cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

2012

Show more
Finland2 560The language is not specifiedEducation61 977
Advertising posts
1 394
Subscribers
+524 hours
+247 days
+6530 days
Posts Archive
7/4/2016 ========= Qormaata(Madaallii) simisteera 1ffaa kan xumuraa(1st simister Final Exam) kutaa 6ffaa,8ffaafi 12ffaa sadarkaa BBOtti kan qopheesinu waan ta'eef... 1)Iddoon itti maxxaanfamu Aanaa waan ta'eef, sadarkaa Aanaatti qophii gahaa taasiisaa 2)Aanaaleen warqaa baayyisaa gahaafi qalama baayyiisaa gahaa giddugala tokkootti qopheessuu qabu 3)Kutaan qormaanni kun itti baayyatu , sodaa nageenyaa kan hin qabnee ta'u mgt Waajira barnootaa Aanaan kan filatamuufi bordofamu ta'a... 4)Kutaan qormaanni kun itti baayyifamu ,"net work "kamiinuu kan wali hin qabnee ta'uu qaba... 5)Koreen qormaata kana baayyiisaan " electronics ykn mobile "kamiyyuu qabatanii seenuu kan hin dandeenyeefi, naamusa ol aanaa kan qabantu mgt Waajira Barnootaa Aanaan filatamee,itti gaafatamuummaan kun kennamaaf... 6)Bartoota kutaa 6ffaa,8ffaafi 12ffaa sagantaa qormaataa jara akka BBOtti kan qopheesinu waan ta'eef,kan daree kaawwanii haaluma kalaandarii duraani isiniif gadi buufneen ta'a... 7)Kutaa 6ffaafi 8ffaa haala qabatama Aanaa keessaniin Kilaastaraan walitti siiqiisuun(butuun) raawwachuu ni dandeessuu..., iddoo qormaataa(kilaaatara) kan filatu mgt Aanaati... 8)Uwwisinni (Portion ) qormaanni haguugguu, barnoowwaan(MLC) hanga simisteera 1ffaatti akka baratamuuf,kalaandariidhaan gadi isiniif bu'u hundaa kan hammatu ta'a. #Nagaa ta'a!
Show all...
Barattoota mana barumsa keenyaa maraaf Guyyaa borii 5/4/2016 kutaa 9-11 ffaa Kan jirtan sababa leenjiin barsiisotaaf kennamuuf barnoonni Kan hin jirre ta'uu isin beeksisaa kutaan 12ffaa immoo Kan barattan ta'uu isin beeksifna
Show all...
Guyyaa kabaja ayyaana sabaa fi sablammii bu'ureeffachuun barsiisonnii fi barattootni kutaa 12ffaa mata duree" garaagarummaan keenyi qorumsa biyoolessaa bara 2016f injifannoo keenya" jedhuun kabajamee ooleera.
Show all...
Barattoota kutaa 12ffaa bara 2016 qorumsa biyoolessaa fudhachuuf qophooftan hundaaf ✓✓✓✓✓✓✓®®®®®®®✓✓✓✓ Qorumsi biyoolessaa bara 2016 gosa barnootaa Shan qofaan Kan kennamu waan taheef gosoota barnootaa armaan gadii kanatti xiyyeeffannoo addaa akka kennitan isin hubachiifna. 1.Saayinsii Uumamaan(Natural Science) a) A/Ingiliffaa b)Herreega c) Fiiziksii d) Keemistirii e) Baayoloojii 2.Saayinsii Hawaasaan(social science) a)A/Ingiliffaa b)Herreega C)Ji'o giraafii d)Seenaa e) Ikoonoomiksii
Show all...
Manni barumsa FGH sad 2ffaa barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 qorumsa biyoolessaa fudhatan 206 keessaa sagantaa idilee fi rimeediyaaliin barattoota 162 (78. 6%)dabarse Hoteela Abebechitti eebbisiisuun barattoota qabxii olaanaa fidaniif badhaasa taasisuun sirna eebba isaanii kabajee jira.
Show all...
Barattoota kutaa 12ffaa bara 2015 qorumsa biyoolessaa fudhattan hundaaf * Dookumentiin oriijinaalaa isiniif dhufee waan jiruuf qaamaan MB tti dhufanii guyyaa 7/03/2016 irraa eegaltanii akka fudhattan isin beeksifna.
Show all...
” የቴክኒክና ሙያ ተቋማት ለዜጎች ዕድል ፈጣሪ አቅሞች ናቸው “ ክብርት ወ/ሮ ሙፈሪሃት ካሚል የሥራና ክህሎት ሚኒስትር የሥራና ክህሎት ሚንስቴር በ2016 ዓ.ም የቴክኒክና ሙያ ስልጠና ተቋማት ገብተው በተለያዩ የሙያ መስኮች ስልጠና የሚወስዱ ተማሪዎች የመግቢያ ነጥብ ይፋ አድርጓል፡፡ የሥራና ክህሎት ሚኒሰትር ክብርት ወ/ሮ ሙፈሪሃት ካሚል የመቁረጫ ነጥቡን ይፋ ለማድረግ በተዘጋጀው ጋዜጣዊ መግለጫ ላይ እንዳስታወቁት፣ ዜጎች ወደ ቴክኒክና ሙያ ማሰልጠኛ ተቋማት የሚመጡት መሄጃ ስላጡ ሳይን ያላቸውን እምቅ አቅም አውጥተው መጠቀም እንዲችሉ ነው፡፡ ይህም የቴክኒክና ሙያ ተቋማት ለዜጎች ዕድል ፈጣሪ አቅሞች እና ተጨማሪ አማራጭ የሚሰጡ ተቋማት ያደርጋቸዋል ብለዋል፡፡ ከባለፈው ዓመት ጀምሮ ተግባራዊ እየተደረገ ባለው አዲሱ የትምህርትና ሥልጠና ፖሊሲ መሰረት ከዚህ ቀደም እስከ ደረጃ 5 ብቻ ተገድቦ የነበረው የቴክኒክና ሙያ ስልጠና የእድገት መሰላል እስከ ደረጃ 8 ድረስ እዲሆን ተደርጓል፡፡ ይህም ፖሊሲው ደረጃ ስድስትን ከመጀመሪያ ድግሪ፣ ደረጃ ሰባትን ከማስተርስ እንዲሁም ደረጃ ስምንትን ከዶክትሬት ዲግሪ ትይዩ እንዲሆን አድርጓል፡፡ ስለሆነም በዚህ ዓመት የከፍተኛ ትምህርት መግቢያ ነጥብ ያመጡ ተማሪዎች ወደ ቴክኒክና ሙያ መግባት ቢፈልጉ በደረጃ 6 ገብተው መሰልጠን እንደሚያስችላቸው አመላክተዋል፡፡ ዘንድሮ ለመጀመሪያ ጊዜ በደረጃ 6 የቴክኒክና ሙያ ሰልጣኞች እንደሚስተናገዱ የጠቆሙት ክብርት ሚኒስትር በዚህ ዓመት በተቀመጠው መስፈርት መሰረት በክልሎች አማካኝነት የሰልጣኞች ምደባ ይካሄዳል ብለዋል፡፡ በዚህም በተያዘው የሥልጠና ዘመን 632 ሺህ በላይ ተማሪዎች የሥራ ገበያውን የሰው ሀይል ፍላጎት መሠረት ባደረገ መልኩ ከደረጃ 1-ደረጃ 5 እንደ ውጤታቸው ተመድበው እንደሚሰለጥኑም ነው ክብርት ሚኒስትር የገለጹት፡፡ በወጣው መቁረጫ ነጥብ መሰረት ደረጃ አንድ እና ሁለት 110,015 ፤ በደረጃ ሦሰት እና አራት 412,557 እንዲሁም በደረጃ አምስት 110,015 እንደሚሳተፉ የጠቆሙት ክብርት ሚኒስትር በረደጃ ስድስት ደግሞ 2000 የሚሆኑ ሰልጣኞችን ለቀመበል ዝግጅት መደረጉን አመላክተዋል፡፡ የ2016 የስልጠና ዘመን የተዘጋጀው መቁረጫ ነጥብ የ2015 ትምህርት እና የ2014 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የ12 ኛ ክፍል ማጠቃለያ ፈተና የወሰዱ ተማሪዎች ላይ ተግባራዊ ይሆናል፡፡ ከ2014 ዓ.ም በፊት ለነበሩ የ12ኛ ክፍል ተፈታኞች ደግሞ በስልጠና ዘመኑ በነበረው መቁረጫ ነጥብ መሰረት ይስተናገዳሉ፡፡ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር በ2016 ዓ.ም ቴክኒክና ሙያ ስልጠና ተቋማት ያዘጋጀው የመግቢያ ነጥብ ከዚህ በታች ባለው ሰንጠረዥ ቀርቧል፡፡ ህዳር 6/2016 ዓ.ም የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር ለወቅታዊ ትኩስ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴ በድረገጽ፡- http://mols.gov.et/ ፌስቡክ፡- https://www.facebook.com/MolsFDRE ቴሌግራም፦https://t.me/fdre_mols ቲክቶክ:- tiktok.com/@mols_official
Show all...