GADAA ERA||UNIVERSITY
Ir al canal en Telegram
Here you get 🎯 Study Guidance from Top Scorers 🎯 Resource for Freshman course that supports you join department of your Interest 🎯 Information about Department That are given in Ethiopia
Mostrar másEl país no está especificadoLa categoría no está especificada
556
Suscriptores
+224 horas
+1087 días
+11030 días
Archivo de publicaciones
BARATAAN JIMMAA YUUNIVERSIITII KAN TA'E BEEKAA TASFAAYEE YEROO FRESHMAN COURSE BARACHAA TURE 4 GPA GALMEESSUUDHAAN AKKAMITTI BARATTOOTA 2003 KEESSAA 1FFAA BA'UUDHAAN AKKA XUMURE GADAA ERA IRRATTI MUUXANNOO ISAA SINIIF QOODEE JIRA.
SEENAATII ILAALAA
Hello Guys🙌
BEKA TESFAYE: 2nd year Aerospace Engineering student
Today, I am going to share some valuable tips that helped me to score good academic results during my freshman year. I hope these tips will help you succeed in your university journey as well.
1.Stay close to GOD
👉it gives you emotional strength. it helps you remain hopeful and strong when you face challenges.
2 Senior advice
👉they have more experience with university life so their advice can help you prepare for challenges, avoid common mistakes, and make better academic decisions.
3 Practice the previous years University exam
👉 Give priority for your own university previous year exam before you practice Worksheet and quizzes from another source. after you have done university exam you can continue to practice quizzes or questions from other universities
4.don't forget to do questions given as assignment and worksheet by your lecturers.
👉 During my time questions given as assaignment appeared on final exam too again.specifically physics
👉 also there was a case in which questions given on worksheet appeared on mid exam. specifically Mathematics and physics
5. Use the following reference books.
👉Hurley for logic and
👉Serway for physics.
It improves your understanding, built confidence, and prepares you for examinations.
6.Control your emotion and reduce unnecessary tension
7. Choose the right friend (if not be alone)
8. Manage your time wisely.
Specially relating with social media usage.
All this things are my advice as a general for you.if you have questions you can ask me,I am ready to help you.
“There is no success without sacrifice."
Good luck!!!!
MUUXANNOON BEEKAA HAR'A SA'AATII 3:30 IRRATTI SINIIF GADHIIFAMA.
AMMASITTI HIRIYOOTA KEESSAN AFFEERAA
✅ FRESHMAN
GREAT NEWS😊😍🔥
🟣BEKA TESFAYE WHO SCORED 4 GPA AND FINISHED BEING 1ST LAST YEAR WILL SHARE HIS EXPERIENCE FOR FRESHMAN COURSE STUDENTS TODAYS NIGHT ON GADAA ERA || UNIVERSITY CHANNEL.
🟣SO GUYS DON'T MISS IT, INVITE YOUR FRIENDS TOO
YOU CAN ASK HIM ANY QUESTION YOU HAVE ON COMMENT SECTION👇
🔶IF YOU BELIEVE EXPERIENCE IS BETTER THAN ENDLESS MATERIALS FOLLOW OUR GUIDANCE
🔶 IF YOU BELIEVE ENDLESS MATERIALS IS BETTER THAN EXPERIENCE CHASE ANOTHER WAY.
IT IS A MATTER OF CHOICE.
Join👇
https://t.me/Gadaa_campus
✅ FRESHMAN
DO YOU KNOW THIS?
ABOVE FILE CONSISTS GPA RESULT OF PREVIOUS YEAR(2018) FRESH MAN COURSE STUDENTS
📌ONLY FOR NATURAL SCIENCE
🟣THERE WAS 2003 STUDENTS IN TOTAL
🟣 FROM THIS ONLY 37 STUDENTS SCORED ABOVE 3.8 GPA
🟣 ONLY 3 STUDENTS WAS ABLE TO SCORE 4 GPA🥶
THOSE STUDENTS ARE:
1.BEKA TESFAYE •••••••4 GPA🔥
==> 2nd year student in Aerospace Engineering
2. BILISE BIRHANU•••••4 GPA🔥
==> 2nd year student in Medicine
3.FOZIA ANWAR••••••••4 GPA🔥
==>2nd year student in Medicine
NOW I HOPE EVERYONE UNDERSTANDS STATUS OF JIMMA UNIVERSITY EXAM
SHARE WITH YOUR FRIENDS
BARATTOOTA GADAA TUTORIAL'F GORSA KANA TOBEE 1 DURA STUDY GUIDANCE PRIVATE GROUP IRRATTI SINIIF ERGEEN WAANAN TUREEF BAAYYEEN KEESSAN HOJIIRRA OOLCHITANIITTU JEDHEEN YAADA.WARRI REEFUU DUBBISAA JIRTANIMMOO YEROON IRRA HIN DABARRE YOO TA'EEF HOJIIRRA OOLCHUUDHAAF YAALA😏.........
AKKUMAN KANA DURA IRRA DEDDEEBI'EE SINITTI HIMAA TURE
🟢MUUXANNOON MATERIALA HEDDUURRA CAALA JETTANII AMANTU TAANAAN NU HORDOFAA
🟢MATERIALA HEDDUU DUBBISUUN MUUXANNOO IRRA NI CAALA JETTANII AMANTU TAANAAN KARAA BIRAA FAYYADAMUU DANDEESSU(CHAANAALII FI MOBILE APPLICATIN HEDDUUTU JIRA)
♦️KANA KANIN JEDHEEF BARATTOONNI BAAYYEEN SA'AATII HEDDUUF DUBBISUU FI MATEERIALA BAAYYEE DUBBISUUN QABXII BAREEDA AKKA NAMNI GALMEESSUUF NAMA GARGAARA JEDHANII WAAN YAADANIIFIDHA.......ITTI FAYYADAMASAA HIN BEEKNE TAANAAN HOMAA HIN FAYYADU
TUTORIAL KANA KAN SINIIF KENNAA JIRAN BARATTOOTA KUMAATAMAAN LAKKAA'AMAN KEESSAA WARRA TOP 20 KEESSA GALUUDHAAN XUMURANIDHA,NAMA 2 GPA'N EEBBIFAMEE BA'EE CHAANAALII BANUUDHAAN WAAN ARGE SINIIF GADHIISU MITI....EESSATTIYYUU ARGACHUU KAN HIN DANDEENYE NU BIRATTI KAN ARGATTAN TOOFTAA QABXIIN YUUNIVERSIITII KEESSATTI ITTIIN HOJJETAMUU FI MUUXANNOO KEENYADHA.
STUDY GUIDANCE PRIVATE GROUP GUYYA GUYYAADHAAN UPDATE GOCHUU HIN DAGATINAAN DHAAMSA KEENYA
GADAAN GADAA MILKAA'INAATI🥰
Kan itti fufe.....
Mee waa'ee koo sinitti haa himu😊
anis bara tokko akkuma keessan kana barataa Freshman course'n ture
🟣Ani qabxii 3.87 CGPA galmeessuudhaanin xumure , sababni isaas tooftaa kanatti fayyadamuun dafee garee assaigment bareeda barattoota qaxalee irraa uummadhee waanan tureef Yerooko baayyee Mid fi Faayinaaliidhaaf qophaa'uudhaanin dabarse(Hundinuu wal qixa hirmaannaa taasisna)
🟣 Barattoonni baay'een garuu dandeettii ana caalaa osoo qabanii 3.5 ol galmeessuun itti ulfaatee ture.sababni isaas garee assaigment barattoota qaxalee of keessatti hin hammanne waan qabaniif yeroon isaani assaigment hojjechuudhaan jalaa gubate.akkasumas Mid fi Faayinaaliidhaaf qophaa'uudhaaf yeroo ga'aa hin arganne. Warri kaan immoo ijoolleen garee isaanii assaigment sana seeraan waan hin hojjenneef barsiisaan qabxii irraa kutee baay'ee isaan miidhe.
Argitanii.....kanaafan yeroo hunda yuuniversiitii keessatti dandeettii qofti homaa hin fayyadu siniin jedha....... yeroo ga'aa argattee hin dubbistu taanaan maal si fayyada🤷
🟣 Gorsa koo kana hojiirra oolchinaan ati warra qabxii bareedaa galmeessan keessaa tokko.yeroo argattee dubbisnaan qabxii inuma fidda
Tarii barsiisaan yookiin monitoriin garee assaigment ofiikoon siniif uuma yoo jedhe "lakki hin ta'u isa ofii keenyaa uummannu nuuf wayya" jedhii falmi.....anis barakoo sana akkasuman godhe
Yoo didanii barsiisonni ofii isaaniiti uuman garuu carraankee garee gaarii akka si galchuuf Rabbiin kadhadhu.
Dafiiti kana hojiirra oolchi, Ijoolleen qaxaleen osoo si jalaa hin qabamin...... Barfattee jennaan booda garee bareedaa mitiiti garee Assaigmentiiyyu dhabuu dandeessa.
QABXII BAREEDA GALMEESSUUN DANDEETTIIDHAANI❌
QABXII BAREEDA GALMEESSUUN TOOFTAADHAANI✅
GADAAN GADAA MILKAA'INAATI🥰
DAFAATI KANA HOJIIRRA OOLCHAA
Course'n Tokko 100%rraati kan xumuramu.innis haala kanaanidha
50%===> final exam
30% ===> Mid exam
20%===Assaignment
Kun Hundumaaf miti ,90% kan ta'u bifa kanaan xumurama
Akkuma Highschool sana assaigmentiin yeroo baay'ee group dhaan hojjetama, garuu yeroo hunda miti Individual assignmentiin illee ni jira.
Haalli Group assaignment kana fakkaata👇
🟣 Gareen tokko class tokko tokko keessatti barataa 7 of keessaa qaba
🟣 Garee assaigment ittiin hojjettan section tokko tokko keessatti barsiisaatu yookiin Registraalatu siniif uuma
🟣 section tokko tokko keessatti immoo barattootatu ofii isaaniiti akka walitti dhiyeenya isaaniitti uummata.gareen Assaigment harki caalu(90%) karaa kana uumama sababni isaas barsiisonni baay'ee dhimma ittii hin qabani
Kanaafiyyuu maal gochuu qabduree?
1.dafaati class keessan keessaa barattoota qaxalee ta'an adda baasa.
Akkamiin?
Beekuun ni rakkisa garuu isin haala kanaan adda baafachuu dandeessu
✔️ warra barsiisaa waan isaaniif hin galle gaafatan
✔️ barattoota yeroo isaanii dubbisarratti dabarsan
✔️warra barsiisaan yeroo gaaffii gaafatu deebisan
✔️ barataa tokko tokkommoo muudiidhaan itti siqaati entrance irratti qabxii meeqa akka inni fide akkasumas Highschool tti qabxii bareedaa galmeessaa ture yoo ta'efa gaafadhaa.background bareeda qaba taanaan barataan sun qaxaleedha
2. Barattoota akkasii "Yoo group assaignment tokko waliin uummanne maal sitti fakkaata?" jedhaati gaafadhaa.
3. Yoo barataan sun eeyyamama ta'e garee assaigment keessanitti dabaladhaa.sinii wajjiin barataan torba gahaadha.
🟣Garee Assaigment barattoota qaxalee irraa uumame qabaachuuun maal nama fayyada?
✓ barattootni akkasii actively hirmaanna taasisu,baayye nama dhiba yeroo tokko tokko osoo sin hin beekin Assaigment hojjedhee xumureera barataa siniin jedhufaa argitu😁
✓barattootni akkasii of eeggannoodhaan assaigment hojjettu waan ta'eef barsiisaan qabxii bareedaa siniif kennuu danda'a
✓ barattootni kun walqixxee hirmaannaa taasisu waan ta'eef sa'aatii Assaigmentii hojjechuudhaan sin jalaa gubatu sinirraa hir'isa.kun immoo Mid fi Faayinaaliidhaaf dubbistanii qabxii bareeda akka galmeessitaniif sin gargaara
✓ nama dhimma barumsaa hin qabne,kan yeroo isaa social media irratti balleessu group keessanitti hin dabalinaa..... hiriyoota keessaniyyuu maaf hin ta'in....... tarii isaan ilmaan sooressaa waan ta'aniif waan abdatan qabu....ati garuu......kaayyoo keef gara jabeessa ta'uu qabda(gorsa hin taane na gorsite hin jedhin malee😁,amalumakooti)
🟣Garee Assaigment gaarii qabaachuu dhiisuun maal nama miidha?
✓ Barattoonni sun dhimma barumsaa hin qaban taanaan assaigmentiin isinirra tuulama(assaignment 5-7). Kun immoo mid fi Faayinaaliidhaaf akka isin yeroo dubbisaa hin qabaanne sin taasisuudhaan qabxii keessan gadi buusa.
✓ Humnaan barataa sanatti assaigment akka hojjetuuf yoo itti laattan immoo narraa haa ba'u hojjeta waan ta'eef barsiisaan qabxii bareedaa siniif laachuu dhiisuu mala.fakkeenyaaf barsiisaan tokko 13/20 siniif kennuu danda'a.
KANA BEEKTAA?
BOODA AKKA HIN GAABBINETTI DUBBISI‼️‼️(DAQIIQAA 3 QOFA)
🟢 Yuuniversiitii baayyeen Mid Exam qoramuu keessaniin dura yeroo bal'aa kennu
🟢Garuu Gap'n Mid exam fi Final exam gidduu jiru baayyee xiqqoodha(torbee 3,yoo baayyate ji'a 1)
🟢 Keessumaammo baay'ee nama dhiba barsiisonni yuunivarsiitii akka ati qabxii bareeda galmeessitu hin barbaadan natti fakkaata....... baayyeen isaanii Gap mid exam fi Final exam kana gidduu jiruuttidha Individual assaignment fi Group assaignment kan isaan kennan😁...kanaaf mitiire "barsiisota yuuniversiitiimo?" jedhanii barattoonni kan isaan balaaleffataniif😂🙈.......isayyu barsiisaa tokko qofa osoo ta'eeho😁..... barsiisota hunda isaanii jechuu dandeessu.......
nama kiyya
🔷Torbee sadan kana keessatti Final examidhaaf dubbistamoo assaignment hojjetta?
📌 namni kun nu sobaa jira jettu yoo ta'e barataa senior itti dhiyaadhaati gaafadhaa🤷♂️
anis egaa baran akka keessan barataa freshman course ture sana dursee waan kana waanan dhaga'eef tooftaa ittiin waan kana manage gochuu qabu itti yaaduu kanan eegale.....
Tooftaa ani fayyadame isa kana ,itti dhiyaadha
✅ FRESHMAN
YOOYYAA🙌
🟣Barattoonni Baayyeen carraa bilisaa sa'aatii 24'f GADAA TUTORIAL akka fayyadamtiniif siniif kennametti gargaaramuun tajaajila nuti kenninu akka jaallattan nuuf ibsitanii jirtu
🟣 Haaluma kanaanis kaffaltii raawwachuun baayyeen galmaa'anii jiru
🟣Haa ta'u iyyuu malee warreen kaffalanii fi hin kaffalin adda baasuun yeroo nu jalaa fudhachaa waan jiruuf akkasumas hojii keenya guyyaa guyyaa irratti dhiibbaa mataa isaa qabaachaa waan jiruuf yeroof tajaajila bilisaa sa'aatii 24'f ture dhaabuu keenya gamanumaan siniif ibsuu jaallannaa.
🟣Tajaajilli bilisaa sa'aatii 24'f ture haa dhaabbatuyyuu malee Main channel keenya irratti sample isaa siniif ergaa kan deemnu yoo ta'u warri ammayyuu hin galmaa'in jirtan sample sana ilaaluudhaan galmooftanii nu wajjin itti fufuu ni dandeessu
GADAAN GADAA MILKAA'INAATI🥰
✅ FRESHMAN
GADAA TUTORIAL maaltu adda taasisa?
📌Nuun waan 3 tu adda nu taasisa ==> Eessumattuu argachuu kan hin dandeenye
1ffaa
🟣 GADAA TUTORIAL private group'tti dabalaataan STUDY GUIDANCE private group kan jedhamu qabna(GADAA TUTORIAL'F galmooftanii jennaan kaffaltii dabalataa private group sanaaf kaffaluun isin irraa hin eegamu)
🟣 STUDY GUIDANCE private group irratti MUUXANNOO KOO fi TOOFTAA DUBBISAA dur yeroon freshman course barachaa ture akkan qabxii guddaa galmeessuuf na gargaare guyyaa guyyaadhan kanin siniif qoodaa deemuu ni ta'a(3.87 GPA).
📌Note akkami dubbisuun qaba?
📌 Kitaaba dabalataa(reference book) kam yoon dubbise qabxii gaarii galmeessa?
📌Guyyaatti sa'aatii meeqaafan dubbisuu qaba?
Gaaffii akkasii qabdu taanaan yaaddoo tokko hin qabaatin,kam akka sin fayyadu,kam akka sin hin fayyadne siniifan qooda
2ffaa
🟣 Qormaata yuniversitii baroota darban deebii isaanii waliin hojjennee siniif erguu qofarratti xiyyeeffanna.............
quiz dabalataa nuti siniif qopheessinu hin jiru
maaliif?
👉Barataa baroota darban keessa yeroo fresh man course baratu qabxii guddaa galmeesse yoo beektu ta'e itti siqaatii "QUIZ'N SI FAYYADEERA?" jedhaatii gaafadhaa.
📌 yoo barataan sun QUIZ osoo hin taane QORMAATA YUUNIVERSIITII BAROOTA DARBANII hojjechuu kootu na fayyaade siniin jedhe ani gaafas sirriidha
📌yoo barataan sun QORMAATA YUUNIVERSIITII BAROOTA DARBANII hojjechuu osoo hin taane QUIZ tu na fayyaade siniin jedhe gaafas anatu sobe jechuu dha
👉kanaaf egaa nutis qormaata yuniversitii baroota darbanii irratti kan xiyyeeffannu
👉maal akka isin fayyaduu fi maal akka sin hin fayyadne sirriitti beekna
3ffaa
🟣worksheet barsiisotni keessan isiniif kennan nuuf ergaa kan deemtan yoo ta'u , nuti immoo deebii isaa fi ibsa isaa waliin private group irratti deebisnee kan isiniif erginu ni ta'a.
HARD STUDY ❌
SMART STUDY ✅
Share share share🙏
GADAAN GADAA MILKAA'INAATI🥰
ODUU GAMMACHIISA
Barattoota bara 2019 freshman course barattaniif.....☺️
Qabxii isin turtii yuuniversiitii waggaa 1ffaa irratti galmeessitan, departmeent isin gara fuulduraatti barattaniifis ta'e jireenya isin gara fuulduraatti jiraattaniif murteessituudha.
Barattoota yuuniversiitiitti ramadaman keessa department barbaadan seenani kan baratan 30% hin caalani; barattoonni 70% ta'an garuu sababii qabxiidhaan caalamaniif yeroo isaan department hin barbaanne fedhii isaanii malee itti baratan arguun barataamaadha.
Kana furuuf GADAA TUTORIAL Tajaajila Afaan Oromootiin isiniif kennuuf qophii xumureera.
Turtii waggaa 1ffaa keessan irratti isin tumsuuf galmeen GADAA TUTORIAL kan barattoota freshmanif kennamu eegaluu isaa gamanumaan isiniif ibsuu jaallanna.
TUTORIAL kana irratti maal qabannee jirra?
🎯 Note afaan engiliffaa fi afaan oromootiin qophaa'e akka isin course sana hubattaniif isiniif qophesineera.
🎯 Qormaata miidii fi faayinaali kan baroota darbanii deebii isaa fi ibsa ga'aa waliin
🎯 Tooftaa dubbisaa akka isin qabxii bareedaa galmeessitaniif isin gargaaru kan siniif qoodnu ni ta'a
🎯 Tajaajilla jiru afaan oroomootiin siniif kennina.
🎯 worksheet barsiisotni keessan isiniif kennan nuuf ergaa kan deemtan yoo ta'u , nuti immoo deebii isaa fi ibsa isaa waliin private group irratti deebisnee kan isiniif erginu ni ta'a.
EENYUTU GALMAA'UU DANDA'A?
🎯 Barattoota Natural Science qofa (social science'f gara fuulduraati itti yaada jirra)
🎯 Barattoota yuuniversiitii armaan gadii keessatti ramadamatan qofaaf tajaajilla kenina
📌 Yuuniversiiti Ambo
📌 Yuuniversiiti Jimma
📌 Yuuniversiitii Wollegga
BARATTOONNI NATURAL SCIENCE KAN MAQAAN YUUNIVARSIITII KEESSANII ARMAAN OLITTI EERAME TUTORIAL KUN SINIIF CARRAA GUDDA TA'UU HUBATTANII AKKA ITTI FAYYADAMTAN GAMANUUMAAN SIN BEEKSIFNA.
AKKAMIIN GALMAA'UUN DANDA'AMA?
1.Accounti armaan gadii irratti kaffaltii keessan raawwadhaa
2.Kaffalti raawwachuu keessan kan agarsiisu screenshot ykn suuraa nagahee ittiin raawwatanii karaa telegram account kanaan nuuf ergaa👇👇
@Oliver_782
3.Hi jechuun sinirraa hin eegamu waan barbaachisu qofa kallatiin nuuf erga.sana booda galmeesaa nuti kan siniif xumurru ta'a.
Gatii Galmee
Qarshii 150 qofa.
Baankii Daldala Itoophiyaa
1000439289744
Maqaa: Oliyad Reta
Gadaan Gadaa Milkaa'inaati 🥰
