cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

DINQISIISOO

Bohaaraa Baradhaa Wantoota Dhugumaan Dinqisiisoo Ta'an Isin Biraan geenya.

Show more
Ethiopia2 824The language is not specifiedEducation20 200
Advertising posts
7 030
Subscribers
-1024 hours
-507 days
-22730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailable
👉Maqaan isaa francesco lentini jedhama. 😌Miila 3, qaama dhiiraa 2 fi quba miilaa 16 qaba ture!! #Bohaaraa Baradhaa 🌐DINQISIISOO🫧 https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
Show all...
👍 2
Photo unavailable
🇩🇪Biyya jaarmaanii keessatti hidhaamaan tokko yoo miliquuf yaale seeraan hin adabamu. Sabababnis, bilisa bahuun mirga uumamaan dhala namaatiif keenname waan ta'eef. #Bohaaraa Baradhaa 🌐DINQISIISOO🫧 https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
Show all...
🤩 4
Photo unavailable
🤔Maqaan isaa Etibar Elchiyev (magnetic man) jedhama. Fallaana sibiilaa 53 qaama isaatiin harkisee qabuun world Guinness record book irratti galma'eera #Bohaaraa Baradhaa 🌐DINQISIISOO🫧 https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
Show all...
👍 3
Photo unavailable
📚biyya Biraazil (Brazil) keessatti hidhamaan tokko kitaaba tokko dubbisee yoo fixe waggaa itti murteeffame irraa guyyaa 4 hir'ifama. Kana jechuun kitaaba 91 namni dubbisee fixe waggaa itti murteeffame irraa waggaan tokko hir'ifamaaf jedhuudha. #Bohaaraa Baradhaa 🌐DINQISIISOO🫧 https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
Show all...
👍 2
Photo unavailable
🇦🇷Bara 2001 A.L.A biyya Arjeentiinaa(Argentina) presidentiin 5 guyyaa 10 keessatti bulchanii turan. 🌐DINQISIISOO🫧 https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk https://t.me/+UCVcKbZXQsI5YjNk
Show all...
👍 3
Repost from N/a
Photo unavailable
🎉Oduu Gammachiisaa maamiltoota Baankii SIINQEE carraa addaa karaa telegram channel keenyaa qabannee dhufnee jirra. Innis channel keenya JOIN gochuun akkasumas bot keenya @SiinqeeB_bot start gootanii namoota 50'f yoo qooddan badhaafamoo taatu! ammuma irraa eegaluun hojjedhaa. JOIN [ SIINQEE BANK ] [ @SiinqeeB_bot ]
Show all...
Photo unavailable
💖💯 Shamarran amala dhiirota irraa adda isaan taasisuu fi baay'ee dhiirota gammachiisu kan qaban yoo ta'u, amala kanaanis,... See more
Show all...
See more,...
Photo unavailable
Show all...
🌐 Internet Boaster 🌍