cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Naardos Official

@Naar_dos @Naar_dos

Show more
Finland2 158The language is not specifiedEducation49 577
Advertising posts
2 051
Subscribers
-424 hours
+347 days
+31230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kutaa 78ffaa. Ittigaafatamummaa! 👉Ittigaafatamummaan gatii guddaa qabdi. Gatii guddaas nama baasisuu danda'a. 👉Waan namootni hojjechuu danda'aniifi hojjechuu qaban hojjetteefi, barabaraan isaan jiraachisuu hin dandeessu. Tulluu cabbii yaabaa jirta taanaan yookiin dirree waraanaatii lolatti jirta taanaan, dogoggorri tokkittiin lubbuu kee balleessuu dandeessi. Haa tahu malee dogoggora keenya caalaa ilaalcha nuti dogoggoraaf qabnu yookiin wayita dogoggorru tarkaanfii nuti fudhannutu murteessaadha. Namootni jireenya isaaniit ittigaafatamummaa fudhatan, dogoggora isaanii irraa baratu. Namootni tokko tokko garuu dogoggora isaanii irraa gonkumaa hin baratan. Wayita dogoggorru tarkaanfilee sadii fudhachuu dandeenya: • Dogoggora akkuma jirutti dhiisuu • Dogoggora keenya haaluu yookiin waakkachuu • Dogoggora keenya amannee, fuulduraaf irraa barachuu. Tarkaanfiin sadarkaa sadaffaa irra jiru kutannoo nuuf kenna. Dogoggora keenya amanuun yeroo sanatti rakkoo qabaachuu danda'a. Garuu bu'aa fuulduratti argamu waan yaadneef amanna. Dogoggora keenya yoo haalle garuu jireenyi keenya dogongorumasanaan akka guutamu goona, Dogoggora keenya haaluun inumaa daddaballee akka dogongorru nu godha malee, akka sirreessinu nun godhu. Namootni waan badaa yaadaaniifi jireenya isaaniif ittigaafatamummaa hin fudhanne wayita dogoggoran, wantoota yookiin namoota biroo yakku. Pirezidaantiin kaampaanii tokkoo yeroo dheeraaf haala bu'a qabeessa ta'een tajaajilaa erga turee booda, wayita soorama bahe, waraqaa lama barreessee poostaa garaagaraa keessa kaa'ee, pirezidaantii bakka isaa bu'ee hojjetutti kenne. Wayita poostaalee kanniin itti kennes akkas jedhe: "Wayita rakkoon bulchiinsaa ati to'achuu hin dandeenye si mudatu poostaa isa jalqabaa kana banii ilaali. Wayita rakkoon biraan si mudatu immoo poostaa isa lammaffaa kana banii ilaali." Waggoota muraasa boodas pirezidaantii haaraa kana rakkoo guddaatu isa mudate. Kanumaan poostaa isa tokkoffaa banee waraqaa keessa jiru baasee dubbise. Barreeffamni waraqicha irra jiru akkas kan jettu turte: "Rakkoo si mudate kanaaf pirezidaantii si dura ture yakki." Ammas waggaa muraasa booda rakkoo guddaa biraan ni uumame. Pirezidaantichis poostaa isa lammaffaa banee waraqaa keessa ture baasee dubbise. Waraqaticha irra barreeffama akkas jedhutu ture: "Poostaalee akkanaa lama pirezidaantii sitti aanuuf qopheessi." Maddi Kitaaba: Gonfoo mo'ichaa irraati. Waanan baayyee jaalladheef irraa siif qoodeera waan dubbifteef ulfaadhu. Caamsaa 28_2016 vySisay Yadessasa
Show all...
1
❍ Affeerraa Channelee Barnootaa fi odeeffannoo addaa addaa baayee barbaachisoo ta'an qaban kanneenitti dabalamuu barbaadduu? ❍ Promotion tolaa barbaadduu? ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Show all...
07:05
Video unavailableShow in Telegram
Show all...
9.34 MB
1🔥 1
02:31
Video unavailableShow in Telegram
Show all...
21.21 MB
Mul. 3 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁷ "Gara ergamaa waldaa Filaadelfiyaatti', 'Ergaan kun isa qulqulluu, isa dhugaa, isa banaa Daawit of harkaa qabu, isa wanta inni banu namni tokko illee cufuu hin dandeenye, wanta inni cufus; namni tokko illee banuu hin dandeenye sana biraa dhufe' jedhii caafi! ⁸ Ergichi, "Ani hojii kee beeka; ati humna xinnoo qabda, garuu dubbii koo eegdeetta, maqaa koos hin ganne. Kunoo, ani balbala banamaa fuula kee dura jiru, isa namni tokko illee cufuu hin dandeenye siif kenneera. ✍️Waaqayyoo balbala cuufame sira bana. @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
1🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sagantaa kana amma seenaa hirmaadha Koodii kanan fayyadama👇👇👇👇 Meeting id 90 65 74 02 91 Passcode12346 Sagaanta TV Iffa Fayyina @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
👍 2🥰 1
Uma. 31 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ²² Yaaqoob akka baqate gaafa guyyaa sadaffaa Laabaanitti himame; ²³ inni yommus namoota aantii isaa fudhatee, guyyaa torba Yaaqoobin ari'ee, Giil'aad biyya tulluu gubbaatti isatti in dhi'aate. ²⁴ Waaqayyo garuu halkan abjuutti Laabaan nama biyya Aaram sana bira dhufee, "Gaarii malee hamaa Yaaqoobitti akka hin dubbanne of eeggadhu!" jedheen. ➨(Waaqayyoo ) ✍️Dina keetii Dangaa godha. ✍️Isaa sin morumuuti dangaa godha. ✍️Isaa si haari'atuti dangaa godha. ✍️Isaa sii baalesuf jedheeti dangaa godha. Yesuus Goftaa dha. @Naar_dos @Naar_dos
Show all...
🥰 1
02:31
Video unavailableShow in Telegram
21.21 MB
🥰 1