Daily Info
Closed channel
2 170
Subscribers
+324 hours
No data7 days
+930 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
June '26
June '26
+29
in 72 channels
May '26
+189
in 87 channels
Get PRO
April '26
+296
in 0 channels
Get PRO
March '26
+119
in 0 channels
Get PRO
February '26
+68
in 0 channels
Get PRO
January '26
+321
in 74 channels
Get PRO
December '25
+118
in 0 channels
Get PRO
November '25
+199
in 79 channels
Get PRO
October '25
+286
in 87 channels
Get PRO
September '25
+972
in 99 channels
Get PRO
August '25
+647
in 86 channels
Get PRO
July '250
in 0 channels
Get PRO
June '25
+75
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 June | +1 | |||
| 07 June | +6 | |||
| 06 June | +7 | |||
| 05 June | +1 | |||
| 04 June | +9 | |||
| 03 June | +2 | |||
| 02 June | +2 | |||
| 01 June | +1 |
Channel Posts
❌ Dhaabadhuu of ilaali: Wantoota 6 duubatti si deebisan... 👉As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
| 2 | Iraan Yeroo Lammaffaafi Kuweetiifi Baahireen Irratti Haleellaa Raawwatte
Iraan, Erga Yuunaayitid Isteets naannawa Qashm irratti haleellaa boombii raawwattee sa'aatii muraasa booda, biyyoota lameen irratti xiyyeeffachuun haleellaa haaraa raawwachuu isee beeksisteetti. Iraan biyyoota lameen irratti waliigala miseelota baalistikii torba (7) akka dhukaaste gabaafameera.
Gama biraatiin, Ajajaan Waraana Ameerikaa (CENTCOM) haleellaa Kuweetiifi Baahireen irratti kaayyeffame kana fashaleessuu isaa ifoomseera. Iraan guyyoota muraasa dura tarkaanfii Kuweetiifi Baahireen irratti fudhatteen Buufanni Xiyaaraa Idil-Addunyaa Kuweet miidhamuun isaa ni yaadatama. Haleellaa kanaan hojjettoonni buufatichaa fi imaltoonni 62 erga madaa'anii booda, Kuweet buufata xiyaarichaa yeroof akka cufamu murteessitee jirti.
Gabaasa dooyichee weellee (DW) fi Arab News irratti akka ibsametti, Ameerikaan diroonita Iraan rukuttee kuffisuu fi buufataalee raadaarii irratti haleellaa raawwachuu isee beeksisteetti. Kana hordofee Kuweet diroonota gara isheetti dhufan yoo fashaleessitu, Baahireen keessatti ammoo sagaleen akeekkachiisa haleellaa qilleensa (siren) dhaga'ameera.
Haleellaan kun dhiibbaa fi walitti bu'iinsa torbanoota muraasa keessatti qaqqabe keessaa isa lammaffaa yoo ta'u, laaffannaan waliigaltee Iraan fi Ameerikaa gidduutti argame naannicha caalaatti gara Tasgabbii dhabuutti geessaa jiraachuun eerameera. | 30 |
| 3 | ⭐️⭐️⭐️ 👉 Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera | 17 |
| 4 | 🌹☕️ Nama jaalattuuf kennaa hunda caalu ni kennita! Akkasumas haala nama mufachiisuu fi dadhabsiisaa keessatti obsa guutuu qabaattaaf! Kana gochuufis humni si gargaaru maddi isaa sadan(3) kunooti...👉As tuquun dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
| 44 |
| 5 | ⚠️ Aanaa Walmaraatti himatamaan dhaddacha irratti dhukaasa bane Abbaa Seeraa dabalatee namoota lama ajjeese 🔫💔
Godina Shawaa Lixaa, Mana Murtii Aanaa Wal Maraatti himatamaan dhaddacha irratti dhukaasa bane Abbaa Seeraa Dhaddachaafi nama tokko ajjeesuu Biiroon Abbaa Alangaa Oromiyaa ibse 📢. Obbo Geetaachoo Xaasoo, Biiroo Abbaa Alangaa Walii Galaa Oromiyaatti Daarektarri Daarektoreetii Koomunikeeshiniifi Qunnamtii Ummataa, Aanaa Wal Maraatti dhaddacha irratti murteef kan dhiyaatee ture himatamaan tokko, rasaasa dhukaaseen Abbaa Seeraa dhaddacha gaggeessaa turan Aadde Warqee Fakkansaa lubbuu isaanii galaafateera jedhan ⚖️🥀.
Kanattis dabalata haadha warraa isaa duraanii dhaddacha kana irratti waliin dhiyaatanis rasaasa dhaddacha kana irratti dhukaaseen battala ajjeesee, namoota lama galaafatee jedhan 🚨 | 57 |
| 6 | Biyya Arabaa 'qoricha fedhii saalqunnamtii dubartii cimsutti' deebiyaa jirtu
Masiriin biyya Arabaa keessaa qoricha dubartoota saalqunnamtii iratti fedhii isaanii cimsu akka omishamuufi gabaaf dhiyaatu hayyamte ishee jalqabaadha.
Qorichi kun akkuma qoricha dhiiraaf saalqunnamtii irratti cimsuuf gargaaru 'Viagra' jedhamu kan dubartootaaf saalqunnamtii irratti fedhii akka qabaatan cimsuuf gargaarudha.
Ofii gabaan qoricha kanaa biyya akka Masirii hedduu hawwaasa safuufi of-qabuun beekamaa ta'etti gabaa qabaataa laata? Gabaastuun BBC Sally Nabil kana hordofteetti.
"Waan akka dadhabuufi fajajuu tokkotu natti dhaga'ame, onneen koo hedduu saffisaa akka jiru garuu natti dhaga'ama." | 93 |
| 7 | 🖊 Channelee kanneen hunduma isaanii join yommuu godhattan:
✉️ Ergaalee bashannansiisoo
✍️ Barnootaa fi odeeffannoo
📊 Odeeffannoo Business
☕️ Xinsammuu
📚 Kitaabilee pdf barsiisoo
🎉Qophiilee Bashannansiisoo
🏆 Beekumsa Waliigalaa
😄 Kolfaafi bohaartii
🎀 Kanneen kana fakkaatan salphumatti ni argattu! 👇👇 | 9 |
| 8 | 📩 Haati manaa obsa jabaa akka qabaattuf tooftaalee ishee gargaaran 👉 As tuquudhaan Itti fufaa dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
➖➖➖➖➖➖➖ | 114 |
| 9 | ⭐️⭐️⭐️ 👉 Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera | 43 |
| 10 | 🎖️Fuula Abbaa Manaa keetii ija guuttee ilaaluudhaaf akkasumas miira jaalalaa keetii to'achuuf waan gochuu qabdu 8: 👉 As tuquudhaan Itti fufaa dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
➖➖➖➖➖➖➖
🎅❤️🎅 | 115 |
| 11 | Uummata Itiyoophiyaa pirooppogaandaa xixiqaan jilbeenfachiisuun hin danda’amu- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC)- Uummata Itiyoophiyaa pirooppogaandaa xixiqaan jilbeenfachiisuun hin danda’amu jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Filannoo Waliigalaa 7ffaan wayita sagalee isaanii kennan akka jedhanitti, miirri gootummaa uummanni biyyattii ganama irraa eegalee hiriira qabachuun agarsiisaa jiru kan dinqisiifatamudha. Tarkaanfii uummanni agarsiisaa jiru kun fedhii cimaa ijaarsa sirna diimokiraasiifi…
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/uummata-itiyoophiyaa-pirooppogaandaa-xixiqaan-jilbeenfachiisuun-hin-dandaamu-dooktar-abiy-ahimad/ | 136 |
| 12 | Iran stops negotiations with U.S., vows to 'completely' block Strait of Hormuz: State media
• Iranian negotiators will stop exchanging messages with the U.S. through intermediaries in retaliation for ongoing ceasefire violations, Iran's state-affiliated news outlet Tasnim said.
• Tehran will also move to fully block the Strait of Hormuz, Tasnim reported.
• Oil prices leapt more than 5% higher following the Tasnim's report. | 140 |
| 13 | Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad | 149 |
| 14 | Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Abiyyi Ahmad(PhD) Magaalaa Bashaashaa buufata Filannoo Harootti argamuun filatan.
'OBN Cyber Media' Caamsaa 24,2018
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(PhD) Naannoo filannoo Gommaa 2ffaa Magaalaa Bashaashaa Buufata Filannoo Harootti filatan.
Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmad mana maree bakka bu'oota uummataaf kan dorgomanidha.
Naannoo Filanno Gommaa 1ffaafi 2ffaatti namootni kuma dhibba 1fi kuma 82 caalan filachuuf galmaa'aniiru.
Naannoo Filannoo lachuutti Paartilee 4 jechuunis Badhaadhina, Adda Bilisummaa Oromoo, EZEMAfi Paartii Bilisummaafi Walqixxummaatu dorgoma.
Sadarkaa Godina Jimmaatti Naannoo Filannoo 17 kan jiran yoo ta'u naannolee Filannoo kana jalatti buufataalee Filannoo 1726 tu jira.
Lalii Girmaan
#Ethiopia #OBN #Election | 144 |
| 15 | Dooktar Abiy Ahimad Sagalee isaanii kennan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Buufata Filannoo Bashaashaa Harootti argamuun Sagalee isaanii kennaniiru.
https://www.fanamc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-sagalee-isaanii-kennan/ | 117 |
| 16 | 💍 Hiriyaa gaa'elaa filachuun dura gaaffilee ofgaafachuu qabdu 5,... 💍 👉 As tuquudhaan Itti fufaa dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
➖➖➖➖➖➖➖ | 121 |
| 17 | Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa | 108 |
| 18 | 🖊 Channelee kanneen hunduma isaanii join yommuu godhattan:
✉️ Ergaalee bashannansiisoo
✍️ Barnootaa fi odeeffannoo
📊 Odeeffannoo Business
☕️ Xinsammuu
📚 Kitaabilee pdf barsiisoo
🎉Qophiilee Bashannansiisoo
🏆 Beekumsa Waliigalaa
😄 Kolfaafi bohaartii
🎀 Kanneen kana fakkaatan salphumatti ni argattu! 👇👇 | 93 |
| 19 | ❤️ Shamarran yommuu mufatan dubbiilee hamaa isaan dubbatan 90% kan garaa isaaniirraa madde miti, Dhugaalee shamarranii 10n... 👉 As tuquudhaan Itti fufaa dubbisaa!
👇👇👇
🫱✨ See More 👈
🫱 ✨See More 👈
➖➖➖➖➖➖➖ | 101 |
| 20 | Jibichi "Tiraamp" fakkaatu, yeroo ammaa kana dubbii ijoo gudda addunyaa ta'ee jira.
Bushaan Baanglaadeesh keessatti argamtuu fi Pirezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp fakkaattu kun xiyyeeffannaa namoota hedduu hawwataa jira.
Beekkamtiin bushaayee kanaa sadarkaa idil-addunyaatti erga dhabamee booda, invastaroonni addunyaa hedduun bineensicha doolaara miliyoonaan bitachuuf gaaffii dhiyeessaa kan jiran yoo ta'u, mootummaan Baanglaadeesh garuu yoomiyyuu hin gurgurru jechuun gaaffii dhihaate hunda kuffiseera.
Maqaa "Tiraamp" jedhamuun kan moggaafame bushaan kun guyyoota kanatti hawwata turizimii guddaa ta'ee kan jiru yoo ta'u, guyyaa guyyaan namoonni baay'een bushaayee kana qaamaan arguuf gara bakka sanaatti yaa'aa jiru.
Daawwannaan ajaa'ibaa kun yeroo gabaabaa keessattis maallaqa guddaa isaaniif argachisaa jira. | 135 |
Available now! Telegram Research 2025 — the year's key insights 
