JOIN GODHI
Waan siin taane tokkoon Naan taane jettee diduun Mirga keeti beeki Waan tokkon fiduu @Mahiralioffers
Mostrar todo...
👎
👍 1
Asalaamu alaykhum warahmatullahi wabarakaatuhu 🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸🔹🔸 Channel armaan gadii kana Join gochuun daawaa fi oduu akkasumas seenaa rasuula rabbii (s,a,w) irratti bareeffamanii gad-dhiifamanu irraa haga tokko barnoota irraa argachuu waan dandeessaniif affeerraa keenya #JOIN gochuun nuuf afeeramaa. ⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️ @Sdgroup_channel @SDgroup_channel @SDgroup_channel ⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️ T.me/SDgroup_channel
Mostrar todo...
Salaam daawa group Babile

DHIHANA QALBII MUSLIMAATI YouTube Channel subscribe

https://www.youtube.com/channel/UC-APBegIqTvapdEHxOfF2jA

NAGAYATTI CORONA🖐️ Rakkoofi balinas Si wajjin qoodadha Kan naan jettee turte Akkamiin dagatta Arra na garsiisi Jaalala tee ifatti Coronaan na qabnaan Maa na dheeysita miti Wal maleen jiraannu Nuti waliif duuna Kan naan jette turte Arra dhugoomsina Koottuu na dhungadhu Walumaan qufaana Jimaadhas nuu fidi Wajjumaan qamaanaa Shiishafii bishaanis Afaanii Wal dhuyna Hanga yoom coronaaf Qamaati lakkifna Qamaane mirqaannet Sheenaa firraa baafna Achi booda duunus Sheenaa maalit qabna Shahaadaa qabanneet Qabrii waliin ciifna Jiruu.dhuman qabne San booda jiraanna Biyya Aakiratti Ilillii dhaabbannee Waliin itti fufna Jaalala hoo'ifne Corona hinaafsifna Dhungoo Wal quubsine ✍️ @xpmahe 👈 yaadafis JOIN JOIN 👇👇👇👇👇 @Mahiralioffers @Mahiralioffers
Mostrar todo...
😜 1
😂
Muldhataa Biyya Gootaaf Hayyuu Seenatu Dubbataa Asaboot Machaaraa Awwadaay Gad Buunaa Magaallan Harargee Takkaa Harka Fuunaa Yoo Jaalalaa Malee Hiraar Hin Beekanii Isin Hoo Maal Jette Xumureera Anii Achiin As Dabarraan Mee Ijoollen Arsii Cilaaloo Fi Kaakaa Boqqojjiirra Marsii Asallaa Dabarraan Shaashetti Qajeellee Adaabbaaf Dodolaa Kan Arsii Nageellee Saawwan Buburraalee Horanii Bobbaasuu Yoo Bishaan Gaafatte Aannan Si Obaasuu Suutuma Naanna'e Bar Haara Galfachaa Nyaata Aadaa Arsii Cuukkoo Alanfachaa Baalen Achi Baanan Waabee Gaba Ce'e Goota Achii Bookisu Waaqoo Guutuu Se'ee Roobeen Dabalatee Gindhiirif Sinaanaa Takka Karaa Bullee Shawaatti Dachaanaa Du'aayii Ulamaa Kan Qabannee Finnee Handhuura Oromiyaa Yoo Geenyu Finfinnee Biyyaaf Keessummaadha Hin Beeku Anis Hoo Shawaa Qaxxaamuree Yoon Gahu Walisoo Naan Jette Qalbiin Too Gibee Qaxxaamurraa Bunashee Unachaa Takkaa Jimmaan Turraa Jimmaatti Qajeelle Qaxxamurree Gibee Hunduu Guutee Jira Silas Maaltu Dhibee Dafee Naan Qaqqabe Anis Fardi Kootii Ahriibuu Nuun Jedhan Ijoollen Sanyii Mootii Sarboo Gadi Buunan Feenan Limmuu Saqqaa Yoo Jaalalaa Malee Jibba Hin Beekan Takkaa Gommaa Gadi Buunan Biyya Argama Bunaa Keessuummaanshee Hundi Nadhii Dammaa Unaa Jimmaarraan Dabarree Qajeelle Iluttii Jennee Karaa Bullaa Yoo Barfates Nuttii Kan Bunnoo Beddellee Gad Buunan Cawwaaqaa Kan Asiin Nu Gaheef Galanni Kan Waaqaa Ashamaa Nuun Jedhan Mammagaallan Mattuu Fuula Gammachuutin Keessummaa Simatuu Achiinis Dabarree Gujiitti Qajeellee Lafa Gootaf Hayyuu Yoo Geennu Nageellee Uumamaan Badhaate Qabaattuu Waa Maraa Jara Sooddoo Daaccee Kan Daallee Waabaraa Shaakkisoon Gad Buunan Warqeen Laga Dambii Kan Keenya Osoo Rafuu Kan Sooromteen Ambii Hangafa Oromtichaa Dhaamsa Irraa Fuunee Aannan Dhuguu Feena Booranaan Gad Buunee Gaafa Rabbiin Jedhe Walitti Dachaanaa Yeroo Yoo Qabaanne Wallaggatti Ol Yaanaa Ol Ka'ii Falmadhu Yoo Roorron Siif Gamtee Jarri Dambidoolloo Gimbii Fi Naqamtee Waliin Gahuu Baadhus Oromiyaa Balloo Ka'eetan Dubbisa Oromoota Walloo Maaltu Faffacaase Sila Ilmaan Aayyaa Tigraay Keessaa Jiru Oromoonni Raayyaa Wal Qoqqooduu Dhiisaa Jabeessaa Tokkummaa Jibbaan Bu'aa Hin Qabuu Hin Yaadin Gonkumaa Inni San Kan Bahaa Kuun Ammoo Kan Dhiyaa Inni Kun Magaalaa Sun Immoo Baadiyyaa Inni San Kan Kaabaa Inni Kaan Kan Kibbaa Tokko Nan Jaaladha Tokkommoo Nan Jibbaa Gargar Wal Hin Qoonnu Walibbaafnee Maqaa Yoomillee Musliimaf Tokkummatuu Haqaa Inni Kuun Wallaggaa Inni Kuun Kan Dirree Bahaaf Lixa Jennee Yoo Addaan Wal Hirree Kuni Nuuf Hin Ta'u Dhagahaa Yaa Jamaa Musliimni Hundarra Tokkummaatti Haajamaa @mahiralioffers
Mostrar todo...
11,Unchangeable Fashion (Faashina Hin Jijjiiramne) If We Look This World If We Are Imagine There Is Only One Thing Unchangeable Fashion Hammamis Yoo Ture Kan Hin Jijjiiramnee Yoomillee Qajeelaa Kan Hin Micciiramnee Kaleessas Yoo Ta'e Har'aa Fi Borullee Saayinsii Guddatus Badus Haa Tolullee Yoomis Islaamummaan Bakkaa Hin Jijjiiramuu Buris Itti Fufaa Dalga Hin Micciiramuu Adawwiin Jijjiiruf Shira Meeqa Footii Taabba Meeqa Baatee Wanta Meeqa Gootii Dharti Miila Hin Qabduu Maalin Taabba Baatii Waa Tokkollee Fidduu Ofumaaf Dhamaatii Kan Filee Nuuf Kenne Rabbii Aalamaatii Maalif Fagoo Yaaddaa..... Maalif Fagoo Yaaddaa Karaa Irra Ciiftee Faashina Hardoftaa Sunnaa Kee Gadhiiftee Kaayyoo Kee Wallaaltee Asiif Achi Joortaa Humnaaf Qabeenya Kee Maaf Alagaa Soorta Raajii Dubara Ammaa....... Hanga Jilbaa Murtee Huccuu Jalaa Olee Waa Saalfin Hin Jiruu Gad Baafte Mogolee Dubbii Bara Kanaa Wallaalle Waan Isaa Huccuu Jalaa Bahee Sarbaan Calaqqisaa Dhiirtis Kana Ilaalaa Qalbii Gad Lakkisaa Dubbiin Kun Akkami Maal Jettu Yaa Firaa Silas Yoom Nu Dhibe Kan Jara Kaafiraa Tokko Tokko Jiruu Kan Maqaan Musliimaa Qalamaan Fokkiftee Hidhiin Ishee Diimaa Wayaashee Ol Buttee Kinoo Hanga Jilbaa Gaafa Duubaan Ilaaltu Qaamni Alaa Sirbaa Kaafira Baafattee Hiriyaa Jaalalaa Mudhiitti Rarraatee Tasa Hin Baatu Jalaa Isa Ofii Dhiiftee Ormaaf Garaa Laattee Halaalli Osoo Jiruu Kan Haraama Nyaattee Dhiisi Yaa Obbolii Maalif Akkas Taataa Qabsoon Jallinaa Kun Eessa Gahuuf Laataa Fedhiidhan Moo'amtee Maalif Qalbii Cabdaa Faashina Himmoofne Islaamummaa Qabdaa Hundaa Itti Dhiisii Hundumaa Tuffadhuu Mallattoo Musliimaa Jilbaaba Uffadhu Gaaf Faashina Dhiifte Hundumaa Tuffattee Gaafa Bareechitee Qaama Keetti Uffattee Abdii Sirraa Qabnaa Abdii Sirra Keenyaa Silaaltee Gammaddii Gaafas Qalbiin Teenyaa Garuu.................. Uffachuun Kee Qofti Kophaatti Ga'aaree Jilbaaba Uffatteen Iimaana Ta'aaree Uffattee Miidhagdee Musliima Fakkaachuun Halkan Jijjiirrattee Orma Faana Kaachun Kaaffee Keessa Teessee Dhiira Faana Nyaachuun Akkamitti Laaltaa Wanti Kun Sirriidhaa Kan Si Dogongorse Qalbi Moo Birriidhaa Gaaf Ati Bareeddee Uffattee Gad Baatuu Qalbiin Koo Abdiidhan Yoo Si Faana Ilaaltuu Kabajamtuu Namaa Kan Hundumaa Caaltuu Osoon Akkas Jechaa............. Qalbii Koo Sossobee Abdiin Jiraachisuu Biddeena Jaalalaa Abjuudhan Nyaachisuu Gaaf Tokko Waa Argee Waan Nama Yaachisuu Osoon Karaa Deemuu Raajin Na Mudatee Keessa Kootti Aaree Garaan Na Gubatee Wanta Haaraa Argee Wanta Dur Hinturree Wal Bukkeetti Arginaan Jilbaaba Fi Surree Dhaabbadhee Yoon Laaluu Wallaalee Akkataa Innumtuu Kaafiraa Kunoo Muka Baataa Qalbiin Kee Si Sobdee Maalif Si Dhamaaftee Kabajaa Kee Warqii Alagaa Badhaaftee Ishee Akkasii San Anoo Maaf Ilaalaa Isheedhuma Xiqqoo Eeggachuun Naaf Caalaa Rabbiin Abbaan Qudraa Keessaa Fuudhe Quwwaa Gubbaan Nama Sobdii Egaa Keesson Duwwaa Maaf Dubara Qofaa Dhiirris Lafa Guutee Inni Qalbiin Isaa Tasa Jalaa Buutee Sunnaan Nabii Keenyaa Bar Akkana Hin Turree Lafaarra Harkisaa Gadi Buusee Surree Sunnaa Isaa Dhiisee Kan Ormaa Jabeessaa Rifeensa Ol Dhaabee Kaafirran Fakkeessaa Yoo Halaalaa Ilaalte Maraattuu Fakkaataa Mormaaf Harkarrattis Bar Sibiila Baataa Ana Ofiin Jedhaa Irra Caalan Namaa Zikriinsaa Muuziqaa Galgalaaf Ganamaa Gaafa Guyyaa Jum'aa....... Bariidhan Ol Ka'ee Yoo Shaaworii Galee Mu'minni Hin Jiru Gaafas Isa Malee Dafee Fiigee Ba'aa Yoo Salaatee Geessee Torbanitti Dhufaa Erga Gaafas Dheessee Dhamaatuu Akkasaa Hiriyaa Baafatee Gibbii Keessa Jooraa Harka Irra Kaawwatee Guyyaanis Wal Jalaa Waan Hin Buune Seetee Maalif Shawwadamta Waan Hin Duune Seetee Allahn Sittamist Ye Alamaat Geetaa Gaafatamuuf Jirtaa Asiin Hafta Seetaa Qabeenyaf Jabeenyas Waan Dalagde Cufaa Guyyaa Ofirraa Dhiiftee Biraa Deemtu Dhufaa Akkas Ofiin Jechaa Meeqa Qalbii Cabee Karaa Rabbiirratti Inni Sabrii Dhabee 12, Ijoolle Oromiyaa Assalaamualeykum Ijoollen Oromiyaa Osoo Adda Hin Qoodin Kan Bahaa Fi Dhiyaa Deemsa Koo Eegaluuf Baha Biiftuu Irraa Horree Babaldhannee Bakka Maraa Jirraa Bahaaf Lixa Jedhee Hin Qoodu Gargarii Akkam Nagaa Jirtuu Ijoollen Hararii Galamsoof Baddeessaa Kan Gaara
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.