cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Naardos Official

@Naar_dos @Naar_dos

Show more
Finland2 136The language is not specifiedEducation49 877
Advertising posts
2 068
Subscribers
No data24 hours
+237 days
+35130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

“Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa!” — 1Tas. 5:17 @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
@ Naar_dos @Naar_dos
Show all...
Addisuu_Waayimaa__Herrega_Jaalalaatiin(256k).mp310.40 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Mammaaksa Oromootiin, Guyyaa guyyaadhan bohaaruu fi bashannanuu kanneen barbaaddan qofti... Join Us! 👇👇 Mammaaksa Oromoo Mammaaksa Oromoo Ads: @hopepromotion @bittaafigurgurtaachannel telegram
Show all...
👏 1
Repost from Naardos Official
Qol. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁶ Egaa Kristos Yesus goofticha akkuma fudhattanitti isatti jiraadhaa! ⁷ Akkuma barsiifamtanitti hundee keessan gad fageeffadhaa, isatti ijaaramaatii amantiitti dhaabamaa! Galata guutee irra dhangala'us dhi'eessaa! ⁸ Namni tokko illee akka barsiisa Kristositti utuu hin ta'in, yaada mataa isaa keessaa ba'ee fi gowwoomsaa waan tokko of keessaa hin qabneen isin hin harkisin; akka barsiisa amala namaatti akka isa hafuurota bantii waaqaa keessaa biyya lafaa kana irratti humna qabu jedhamanii sodaatamaniitti isin hin booji'in; kana hundumaattiis of eeggadhaa! @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
Repost from Naardos Official
📖Far. 36 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ❝⁵ Yaa Waaqayyo, gaarummaan kee hamma bantiiwwan waaqaa, amanamummaan kees hamma duumessootaa in ga'a; ⁶ qajeelummaan kee akka tulloota kee jabaatee in dhaabata, firdiin ati kennitus, akka lolaa guddaa ittisa hin qabnee ti; nama, horii, bineensas situ gargaaree oolcha, yaa Waaqayyo! ⁷ Yaa Waaqayyo, gaarummaan kee attam guddaa dha, dinqisiisaa dhas, ijoolleen namootaa gaaddisa bobaa kee jalatti kooluu in galu; ⁸ isaan wanta mana kee keessa guuteen cidha in godhatu, bishaan laga gammachuu keetiis akka dhugan in goota; ⁹ burqaan jireenya kennu si bira waan jiruuf, ifa keetiin ificha in argina. ¹⁰ Gaarummaa kee warra si beekaniif, qajeelummaa kees warra gara-qajeelotaaf ittuma fufi!❞ #Ameen_Eebbifamaa📖👏         #Jesus_saves        #I_am_a_witness           📍Join Us📍     @DhagaaJiraataa7     @DhagaaJiraataa7     @DhugaaWaaqarraa     @DhugaaWaaqarraa
Show all...
👏 1
F/Nigatu Asaaffa Akkamiitiin sii iranfadha ............. Ittii Eebbifamaa. @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
AUD-20231214-WA0014.mp39.60 MB
👍 1🥰 1
Join godhi seeni
Show all...
Ofitti amani • Kufaatiin barsiisaa guddaadha • Rakkoon humna keeti • Kalaqa keetiif amanamaa ta’i • Abjuun kee dhugoomu danda’a • Bu’aadhaaf obsuu baradhu • Wanti guddaan carraaqqii malee dhufu hin jiru @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
🥰 1
01:27
Video unavailableShow in Telegram
Galaatan guute affaan kenya...... @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
13.67 MB
👍 3🔥 1🥰 1👏 1