DIRREE ISPOORTII ⚽
✓Odeeffannoo gabaabaa sport ✓Tamsaasa kallatti taphootaa ]Gaafii badhaasaa qabu Wajjiin taphachaa itti fuufna Aja'ibaa Rabbiiiiiiiii jechaa Gaafiifi promotion👉@Qartuukoo
Show more4 644
Subscribers
-824 hours
-427 days
+61330 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
👕 Group A squads for tomorrow's matchday
Germany 🇩🇪 vs Scotland 🏴
#EURO2024
@Euro2024_en
👍 2🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Aston Viilaan kontiraata Filippee Kootiinhoo addaan kutuuf mariirra jira.
(Madda: The Athletic)
Photo unavailableShow in Telegram
🚨🗣️ Leo Messi: "Inter Miami kilabii koo isa dhumaa ta'a."
(Madda: ESPN)
Show all...
PRIVATE App
Get farm PRIVATE Coin
Hubannoof✅
Notcoin irratti namonni sobamaa jiraniif👌
Notcoin keessan biraan birri jiruun worroonni gurgurachaa jirtan sirrii miti gara dollar yoo deebi'e birri keessan Sanaa oli dhufa
Ofeeggannoo godha👌
Dabalataan warronni ton space beta jelaa qabdaan link argitan join hin godhinaa notcoin ykn dollar keessan isin jelaa baduu danda'a.👌
Worroonni notcoin qabdan ykn dollar qabdan nama amantan dhabdan keessan na qunnamuu dandeessu
👇👇👇👇👇
@Biyyakoo2
@Biyyakoo2
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Leenjisaan Baarseloonaa duraanii Xaaviin Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti leenjisuu barbaada.
(Madda: SPORT)
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Maanchistar Yunaayitid, Baarseloonaa fi Baayermuunik Hundi isaanii Joo Paalhinhaaf fudhachuuf fedhii qabu.
🇵🇹
Fuulhaam gatii paawundii miiliyoona 30 Baayern harkatti dide dachaa lama barbaadaa.
(Madda: SkyKaveh)
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 BREAKING:
👀
Baarseloonaan Koobii Maayinoo fudhachuuf jijjiirraa paawundii miiliyoona 8.5 dabalataan Raafinhaa akka dhiyeessan gabaafameera.
🤣🤯
Safuudha booo
(Madda: elnacionalcat)
😘 3
Photo unavailableShow in Telegram
🔵🇦🇷 Juuliyaan Álvaareez kilaboota ganna kana isa mallatteessisuuf fedhii qaban irratti: “Maan Siitii keessatti tasgabbaa’eera, miira gaariin natti dhaga’ama, gammachuus qaba... waan ta’us ni ilaalla”.
👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
🎙️|
Peep Gaardiyoolaan gara fuulduraatti gara Baarseloonaatti deebi'uu yaada jedhu irratti:
“Balbala koo cufameeraa "jechuun dubbate.
❌🇪🇸
👍 1