es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

RAFIIQUL ISLAAM 🇸🇩

RAFIIQUL ISLAAM 🇸🇩

Ir al canal en Telegram

✅️ Al-Isra'a 17:81 በልም «እውነት መጣ ውሸትም ተወገደ፤ እነሆ ውሸት ተወጋጅ ነውና፡፡» And say, "Truth has come, and falsehood has departed. Indeed is falsehood, [by nature], ever bound to depart." Jedhi “Dhugaan dhufe; sobni dhabame, sobni dhabamaa ta’eera”. @Rafiqul_Islaam

Mostrar más
El país no está especificadoLa categoría no está especificada
3 439
Suscriptores
+124 horas
+347 días
+35530 días
Archivo de publicaciones
Ragaalee Yasuus Ergamaa Ta'uu
Ragaalee Macaafa Qulqulluu: 1] Wangeela Yohaanis 8:42 Yesus deebise: "...Anoo Waaqayyo keessaa ba'ee, dhufee as jira; isatu ana erge malee, ani ofiin hin dhufne." 2] Wangeela Yohaanis 8:40 "Ani dhugicha isa Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera, isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu." 3[ Wangeela Yohaanis 12:49 "Abbicha isuma na ergetu ofii isaatii waanan dubbadhu na ajaje (abboome) malee, ani ofuma kootiin hin dubbanne." 4] Wangeela Yohaanis 14:24 "...dubbiin isin dhageessan kunis kan abbicha isa na ergeeti malee, kan koo miti." 5] Wangeela Yohaanis 14:28 "...Waanan gara Abbaa dhaquuf ni gammaddu turtan, abbaan na caala." 6] Wangeela Yohaanis 17:14-15 "Ani dubbii kee isaaniif kenneera; akkuma ani kan biyya lafaa hin ta'in isaanis kan biyya lafaa waan hin ta'iniif, biyyi lafaa isaan jibbe. Isa hamaattii akka isaan eegduuf malee, biyya lafaa keessaa akka isaan baaftuuf si hin kadhadhu." (Eenyuun kadhata? Inninuu Rabbii miti ree maaliif kadhata? Kan kadhatamuu fi kan gabbaramu Rabbuma tokkocha malee Yasuusii miti). 7] Wangeela Yohaanis 20:17 Yasuus immoo: "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara Abbaatti ol hin bane; gara Abbaa kootii fi Abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessaniitti ol nan ba'a jedhii isaaniitti himi!" jedhe. 8] Wangeela Yohaanis 17:21 "...Biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf kadhachuu kooti." 9] Wangeela Yohaanis 5:19 Yasus itti fufee: "Dhuguman isinitti hima, ilmi ofuma isaatiin homaa gochuu hin danda'u, isa abbaan isaa hojjetu ilaalee malee." 10] Wangeela Yohaanis 5:30-32 "Yasus itti dabalee, 'Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada, firdiin ani faradus qajeelaadha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee, ofii kootiif nan raga yoo ta'e ragaan koo dhugaa miti.'" 11] Wangeela Yohaanis 5:36 "...hojiin abbaan koo akkan raawwadhuuf dabarsee anatti kenne baay'eedha, hojiin ani hojjedhu kunis abbaan akka ana erge dhugaa anaaf ni ba'a." 12] Wangeela Yohaanis 6:29 Yasuus deebise: "Hojiin Waaqayyo inni hojjatu kun, isa inni ergetti akka amantaniif jedheen." 13] Wangeela Yohaanis 7:28-30 Yasuus sagalee isaa ol fudhatee: "Dhuguma ana beektu, nama eessaa akkan ta'es ni beektu, ofiin hin dhufne, inni ana erge jira, inni amanamaadha, isin immoo isa hin beektan. Ani garuu isa biraanan dhufe, isatus na erge." 14] Wangeela Maatiwoos 7:21-22 Yasuus: "Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa nama hojjatetu mootummaa waaqaatti gala malee, namni 'Yaa gooftaa, yaa gooftaa' naan jedhu hundi itti hin galu." 15] Wangeela Maatiwoos 4:7 Yasuus garuu: "Waaqayyoo kee goofticha garmalee hin qormaatini kan jedhus immoo caafameera, ittiin jedhe." 16] Wangeela Maatiwoos 4:10 Yommus yasuusi immoo: "Seexana nana, argaa koo duraa deemii! Waaqayyoo kee gooftichaaf jilbeenfattee sagadi, isa qofaa waaqeffadhu kan jedhu caafameera jedheen." 17] Wangeela Maatiwoos 5:45 "Ani garuu isinittan hima, diinota keessan jaalladhaa, warra isin ari'ataniifis kadhadhaa, kana yoo gootan ijoollee abbaa keessanii isa waaqaa irraa ni taatu." 18] Wangeela Maatiwoos 5:48 "Egaa abbaan keessan inni waaqa irraa mudaa malee akkuma ta'e, isinis warra mudaa hin qabne ta'aa." 19] Wangeela Maatiwoos 11:25 Yasuus yeroo sanatti: "Yaa Abbaa, Gooftaa waaqaatii fi lafaa! Isa kana warra ogeessotaaf hubattoota jalaa dhoksitee, daa'immaniif waan mul'ifteef sin galateeffadha." 20] Wangeela Yohaanis 11:41 "...Yasuus ol ilaalee: 'Yaa Abbaa! Anaaf dhaga'uu keetiif sin galateeffadha,' jedhe." 21] Wangeela Maatiwoos 14:23 "Tuuta sana erga gad dhiisee booddees, kophaa isaatti kadhachuudhaaf gara gaaraatti ol ba'e..." 22] Wangeela Maatiwoos 24:36 Yasuus itti dabalee: "Guyyicha sanaaf yeroo sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa, ilmis ta'u namni tokko kana hin beekan." 23] Wangeela Maarqoos 11:22 Yasuus immoo deebisee: "Waaqayyotti amanaa."
24 sep, 14:52

🍿 Marii Amantii jidduu muslimaa fi kiristaanaatti Jidduu Ustaaz Ibroo fi paastar tibbeessoo Debate 🔗 https://www.youtube.com/watch?v=eiQzjaW2sX0 📺 480p ​​🤍 @allsaverbot
23 sep, 22:14

🍿 Marii Amantii jidduu muslimaa fi kiristaanaatti Jidduu Ustaaz Ibroo fi paastar tibbeessoo Debate 🔗 https://www.youtube.com/watch?v=eiQzjaW2sX0 📺 480p ​​🤍 @allsaverbot
23 sep, 09:05
23 sep, ~09:05

🍿 Marii Amantii jidduu muslimaa fi kiristaanaatti Jidduu Ustaaz Ibroo fi paastar tibbeessoo Debate ⏳ Downloading... Nu eegga
🍿 Marii Amantii jidduu muslimaa fi kiristaanaatti Jidduu Ustaaz Ibroo fi paastar tibbeessoo Debate ⏳ Downloading... Nu eeggadhaa!!!
23 sep, 08:52

KITAABA "ISLAAMUMMAAN WAL-BARI" JEDHU Kitaabolee garaa garaa argachuuf liinkii kana cuqaasaa. @Rafiiqul_Islaam_Library
20 sep, 11:56

👋Αѕѕαℓααм αℓєєукυм ωαяαнмαтυℓℓααнι ωαвαяαкααтυнυυ... 𝑩𝒂𝒈𝒂 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅𝒅𝒂𝒏! 𝑵𝒂𝒎𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒌𝒊𝒕𝒂𝒂𝒃𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒂𝒏, 𝒍𝒊𝒊𝒏𝒌𝒊𝒊 𝒂𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒅𝒊𝒊 𝒕𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒂𝒂 𝒅𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒂𝒂; 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒎𝒂𝒂! 🌟📚 https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0
19 sep, 12:55

𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐦𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚!
𝑨𝒇𝒇𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑼𝒔𝒕𝒂𝒂𝒛 𝑹𝒂𝒂𝒚𝒚𝒂𝒂 𝑨/𝑴𝒂𝒄𝒄𝒂𝒂 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒂𝒏 𝑯𝒖𝒃𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂: 𝑾𝒂𝒂𝒎𝒊𝒄𝒉𝒊 𝒏𝒖𝒕𝒊 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒓𝒖, 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒈𝒂𝒃𝒃𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝑾𝒂𝒂𝒒𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒌𝒐𝒕𝒕𝒂𝒂; 𝒂𝒎𝒂𝒏𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒒𝒐𝒇𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂. 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖, 𝒏𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒎𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒂𝒏 𝑰𝒏𝒃𝒐𝒙 & 𝑪𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖 𝒏𝒊 𝒅𝒂𝒏𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖!
18 sep, 14:31

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮 Gaaffii Yeroo Hedduu Kiristaanonni Kaasan Keessaa Gaaffii Kanaa #Rabbiin_Quraana_Keessatti_Nuti_Jedhee Fayyadame Jechuun Sillaaseetti Fakkeeffatuu Kanaafuu Deebiì Keessan Ilaallachuuf #Instant_View Kan Jedhu Tuquudhaan Dubbifadhaa. Hitiyoota Keessaniif Share Gochuudhaan Wolin Gahaa Jzk. 🥰🥰🥰 Rabbiin Qur'aana Irratti Maaliif "Nuti" Jedhee Dubbata? – Telegraph https://telegra.ph/Rabbiin-Quraana-Irratti-Maaliif-Nuti-Jedhee-Dubbata-04-13-2
17 sep, 14:52

𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚�
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+LjQDHUqKPAYzYjE0 https://t.me/+_F8t5ldqfDxlZDY0 ╔══❖•ೋ° 🌸 °ೋ•❖══╗ 𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚𝐚 ╚══❖•ೋ° 🌸 °ೋ•❖══╝
13 sep, 11:15
15 sep, ~05:09

📖 𝐖𝐀𝐍𝐆𝐄𝐄𝐋𝐀 𝐌𝐀𝐀𝐓𝐄𝐖𝐎𝐒 𝐊𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐓𝐓𝐈 "𝐈𝐋𝐌𝐀 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀" (𝐀𝐋 𝟑0) 📖
KUTAA 2FFAA 1️⃣5️⃣ Wangeela Maatiwoos 17:22 "Bartoonni Galiilaatti Yesuus biratti walitti qabamnaan Yesuus, 'Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee ni kennama' jedheen." 1️⃣6️⃣ Wangeela Maatiwoos 18:11 "[Ilmi namaas isa bade oolchuuf dhufe.]" 1️⃣7️⃣ Wangeela Maatiwoos 19:28 "Yesuus immoo, 'Ani dhuguman isinitti hima, biyya lafaa ishee haaraatti Ilmi namaa ulfina isaatiin teessoo irra yommuu taa'u, isin warri na duukaa buutan immoo, teessota kudha lamaan irra teessanii, gosa Israa'el kudha lamaan keessatti firdii ni kennitu' jedhe." 1️⃣8️⃣ Wangeela Maatiwoos 20:18 "Kunoo, nuyi gara Yerusaalemitti ol ba'uu keenya; Ilmi namaa immoo luboota warra angafootaatti barsiisota seeraattis dabarfamee ni kennama. Isaanis yakka du'aa itti ni muru." 1️⃣9️⃣ Wangeela Maatiwoos 20:28 "Ilmi namaas akkasuma hojjechiifachuudhaaf hin dhufne, namootaaf hojjechuu fi lubbuu isaa furii namoota baay'eedhaaf kennuuf dhufe malee' jedhe." 2️⃣0️⃣ Wangeela Maatiwoos 24:27 "Akka bakakkaan ba'a-biiftuutti bu'u hamma lixa-biiftuutti ibsu, dhufni Ilma namaas akkasuma ni ta'a." 2️⃣1️⃣ Wangeela Maatiwoos 24:30 "Yommus milikiinni Ilma namaa waaqa keessatti ni mul'ata; yeroo sanatti sabni biyya lafaa hundinuu boo'uuf jiru; Ilmi namaa immoo duumessoota waaqaa irra humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu isaa arguuf jiru." 2️⃣2️⃣ Wangeela Maatiwoos 24:36 "Yesuus itti dabalee, 'Guyyicha sanaa fi yericha sana garuu Abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa, Ilmis, namni tokko illees kana hin beekan' jedhe." 2️⃣3️⃣ Wangeela Maatiwoos 24:37 "Bara Nooh akkuma ture, dhufni Ilma namaas akkasuma ni ta'a." 2️⃣4️⃣ Wangeela Maatiwoos 24:39 "Isaan hamma gaafa bishaan badiisaa dhufee hunduma isaanii haree sokketti, utuu hin beekin akka turan, bara dhufa Ilma namaattis akkasuma ni ta'a." 2️⃣5️⃣ Wangeela Maatiwoos 24:44 "Kanaaf isinis immoo qophaa'oo ta'aa! Ilmi namaa yeroo isin quba hin qabaatinitti ni dhufa' jedhe." 2️⃣6️⃣ Wangeela Maatiwoos 25:31 "Yesuus ammoo, 'Ilmi namaa ulfina isaatiin, ergamoonni Waaqayyoos hundinuu isaa wajjin ni dhufu; yommus inni teessoo ulfina isaatii irra ni taa'a' jedhe." 2️⃣7️⃣ Wangeela Maatiwoos 26:2 "Guyyaa lama booddee ayyaanni Faasiikaa akka dhufu isin ni beektu, Ilmi namaa immoo fannifamuudhaaf dabarfamee kennamuuf jira' jedhe." 2️⃣8️⃣ Wangeela Maatiwoos 26:24 "Ilmi namaa illee akkuma waa'ee isaaf caafametti du'uuf ni dhaqa; garuu namicha Ilmi namaa harka isaatiin dabarfamee kennamu sanaaf wayyoo! Namichi sun utuu hin dhalanne ta'ee ni wayyaaf ture' jedhe." 2️⃣9️⃣ Wangeela Maatiwoos 26:45 "Ergasii gara bartootaa dhufee, 'Amma iyyuu raftanii boqochuutti jirtuu? Kunoo, yerichi jala ga'eera, Ilmi namaa immoo harka cubbamootaatti kennamuu isaa ti' jedhe." 3️⃣0️⃣ Wangeela Maatiwoos 26:64 "Yesuus immoo deebisee, 'Atumtuu jette kaa; garuu Ilmi namaa ammaa jalqabee mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan hima' jedheen." #ITTI_FUFAA... @Rafiiqul_Islaam
06 sep, 15:53

🔥 YESUUS NAGAA FIDUUF DHUFEMOO LOLAAF DHUFE? 🔥
(Kakuu Haarawaa Keessaa Ragaalee 3) 1️⃣ Maatewos 10:34–36 ³⁴ "Yesus ammoo, 'Biyya lafaa irratti nagaa fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne. ³⁵ Ani nama tokko abbaa isaa wajjin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilmaa amaatii ishee wajjin walitti naquudhaaf dhufeera. ³⁶ Diinni nama tokkoos warra mana isaa keessaa in ta'u.'" ● Qabxii: Qabxiin kun Yesuus lafa irratti nagaa fiduuf osoo hin taane goraadee fi walitti bu'iinsa fiduuf akka dhufe dhiheessa. Waaqni goraadeedhaan dhufaa? 😁 2️⃣ Luqaas 12:49–51 ⁴⁹ "Yesus, 'Ani ibidda lafa irra buusuudhaafan dhufe; ibiddichi utuu kanaan dura bobeeffameera ta'ee attamnan hawwan ture. ⁵⁰ Cuuphaan ani cuuphamuun ta'u tokko jira, hamma inni raawwatamuttis attaman dhiphadha laata! ⁵¹ Biyya lafaa irratti nagaa buusuudhaaf waanan dhufe isinitti fakkaataa? Waawuu, caalaatti wal diduu malee.'" ● Qabxii: As irratti ergaan isaa lafa irratti ibidda fi addaan qoodiinsa maatii fi uummata ajajuu dhiheessa. Waaqni toliinsaafii badiinsatti ajajaa? 😁😁 3️⃣ Luqaas 22:36 "Inni immoo deebisee, 'Amma garuu, horii, qalqalloos kan qabu haa fudhatu; namni waa hin qabne immoo wayyaa isaa gurguree billaa haa bitatu!'" ● Qabxii: Luqaas keessatti duuka bu'oota isaatiin uffata gurgurtanii goraadee akka bitatan ajajuu isaa agarsiisa.
👇 Hirmaannaa Keetiif:
❤️ Like | 💬 Comment | ✈️ Share
31 ago, 02:15

30 ago, 14:36
30 ago, ~14:48

30 ago, 14:36
30 ago, ~14:36

𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚, 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧, "𝐀𝐧𝐚𝐭𝐮 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐝𝐡𝐞," 𝐍𝐮𝐮𝐧 𝐉𝐞𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐧𝐚; 𝐈𝐬𝐢𝐧 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐚𝐧 𝐒𝐚𝐧𝐚, "𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐭𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐞?" 𝐉𝐞𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮𝐮? 𝑫𝒆𝒆𝒃𝒊𝒊 𝒚𝒐𝒐 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝒓𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒉𝒊𝒉𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂! 𝐘𝐨𝐨 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐈𝐦𝐦𝐨𝐨, 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 (𝐒.𝐖) 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐞, 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚, 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚! @Rafiiqul_Islaam @Rafiiqul_Islaam
30 ago, 13:59

𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 Deemaa Like Naaf godhaa na injifachiisaa!! Mee Komentii koo kana LIKE (❤️) naaf godhaa! MashaAllaah! Barattoota keenya qaraasisaa dhaloota boruu ijaaruun boonsaadha! Mee obboloota koo, akka ani badhaasa Data Intarneetii Ji'a 1 sana mo'adhuuf komentii koo kana LIKE (❤️) naaf gochuudhaan na gargaaraa. Oolmaa keessaniif Allaahn barakaa isiniif haa godhuu! https://www.facebook.com/share/1BXmqdbWys/
29 ago, 03:39

Kunoo barreeffama kee sirnaan qindaa'ee, font style bareedaa, emoji, fi qulqullina dubbisaatiin kan qophaa'e. Copy godhuudhaan fayyadamuu dandeessa: —————————— 📖 𝐖𝐀𝐍𝐆𝐄𝐄𝐋𝐀 𝐌𝐀𝐀𝐓𝐄𝐖𝐎𝐒 𝐊𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐓𝐓𝐈 "𝐈𝐋𝐌𝐀 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀" (𝐀𝐋 𝟑𝟏) 📖 —————————— 1️⃣ Wangeela Maatewos 8:20
"Yesuusis: 'Jeeldiiwwan boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu; Ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu' jedheen."
2️⃣ Wangeela Maatewos 9:6
"Garuu Ilmi namaa lafa irratti dhiifamuu cubbuu kennuudhaaf aboo akka qabu beekaa!' isaaniin jedhe. Isa dhagni isaa gar tokko du'een immoo, 'Ka'iitii siree kee fudhadhuu mana keetti gali!' jedhe."
3️⃣ Wangeela Maatewos 10:23
"Mandara tokko keessaa yoo isin ari'atan, gara isa kaaniitti baqadhaa! Dhuguman isinitti hima, Ilmi namaa hamma dhufutti mandaroota Israa'el hundumaa waliin hin geessan."
4️⃣ Wangeela Maatewos 11:19
"Ilmi namaa yommuu dhufe, ni nyaata, ni dhugas; isaan immoo, 'Ilaa nama albaadhessaa fi machaa'aa kana, hidhata warra qaraxxiittii fi warra akka seeraatti hin jiraannee' jedhu. Haa ta'u iyyuu malee, ogummaan Waaqayyoo ija hojii isaatiin dhugaa argate' jedhe."
5️⃣ Wangeela Maatewos 12:8
"Ilmi namaa Sanbata irratti iyyuu Gooftaa dha' isaaniin jedhe."
6️⃣ Wangeela Maatewos 12:32
"Eenyu illee Ilma namaatiin mormee waa isa irratti yoo dubbate, dhiifama ni argata; eenyu illee Hafuura Qulqulluudhaan mormee isa irratti yoo dubbate garuu, bara kanattis bara dhufuttis dhiifama hin argatu' isaaniin jedhe."
7️⃣ Wangeela Maatewos 12:40
"Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddichaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ture, Ilmi namaas akkasuma guyyaa sadii fi halkan sadii garaa lafaa keessa turuuf jira."
8️⃣ Wangeela Maatewos 13:37
"Yesuus immoo deebisee, 'Inni sanyii gaarii facaasu Ilma namaati;' jedhe."
9️⃣ Wangeela Maatewos 13:41
"Ilmi namaa ergamoota isaa ni erga; isaanis karaa Waaqayyoo irraa waan nama gufachiisu hundumaa, warra hamaa hojjetan hundumaas mootummaa isaa keessaa walitti ni qabu."
🔟 Wangeela Maatewos 16:13
"Yesuus gara naanna'aa mandara Qiisaariyaa Filiphos yommuu dhaqe, 'Namoonni Ilma namaatiin eenyu jedhu?' jedhee bartoota isaa gaafate."
1️⃣1️⃣ Wangeela Maatewos 16:27
"Ilmi namaa ulfina Abbaa isaatiin ergamoota isaa wajjin dhufuuf jira; yommus adduma addaan akka hojii isaatiitti gatii isaa ni kennaaf."
1️⃣2️⃣ Wangeela Maatewos 16:28
"Dhuguman isiniin jedha, namoota as dhaabbatanii jiran keessaa, kaan utuu hin du'in, Ilmi namaa mootummaa isaatiin dhufuu isaa arguuf jiru' jedhe."
1️⃣3️⃣ Wangeela Maatewos 17:9
"Isaan gaaricha irraa utuu gad bu'uutti jiranii Yesuus, 'Ilmi namaa du'ee warra du'an keessaa hamma kaafamutti, mul'ata argitan kana nama tokkotti iyyuu hin himinaa!' jedhee bartoota isaa abboome."
1️⃣4️⃣ Wangeela Maatewos 17:12
"Ani garuu Eliyaas kanumaan dura iyyuu akka dhufe isinittan hima; namoonni waanuma jaallatan isa irratti hojjetan malee isa hin hubanne; Ilmi namaas immoo akkasuma harka isaaniitiin dhiphachuuf jira' isaaniin jedhe."
1️⃣5️⃣ Wangeela Maatewos 17:22
"Bartoonni Galiilaatti Yesuus biratti walitti qabamnaan Yesuus, 'Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee ni kennama' jedheen."
27 ago, 14:25

YÈSUUS KIRISTOOS NAMA TA'UU
" Yesus immoo, "Waangonni boolla qabu, simbirroonnis mann'ee qabu, ilmi namaa garuu lafa mataa isaa itti hirkifatu hin qabu" jedheen." (Mat 8: 20) " Garuu ilmi namaa lafa irratti dhiifamuu cubbuu kennuudhaaf aboo akka qabu beekaa!" isaaniin jedhe. Isa dhagni isaa gar tokko du'een immoo, "Ka'iitii siree kee fudhadhuu mana keetti gali!" jedhe. " (Mat 9: 6) " Isaan gaaricha irraa utuu gad bu`uutti jiranii Yesus, "Ilmi namaa du'ee warra du'an keessaa hamma kaafamutti, mul'ata argitan kana nama tokkotti iyyuu hin himinaa!" jedhee bartoota isaa abboome." (Mat 17: 9) " Bartoonni Galiilaatti Yesus biratti walitti qabamnaan Yesus, "Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee in kennama." (Mat 17: 22) " Yesus immoo, "Ani dhuguman isinitti hima, biyya lafaa ishee haaraatti ilmi namaa ulfina isaatiin teessoo irra yommuu taa'u, isin warri na duukaa buutan immoo, teessota kudha lamaan irra teessanii, gosa lsraa'el kudha lamaan keessatti firdii in kennitu." (Mat 19: 28) " "Kunoo, nuyi gara Yerusaalemitti ol ba'uu keenya, ilmi namaa immoo luboota warra angafootaatti barsiisota seeraattis dabarfamee in kennama. Isaanis yakka du'aa itti in muru; " (Mat 20: 18) " Ilmi namaas akkasuma hojjechiifachuudhaaf hin dhufne, namootaaf hojjechuu fi lubbuu isaa furii namoota baay'eedhaaf kennuuf dhufe malee" jedhe." (Mat 20: 28) " Akka bakakkaan ba'a-biiftuutti bu'u hamma lixa-biiftuutti ibsu, dhufni ilma namaas akkasuma in ta'a." (Mat 24: 27) " Yommus milikkinni ilma namaa waaqa keessatti in mul'ata; yeroo sanatti sabni biyya lafaa hundinuu boo'uuf jiru; ilmi namaa immoo duumessoota waaqaa irra humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu isaa arguuf jiru. " (Mat 24: 30) " Yesus ammoo, "Ilmi namaa ulfina isaatiin, ergamoonni Waaqayyoos hundinuu isaa wajjin in dhufu; yommus inni teessoo ulfina isaatii irra in taa'a." (Mat 25: 31) " "Guyyaa lama booddee ayyaanni Faasiikaa akka dhufu isin in beektu, ilmi namaa immoo fannifamuudhaaf dabarfamee kennamuuf jira" jedhe." (Mat 26: 2) " Ilmi namaa illee akkuma waa'ee isaaf caafametti du'uuf in dhaqa; garuu namicha ilmi namaa harka isaatiin dabarfamee kennamu sanaaf wayyoo! Namichi sun utuu hin dhalanne ta'ee in wayyaaf ture" jedhe. " (Mat 26: 24) (Mat 26 ) ------------ 45 Ergasii gara bartootaa dhufee, "Amma iyyuu raftanii boqochuutti jirtuu? Kunoo, yerichi jala ga'eera, ilmi namaa immoo harka cubbamootaatti kennamuu isaa ti. 64 Yesus immoo deebisee, "Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan hima" jedheen. " Inni, "Ilmi namaa harka namootaatti dabarfamee in kennama, isaan isa in ajjeesu; inni garuu ajjeefamee guyyaa sadii booddee in ka'a" jedhee bartoota isaa barsiisaa ture. " (Mar 9: 31) " "Kunoo, gara Yerusaalemitti ol ba'uu keenya! Ilmi namaa luboota warra angafootaatti, barsiisota seeraattis dabarfamee in kennama; isaan immoo yakka du'aa itti muranii, saba Waaqayyoo warra hin ta'initti dabarsanii isa in kennu; " (Mar 10: 33) " Ilmi namaa hojjechiifachuudhaaf hin dhufne, namootaaf hojjechuu fi lubbuu isaa furii namoota baay'eetiif kennuuf dhufe malee" jedhe." (Mar 10: 45) " Ilmi namaa illee akkuma waa'ee isaaf caafametti du'uuf in dhaqa; garuu namicha ilmi namaa harka isaatiin dabarfamee kennamu sanaaf wayyoo! Namichi sun utuu hin dhalanne ta'ee in wayyaaf ture" isaaniin jedhe." (Mar 14: 21) " Yesus ergasii bartoota kudha lamaan kophaatti fudhatee, "Kunoo gara Yerusaalemitti ol ba'uu keenya, waa'ee ilma namaatiif raajotaan kan caafame hundinuus in raawwatama." (Luq 18: 31) " Itti dabalees, "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, waaqa banamaa, ergamoota Waaqayyoos ilma namaa irra utuu ol ba'anii gad bu'anii arguuf jirtu" jedheen." (Yoh 1: 51) (Yoh 3 ) ------------ 13 Ilma namaa isa waaqa irraa gad bu'e sana malee, homtinuu gara waaqaatti ol hin baane. 14 Museen lafa onaa keessatti bofa sibiila diimaa muka irratti akka ol fuudhe, ilmi namaas immoo akkasuma muka irratti ol fuudhamuun in ta'a, Join & Share @RAFIIQUL_ISLAAM
26 ago, 04:26

🎉 𝐁𝐀𝐆𝐀 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐃𝐃𝐀𝐍! 🎉 Obboleessi keenya Amir Teyib Jemal (Ifa Boru Bedele Spec. Boarding) qormaata biyyaalessaa
🎉 𝐁𝐀𝐆𝐀 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐃𝐃𝐀𝐍! 🎉 Obboleessi keenya Amir Teyib Jemal (Ifa Boru Bedele Spec. Boarding) qormaata biyyaalessaa irratti qabxii baay'ee ajaa'iba ta'e 537.59 (89.60%) galmeessuun milkaa'ina guddaa argateera! MashaAllaah! Dadhabbiin kee bu'aa gaarii siif kenneera. Rabbiin fuuldurattis milkii fi mul'ata kee guutuu siif haa godhu! 🎓✨ @Rafiiqul_Islaam
26 ago, 02:04

Macaafa Qulqulluu keessatti Yesuus Kiristoos ofii isaatiif jecha baay'isee fayyadamaa ture "Ilma Namaa" (Son of Man) jedhuudha. Kunis ifatti namummaa isaa, gabrichummaa isaa, fi ergamaa Waaqayyoo ta'uu isaa kan mirkaneessudha. 📢 𝐈𝐧𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡, 𝐪𝐚𝐛𝐱𝐢𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐦𝐚𝐱𝐱𝐚𝐧𝐬𝐢𝐧𝐚. 𝐎𝐛𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚! ✨ @Rafiiqu_Islaam
25 ago, 14:22

𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐂𝐎𝐌𝐏𝐀𝐑𝐀𝐓𝐈𝐕𝐄: 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐢 "𝐈𝐥𝐦𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚" (𝐒𝐨𝐧 𝐨𝐟 𝐌𝐚𝐧) 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐘𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐚𝐥 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐨𝐥 𝐜𝐚𝐪𝐚𝐬𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚?
Anonymous voting
24 ago, 12:50